Maanchister yuunitid isa guddicha

Maanchister yuunitid isa guddicha

Odeeffannoowwan MUFC ilaallatan maatii maanchee qofaaf.

25/03/2024

Baayee hin dubbannu

Hariiroo Injifannoo Qabanidha Kuni, Yuunitid Guddadha, Mootidha Kan Jennus Kanaafi. Jaalattoota Ispoortiif Jechudha.

Halkaan Gaarii

23/03/2024

I Wanna See Mason's Real Performance

09/03/2024

Rakkoon ETH bira jira jettanii yaadduu…?

Anif garuu rakkoon maanchister kutaa uffanna taphatoota irraa kaasee hamga boorditti jira. ETH badii tokkollee hin qabu. United leenjisuuf jedheet Axaj kilaba bara baraan UEFA irratti hirmaatu dhiisee dhufe.
Kanaf deegartoonni osoo obsinee bareeda jedheen yaada.

Nagahan bula…!!

03/03/2024

What A Goal From Rashford

03/03/2024
02/03/2024

ETH
Rasmus Hojlund 😁😁

02/03/2024

Maguire

Photos from Maanchister yuunitid isa guddicha's post 29/02/2024

Ballessaa kana kan rawwate osoo taphataa Yuunitiid ta'e kaardii diimaa kennamaaf ture, hundaafuu irraa oollee jira....gahumsi Dalot fi Onana adda ture.....

29/02/2024

CASMERO....πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ THANKS

28/02/2024

GGMU....πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ

24/02/2024

Maalan argaa jira FORSON maal godha..πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„

Hundaafuu ETH Dargaggoota irratti xiyyeefachuun isaa namatti tola.

haala kanan seenuf jiru...
Carraa GaariiπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ

24/02/2024

Sa'aatiin gaha jira oldtraforditti ta'us baatu iddoo jirrutti dhiichisuf jirra.

Qabxii sadii ni fudhanna har'aas kilaba namatti toltu sana irra.

TILMAAMA KEESSAN TEESISUU HIN DAGATINAA...!

TILMAAMNI KOO
Man utd 3 vs 1 Fulh

23/02/2024

Alagumatu akkas godhe fakkata....Waa'een isaa yoo ka'e ni inaafu innis as dhiyeenya kana dandeetti adda agarsiisee ijaafi qalbii jaalattoota Kubbaa miilaa harkise.....

Hundaafuu dafii nuuf fayyiπŸ™πŸ™πŸ™πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ

23/02/2024

RESPECT πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ WE'RE MANCHISTER...

22/02/2024

he is performing well....

21/02/2024

Warri Wal qabatee gadi bu'e erga tokko deebi'uf jiru...hhhh

Namatti tolu isaanis nama boharsum keessattu Leeds kilaboota gurguddof mataa bowwodha...😁

20/02/2024

The masters...πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯

Halkaan gaarii qabadha....

20/02/2024

Gahumsi garee hundaa, gahumsa dhuunfas ifatti baase agarsiisam. Erga kilabni keenya garaa milkaa'inatti deebi'ee jijjiramoota heddutu mul'acha jira.

Hojlund carraawwan argate gooliitti jijjiiraa jira.
Maino gahumsa addaa agarsiise alaga afaan qabachiisaa jira.
Garnacho, Rashford, Luke show....hundi isaaniyyuu adda namatti tolu.

Kuno R. Varan kubbaawwan qilleensa irraa injifachuun taphattoota PL hundaa ol (90%) injifatera.

GGMUπŸ”₯πŸŽ‰πŸ”₯πŸŽ‰

19/02/2024

Manchester united ijoollee tana fiduuf yaada jira jedhama jira.

Antonio Silva fi Jao Neves benefica irraa....maal jettu isin hoo

18/02/2024

again goaaaallll by Hojlund
Man utd 2 vs 0 Luton
6'

18/02/2024

GoooaaaaaaallllπŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯

Photos from Maanchister yuunitid isa guddicha's post 18/02/2024

Dirreenis qophaa'e, taphattoonnis qophaa'aniru....

Qabxii 3 fudhachuf jirra

Glory Glory Man utdπŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯

16/02/2024

Kaasmeroon maal jechaani jira namichaan....???😁😁😁

Hundaafu nagahatu jiram alagaatu oduun odeessa ola malee...πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯

13/02/2024

Mictominay vs Nunez

Sirritti waliin dorgomaa jirum....dhugaa dubbachuf isin maal jettun...?

Midfielder with striker 😁😁😁

Amala nama kubba jaalatu fi nama kubbaan boonuu yaa qabannun arraba dheerachun gaarii hin ta'un dhaamsa kootiπŸ™πŸ™

12/02/2024

Rating tapha kaleessa ture....Dalot garam deema jira...😁😁😁

Hundi isaaniyyuu waan irra eeggamu bahaniru

Want your establishment to be the top-listed Arts & Entertainment in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Waan feetes jettu, haalli yeroo inni amma irra jiru gaha ta'u baatus kaasmeeron.....dhageefadhu video...

Website