QAROO HIREE
Aadaa fi duudhaa hawaasa kiyyaa addunyaatti daran muldhisuuf kutadhee ka'eera. Isinis Gama keessanii
Ii ii ii Akkamatti Akka Inni Godhee Woli Gaggaafachiisa Dhimmi Koo Barana...๐๐๐
Sol & Awwaaluโค
Wangeela Jaalatamaa ykn jaalatamuuf lallabna miti. Garuu jaalalaan lallabna. Dhugaan hadhooftuu dha diina namatti hora.
Kennaa waaqaa yaa waaqa koo Galatoomi...
Buunnoo guubba manike
Biyyaa Firrisaa waggaa
Naa gugubbe yaanike
Kee kun namarra aadda
Naa boojite yaa shaggee
Hortenkee maatii guddaa
Beddelleen shuura goota
Nabeekan meexxii sheengoo
Sii giiftin mooti duurba
Sabboontun Arfan Buunnoo
Tnx,Adisu kebede ๐โค
Soba dubbattee
Kabajamuu manaa
Dhugaa dubbattee
Kabalamuu wayya.
Dhugaan qal'attus hin cittu.
๐๐๐๐๐๐๐๐
โค๏ธโค๏ธ๐ค๐ค
" Nuyi ofii keenya utuu hin ta'in "Yesus Kristos gooftaa dha" jennee in lallabna; nuyi immoo sababii Yesusiif hojjetoota keessan."
(2 Qor 4: 5)
โค๏ธโ๏ธโค๏ธโ๏ธโค๏ธโ๏ธโค๏ธ
Oromummaa is More Than Everything
Today best photo challenge โค๏ธ๐งกโค๏ธ
https://is.gd/4fC7RM
Sory
Jajjalatu dachii, biyya gara hin qabne.
Akkam sirrii taatus dachii mudaa hin dhabne.
Biyya Lafaa!
Singer Sami
Raajii Masarat Taayyee fi Haadha isaa ๐
Eebbisaa
Callisi
Diraamaa KIYYOO (New Afaan Oromo Drama) kutaa 35 Description๐ฅ๐ฅ๐ฅ WELCOME TO AANAA ENTERTAINMENT๐ฅ๐ฅ๐ฅ We are here to deliver amazing and high quality Oromic entertainment videos to the world.ENTERTAINMEN...
Obboleessi keenya Habtamu Lamu fi hiriyyoonni isaa lammiilee q'eefi jireenya isaanii irraa buqqa'aniif deeggarsa qarshii Miliyeena tokko (1,000,000) walitti qabuun gumaachaniiru. Waaqayyo jireenya keessan haa eebbisu.
Galatoomaa jennaan! Isini nuuf eebbisaa!
Akmon Initiative for Development -AID
Ati Ummata Oromootiif Badhaasaโผ๏ธ
You did nothing wrong!
Ati macaafa isaanii irraa dubbifte. Isaanumti wal haa himatan. Nuyi garuu lafa keenya โtaabotatu buโe, xabalatu burqe,โฆ.โ Jedhanii sobaan nusaamaniif ni himanna. Hattuu fi Sobduun maal nama himatti? MARSIL TV WORLDWIDE we are all in this together ๐ช
Mana qabda turte
Mana hoโaa yabbuu
Kan keessummaanillee
Keessa bulee darbuโฆ
Harโa akka bineensaa
Karaarratti deessa
Gadda hamaa keessa
Ganda namaa teessa!
Laphee cabaa baatta
Haftee namaa nyaatta
Harmee yaa haadha dhalaa
Kan kee na waxala!
Maqaan Yesuus gimbii jabaadha! ni oolcha, ni ofkalchas!
Jabana Qaroome waliin tarkaanfadhaa!
bakka isin jirtan hunda jira!
Eeโuu fi Eeโuudhaa๐ waggaa 4 dura
Abdii Qabdanitti Gammadaa๐ฅฐ Dave Girma
โกDHANGAA MEDIAโกfollow
YouTube:-https://youtube.com/
!
Bara
dhaqna qabachuu
jalqabe keessa jirra
uummata koo.
