Gezuyad Foundation

Gezuyad Foundation is an emerging NGO founded with a long-sited vision & clear objective.

10/09/2022

Let us be a better human being, a better person and a better citizen. It’s not the destination, it’s the journey. May you enjoy each day of your adventure.

Happy Ethiopian New Year!!
መልካም አዲስ ዓመት!
Baga bara haaraan Isin ga'e!

|| ||
|| , ||

08/03/2021

's_ ! Women are a source of inspiration for the family, society, and the country at large. Today you deserve our most respect and appreciation! Happy Women's Day once again!

! ሴቶች ለቤተሰብ እና ለማህበረሰብ የደሰታ እና የብርታት ምልክት ናቸው፡፡ ለእናንተ ብዙ ክብር እና አድናቆት አለን!!!

! Dubartoonni madda gammachuufii cimina maatiifii sabaa, akkasumas fakkeenya biyyaati! Kabajaafii ulfina guddaa isiniif qabna!


|| ||
|| , ||

17/12/2020

! Thank you for your dedication guys! 🙏🏾😍

11/12/2020

" Sometimes being crazy isnt enough..."

|| ||
|| , ||

04/12/2020

Some of you guys are asking as if this is only an idea of creating an Organization or there is some practical move to get the license?
we would like to inform you as we have done all legal procedures last year and we are on the practical implementation of our objectives now. If you are interested to be the participant and If not, for others who can be a part of it!


|| ||
|| , ||

02/12/2020

Jijjiirama biyyi keenya keessa jirtu ilaalchisee namni sammuun isaa yaaduu fi ittigaafatamummaan itti dhagahamuu hundi waa’ee biyyaa yaaduu, haasa’uu fi irra deddeebi’ee xiinxaluuf dhirqamni lammummaa waan itti kenname natti fakkaata. Haalli qabatamaan amma ta’aa jirus kanuma nutti agarsiisa. Kana jechuun, gaariifis haata’u badiidhaafis sammuun nama hundaa dammaquu nutti agarsiisa. Haata’u malee gaaffiin baayyee barbaachisaa fi namni hundi of gaafachuu qaba jedhee anamu yoo jiraate, Jijjiiramicha keessatti ga’een kiyya maalidha? Anoo biyya kiyyaaf maalan hojjedhe? Maalan hojjechuu danda’a? Jedhee namni hundi of gaafachuudhaan ijaarsa biyya ofii keessatti hojii isarraa eegamuu fi hojii itti hin gaabbine yeroo ofiitti hojjetanii darbuun nama hunda irraa eegama jedheen amana.

Keessumattuu abbaa yeroofi abbaa amaanaa biyya kanaa kan taane nuti dargaggoonni, umurii murteessaa keessa jiraachuun keenyaan walqabatee dhaabbanee yaaduu fi jabaannee hojjechuudhaan ofii keenya jijjiiruu bira darbinee jijjiirama namoota birootiif sababa akka taanu, akkasumas ashaaraa keenya keenyee darbuu qabna jedheen amana. Kanarraa ka’uun yoo irratti hojjetame kan gara hojiitti jijjiiramuu danda’u, qulqullinaa fi carraa barnootaa baldhaa uumuu keessatti qooda guddaa bahuu kan danda’uu fi kaayyoo guddaa of keessatti kanqabate dhaabbata miti-moottummaa, “Gezuyad Foundation” jedhamu dhaabuuf kanan kaka’insa argadhe.

Kabajamoo Sabakoo! Dhalachuu, guddachuu fi du’uun seera uumamaa akka ta’e ni beekama. Haaluma walfakkaatuun Yaadnis Ka’umsa qaba. Haala biyyoota adunyaa irraa arginutti, yaadni gurguddoon kan maddan namoota muraasa irraa yoo ta’u, Aadaan yaada sana fudhatanii gargaaruu fi guddisuu yookiin immoo Aadaan yaadicha busheessuu fi dadhabsiisuu saba guddaa fi xiqqaa, sooressaa fi hiyyeessa godhee keellaa eenyummaa saba tokkoo murteessu ta’uu bira darbee biyyootaallee otoo hin hanbisiin biyyoota guddatanii fi biyyota gudachaa jiran jechuun addaan nuqoodee jira. Sabni waan qabu jajjabeessee gargaaru yoo guddatu sabni hin milkoofne immoo yaada dhalate kichuutti cabsee waltakaaluun, inni tokkoo isa tokko takaalee kuffisuun jijjiirama tokko osoo hin agarsiisiin harka ofii kadhaaf akka diriirsetti, dandeettii rabbi itti kennee gara lafa kanaa isa fide tokko osoo itti hinfayyadamiin gara boollaatti deebi’a.

