Bara hin darbamnee darbinee bara hin mo'amnee mo'uuf jirraa.

Bara hin darbamnee darbinee bara hin mo'amnee mo'uuf jirraa.

Singer bona teferi muca yesus

Photos from MARSIL TV WORLDWIDE's post 11/08/2023
11/08/2023

Farf fi farf naaf jiraadhaa!!

11/08/2023

ኢየሱስ በእርግጥ ይመጣል!!!!!

Photos from Pastor Desta's post 11/08/2023
Photos from Gospel Singer Solomon Adugna's post 11/08/2023
11/08/2023

በሁለቱ ዙር መልካም ወጣት በአጠቃላይ 1073 ሰዋች ጌታን ተቀብለዋል።

11/08/2023
Photos from JCP Church's post 11/08/2023
11/08/2023

Eebbi Waaqayyoo harka saa guutu!!
Faaruu💕

11/08/2023

’aa!
Waaqayyo,
- Sadarkaa barnootaa
- Tuullaa qabeenyaa
- Irree fi humna
- Taayitaa fi Aangoo namaa miti,
Inni yaada garaa namaa ilaala.

“[Filp 2:5 ]Yaada garaa isa Kristos Yesus
qaba ture qabaadhaa” jedha.
Yaadi garaa kiristoos immoo gad of deebisuu, jaalala, garraamummaa, amanamummaa fi kkf dha.

Faallaa kanneenii kan jiraatu garaan isaa manca’aa dha.
Kee garaan akkam?
!

11/08/2023

Dargaggeessako💋💋

Photos from Solomon Alemu's post 11/08/2023
Addisu Wayima | Maal Jedhu | New Official Gospel Music 21/01/2023

Addee koo!

Addisu Wayima | Maal Jedhu | New Official Gospel Music OUR YOU TUBE CHANNELTO GET NOTIFICATIIONS OF NEW POSTS Singer Addisu WayimaMusic Gemechis Bulti ...

20/01/2023

ደግ በመሆንህ ውርደትን የምታስጎነጭህ ዓለም ክፉ አድራጊን ስታመሰግን ብታገኛት አይግረምህ።በርባንን በኢየሱስ የለወጠች ምድር ዛሬም ሰዋቹ ጊዜና ቦታ ይለዋወጡ እንጂ ንፁህ ገድላ ወንጀለኛን መሸለም ልማዷ ነው።

20/01/2023

!
Har’i guyyaa dhaloota koo kanan itti yeroo jalqabaaf addunyaa kana mil’adheef yaadannoo isaati. Guyyaan kun kan Waaqayyo dachee kanaaf eebba godhee itti na kenneef dha!
, bagan sin argiin hafeera hin ta’iin, atis Baga nan dhokatiin!

!

20/01/2023

Qormaati baayyatus Deebin hindhabamu🙏🙏

20/01/2023

Babareeddota Ijoollee Waaqayyoo!

02/09/2022

😭😭😭😭Har'a magaalaa finfinnee naannoo boolee arraabsaatti hojjettuun mana namaa teessu tokko ijoollee lama qaluudhaan lubbuu da'imman kanaa dabarsiteetti waan baayyee nama gaddisiisudha waaqayyo biyya kanaaf nama biyya kanaaf araara haa buusu!
Ergaa kana hojiirra oolchaa
👉Namootni hojjettuu manaa qabdan hin miidhinaa
👉akka diinaatti hin ilaalina
👉Mindaa hojjettuu keessanii guyyaasaa hindabarsinaa
👉Nyaata golatti hinkenninaafii
👉kunuunsaa akka maatii keessaniitti ilaalaa!!!
👉jecha tuffii yookaan wan (moral)isaanii tuqu ittiin hinjedhinaa hin arrabsinaa

02/09/2022

Wanta garaa nama nyaatu
😂😂😂😂😂
Lubbuu keessaniif jannata

04/06/2022

Kiristoos ni dhufa!!!

06/12/2021

Nuti mada'uu kiristoosin fayyineerra.

Oromo Gospel Song New 2021 | DIRREE KAKKU BAl`AA | Dejene Gudisa Feat Lidiya Deresse 17/10/2021

Ittin eebbifama

Oromo Gospel Song New 2021 | DIRREE KAKKU BAl`AA | Dejene Gudisa Feat Lidiya Deresse Dont Forget to sUbscribe our Youtube ChannelSinger Dejene GudisaOromo Gospel Solng 2021Didi`s Pictures+251 986 56 11 21 Addis Ababa, Ethiopia

23/12/2020

obsii yaa garakoo

12/11/2020

Cininsuun bara dheraa turee kun maaf itti fufee laata......

Want your organization to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Category

Telephone

Website

Address

Addis Ababa
223344
Other Libraries in Addis Ababa (show all)
Nuuradiin  ina mxamad page Nuuradiin ina mxamad page
Shakul
Addis Ababa

Book

What.s going on What.s going on
Ethio
Addis Ababa, CODE

Qoosaa fi barnoota Qoosaa fi barnoota
Addis Ababa, 123456

Yaada qabaatama fi qoosawwan mimidhagaa waliif qooda

HUDA HUDA
Adis Abebea
Addis Ababa, 1974

Dargaggoof Dargaggeetti Dargaggoof Dargaggeetti
Roobee
Addis Ababa, 5353

Qoosa Dargaggoof Dargaggeetti ittiin bohaartan

Murtiile page Murtiile page
Murtiile
Addis Ababa, SOOMAALI

Miif Miif
Addis Ababa, JIMMAA

Zalmaninho pay Zalmaninho pay
Muuse
Addis Ababa, 09

Dawa man Dawa man
Adis Abeba
Addis Ababa, 251159

Nulachuu Nulachuu
Dodola
Addis Ababa

Cheru Cheru
Addis Ababa