Sabaa ofii maaltu caalaa

Sabaa ofii maaltu caalaa

Contact me

05/10/2023

Nama natu

Photos from Sabaa ofii maaltu caalaa's post 11/08/2023
10/08/2023

Oromon goota

10/08/2023

10/06/2023

Walloo!
Lafa keerratti
Nafa keerratti
Burqaa keerratti
Dhugaa keerratti.
Bara baraan...!
Dubbii si maru
Ittuu si qaru
Kiyyoo sif naqu
Garuu, ofi itti dhaqu!
Qe een kee akka qaawwu
Inuma hawwu
Humnaan si dhaaluu
Inuma yaaluu,.
Boris, ittuma furu
Eegi inuma dhufu
Garuu,
Beeki inuma kufu!

Qofaa taatee hin beektu! Waaqnis, dhugaanis, Oromoon hundis si faana!

10/06/2023

I have reached 1.5K followers! Thank you for your continued support. I could not have done it without each of you. 🙏🤗🎉

07/04/2023

Comment like share follow

10/07/2021

Jirtuu jettee nu waamnaan
Jirra jennee owwaannee
Atis jirta Haceekoo
Bara sanas hin godaanne.
Qaroo Eebbisaaf Usmaayyoon
Ilaaltee nuuf haggaamtee
Onnee rafe qirqiddee
Yeedaloodhsan kakaaste.
Barbadaa giimii haatee
Riqichaaf daandii taatee
Ulaa garbummaa cufuuf
Diinaaf fira gidduutti
Waan ati Oromoof taatee
Aannan kantaree ture
Akkanni dhama baasuuf
Dhalootaaf afaan taatee
Quqqaasaa golaa yaasuuf
Walabummaa saba kanaaf
Dafqa dhiigan cophistee
Firii bilisuummaa eegdee
Utuu hin nyaatin sokkite
Kichuu ati ilaalaa turte
Guddaatte wal hin horre
Erga nubiraa deemtee
Karaaakee nutti qorre.
Qalbiin keenyas haphatee
Namaa hin galuu akkisaa
Oljedhi nu ilaali Hacee
Maaliidha mallisaa!

29/06/2021

Hayyuu keenyaa kana aduunyaan akkaa nuf dhagaahuuf jalatii Free Jawaar Muhammad jedhaa barreessaa nu fayyaada

13/09/2020

Oromoon Enyuu Filatu
Jawaar Muhammad
Moo
Abiy Ahmad

Want your business to be the top-listed Transport Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Oromon goota
Hayyuu keenyaa kana aduunyaan akkaa nuf dhagaahuuf #share #like #Commenti jalatii Free Jawaar Muhammad jedhaa barreessaa...

Category

Telephone

Address

Chole
Addis Ababa
1000

Opening Hours

09:00 - 17:00