Boriifan Tolaa
Odeeffannoo garaagaraa qooddachuufi qooduuf.
๐Mirga dubartii macaafa keessatti:
1,Dubartii iccitii keessan dhoksaa jedha.
๐{{Milkiyaas raajicha 7: 5}} Hidhata keessan hin amaninaa; fira isinitti dhi'aatus hin amanatinaa; irraa of !๐๐๐๐
Egaa haadha manaa ofitti yoo iccitii hin imanne, yoo isii wajjin hin mari'anne eenyuu wajjin jiraata ? Dubartiin jireenya kee hunda siif sirree site iccitii kee eeguu dadhabde jechuu dha ? moo dubartiin namaa miti jechuu barbaadan ?
2,{{ Yoo Durbummaa dhabde Ajjeesa jedha}}
๐{{Seera keessa deebii 22: 20}} Haa ta'u iyyuu malee, hadheessi sun dhugaa ta'ee, intalattii ,
21 intalattiin mana abbaa isheetti gaalamootuu isheetiin Israa'el keessatti wanta yeellaasisaa waan hojjetteef, gara balbala mana abbaa isheetiitti ishee haa baasan, namoonni mandara isheetiis rukutanii ishee haa ajjeesan! Akkasitti isa hamaa of gidduudhaa baasaa!
๐Mee ilaala yaada macaafa kana Akkuma beekamu Durbummaan karaa adda addaatiin baduu danda'a Fkn kufaati humnaa oliitiin, Ispoortii hojjachuu dhaan, Dirqamaan gudeedamuu dhaan, Ulfaatinaa hojiitiin fi k k f
wontoota kana jiruu isiin durbummaa dhabnaan dhagaadhan tuma Ajjeesa jedha, kun jecha waaqa ta'uu danda'a ? waaqni rakkoo namaaf in ilaalu jechuu dha?
3, ๐{{Dubartii ibiddaan gubaa jedha}}
๐{{Seera lewwota 21: 9}}๐ Intalli luba tokkoo gaalamootummaadhaan yoo of xureessite, maqaa abbaa isheetii xureessuu ishee ti; isheen !
๐Osoo cubbuu/yakka hojjatteef Adabamti jedhe waan gaariidha, garuu "maqaa Abbaa isii xireessuu isheetiif "jedhe.
4,Sheqeelii Shantamaan ( birrii 50)kan isaa haa godhatu๐๐๐๐๐๐
๐{{Seera keessa deebii 22: 28}} Namni tokko durba hin kaadhimatamin tokko argee, qabee ishee wajjin yoo ciise, isaan lachuu yoo argaman,
29 namichi ishee wajjin ciise sun waan ishee yeetlaasiseef, abbaa intalaattiif meetii sheeqelii shantama miijanu haa kennu! Isheenis haadha manaa isaaf haa taatu! Inni immoo bara jireenya isaa guutuutti ishee gad bin dhiisin!
๐Bakka kanatti kan fedhii malee wajjin ciisamte miidhamtee kan qarshii fudhatu immo abbaadha.๐
{{Ajaa'ibaa miti?}} gara biraatiin immoo fedhii isii malee erga gudeede booda sanaa ammas yoo isheen feetes fedhuu baatus fuudhe waliin haa jiraatu ishee gadi hin dhiisin jedha yoo jibbitee fedhii hin qabne ho ?kun mirga dubartii eeguudha mo ? gabroomsuudha?
5, โก๏ธQaama saalaa Dubartii Namootaa fi mootiin akka ilaalan ajaja
๐{{Naahoom raajichaa 3:5}} Waaqayyo gooftaan maccaa, "Kunoo, ani siin nan morma; uffata kee mataa keetti ol nan garagalcha, sabni lafa irraa qullaa kee, mootummoonnis salphina kee akka argan nan godha" jedhe
๐Macaafni afaan oromoo kun waan dubbii irraa muree Anbiseef isa Afaan ingiliffaa kana ilaala๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐
" Behold, I am against thee, saith the LORD of hosts; and I will discover thy skirts upon thy face, and I will shew the nations thy nakedness, and the kingdoms thy shame."
