Yaasmiin Oromo

Yaasmiin  Oromo

You may also like

Msaga
Msaga

Waallistuu

27/09/2023

Maaltu sitti mul'ata.

28/08/2023

Dhiira qofaaf

Haadha Manaa akka kana Rabbiin isiinif haa kennu

04/07/2023

Har'aa hidhaanno na hawisisaa.
Shamare sabaaf looltu argeetin osoo ana taate ofiin ja'ee.
Ergaan oromoo ta'ee yoon oromoof du'ee maal qaba.
WBO wabii sabaa, jabaadhu nuti sin boonaa

Jaal Sabboontu

19/04/2023

Leencoota

02/02/2023

Kutaa Wara*naa 38ffaan guutummaatti dhabama ta'eera.

31/12/2022
15/12/2022

โ™ป๏ธ #๐˜ผ๐™™๐™™๐™ช๐™ฃ๐™ฎ๐™–๐™–๐™ฃ ๐™ฉ๐™ช๐™ฃ #๐™Ÿ๐™–๐™–๐™ข๐™–๐™– ๐™ฉ๐™–๐™–๐™ฉ๐™ช๐™จ ๐™ฃ๐™–๐™ข๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™– ๐™ž๐™Ÿ๐™– ๐™ฆ๐™–๐™—๐™–๐™ฃ ๐™๐™š๐™™๐™™๐™ช๐™ช ๐™๐™ค๐™ง๐™–๐™ฉ๐™ฉ๐™š๐™š ๐™Ÿ๐™ž๐™ง๐™ฉ๐™ž.
๐Ÿ’ฏ ๐™ฃ๐™–๐™ข๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™– ๐™ž๐™ก๐™–๐™–๐™ก๐™–๐™ฃ ๐™ข๐™–๐™ก๐™š๐™š ๐™ ๐™–๐™ฃ ๐™–๐™ง๐™œ๐™–๐™ฃ ๐™œ๐™–๐™ง๐™ช๐™ช ๐™ข๐™ช๐™ง๐™–๐™–๐™จ๐™–.

28/11/2022

Injifannoo leenciichaa.

Waranni ni injifatas ni injifatamas,
Garu humni birgeedi bakakka kun namusni Isa akka sibiilati. Warranni immoo namuusan beekama kanaaf gaafa Lola injifannoo argata!
Lola guyyaa 2ffaa Wal irraa hin citiin gaggeefame kana keessatti RIB irraa
____bireeni turki 4
____kilashi turki 105
____reshina, uffata waraana,
rasaasa konkolata tokko.
fi konkolattota tata 15 patrol 5 dhunfatamera lolichi ittuma fufa!

09/11/2022

๐Ÿ™๐Ÿ™Ijoolleen shamarrani kun lamaan miseensa Poolisii Humna Addaa Oromiyaa turan.

Sirnicha ganuun WBOtti harka kennataniiru.
Of ta'uu wanni caalu hin jiru baga of taatan

Warra kaaniifis banaadha!