Kanaafuu, namni kaayyoon fawundeeshinii kanaa guddaa ta’uu hubate hundi kaayichaaf gufuu ta’uu dhiisuurraa jalqabee haga danda’utti akka jajjabeessuu fi deeggaru, akkasumas waliin taanee guddina biyya keenya jaalatamtuu, Itoophiyaadhaaf akka dhaabbannuuf waamicha kiyya dhiheessuun barbaada.
Dhumarratti yaadni kun akka as ga’u hiriyoonni kiyyaa fi warri nawaliin turtan hundi keessan ulfaadhaa waaqayyo isin haa eebbisu jechuun barbaada. Isinis hojiileen nuti gara fuulduraatti waliin hojjennu akka isin dhaqqabuuf gochuudhaan nu hordofaa, hiriyoota keessaniifis gochuun akka isaan dhaqqabu nuuf godhaa.

Horaa Bulaa!

“ , ”

01/12/2020

አገራችን ኢትዮጵያ እያደረገች ያለችውን የለውጥ እና የእድገት ከፍተኛ ፍላጎት እንዲሁም የለውጥ ጅማሬን በተመለከተ ማንኛውም ኀላፍነት የሚሰማው ሰው የሚሆነውን እና እየሆነ ያለውን ነገር የማሰብ እና የማሰላሰል የኢትዮጵያዊነት ግዴታ ያለበት ይመስለኛል። አሁን ባለው ተጨባጭ ሁኔታም ያየነው ይህንኑ ነው። ይህንን ስናየው በእኔ አረዳድ የእያንዳንዳንዱ ሰው ህሊና ለበጎም ይሁን ለክፉ መነቃቃቱን ያሳያል ብዬ አስባለሁ።

ይሁንና በጣም አስፈላጊ እና ሁሉም ሰው ራሱን መጠየቅ አለበት ብዬ የማምነው ነገር ቢኖር በለውጡ ውስጥ የእኔ ድርሻ ምንድነው? እኔስ ለአገሬ ምን አደረኩኝ? ምንስ ማድረግ እችላለሁ ብሎ እራሱን በመጠየቅ በአገር ግንባታ ውስጥ የሚጠበቅበትን ስራ እንዲሁም የማይቆጭበትን በጊዜው ሰርቶ ማለፍ ተገቢ ነው ብዬ አምናለሁ። በተለይም የጊዜው ትልቁ ባለአደራ የሆንነው ወጣቶች ፍሬያማ በሚባለው የእድሜ ክልል ውስጥ ያለን እንደመሆናችን ቆም ብለን በማሰብ እና ጠንክረን በመስራት እራሳችንን ከመለወጥ አልፈን ለሌሎች ህይወት መለወጥ ምክንያት መሆን እንዲሁም የየድርሻችንን አሻራ ጥለን ማለፍ አለብን ብዬ አምናለሁ። ለዚህም ነው ከተሰራበት ተግባራዊ መሆን የሚችል እና በአገራችን ያለውን የትምህርት ጥራት እና አቅርቦት በብዙ መደገፍ የሚችል ትልቅ አላማ በውስጡ የሰነቀ “ገዙያድ ፋውንዴሽን” የተሰኘ የበጎ አድራጎት ድርጅት ለመመስረት የተነሳሳሁት።