(Nahum 3: 5)๐๐๐๐
6. ๐Dubartiin Akka mana dhimmisuti yookiin Akka manni rooba of keessa dabarsu nama rakkisutti nama rakkifti jedha. Kana jechuun Dubartiin akka mana citaati jechuu isaati
Dubartii mana citaatti fakkeessa.
{{Macaafa fakkeenya 27: 15}}Haati manaa qoccoltuun, akka mana guyyaa bokkaan roobu dhimm'isaa ooluu ti; 16 ishee ittisuun akka nama qilleensa ittisuu, yookiis akka nama dhadhaa ejersaa qabuuf yaaluu ti;
๐''Yaa dubartoota kiristaana'' yoo macaafa keessan kana ilaallu waaqni isin uumee kahe isin jibbe namatti fakkaata .๐
๐yoo akkanatti isin arrabsu yeroodhuma duraa maaliif isin uume ?
7,๐"Dubartoonni kiristaanaa gaa'ila raawwachuu gaafa barbaadan filannoo hin qaban"
๐{{ seeraa keessa deebii 25: 5}}๐ Obboloota walii wajjin jiraatan keessaa inni tokko utuu dhala hin godhatin yoo du'e, /manaa_isa 'e hin ! Obboleessi abbaa manaa isheetii gara ishee dhaqee, barcuma qajeelchee haadha manaa ishee haa godhatu! Akka macaafa keessan kanaati dubartiin amma beeladootaaf mirgi eegamu hin eegamuuf jechuudha. Beeladaan tokko gaafa marga dheedu dide marga inni jaallatutti jijjjiiramaaf.
๐ Yaalammii koo Macaafni kun mirgaa kee dhugaan kabajee jiraa?,deebii siifan dhiisa
8, ๐Dubartii butuutti Ajaja๐. seera ilmi namaa baaseenuu butiin dhowwamaadha. macaafni keessan ammuma seera ilmi naa baase mirga namaa hin kabaju ? kunis jecha waaqati jedhamuu danda'a?๐
๐{{Macaafa Abbootii firdii 21; 20}} Itti dabalanii namoota Beniyaaminiin, โ Dhaqaa! Dhaabaa waynii keessa riphaatii eeggadhaa!
21 Yommuu durboonni Shiiloo lafa ayyaanichaatti sirbaaf gad ba'an eegaatii, iddoo dhaabaa waynichaatii ba'aa, durba tokko tokko butaa! Fudhadhaatii gara biyya Beniyaamin dhaqaa!
9,๐ Namni Dubartii gadi dhiifamte fuudhe Ejjeera ( zinaa hojjateera)๐
๐{{Maatewos 5:32}} namni dubartii gadhiifamte fuudhus in ejja" jedhe.๐
Akkana jechuun dubartiin tokko. eega heerumtee booda yoo Abbaan manaa sun isiif ta'u dide mirga baate nama biraatti eerumuu hin qabdu jechuudha yoo nama seera macaafa hordoftu taate
๐Alhamdulillaah Dubartoonni Amantii islaamaa immoo yoo eerumanii Abbaan manaa isaani isaan rakkise yookiin isaa wajjin jiraachuu hin barbaanne Abbaan mana isii immo isii hiikuu dide Abbaa seeraa islaamaa(Qaadi) bira dhaxxee dirqamaan of hiiksisuu dandeesse .bultiin( gaa'illi) dirqamaan hin ta'u
Akkuma oromoon jedhu "sin jibba jennaan sittin sirba hin jedhamu"
10, ๐Dubartiin xurooftuudha yookiin Najasa jedha Namni isii xuqes Najasa jedha
ani kan na dhibe Macaafni kun Dubartiin Haadha dhiiraa, Obboleettii dhiiraa, Haadha manaa dhiiraa. Ilmoo dhiiraa ta'uu hin beekuu ?? moo osuma beekuu akkanatti xiqqeesse tuffata ? moo nama miti itti fakkaatti dubartiiin kun ?