19/10/2022

๐Ÿ’‹ DHUNGOO (KISSING) ๐Ÿ‘„

โžฒ Wal dhudhungachuun yookin kissing gochuun walqunnamtii saalaa caala walitti nama dhiyeessa,walitti nama hidha. Miira addaa keessa nama galcha, addunyaa kana miiraan nu daawwachiisa. Dhungoon jaalalleewwan akka magneetitti walitti hidha. Namni wal jaalatu lama jaalallee walii ta'uu kan beeksisan waldhungachuuni, kissing raawwachuuni. Wal qunnamtiin saalaa kan dhufu kissing booda. Kissingin walqunnamtii caala kabajamaadha. Fakkeenyaf shamarri mana bunaa hojjattu tokko s*x yoo si faana raawwatte hidhii ishii garuu tole jettee si jala hin qabdu. Hidhiin kan nama jaalatanii qofa. Maallaqaan hin bitamu.
โžฒ Dhiirri tokko yeroo kissing godhu jaalallee isaa ciniinuu danda'a; Ishinis ciniinuu dandeessi. Ishiin yeroo kissing gootu ati itti toluu baannan walitti dhufeenya keessan addaan kutuu dandeessu; Innis itti toluu baannan jaalalli keessan laafuu danda'a. Hata'u malee namni kissing gadameessa haadha isaa keessatti baree gadi ba'u hin jiru. Dandeetti shaakalaan fooyya'uu danda'uudha. Ammuma irra deeddebitee baayistee kissing gootu ogummaa isaa horachaa deemta. โ™จ๏ธ
โžฒ Ogummaa kissing gochuu horachuuf dirqama inni dubartii baay'ee waliin, ishiin dhiira gara garaa waliin kissing gochuun hin eegamu. Ofumaa wal barsiisun ni danda'ama tooftaalee kissing garaagaraa fayyadamuun. Ati kissing gochuu hin baastu yoo taate ishiin immoo baay'ee hin beektu yoo taate ishii tuffachuu fi gadi qaqqabuun sirra hin jiraatu, barsiisuu qabda. Ati kissing sirritti kan beektu yoo taate fi inni reefu kan jalqabu yoo taate isa tuffachuun sirra hin jiraatu akkuma keetti isas qari. Yoo immoo isin lachuu hin beektan taatan fiilmii garagaraa daawwachaa ogumma kissing kana guddifachuun ni danda'ama. Waliin barachuun jaalala keessan jabeessa.
โžฒ Hidhiin keenya baattoo narvii garaagaraati; Sababin yeroo kissing goonu miirri keenya kan nutti kaka'uuf waan narviiwwan kun miira keenya kakasaniifi.

Photos from Yaasmiin  Oromo's post 11/10/2022

Of eeggannoo !!!!
Namni kun Taajir Mahamad umar jedhama iddoon dhaloota isaa harargee bahaa aanaa dirree xayyaaraati magaalaa harar keessa jiraata
Bara dhaabni biyyatti gale Ani bobbaa fi qunnamtii ABOti ofiin jedhee ergama Atoomsaa kumsaa fi araarso biqilaatiin sochoo'ee qeerroo dirree xayyaaraa pp f basaasaa ture .Ammaas bifa haraan caasaa isaa baballifatee magaalaa dirree dawaa keessaa namoota sabboonummaa qaban guursisaa jira
Qeerroon harargee bahaa nama kana irraa of eeggadhaa ."abbaan damma nyaateef ilma afaan hin mi'aawu " jedhuun dhugaadha abbaan isaa WBO keessatti wareegame inni immoo gumaa abbaa isaa baasuu dhiiseeti sirna abbaa isaa nyaateef ergamee oromoo mana hidhaatti guursisaa jira .
Taajir mahamad umar gocha dalagaa turtee fi dalagaa jirtu kana hin dhaabdu taanaan gatii kee ni argatta

04/10/2022

Jireenya Baadiyyaa Baredaa

03/10/2022

Faayidaa Daallee ๐Ÿ˜

Waa'ee Teessuma Durbaa/Daallee
โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โœฐโœฐโ˜…โ˜…โ˜…โ˜…
โž–Guddinni teessuma dubartii, dubartiidhaa dubartiitti garaagarummaa yaa qabaatu malee dubartoonni uumamaan teessumni isaanii kan dhiiraa caalaa guddaadha. Guddinna teessuma isaanitiif immoo gahee guddaa kan taphatu uumamaan hoormonii istiroojiinii jedhamu waan qabaniifi. Hormooniin kunis coomni akka iddoo kanatti kuufamu godha. Teessumni guddaan dubartootaa baroota dheeraaf mallattoo bareedinaafi hormaataa (symbol of beauty and fertility) jedhamee fudhatamaa ture, ammas jira.
Teessumni dubartii guddaa taโ€™uun kunis faayidaalee hedduu isaaniif qaba. Isaan keessaa muraasni :-
Coomni iddoo kanatti kuufamu cooma iddoo biroo irra fayya qabeessaafi akka cooma iddoo biraa rakkoo hamaa kan hin qabnee dha. Kanaaf, coomni kun rakkoolee akka dhukkuba sukkaaraa, dhibee onnee fi ujummoo dhiigaa ittisuu keessatti gahee guddaa qaba.
Dubartootaaf bareedina isaanii ni dabala.