!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Durseen Jabaatti Hirkadhe hin yaaddaโu!
Namni Yesuusin hin qabne,lafa irratti waaqa irrattis abdii hin qabu.
Yesuus kristoos fayisaadha.Ameen!!!
Ittaan fufaa si amanachuu koo
!waaqayyo ammas eebba biraa nuu dabaleera.
Raajii Tasfaaye Ligdii jedhama Nama harki waaqayyo wajjin jiruudha frequency kanan olitti caqafame guuttachuun hojii waaqayyo ojjatutti eebbifamaa.
Hardhi guyyaa keeti
โBakki dhaqanu namaaf gallaan bakki kaโanu nama hin dhibuโ Raayyaa๐ค
Karaan ati irra jirtu, gaariii yoo ta'e
Eessaanuu akka si gahu beeki.
Hin shakkin!
๐ฏ๐ฏ๐ฏ๐ฏ๐ฏ๐ฏ๐ฏ๐ฏ๐ฏ๐ฏ๐ฏ
Guyyaa gaariii ture.!!!!!!!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Qaxaleewwan oromoooo.........
Nuuf jiraadhaaaaa.
๐ฅณ๐ฅณ๐ฅณ๐ฅณ๐ฅณ๐ฅณ๐ฅณ๐ฅณ๐ฅณ๐ฅณ๐ฅณ๐ฅณ๐ฅณ
๐๐๐๐๐๐๐๐
Hamma rakkinni
Si rakkisuttii
Ati hin rakkatin.
๐โฅ๏ธ๐
(1 Qorontos 1 )
------------
18 Waa'ee fannifamuu Kristos dubbachuun warra karaa badiisaa irra jiraniif gowwummaa dha; nuyi warra karaa fayyinaa irra jirruuf garuu, inni humna Waaqayyoo ti.
19 Caaffanni qulqullaa'aan, "Ogummaa warra ogeessotaa nan balleessa, hubannaa warra hubattootaas lafatti nan dabala" in jedha.
20 Egaa namni ogeessi eessatti hafa ree? Barsiisaan seeraas eessatti hafa ree? Dubbi-beekaan bara si'anaas eessatti hafa ree? Waaqayyo ogummaa biyya lafaa kanaa gowwummaa godheera mitii ree? ..
22 Yihudoonni illee milikkitoota gaafatu, Giriikonni immoo ogummaa barbaadu.
23 Nuyi garuu, Kristos isa fannifame in lallabna; kun immoo warra Yihudootaatti gufuu dha, warra Yihudoota hin ta'initti immoo gowwummaa dha.
24 Warra Waaqayyo waameef garuu Yihudootaa fi taanaan Giriikotaafis taanaan, Kristos humna Waaqayyoo ti, ogummaa Waaqayyoo tis.
25 Wanti gowwummaa Waaqayyoo fakkaatu ogummaa namaa irra in caala, wanti dadhabbii Waaqayyoo fakkaatus jabina namaa irra in caala.
Karaan, dhuganii fi jireenyi gooftaa Yesuus qofaan argama.
tti hin sagadiin โ ๏ธ
.1:21 Waaqayyoon utuma beekanii, akka Waaqayyootti ulfina hin laanneef, galatas isaaf hin galchine; garuu yaada isaaniitiin waan waa'ee hin baafne duukaa bu'an, sammuun isaanii inni duudaanis in dukkaneeffame*. 22 Ogeessota utuma ofiin jedhanii gowwooman*; 23 ulfina Waaqayyo isa hin duunee, bifa nama isa du'uutti, bifa simbirrootaatti, bifa bineensa miilla afuriitti, bifa warra lafa irra munyuuqaniittis diddiiran*.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
.Kes.32:39 โAmma ilaalaa! Waaqayyo anuma, ana malee Waaqayyo kan biraa hin jiru; ani nan ajjeesa, ani nan jiraachisas; ani nan madeessa, ani nan fayyisas; homtinuu harka koo keessaa baasuu kan danda'u hin jiru*;
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Cubbuu guddaa dha. Waaqayyo irratti finciluudhas.๐๐๐โ ๏ธ
โuu 32:31 Museen gara gooftichaatti deebi'ee, โAmma sabni kun cubbuu guddaa hojjeteera, warqee irraas Waaqayyo tolfamaa godhateera.