Kanumaa wajjin macaafichi jechaa waaqti jedhama !
๐{{Seera lewwotaa 15:19}} " 'Dubartiin saala ishee keessaa dhiigni ba'u hamma guyyaa torbaatti yeroo garaa dhukkubbii isheetii ti; namni ishee bira ga'es hamma galgalaatti xuraa'aa haa ta'u! 20 Yeroo garaa dhukkubbii isheetii kanatti wanti isheen irra ciiftuu fi wanti isheen irra teessu hundinuu xuraa'aa dha.
21 Namni iddoo ciisicha isheetti bu'es uffata isaa miiccatee, dhagna isaa dhiqatee, hamma galgalaatti immoo xuraa'aa haa ta'u.
itti fufa....
Let's Grow Together๐นโค๏ธ Follow me I will follow you back now ๐๐๐
1. Mobaayilii qabdaa?
2. Facebook qabdaa?
4. Kana dubbisuun yerookee gubaa jirtaa?
5. Lakkoofsi 3 akka hin jirree hin hubannee๐ซต๐ฝ
7. Deebitee check gootee/ilaalte.๐
8. Ammas Gowwomteetta Lakk 6 hin jiruu.๐
9. Ofitti kofaltee๐คฆ๐พโโ๏ธ๐
10. Lakk 1 akka hin jirre in yaadannee๐
11. Dhugaa sitti fakkaatee ilaalte. ๐
12. Ammas Gowwomteetta ati nagaa miti jechuudha. Jireenyi akkasitti waan nutti taphachaa jiru natti fakkaata.๐คฆ๐พโโ๏ธ๐
Ergawwan Ijoo Dr Abiy Ahmed Galgala Kana Dabarsan Keessaa Muraasa.
๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐ฟ๐๐๐ฟ๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ
Eenyullee kan saba, afaan, aadaa filatee dhalate hin jiru. Sun hojii Rabbiiti. Kanaaf hundi keenya hundi keenya dursi namooma tahuu haa hubannu.
Sobni nuti guyyaa guyyaan facaafnu funyoo walitti nu hidhu, kan nu tokkomsu, kan hiikudha.
Mootummaan natti hin mijanneef jedhanii warshaa gubuun dhukkuba!" Boru gaafa mootummaa taate dhimma ijaaruuf rakkattu hin balleessin!
Wanta tokko kennuu fi fudhatuun baay'inaafi gosa adda adda ta'uu danda'a, malee inni kaan guutuu homaa hin barbaachifne miti!" Kanaaf waliin jiraachuu fi seeneffama waloo babalโisuun Itoophiyaa fi Afrikaaf baayโee barbaachisaa dha.
Seenaan tokko sirritti yoo himame biyya guddaa uuma! Yoo hin tane garuu wal waraanisisaa, wal ajjeesisa.
Galmi sabboonummaa biyya guddisuu, bilisummaa fiduu, aangoo cimsuu taโuu dandaโa; Diigumsaas taโuu dandaโa. Maqaa sabboonummaatii qabsaa'e tolchuu qofa osoo hin taane, balleessuu ni dandee'a. Kanaaf sabboonummaan fedhii isaatiin, akkaataa imala isaa fi buโaa inni fiduun xiinxalamuu qaba.
Sabboonummaan agarsiiftuu xixiqqoo hedduu qaba, garuu agarsiiftonni inni guddaan sadii; "Amantii tokko!" "Afaan tokko!" Akkasumas "jibba" dha.
Sabni hundi waldandaโanii waliin jiraachuu malee filannoo biraa hin qabu; Hundi keenya nagaa fi tumsa qofaan jiraachuu dandeenya. Kanaan ala filannoo dogoggoraati. Injifataan hin jiru.