Dubartoonni naatoo akka qabaataniif hedduu gargaara.
Maashaan iddoo kanatti argamu darbii gamoo irra salphaatti akka bahan gargaara.
Beelaaf salphaatti harka akka hin kennine isaan gargaara.
Dhukkubbii dugdaa ni ittisa.
Yeroo ulfaa fi daโ€™umsaa baayโ€™ee hin rakkatan.
Coomni iddoo kanatti kuufamu keemikaala addaa โ€˜omega โ€“ 3 fatty acidโ€™ jedhamu gahaa waan qabuuf yaadaan, beekumsaafi gahumsa gaarii akka qabaatan isaan gargaara. Akkasumas, gaafa dahanii daaโ€™imman isaanii harma hoosisan keemikaalli kun daaโ€™ima isaanitti waan darbuuf daaโ€™ima sammuu isaanii cimaa taโ€™e godhachuu dandaโ€™u.
Dhiira tokko tokkoof akkuma bunaa, alkooliifi nyaata garagaraatti akka siโ€™eessituutti gargaara.
Umrii dheeraa akka jiraataniif ni gargaara !

02/10/2022

Ati kooti jedhee
Ergan si filadhee
Halkan, guyyaas ta'ee
Yooman si dagadhee

Mi'aawwaa afaan kee
Isan dhandhamadhuu
Yooti na jibbites
Anoo sin dagadhuu

Jaalalan siif qabuu
Atis naaf hubadhuu
Yaada keetiif jedhee
Qofaa isan gubadhuu

karaa keerra goree
Daddarbee hin filadhuu
Onnee koo dabarsee
Ormaaf tasa hin laadhuu

Add me sanyi.
๐Ÿ’˜๐Ÿ’š๐Ÿ’˜๐Ÿ’š๐Ÿ’˜๐Ÿ’š๐Ÿ’˜๐Ÿ’š๐Ÿ’˜

Photos from Yaasmiin  Oromo's post 02/10/2022

Bara dhufu WBO waliin handhuura Oromiyaa FINFINNEETI Ayyaana IRREECHA kabajnaa.

02/10/2022

Baredduu Oromoo

23/08/2022

LOOLTU HAQAA

21/08/2022

dorgommii Buunyaa ykn Booksii biyya Awustiraliyaa 10 fi 0 dhaan injifachuun Alaabaa Oromoo Samitti ol kaasudhaan mirmirseera.
Kaalis Faranjiin tokko Osoo hin aggaammatiin akka Roobootiitti 10 itti roobsee jaanjessun injifannoo cululuqaa galmeessudhaan alaabaa Oromoo ol qabee addunyaa irratti mirmiseera.

Baga gammadde
Baga injifatte

21/08/2022

Jaalatotni WBO Like fi Share godha

Roobaaf Aduu
Beelaaf dheebuu
Qorraaf Ho'aa, osoo hin jaannee
Sabaa kessaanif kan bosoona jirtaan jaallaan ilmaan Ayyaa galanni kessaan bilisummaa Oromoo fi Walaabummaa Oromiyaati.

Like fi Share godha degartootni WBO hundi.

Photos from Yaasmiin  Oromo's post 19/08/2022

Saartuu Usmaayyoo Mussaa baqa Rabbiin si baase.
Qabsawwaa fi Artistin Oromoo Usmaayyoo Mussaa waggaa 8tif mana hidhaati dararama ture ergaa hidhaa baheen boodas sirboota ajaaibaa wallisuun waggaa sadii akkuma turen dararaa hamaa mana hidhaati irraa gahee dandamachu dadhabuun lubbuun isaa dabaarte.
Arraale roorroon nura hin dhabbaanne ittuma cimte.
Saartuu Usmaayyoo Mussaa tiknii mootummaa ukkamse fudhuun turti guyyaa tokkoon booda baate.
Hangaa yoom roorroon abba irraa ilmaaniti dadarbaa adeemti.
Furmaanni kenyaa WBO harkaa jira.

