Sinishaw muleta

Sinishaw muleta

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sinishaw muleta, Art, Addis Ababa.

Photos from Fikadu's post 01/07/2024
23/06/2024

Kitaaba kana Amma SA,AA 7:49 dubiisee fixe. Mee namoonni dubistan seenaa enyuu jalattani? Comment godha.Ani gootummaa koloonel Taarikuu. Seenaa loola kaafitaa netib 1702,paradizo bunaa, si'ilay barihe fi seelii oroomayi.fi dhumarrattii waa,ee arsaa jalalaaf fiyaameettaa gilaay kanfalteedha. Isiin hoo mee comment goodh.warrii hin dubbisiin immoo dubbisaa baayyee jalattu.
Nagaan bulaa.

23/04/2024
Sinishaw Muleta - NAXALAA - New Ethiopian Afaan Oromo Music video 2023 (Official Video) 08/07/2023

Suuta suuta ......

Sinishaw Muleta - NAXALAA - New Ethiopian Afaan Oromo Music video 2023 (Official Video) Sinishaw Muleta - NAXALAA - New Ethiopian Afaan Oromo Music video 2023 (Official Video) Sinishaw Muleta - NAXALAA -best Oromo music video Music 2023: Don'...

12/06/2023

I'm back

Ibiddo Galaan - Walashee - New Ethiopian Oromo Music 2022 (Official Video) 17/09/2022

Bum Bum Ibiddo Galaan
Waalaabuu maddan dura
Gaarri saannate dagalaayeyoo
Kan shiraa aduun lixxe
Qaata saafayee galgalayeyoo
Dhugaa ibsacha malee
Dukkaneessee rooba namaa hin ifuu
Saba dhiiga ofiif malee
Quuqamni dhugaadha namaa dhufuu
Eebo darbata toluu
Dhoonbiriin Diina conqolaasani
Yoo dhalchan goota dhalchu
Dhalchani maqaa waaqo baasaniif
Adaada wayaa fishee
Shaayya miccataa warri abbaakaraa
Roobiyyo ko WALASHEE goota
Akka abba kankee siraa dhalaa…..

Ibiddo Galaan - Walashee - New Ethiopian Oromo Music 2022 (Official Video) Ibiddo Galaan - Walashee - New Ethiopian Oromo Music 2022 (Official Video)Ethiopian Music: New Ethiopian Oromo Music From Ibiddo Galaan.......Walashee: Ibidd...

SHILLALAA SHII Oromo music by Eskindir Tamiru 03/09/2022

https://youtu.be/iHyro5m_Uxg

SHILLALAA SHII Oromo music by Eskindir Tamiru SHILLALAA SHII Eskindir TamiruSpecial thanks Comedian Zewdu Silashii (singili) Beritem studioDinkisa DebelaMy familyBarrikoo EntertainmentKabajaa Fi ulfinii ...

Photos from Sinishaw muleta's post 02/09/2022

Irreechaa loading Musxe Abdø and Dawoo

30/07/2022

Badhaasa ogbarruu gaaddisaa birruu jedhu yeroo calqabaaf waldaan barreesitootaa oromiyaa qopheesse waan jajjabeeffamuu qabuudha.jabeessaa,waan na affeertaniifis galatoomaa

Taaddasaa Qorichoo 'KARKAR' New Afaan Oromo Ethiopia Music 2022 17/07/2022

https://youtu.be/0f36j3PGueU

Taaddasaa Qorichoo 'KARKAR' New Afaan Oromo Ethiopia Music 2022 Taaddasaa Qorichoo New Afan Oromo MusicKARKAR 2022

Yonan H - Miskinaa'e - New Ethiopian Oromo Music 2022 (Official Video) 16/07/2022

It's extraordinary work pls Sher it

Yonan H - Miskinaa'e - New Ethiopian Oromo Music 2022 (Official Video) Yonan H - Miskinaa'e - New Ethiopian Oromo Music 2022 (Official Video)Welcome To Emala EntertainmentProducing Music VideoHosting Music Videos On Our YouTube ...

24/06/2022

Well come bro

30/04/2022

Well come my best friend

07/03/2022

Me and my best friend dabe

Araarsaa Gabbisaa/ አራርሳ ገቢሳ - Dhuagaan Gaaraa/ ዱጋን ጋራ - Ethiopian Oromo Music 2022 [Official Video] 27/01/2022

https://youtu.be/IxS4EW0YBXk

Araarsaa Gabbisaa/ አራርሳ ገቢሳ - Dhuagaan Gaaraa/ ዱጋን ጋራ - Ethiopian Oromo Music 2022 [Official Video] GEM Tv :- Araarsaa Gabbisaa / አራርሳ ገቢሳ- Dhuagaan Gaaraa / ዱጋን ጋራ - Ethiopian Oromo Music 2022 [Official Video] Check Out New Ethiopian Music Videos by Golde...

#Safuu#Tafarii Salaalee 20/01/2022

https://youtu.be/5V-3DJriAHo

#Safuu#Tafarii Salaalee New Ethiopian Oromo Music Tafarii Salaalee Safuu

13/01/2022

Thank you Lati pictures

Want your establishment to be the top-listed Arts & Entertainment in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Art

Website