Maruwaan Yuusuf Korommi Lij

Maruwaan Yuusuf Korommi Lij

You may also like

Hajji Hajji
Hajji Hajji
babla
babla

❤SAW
❤A
❤W

29/05/2023

Hamaan Hamaa Si seha. Ati Garuu Gaariifiis Hamaafiis Gaarii. Gaarii + Gaarii=Gaarii✔️

29/05/2023

Yaa Ummata carraan Aangoo Harkakee jiru....? Gaafiin sigaafadha?
1) Yeroo qalaa'iinsi jireenyaa Samiitti olbahee namuu Rakkataa jiru kana keessa murtii Qotee bultoota Ummata keenya bahaa irratti dabrsitan kana Ilmaan ummata kanaa boru waa'eee keessan maaluma jechuuf taa'u?
2) Namni aduu keessa dafqa Diimtuu harcaafataa hojjataa jiru kun Utuu Abbaa keessan tahe? dhugumatti qoqqobbii ammaa kana erra nikeesaanii?
Taa Abbaa Kiyya qotee bulaakoo Waa'ee kee Rabbi hadubbatu.

26/05/2023
23/05/2023

Nama Rabbiin keessaa fi gubbaa bareechee Uume

Baabaa Ustaaz Raayyaa Abbaamacca

04/05/2023

Namni Jannata Keessatti
Ollaa
Nabi Muhammad Ta'uu
Feetan
Salawaata Irratti Buusaa(ﷺ)

02/05/2023

Nama meqaa kessanii jaalata Nabii Muhammad صلى الله عليه وسلم ✍❤ﷺ

13/04/2023

. Daa'ima narraa dhukkubaa jiraa Du'a'i naaf godhaa yaa obballeeyyan kiyya.

15/02/2023

“Amala toluu caala wonti miizaana irratti ulfaatu hinjiru” jedhan Rasuulli ﷺ

03/12/2022

Namni Shafa'aa Rassuulaa Argachuu hawwituu Salawaata Buusi S❤A❤W.

24/11/2022

قائدٌ ملهم، ومنتخبٌ رائع، وشعبٌ عظيم ..

‏مبارك لوطننا ⁧‫ ‬⁩ 💚

‏🇸🇦🇸🇦 فوق هام السحب 🇸🇦🇸🇦

‏⁧‫ ‬⁩
‏⁧‫ ‬⁩
‏⁧‫ ‬⁩
‏ ⁧‫ ‬⁩

20/11/2022

LOVE PART❤

20/11/2022

Ustaaza kana ustaaz Ibsaa
Qilleensi Nasrii Bubbise Page
Rabbiif jachaan jaaladha ❣

18/11/2022

Hamtuu Rabbiin sirraa haa Qabu

18/11/2022

Nagayaa fi Rahmanni Rabbii Ergamaa Isaa Nabi Muhammad irra haa jiraatu.

22/09/2022

Bareeda uumaa Rabbii

20/08/2022

Rabbiin sifaana haa ta'u bilisummaa gaarii❤💚❤

18/08/2022

Urgeeffadhee foolii Kan kee
Agamsatti si fakkeessuu
Naafeffadhee tolii Kan kee
Gadamsatti si akkeessuu

Jombaa jedhee Ruufo jala
Allaadda'ee sirra ciisuu
Rombaa jedhee Morma Jala
Hafuura Koo an si kiisuu

Sii meexxa'ee ofirrattin si fannisa
Siif maaxa'een randa keetti of hirkisa

Sirra fiigee si mo'adhe an siin jedhuu?
Sirraa jigee mo'atamaa of sii godhuu?

Siif dillisee dibbee onneen Siif rukuta
Siif qilliseen laagaa kiyya Siif kukkuta

Laphee keetti of sukkuumee
Si mormadhuu na moramtaa?
Si mo'adha Ani beeka
Qaarriffaa koof naaf saramtaa?

Hafuura kee harganadhuu?
Soolee Suufii baddeessicha
Mudhii gadi qaqqabadhuu?
Naaf ibsitaa Addeessicha?

Anuu argeen sitti gore
Qalbii Bilii ijoollummaan
An si bareen ofuu bare
Faana kaattuu Daa'imummaan!

✍️ Cabsii Taliilaa Galaan

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Oromiyaa
Addis Ababa
ALLAHA
Other Beauty Salons in Addis Ababa (show all)
Manaa Ufataa adaa oromoo tolasaa Manaa Ufataa adaa oromoo tolasaa
Shiroo Meeda
Addis Ababa, 0927975031

Manaa uffataa Aadaa oromoo Tolasaa

Beauty by sona Beauty by sona
Casanchies
Addis Ababa

Make up is art Beauty is Sprit

Nuhas Beauty Garden Nuhas Beauty Garden
Addis Ababa

we take you from beauty plan to beauty goals #Hair #Nail #Makeup

Lily beauty salon Lily beauty salon
Addis Ababa

Makeup & Hair

Manaa ufataa Adaa oromo Yazoo Manaa ufataa Adaa oromo Yazoo
Addis Abeba
Addis Ababa

Braid by Soli for kids Braid by Soli for kids
Addis Ababa

#Choose any design to be yours #በመረጡት ዲዛይን ልጅዎን እናሳምራለን ?

New Look Beauty Salon New Look Beauty Salon
Afro Plaza Emperial 3rd Floor
Addis Ababa

NEW LOOK is your go-to Hair Salon in ADDIS ABEBA. we're committed to making you look your best, every day of the week! makeup, hair style, human hair, Eyelash extinction, WEDDING P...

Bubbles Hair Studio Bubbles Hair Studio
Olympia Gazebo
Addis Ababa

beauty salon for men, women and kids

የውበት ሳሎን ደላላ እና ቴክኒሻን joker beauty salon broker & technician የውበት ሳሎን ደላላ እና ቴክኒሻን joker beauty salon broker & technician
Addis Ababa
Addis Ababa, 1

የውበት ሳሎን ደላላ እና ቴክኒሺያን joker beauty salon broker & technician

Libra nail art Libra nail art
Addis Ababa

�Libra Nail Art የቤት ለቤት የጥፍር ስራ አገልግሎት For more info CALL �+251942194055 +251982018885

Aida Beauty Spa Aida Beauty Spa
Xqqq+j 3
Addis Ababa

Located opposite to Millenium Hall, above Natani Café

Feliz beauty center Feliz beauty center
Addis Ababa