Yaaddessaa Margaa Badhaadhaa

Yaaddessaa Margaa Badhaadhaa

Yaaddoo

24/09/2023

Daa'ima moo dargaggeessaa
Jaartii moo jaarsaa
Osoo jedhee hin qoodnee
Oromummaa keenyaaf
Mirga lubbuun jiraachuu dhabne.
Ayii yaa saba koo
Dhugaan ija qaba
Kan hubatee argeef
Hin dagatiinaa bullee Wal gaafanna yoo barri kun darbeef
Barri baratti haa dhaammattu!.

08/07/2023
20/06/2023

Ilaalcha dhukkubsachuu irraa argaa dhukkubsachuu wayya.
Dhukkuba dhuunfaa ofiif jettee dhukkuba waloo hin dhaliin.
Dubbachuun dura hubachuu.....✅

Photos from Yaaddessaa Margaa Badhaadhaa's post 29/04/2023
08/03/2023

Dudubbataa irra hubataatu qalbii qaba!.
Qalbii malee ijji hin agartu jedhu warri keenya!

01/03/2023

Beelli Oromoo Booranaa actiivistii,artistii, TikTokerii Itiyoophiyaa duqeetii qamadii waliin suura akka ka'aniif sagantaa ta'e.
Nama bishaan baasuuf maashina waliin suura ka'e hin argine.
Mee waan har'a dhumu qofaa irratti hin xiyyeeffatiinaa yaa sabaa
Waan boruuf ta'u hojjadhaa.
Akka yaadatti......

09/01/2023

Lafa rakkootii nama baasuu irraa achumatti rakkisuu filata namni bara kanaa ajab yaa baraa!.

Photos from Dhaabbata Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa's post 30/10/2022
24/10/2022

Injifannoon Dirooniin dhufu hin jiru. Qotebulaa Shororkeessuu, Haadholii fi Daa'immaan Oromoo ajjeesuun Mootummummaan fudhatama argatus hin jiraatu.
ITTI GAAFATAMUMMAAN ISAAS LAAYYOO MITI.

22/10/2022

Sirraa jaaladhe Baqqushee yaalii yeroo dheeraa .

Photos from Yaaddessaa Margaa Badhaadhaa's post 20/10/2022

Kallattii koo yaa fuullee
Sin egaa maaf hin dhufnee
Kallattii abdii boruu
Jallataan horii hin horuu
Kan hin beekne jiruu boruu
Abbaan boorichaa si haa dhoru.........//.........

06/10/2022

GADAAN GAADDISA DHALOOTAATI
EEGGACHAA

03/10/2022

Ilaaleen fagoorraa si hubadhaa
Ati maaf nan dhageessu silaa sittan dubbadhaa
Wayii Oromoo............!!

29/09/2022

Namni nuti keenya jennu kan qaamaan halagoome irraa kan qalbiin halagoometu guute.
Nama qalbiin halagoome fayyisuun baayyee ulfaatti.
Of dhabuun baayyee nama miiti yaa sabaa.

28/09/2022

Fuula bareeda irra yaada bareedaa filadhu!.

24/09/2022

Jibba hin qabaatiin malee xiiqiin homaa hin yakku.
Yoo abbaan tapha beeke!.

21/09/2022

Dhalli namaa jireenya isaa milkeessuuf eenyummaa isaa beekuun dirqama.!

20/09/2022

Ilaalchi qaroo eenyummaa ofii ofkeessaa qabu daawwaa sammuuti!.

Want your university to be the top-listed University in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Sirraa jaaladhe Baqqushee yaalii yeroo dheeraa .

Website

Address

Adama