Bakka hundatti wantoonni baayโee barbaachisoo taโan ni jiru; Isaan irraa fudhannee waliin jiraachuu akka dandeenyu amanuun barbaachisaadha.
Tokko haa taanu garuu bifa tokko hin tahin; Afaan adda addaa, amantaa adda addaa fi bifa adda addaa kan qabnu yoo taโu, kunniin garuu akka biyyaatti tokko taโuu nu hin dhorkan. Biyya kamittuu dhimma ta'eedha. Heddumina kana keessatti biyya badhaate ijaaruu dandeenya.....
Mee isinis itti dabalaa..๐
Jabaa Namaa!!!
๐๐๐๐๐๐๐๐Today Best Photos๐
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ โค๏ธโค๏ธ
โค๐โคโค๐โค๐โค๐โค
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Actres # jamilanagudu with and also known as in movie๐ฝ๐บ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐Today Best Photos๐
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ โค๏ธโค๏ธ
โค๐โคโค๐โค๐โค๐โค
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Actres # jamilanagudu with and also known as in movie๐ฝ๐บ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐Today Best Photos๐
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ โค๏ธโค๏ธ
โค๐โคโค๐โค๐โค๐โค
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Actres # jamilanagudu with and also known as in movie๐ฝ๐บ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐Today Best Photos๐
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ โค๏ธโค๏ธ
โค๐โคโค๐โค๐โค๐โค
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Actres # jamilanagudu with and also known as in movie๐ฝ๐บ๐
Ergaan qondaalli waraanaa Yugaandaa 'Keeniyaa qabachuuf torban lama qofa nutti fudhata' jechuun barreesse ijoo dubbii ta'e
October 4, 2022
Ilmi Pirezidaantii Yugaandaa Let. Janaraal Muhoozi Kainerugaba karaa toora tiiwiitara isaanitiin, ''Aniifi waraanni koo Naayiroobii to'achuudhaaf torbanoota lama qofaa nutti fudhata'' jechuun barreessuun lammiilee Keeniyaa dheekkamsiiseera.
Abbaan hogganaa waraana lafoo Yugaandaa, Yuwerii museveniin waggoota 40tti siqaniif biyyattii bulchaa jiru.
Hogganaan waraanaa kun guyyoota lama dura waa'ee Itoophiyaa irratti yaada falmisiisaa kennanii ture.
Muhooziin '' Tigiraayiin ni ittisna,'' jedhanii osoo hin turiin ammoo, ''Minilik II'n akaakayyuu keenya,'' jechuun fuula tiwiiterii isaanii irratti maxxansanii ture.
A๏ปฟmma immoo ''Naayiroobii qabachuuf anaafi waaraana koo torban lama qofa nu fudhata'' jechuun fuula Tiwiiterii isaanii irratti barreessuun falmii guddaa kaaseera.
'๏ปฟ'Rakkoon koo tokko obboleesikoo hangafaa yeroo sadaffaaf dorgomuu dhiisuu isaati, silaa salphaatti mo'anna ture,'' jechuun waa'ee pirezidaantii duraanii Uhuuruu Keeniyaataa aangoo karaa nagaa Wiiliyaam Ruutootti dabarsanii barreessan.
Muhooziin abbaa isaanii Yuwerii Museveenii irraa aangoo pirezidaantummaa fudhatu jedhamuun eegamu.
F๏ปฟuulli Tiwiiterii kun tarii kan sobaatii jedhamee yaadamus kanuma dhuunfaa isaaniiti.
Ministerri Dhimma Alaa Yugaandaa hariiroon biyya keenyaa fi Keeniyaa dubbii miiidyaa hawaasaa irratti kan bu'uureffame miti jechuun ibsa baase.
H๏ปฟeerri mootummaa Keeniyaa pirezidaantiin biyyattii filannoo lamam qofaaf dorgomu akka danda'u daangeessa.