ውድ ጓደኞች እና ወገኖቼ! መወለድ ማደግ እና መሞት የተፈጥሮ ህግ እንደሆነ ይታወቃል። በተመሳሳይ ሀሳብም መነሻ አለው። በብዙ የአለም ክፍል ማየት እንደሚቻለው ትልልቅ ሀሳቦች የሚነሱት ከውስን ሰዎች ሲሆን እነዚያን ሀሳቦች ተቀብሎ የመደገፍ እና የማሳደግ አልያም የማራከስ እና የማዳከም ባህል ማህበረሰብን ትልቅ እና ትንሽ ሀብታም እና ደሃ አድርጎ የከፋፈለ የማንነት መፈተሻ ኬላ በመሆኑ አገራትን እንኳን ሳይቀር ያደጉ እና በማደግ ላይ ያሉ በሚል ከፋፍሏል። ያለውን እያበረታታ የሚደግፍ ማህበረሰብ ትልቅ ሲሆን የሚመነጩ ሀሳቦችን በእንጭጩ የሚያጠፋ ያልታደለ ማህበረሰብ ደግሞ እርስበርስ እየተሰነካከለ አንዱ ሌላውን ጠልፎ እየጣለ ምንም ለውጥ ሳያመጣ እጁን ለልመና እንደ ዘረጋ ፈጣሪ ሰጥቶት ወደዚህች ምድር የመጣውን እምቅ ሀይል ምንም ሳይጠቀምበት ይዞ ወደ መቃብር ይወርዳል።
ስለሆነም ማንኛውም የዚህ ፋውንዴሽን አላማ ትልቅ መሆኑን የተረዳ ሰው ለዚህ አላማ እንቅፋት ካለመሆን ጀምሮ አቅሙ በፈቀደለት ሁሉ እንዲያበረታታ እንዲደግፍ እና በጋራ ሆነን ለምንወዳት አገራችን ኢትዮጵያ እድገት የበኩላችንን እንወጣ ብዬ ጥሪዬን አስተላልፋለሁ።
በመጨረሻም ይህ ሀሳብ እውን እንዲሆን የተቻላችሁን ሁሉ ያደረጋችሁ ጓደኞቼ Eden Begna Habtamu Koroto Estifanos Habtamu Milael Mekonnen Robel Debebe Eshcol Teferra Getu Yadete እና ሌሎች የረዳችሁኝ ሁላችሁም እጅግ አመሰግናለሁ እግዚአብሔር ይስጥልኝ እላለሁ። !!!

እርሶም ወደፊት በጋራ ለምንሰራቸው ነገሮች እንዲደርስዎ ይህንን PAGE እና ያድርጉት!

Want your organization to be the top-listed Non Profit Organization in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

Bole Subcity
Addis Ababa

Other Addis Ababa non profit organizations (show all)
Noble Cause Elder Care and Support Noble Cause Elder Care and Support
Office Addis Ababa
Addis Ababa, P.O.BOX21261,CODE1000

We are working for/with the most poorest and potentialy vulnerable elders in Ethiopia!

Rotaract Club of Keroggie Rotaract Club of Keroggie
Bole Subcity, Woreda 03, Zewdu Gessese Bldg, House No. 2414/2nd Foor
Addis Ababa

We are visionary, committed and disciplined young Ethiopians passionate to make a positive difference in the lives of our fellow citizens and the humanity through community service...

Rotaract Club of SOLYANA Rotaract Club of SOLYANA
Addis Ababa

Rotaract Club of Solyana is one of the 16 clubs in Ethiopia, and has been running since 2007 as a partner in service of Rotary International

Rotaract club of Ra'ey Rotaract club of Ra'ey
Addis Ababa

RAC Ra'ey is a rotaract club with members of different professions and knowledge in Ethiopia working for the realization of Ethiopia's visions VISION IN ACTION!

Strong Hearts International Strong Hearts International
Nifas Silk Lafto Sub City, Kore Mekanissia Area
Addis Ababa

We are a 501c3 non profit organization, our mission is to bring about transformation from the insideo

AIESEC in Ethiopia AIESEC in Ethiopia
EiABC, Dej. Baltcha Aba Nefso Street
Addis Ababa

Welcome to the AIESEC in Ethiopia Official Fan Page! AIESEC is the World's largest student‐run organi

The School of St Yared, Ethiopia The School of St Yared, Ethiopia
Opposite French Embassy
Addis Ababa

The School of St Yared opened in 2009 with the aim of offering a top class education to talented, imp

The Ethiopian Film Initiative The Ethiopian Film Initiative
Addis Ababa

Empowering Ethiopian filmmakers

Life4all Life4all
Addis Ababa
Addis Ababa, 41303

Great Commission Ministry Ethiopia on the journey of spiritual movement every where is impacting stu

Akaki Lesperance Akaki Lesperance
Akaki Kality, Wereda 01
Addis Ababa

L'ESPERANCE-ETHIOPIA is a humanitarian and non-making institution.