โ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธ
Waaqayyo kan biraaf hin sagadiin ๐
โuu 34:14
๐๐โ ๏ธ๐๐
.4:10 โWaaqayyo kee Gooftichaaf jilbeeffattee sagadi. Isa duwwaafis hojjedhu!โ
๐๐๐๐๐๐
akkas jedhe โ ๏ธโ ๏ธ๐
.22: 8 Ani Yohannis kana hundumaa dhaga'eera, argeeras; kana dhaga'ee, argees erga ani raawwadhee, ergamaa isa kana hundumaa anatti argisiiseef sagaduudhaaf miilla isaatti nan kufe*. 9 Inni garuu, โKana gochuun siif hin ta'u! Ani sii fi obboloota kee warra raajotaaf, warra dubbii macaafa kanaa eeganiifis hidhata hojii ti, Waaqayyoof sagadi!โ naan jedhe.๐๐๐๐๐๐kanaaf ergamaa Waaqayyoof hojjetu isaafis sagadu malee ergamaan isaaf sagadamu hin jiru.โ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธ
Nama waliin jiraachuuf
Ergan yaalii koo fixee
Bineensa firoomfadhuu
Bosona keessa lixee?
Xaxadhee manaa ba'ee
Gaara Cillimoo galuu?
Hoomaa bineensaa waliin
Baala nyaachuu shaakaluu?
Tarii karkarroonilleee
Dhugaa koo naaf hubataa?
Ollaasaatti galuuree
Deemee gaara Mul'ataa?!
~
Weenniin tulluu Walaliifi
Arbi Baabbillee keessaa
Tarii imimmaan koo kana
Barruusaatti naaf qeensaa?
Tarii natti dhiyaatee
Madaa koo naaf ilaalaa
Bosona Baalee seenee
Firoomfadhuu Niyaalaa?
Namnoo dubbatee haalee
Kakatees kakuu cabsaa
Mee Gafarsatti siqee
Mirkanneeffadhuu kansaa?
~
Maaltu beekaree tarii
Dafqa koo yoon qoorfadhe
Mee ka'een takka ilaala
Bineensa firoomfadhee...
Bineensuu foolii beeka
Qomoosaa gaafa duraa
Fuunfatee - faana dha'ee
Rakkinarraa wal fura...
Sardiidni ni nyaattiiree
Foon murtee sardiidarraa
Yeeyyiinuu gamtaa uumtee
Wal tikfatti diinarraa!
Akkan wabii argadhee
Gidiraan narraa doomu
Qe'ee namaa baqadhee
Bineensatti firoomuu?!
Waaqayyoon kan eggatan humni isaanii ni haarrefama.
Yadesa shiri
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
147532
Ethiopia
Addis Ababa, 269
We offer distinctive assortment of gifts that are artistic, in unique atmosphere & occasions
Addis Ababa, แ แตแฎ
แแต แฐแแชแแปแฝแ แก- แ แฅแ แแฐแแ แ แฐแแ แฐแแจแ แฒแจแญแฑ แจแซแตแแตแ แตแซ แฅแแชแแแฉ แตแจแต แ แฅแ แตแฑแฒแฎ แฅแ แ แฅแ แแดแชแซแ แแตแซแต แญแฝแแ
Addis Ababa
We provide full makeup service for bridal, studio photoshoot, bridal shower and for any occasion.
22 Roundabout Next To Golagul Tower Noah City Point Building 5th Floor
Addis Ababa
๐ฉ๐ฝโ๐ Ethiopiaโs first and finest makeup institute #BBMIET ๐ Makeup, eyelash, & nail training.
Cameroon Street
Addis Ababa, SELAMCITYMALLNEXTTOYOUGOCHURCHONTHE3RDFLOORNOG-318
Makeup, nails, eyelash extensions and wax