Megersa Kan Afran Qalloo

Megersa Kan Afran Qalloo

You may also like

Arnisa Xhafa55606
Arnisa Xhafa55606

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Megersa Kan Afran Qalloo, Furniture repair & upholstery service, Harar.

14/04/2024
04/03/2023

➡️➡️➡️➡️➡️➡️➡️➡️➡️➡️➡️➡️
Kalleessi yaadannoodha.boru ammoo abjuudha.
✅namni har'a irra dhaabbatee boru jiraatu hin jiru namni boru irraa jiraate jechuun har'a ta'ee jechuudha.
✅ kalleessi darbeera borus as hin geenye.lamaan isaaniifuu dhiphachuun kalleesa har'a ta'e of harkaa balleeasuudha.
👌 Hayyuun har'a jiraatee boru seenaa dubbata.Megersa kan Afran Qalloo
Kanaafuu
✅ kalleessi darbeera boru ammoo abdii keeti har'a garuu harka kee keessa waan jiruuf yeroo kee waan hin taanetti hin balleessin itti fayyadami.

29/12/2021

☑️Milkaa‟uu irraa maaltu nama ittisaa?

💊Wantoonni milkaa‟ina goonfachuu irraa nama ittisan
hedduun kanneen
armaan gadiiti Megersa Megersa Kan Afran Qalloo
----------------------------------------------
•Fedhii dhabuu.
•Kufaatii sodaachuu.
•Jechaa namaaf iddoo kennuun, duubatti mucucaachuu.
•Ofitti amanamummaa dhabuu.
•Dandeettiifi humna ofii wallaaluu.
•Mul‟ata dhabuu.
•Kaayyoo malee jiraachuu.
•Kutannoo dhabuu.
•Nama ilaalanii karoorsuufi karaa nama biraa hordofuu.
•Abdii kutuu.
•Waan xixiqqootti quufuu.
•Sodaachuu.
•Of tuffachuu.
•Wareegama kanfaluu sodaachuu.
•Dhugaa jireenyaafi addunyaa wallaaluu.
----------------------------------------------
Wantoonni kunniin namni akka hin milkoofneef namaafi
milkaa‟ina
isaa gidduutti dallaa warra ijaaranidha. Namoota dallaa
kana cabsantu
milkaa‟ee jiruu bareedaa arga. Warri harka laate immoo
osoo iddoo
yaade hin gahin karaatti hafa.
Kaayyoo ofiif kutannoofi jabina godhatanii, gufuu kanneen
irra
tarkaanfachuun nama milkeessa.
horaa bulaa.

like
share
follow

24/12/2021

◎M𝕦𝕜𝕟𝕚
Worqii ykn dahabaan wolbiratti yoo ilaalle Mukki gatii hinqabu
MegeMegersa Kan Afran Qalloo Megersa Kan Afran QallooaMegersa Kan Afran QalloolMegersa Kan Afran Qalloo𝕒𝕣𝕦𝕦
Utuu ka'ee bishaan nunyaatee worqii of harkaa qabnu darbannee muka qabannu barbaanna
Qabannee bishaan sana keessaa bahuuf jecha
──━━━━━❪✺❫━━━━━──
◈A𝕜𝕜𝕦𝕞𝕒 𝕜𝕒𝕟𝕒
bu'aa namni tokko nuuf qabu Yeroo sanatti nuuf galuu dhabee eega turree booda nuuf galuutu mala
──━━━━━❪✺❫━━━━━──
Namni hundinuu waan wolfayyadu hindhabu
Nama wojjin jiraattu tokko
Waan inni tolche erraa jaalladhuu waan inni dogongoremmoo erra dabriif
─megersa Kan Afran ─━━━━━❪✺❫━━━━━──
Jireenya keenya keessatti erra woliif darbuun woliif obsuun wolsirreeffachuun hedduu nubarbaachisa
👌dirqama keenyas👌

Photos from Megersa Kan Afran Qalloo's post 16/12/2021

Daa'maafi Mootummaa
Megersa Kan Afran Qalloo
Mucaa xiqqoo 1tu TV ilaalaa osoo jiruu, jecha jedhu dhaga'eetu, hiika isaa baruu fedhe. Abbaa isaatiin, maali? jedhee gaafateen. Abbaanis, , Ani mana kanaaf prezedaantii dha. Haati kee bakka buutuu ummattootaati. Hojjettuun keenya kaabinee dha. Ati ammoo uummata dha. Obboleettiin kee quxisuun dhaloota egereeti! Hundi keenya ammoo jedhamna! jedhee ibseef. Borumtii isaa mucichi mana barumsaa deemuuf ganamaan ka'ee warra manaa waamuu eegale. Nama jalaa owwaatu dhabe. Eessa akka dhaqan ilaaluuf gola ciisichaa yoo seenuu, haati dhukkubsattee kophaa rafaa jirti. Mana nyaata itti qopheessan seennaan, hojjattuu fi abbaan isaa wal hammatanii waan biraa dalagaa jiru. Gorduuba gaafa dhaqu, obboleettiin isaa ni boossi. Mucaanis, Akkas jedhe: prezedaantiin kaabinee raasa, bakka buutuun uummattootaa hirriba keessa jirti. Dhaloonni egeree ni boo'a ! UUMMATA NAMNI QUBA QABUYYUU HIN JIRU . Jedhe jedhama.

17/11/2021

Ni Ergina I

Want your business to be the top-listed Interior Service in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Category

Website

Address

Harar
Other Furniture repair in Harar (show all)