Lt Gen Muhoozi Kainerugaba Uhuuruun yeroo sadaffaa filatamu dhabuutti kan aaran fakkaatu.
Qondaalli waraanaa kunis ergaa tiwiitaraa Onkolooleessa 3, 2022 walitti aansuun barreesseen, heera mootummaa ykn seeraaf akka dhimma hin qabne kaasuun, ''Nuuf Waraaqsa qofaadha, waa'ee isaatiis dhiheenyatti ni bartu'' jechuun barreesse.
''R๏ปฟakkoon ani obbooleessi kiyya angafa waliin qabu tokkichi, yeroo sadaffaadhaaf dorgomu dhabuusaati. Silaa haaluma salphaatti mo'anna ture!'' jedhe.
Akkasumas haala baacootiin ''Firoota koo Keenyaa nan jaaladha. Heera Mootummaa? Olaantummaa Seeraa? Ni qoostu ta'a!
''Nuuf garuu Warraaqsa qofaadha, kanas dhiheenyatti waa'ee isaa ni bartu!'' jechuun barreesse. ๏ปฟ
N๏ปฟamoonni itti dhiheenya qabanis ilmi Pirezidaantii yeroo tokko tokkoo karaa tiwiitaraatiin akka barbaadetti barreessu kun, abbaasaa Yooweerii Museevanii bakka bu'uun pirezidaantii ta'uf kaadhimamaa jiraachuu dubbatu.
Aab Museeveniin erga bara 1986 kaasee Yugaandaa hoogganaa jiru.
Haata'u malee erga bara sanaatii asi ammoo Keeniyaan pirezidaantoota ishee yeroo sadiif filannoon geeddarte jirti.
Q๏ปฟondaalli waraanaa kunis inniifi waraanni isaa Naayiroobii to'achuu torban lama qafaa akka itti fudhatu barreessuu qofa osoo hintaane, erga Naayiroobii to'atanii booda eessa akka jiraachu danda'ulleen akka asiin gadiitti gaafateera.
๐
Mootummaa kee jalatti bitameen
Waanjoo jaalala keetii baadhaa
Sagalee lallaba keetii durseen
Waamicha keetiif owwaadha
Simbira barristuu fakkaadheen
Siif ta'een koochoof koola
Waajjira jaalala keetii dhufeen
Ganda keessan oola
Dallaa keessan bukkee dhaabbeen
Hulaa mana keessanii qiyyaafadhaa
Mandara keessan keessaa naanna'een
Jirtaaf hin jirtuu kee iyyaafadha
Bishaan buuta jedhee shakkeen
Laga keessan qarree gubbaa taa'aa
Gaafan eege si dhabu immoo
Imimmaan kootu tarree galee yaa'a
Lafa qoraan funaantu sana dhaqeen
Si ilaaluuf muka dheeraa yaabaa
Lafa dur waliin oollu sana deemeen
Yaadannoo keetiif biqiltuu dhaaba
Halkaniyyuu barbachaa keef jedheen
Aabjuudhaan farda yaada yaabbadha
Tarii harmeef gabaa baata jedheen
Daandii gabaa bukkee dhaabbadha
Otoon baradhuu dhiisee kutaa ba'een
Daree barnootaa keessan dhufaa
Ol-lixeen ijaa kee ilaala yoon jedhu
Waardiyyaatu karra natti cufa
Lafa dur itti wal argine sana deemeen
Waa'ee keef dachee waamee dubbisaa
Dacheenis na jalaa owwaachuu didde
Qilleensatu gurra koorra bubbisa
Kunoo barbaacha keef jedheetan
Hallayyaaf qilee gidduu naanna'aa
Mana kootii ergan ba'eellee tureera
Akkattan galuu dhabeen qaana'aa
Waa'ee koo homaa quba hin qabdu
Akkan jaalala kee gidduu buufame
Akka gola onnee koo walakaarratti
Galmeen yaadannoo keetii kuufame
Akkan halkaniif guyyaas yaada keen
Otoo hin rafin aduun dhiitee bariitu
Akka halkan aabjuudhaan dhuftee
Hirriba koorra kaastee na ariitu
Akkan ergan si bareerra jalqabee
Jireenya koo boriif si kudhaame
Akkan gugee barristu dhaabsiseen
Ergaa jaalalaa koo siif dhaame
......