Abdii muraadhe
hin ta'uu yoomu
Hangaan bilisoome
Olgodhe deemu... Usmaayyoo

19/08/2022

Kaayyoof jadhee dhagaa boraafate malee faaydaa dhunfaaf miti.

19/08/2022

This painting of a young woman breastfeeding an old man in a prison cell was sold for Euros 30 million. The painting may look perverse but the story behind is from historical records.

The poor man was sentenced to "death by starvation" for stealing a loaf of bread during the reign of Louis XIV in France. The woman was his only daughter and the only visitor to his cell. She was allowed to visit him daily but was frisked thoroughly such that no food was taken in.

When after 4 months the man still survived with no weight loss, the authorities were perplexed and started spying on her in the cell and to their utter astonishment found her to breastfeed her father to the fullest sharing her baby's milk. The judges then realizing the compassion and love of the woman for her father, pardoned the father and set him free.

15/08/2022

Osoo Gaddiinu Gammaanna!!!
Hiriiyyoota koo waliin guyyaa gaarii dabaarsine.

13/08/2022

Amala dhiiraa kan Dubartiin Jaalattu

โžฒ Dubartoonni uumama isaanitiin dhiira jabaa isaanii ol taโ€™ee isaan hogganuu dandaโ€™u fedhu. Dhiira barbaaddamummaa qabu barbaadu. Akka ati waayโ€™eshee qofa buustee baastee jireenya mataa kee dagattu hin barbaadan. .

โžฒ Dubartoonni hamma dhiiraa dandeettii waa murteessuu fi ofitti amanummaa hin qaban. Kanaaf jedhanii dhiira isaan utubee jireenya isaanii bareessu baayโ€™ee barbaadu. Kanaafuu atuu isaanii gadi laafaa taanan filannoo biraa barbaaddatu. .

โžฒ Ati jireenya mataa keetii mijeeffachaa, ishii waliin jiraachuu akka barbaaddu fi jaalattu, kanaaf ammoo miiltoo jireenyaa akka siif taatu itti himi. .

โžฒ Baayโ€™ee jaalalli ishee yoo sitti cimellee ishee biratti nama jaalalaan miidhame of hin fakkeessin. Nama karooraan deemu taโ€™i. Dadhabbinakee ofirratti hin beeksisin. Kennaa adda addaa fi sossobaa akkasumas dhiifama gaafachuu itti hin heddummeessin ykn sirumaa dhiisi..

โžฒ Yoo ofiif balleessite taโ€™e dhiifama gaafachuu dandeessa. Kan isheen balleessiteef garuu kadhaa fi sossabaan tokko hin barbaachisu. Akka ati ishee jaalattu erga beektee, deemtee deemtee allaattii reenfi lafa isa jedhan san, ni deebiti. Garuu bilbilaa fi miiseejii itti hin baayisin..

Amalli shammarranii amala adurreetin tokko, yoo ati ariite si jalaa baqatti, yoo ati gattee sokkite si hordoftee dhufti. Kanaafuu madaala kee olkaasuu hin dagatin. Iddoo kamittuu waan ishiin jettu qofan guuta jettee hin yaadin. Gaaf tokko tokko gammachiisi malee ishuma gammachiisuuf yeroo mara hin dadhabin. .

โžฒ Dubartiidhaf jaalalli irra caalli isaa hinaaffadha. Hawwii fi kajeelladhaan umurii ishii fixxi. Kanaaf halkanii guyyaa hawwisiisuu, hinaafsisuun si biraa hafuu hin qabu. Dubartiin ani simalee yoo jetteen of tuuluu barbaadu waan taโ€™eef carraa babalโ€™aa baayโ€™een akka jiru ishuma fuundura deddeemii itti agarsiisi.

Horaa bulaa๐Ÿ˜
Jaalalaan turaaโค๏ธ

11/08/2022

Duulli dhaabbata telekoomii Safaricom Itoophiyaa irratti adeemsifamaa jiru gara duula tiwiitaraatti cehuun adeemsifamaa jira.

