Mohii Qoute

Mohii Qoute

You may also like

GSSS Jian Chabbewal
GSSS Jian Chabbewal

#Harmee

20/05/2022

😍🤩

08/04/2022

yoo dandeesse barrisi yoo barrisuu dadhabe fiigi,yoo fiiguu dadhabde daddafii deemi,yoo daddaftee deemuu dadhabde tiradhu, yoo tirachuu dadhabde daa'imi, yoo daa'iimuu dadhabde foqoqi, Akkam yoo ta'ellee socho'uu hin dhaabbiin

✍maartiin luuter kiing

02/04/2022

Of tahii jiraa ♥️

09/03/2022

Hacee King of King 👑

08/03/2022

Oro hip hope lyrics tahe

01/03/2022

Adawa

01/03/2022

Like 👍 for andu alam Gosa

17/02/2022

Barnoota shan kanin Waggaa shanan dabre kana keessatti hubadhe.

✍Mark_Manson

1. Lakkuma umuriidhan guddataa deemtun, wanti ati barbaaddu waa tiqqo ta'uu isaa hubatta, Akkasumas waa hedduu takka dhiisuf hayyamamaa taata.

2. Yeroon ati qabdu tiqqeenyi isii, hanga ati nin qaba jattee yaaddun haalan adda fagoodha.
Sirnaan itti fayyadamuutu si baasa.

3. Namoota jaalattu wajji irbaata galgalaa gaarii nyaachun harka kudhan, namoota hin jaalanne 100 wajji paartii godhuu irra caala.

4. Ganama subhiin ka'uun dhugumatti nama jibbisiisa.

5. Yeroo(wayta) abjuu kee galmaan geessutti dhandhamni isaa, akka duraan itti eegaa turte sanitti sitti hin mi'aawu.

Kan barreesse ✍Mark_Manson

28/01/2022

Jawar Mohammed jechuun?

Odaa oromoo, mallattoo oromummaa, hayyu duree sabaa, Gaaddisaa fi mahaandisa siyaasa biyya kanaati!

Jawaar takkaa saba-koo gates, ganes hin beeku.
Kabajatu isaaf mala!👇👇

15/05/2021

Dubbannaan dubbadhu
Uuuu...uuu jedhii iyyi
Dhugaa ati qabdu
Haa dhaga'u biyyi
Callisnaan callisi
Hidhii kees sassaabi
Mataa gad qabattee
Kan gumgumtu dhaabi!
_ _
Tatarsa'aa yaadaa ...
Shantamatti hiramtee
"Jedhuu - dhiisuu" jechaa
Shakkiidhaan diramtee
Fedhii namaa guutuuf
Of hin raasiin ceekuu
Afuuffaan yoomiyyuu
Madaa qoorsee hin beeku!
11 May 2016

01/04/2021

Moo'amun Kenna yoomu jaalalaf Si Qofaaf

16/01/2021

I am lovely

29/12/2020

Waa'ee keenya

29/12/2020
Profile pictures 12/09/2020
26/08/2020

Ni falmana wari jettan mee

07/05/2020

Hey hey hey nu wajjin jirtami
👍👍👍👍

12/03/2020

⚫🔴⚪THINKER PICTURES⚫🔴⚪
Professional experienced studio
👉Photography
👉Vediography
👉tube vedio
👉clip vedio
👉short film
👉wedding and birthdays
Save your time + Your best memories
Call 0936717449

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Oro hip hope lyrics tahe

Telephone

Website

Address

Ginnir
Adama
33
Other Education Websites in Adama (show all)
BichenaTvt BichenaTvt
Adama, 01

BICHENA

Uff ta'uu Uff ta'uu
Adama

Uff ta'uu page is descibes about what I post on this blogs

Akkaadaamii Afaan Oromoo Akkaadaamii Afaan Oromoo
Jeneral Tadese Biru
Adama

Afaan Oromoo

መንእሞ ይኽእሎ መንእሞ ይኽእሎ
Adama

to Get Information

Mudasir ahmed chala Mudasir ahmed chala
Adama City
Adama, BOLE

الإسلام ه‍و السلام

Ustaaz Abdallaah Idris Ustaaz Abdallaah Idris
Adama

Page kanarratti fedha Rabbiitiin da'awaalee gara garaatii fi barnoota adda addaa ni arkattu.

Malkaa media Malkaa media
Dadar
Adama, 19

kaayyoon keenya barannee barsiisuudha

ASTU STEM Center ASTU STEM Center
Kebele 14 Adama
Adama, P.O.BOX1888

The primary purpose of the Center is to inspire middle, high school, and university students as well as others to pursue science, technology, and engineering hobbies, academics, an...

General knowledge General knowledge
Adam
Adama, ADAMA

Educational and science, technology

Islaamummaan Faaya jireenyaati Islaamummaan Faaya jireenyaati
Adama

Amantiin tiya Islaamaa sabni ko Oromo Biyyii to Oromiyaa

Naasifoo NSD Naasifoo NSD
Adama, Finfine
Adama

https://youtube.com/channel/UCPzQaedrC9-fYMa04bSPwAg