East Bale Zone

East Bale Zone

You may also like

Muun Muun
Muun Muun
ERO258Maan
ERO258Maan

To provide about social , political and economic information of east bale zone

03/07/2022

# Baalee bahaa vs Eebba projectii #
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Cost of your project is very big but the quality is very less. Mean that their is agame of corruption at insider.
Projectiin godinni baalee bahaa eebbisiisuu facebookii irratti bareedaadha garuu bira dhaqxee yoo laaltu akka facebookii kana hin tahu . Manni barumsaa amma eebbisiisan kun design isaa kan godinoota bakka bira wajjiin tokko garuu haalli qulqullinna hojii isaa kaanniinirra gadi bu'aadha . Kana jechuun maal akka tahe madaaluun nama hin dhibu. Kan biraa kan godinni baalee bahaa projecti eebbisiisna jedhu projectii jaarraati. Inni kun ammoo projectii akka haarawatti hojjatame fakkeessanii haasawuun sirrii miti. Godinni biraa waan dalagaa jiru laalaa. Dubbii fb irraaa kana laaffisaa.

28/04/2022

# Dhugumaan paartiin kun uummataafi moo uummattatti kan jedhu ifa. Paartiin kun bara dhufaaf darbaa yeroo ramadaana uummata muslimaa akka saree maraatteetti ciniinaa jira. Sareen nama ciniintu tan inni fayyadamu budunii fannoo jedhamu. Kanaafu paartiin kuni ofiifis ,uummataafis, biyyaafis hin tahu. Kanaafuu haqamuu qaba.

29/03/2022

rabbiis akkuma itti fufetti jira. Gammachuun teenyas akkuma itti fuftetti jirti. # naannoon sumaalee araddaan baay'een rooba argatteetti.

11/02/2022

(OROMOO) TOO GARGAARSI ISIN UUMMATA KEENYA KAN BAALEETIIF GOOTAN BAAY'EE DANSAADHA! GALATOOMA!

07/01/2022

DIALOGICAL APPROACH GIVES LONG LASTING SOLUTION FOR EVERY PROBLEM -PERIOD !!!!

05/01/2022
04/01/2022

Sammuu koof it is ok! @ Boonsaa dheeressa.

# # # siif hoo? # # #$

Ati nama. Namni immoo qaamaan, sammuudhaan, hariiroo hawwaassummaan guddachuu qaba. Anoo sanan baradhee akkamitti kanan hojjedhaa? Sammuunkoo waan kana amanee fudhachuu hin danda'u.
Namoonni ollaakoo hiriyoonnikoo maal naan jedhuu? Maatiinkoo iddoo akkasiitti miti kan isaan na eegan. Ulfinakoo ofirratti eeggachuun qaba. Yeroo dabartuuf jedhee hojii fokkisaa akkasii hojjechuu hin qabu.
Ani akkasiim! Akkas naan jedhum! Natti orii'ani. Hiriyoonnikoo na jibbuum
Yoon kisaarehoo? Yoon du'ehoo? Lakki ulfinakoon eeggadha malee.

Na dhageessaa! Qalbiikee naaf ergistaa? Elaa Ulfinnikee boolla haa seenu. Maaliif akka awwaala dibamaa utuu keessikee dheebotuu, gubatuu duubaan of dhidhiibdaa? Hojjedhu hojiitu si jijjiira. Waan sammuunkee Itti amane addunyaa sammuukee keessaa isa bahuuf dhikkifatu. Karaa fokkisaas ta'u bareedaa. Ollaafi maatii miti ofiikee murteessi Itti seeni.
Nama gammachiisuu gonkumaa hin dandeessu beeki. Hangam of eeggatte guutuu ta'uu hin dandeessu. Namni hir'ina waan siin jedhu hin dhabu. Daandii milkaa'inakeef murteeffatte irra adeemuu ammuma eegali. Fiigi ariifadhu. Balalii'i. Kufi gangaladhu. Daaraa keessas foqoqi awwaara. Dhagaas baadhu, dafqi, xuriin siihaa ajeessu. Hiriyaa si kabaju utuu hin qabaatiin ulfinakoo! Ulfinakoo! Ulfinakoo hin jedhiin. Ulfinnikee qilee haa seenu, yoo feete affeelii nyaadhu. Ollaafi firri dibbee rukutee sitti haa caaranu. Ati hinaaftootaafi qeeqtota duubatti dhiisi galmakee qofaa suksukuu irraa ijakee hin buqqifatiin.

Boru gaafa sii darbu. Boru gaafa dhugaakee baramu, boru gaafa yaadakee hojiitti jijjiirte, Boru gaafa milkaa'innikee toora qabatee dhufu situ abbaa moo'ichaati. Ulfinnikee toora galee dhufa. Maqaakeetu akka alaaba biyyatti boru farfama. Utuu hin hojjetiin, hin milkaa'iin salphina malee ulfinni hin jiru.
Kanaaf eenyummaakee hojjechuun yaadakee milkaa'inatti jijjiiruuf ba'aakee hurqufii of ta'ii jiraadhu.

22/11/2021

# FAASHINA #
Jechi kuni godina baalee bahaatti akka haarawatti haarawoomsame dhufe jedhan.
dhugaa moo soba dubbiin tun
MIILA DHIISII HARKAAN DEEMI
case in east bale zone #
To much extent expansion of dishonest or Criminal offense in bale zone # which is undertaken by individual person or a network of person which is entrusted with a position of authority, in order to acquire illicit benefits or abuse power for ones personal gain.

22/11/2021

# #@+ACT +IT@@ # #

22/11/2021

# #@ IT@@ # #

Want your organization to be the top-listed Government Service in Awassa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Mazoria
Awassa
Other Swimming pools in Awassa (show all)
Oromia Mediya Post    OMP Oromia Mediya Post OMP
Keeniyaa
Awassa, KEENIYAA

Mediya Oromoo Dhugaa Dhabamite basuu Miidiyaa Oromotti