Dhaabbatichi Oromiyaa keessatti Afaan hojii Afaan Oromoo fayyadamuu dhabuu fi adeemsa qacarrii irratti loogii sabummaa raawwataa jiraachuun kaโ€™umsa duula kanaa akka taโ€™e rogeeyyiin Oromoo ibsaa jiru.

Kaampaaniin guddichi tajaajila telekoomii kennuu fi waajjirri isaa olaanaan Keeniyaa Naayiroobii taโ€™e kun Afrikaa bahaa fi giddugaleessaattuu warra tajaajila telekoomii balโ€™aa kennanii fi buโ€™aa olaanaa argatan keessaa hangafa.

Dhaabbatichi erga tajaajila telekoomii Itoophiyatti kennuuf caalbaasii dhiyaate moyatee gara Itoophiyaa dhufee namoota saba tokkoo qofaan dhuunfatamuun dogongoroota gabaa keessaa isa baasu hojjata jira jedhamuun ummata Oromoo fi saboota biyyattitiin komatamaa jira.

Dogongoroota kaampaanichi raawwataa jiru hordofee duulli garagaraa dhaabbaticha irratti rogeeyyii Oromootiin baname gara duula tiwiitaraatti ce'e.

Safaricom hundee gabaa isaa Oromiyaa taasifachuun hojii irratti bobba'us, qacarri irratti adeemsa heeraa fallessuu fi iftoomina hin qabneen dhalattoota Oromoo loogii sabummaa irratti raawwataa jira jechuun rogeeyyiin Oromoo mormuu irratti argamu.

Kana malees dhaabbatichi heera naannoo Oromiyaa kabajuu diduun Afaan Oromoo moggaatti dhiibuuf yaaluun, hojii biizinasii hojjatu maraa karaa iftoomina hin qabneen namoota naannoo tokkoof qofa kennuun komii cimaa kaasiseeti jira.

Duulli tiwiitaraa jalqabe kun "hojjattoonni dhaabbaticha keessatti qacaraman kan afaan, amantii fi saba tokkoo qofa qabanidha, Oromoo fi Oromiyaa dabalatee saboonni biroo cinatti dhiibamani jiru, adeemsi kun hatattamaan sirraa'uu qaba" jechuun gaafata.

Itti fufuunis Safaricom maamiltoota isaatiif kabaja malu kennuu akka qabu kan hubachiisu duulli tiwiiteraa rogeeyyii Oromootiin adeemsifamaa jiru kun, hojimaata qaxarrii haqa qabeessa hin taane, kan loogiin guuttamee dhaabbata Ethiojobs.net waliin adeemsise haquu qaba jedha.
STOP BIAS

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Maaltu sitti mul'ata.

Category

Telephone

Address

Harar
Harar
Other Fashion Models in Harar (show all)
Remedan Aliyi jibrael page Remedan Aliyi jibrael page
Karamile
Harar, 3200

Karamile Ethiopia

Tasti Man Tasti Man
Harar
Harar

Tasti

HSN  hass HSN hass
Harar

HSN HASSEN ๐Ÿ๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŒด๐ŸŽง๐ŸŽค๐Ÿ’ฐ๐Ÿ’ฐ๐Ÿ’ฐ๐Ÿ’ฐ๐Ÿ’ฐ๐Ÿ’ฐ๐Ÿ’ฐ๐Ÿ’ฐ๐Ÿ’ฐ๐Ÿ’ฐ๐Ÿ’ฐ๐Ÿ’ฐ

Marii Marii Sabaa Marii Marii Sabaa
Harar

Oromiyaa biyya

Harargee media Harargee media
Harar

oromiyaa โค Harargee ๐ŸŒณ Dabbaal โค

Jmsi wiz Khalifa Jmsi wiz Khalifa
Omn
Harar, PHOTOVIDEO

Lina jemal Lina jemal
EDUCATION
Harar, EDUCATIONFORALL

Bashananaa jaalala official

Hanii Harar Hanii Harar
Harar City
Harar

Jalalaatii kenaa rabbiitii fudhuu maalif bontaa mittii

Jiituu Habibtii Jiituu Habibtii
Harar

We Have No Hatred But Love

OBN Horn Of Africa OBN Horn Of Africa
Harar

๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ Gafaroo ๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