Gaafa dhaamsi koo si qaqqabee
Atis deebisii waan naaf dhaami
Akka keessi garaa koo gammadu
jedhiitii na waami
Gareen shororkeessitootaa garee afuriin gurmaaโuun yakkaa raawwachaa turan toโataman
Bakka garaagaraatti garee afuriin gurmaaโuun yakka ajjeechaa cimaa fi saamichaa kanneen raawwachaa turan miseensonni garee shororkeessaa toโannoo jala oolfamuu humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa Biyyaalessaa beeksise.
Ergama shororkeessummaa fudhatanii lammilee nagaa sadii ajjeesuu, yaalii ajjeechaa tokko, meeshalee waranaa sagalee hinqabnee 46 gargaaramuun yakkaa saamichaa fi yakkaa badiisaa raawwachuun hawaasni yaadoo nageenyaa keessa akka galu gochaa kanneen turaan toโachuu humnichi waloo beeksiseera.
Garee shororkeessaa ABUT waliin qindaaโuun, Magaalota Finfinnee, Mojoo, Baatuu, Shaasahmannee, Tullu Boolloo, Walisoo, Buttaa Jiraa fi Walqixxeetti garee afuriin gurmaaโuun uffaannaa dambii poolisii Federaalaa fi naannoo uffachuun, meeshaalee waranaa fi ibsaa anniilaa olaa qabuun konkolaattotaa dhaabsisuun yakka saamicha fi ajjechaa raawwavchaa yuruu himameera.
Kanneen yakkicha raawwachaa turan Abdallaa Kadir, Boonaa Ayyaanoo, Taarikuu Sarbii, Qaasiim Gammachuu, Diittaa Kashee, Mahaammad Adam, Caalaa Wandimmuu fi Jamaal Kadir shakkamtoonni jedhaman, konkolaachistootaa Raayidii maallaqaa olaanaan kireeffachuun magaalota naannolee geessuun sababoota garaagaraa uumuun, erga galgaleessanii gara Finfinnee haa imallu jechuun, imalarra utuu jiranii, naannawaa dukkanaaโa wayiita gaโan konkolaataa dhaabsisuun konkolaachisaa ajjeesuu, yakka suukanneessaa raawwachuu shakkamtoonni hunduu amanuun akkataa fi bakkaa yakkicha itti raawwatan argisisuu hubachiiseera.
(FBC)-tu gabaase.
Finfinnen ayyaana Irreechaa kabajuufi keessummoota ishee simachuuf qophii ishee raawwattee jirti. Keessummoonni keenyas baga nagaan dhuftan waan jettu faakkaata, turtiin keessanis kan miidhage akka ta'u ni hawwina waan jettu fakkaatti dacheen finfinnee.
Helo akkam jirtu nagaa keessanii
Qaqqaaliiwwan oromoo?
Bulloon yoo garmamu
Tolaa! maaf dubbii dhiise
Click here to claim your Sponsored Listing.
Videos (show all)
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
JIMMAA
Djibouti Street
Addis Ababa
Marta cosmo. we provide original brand products with affordable price from USA and Europe.Contact us: 0911934958/0911409940 telegram:https://t.me/hm_cosmo22
Addis Ababa
I'm a certified makeup artist in ims makeup school and studio.bold ,dramatic looks are my speciality. I like to make my clients stand out & WOW at their events. To work wiz me book...
Kotebe
Addis Ababa
I'm just just a simple dude N i do my things in ma own way without permission from anyone all care about is to say what people don't have guts to say out not that I'm rude but I'm ...