Garuma Diribi Abebe

Garuma Diribi Abebe

welcome to my page like, follow and share you can obtain like that Motivational speech,funny, prove Studied at Haramaya University

15/04/2023

Baga yaadannoo ayyaana du'aa ka'uu kan bara 2015'n nu gahe isin gahe!

10/09/2022

Baga geessan!!!!!!

Photos from Garuma Diribi Abebe's post 02/07/2022

Eebbifamtoota ijjoollee Yuunvarsiitii Haramaayaa kooti baga ittin isin gahe baga gammaddan!

24/06/2022

Haceekoo guyyaanis darbee, ji'is wal duubaa fulduraan darbee, waggaan tokkos lufee, waggaa lammaffaan kee dhufe har'a ga'e.
Nuyi garuu idduma kaleessaa jirra.
yaadannoo goota keenya Hacaaluu Hundeessaa interview OMN irratti waggaa lamaan har'aa gaggeeffamee dhugaa jirtu biyyaa fi nama hundatti himee addunyaa kanarraa darbe.

20/06/2022
Photos from Garuma Diribi Abebe's post 20/06/2022

Thank you God!
Defense was defensed.

18/06/2022

𝑴𝒂𝒋𝒐𝒓 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒔𝒂 𝑨𝒈𝒂 𝒘𝒂𝒔 𝒕𝒉𝒆 𝒇𝒊𝒓𝒔𝒕 𝒉𝒆𝒓𝒐 𝒘𝒉𝒐 𝒆𝒏𝒕𝒆𝒓𝒆𝒅 𝒂𝒏𝒅 𝒄𝒂𝒑𝒕𝒖𝒓𝒆𝒅 𝑹𝒐𝒎𝒆, 𝒔𝒊𝒕𝒕𝒊𝒏𝒈 𝒊𝒏 𝒂 𝒋𝒆𝒆𝒑, 𝒘𝒂𝒗𝒊𝒏𝒈 𝒇𝒊𝒓𝒔𝒕 𝒂𝒏𝒅 𝒇𝒐𝒓𝒆𝒎𝒐𝒔𝒕 𝒕𝒉𝒆 𝒇𝒍𝒂𝒈 𝒐𝒇 𝒉𝒊𝒔 𝒄𝒐𝒖𝒏𝒕𝒓𝒚.

"𝑨𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐 𝒎𝒂𝒏 𝒘𝒉𝒐 𝒍𝒆𝒅 𝒕𝒉𝒆 𝒄𝒂𝒑𝒕𝒖𝒓𝒆 𝒐𝒇 𝑹𝒐𝒎𝒆 𝒂𝒏𝒅 𝑩𝒆𝒓𝒊𝒏 𝒊𝒏 2𝒏𝒅 𝒘𝒐𝒓𝒍𝒅 𝒘𝒂𝒓
𝑰𝒏 𝒉𝒊𝒔𝒕𝒐𝒓𝒚, 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒔𝒂 𝑨𝒈𝒂 𝒘𝒂𝒔 𝒕𝒂𝒌𝒆𝒏 𝒂𝒔 𝒂 𝒑𝒓𝒊𝒔𝒐𝒏𝒆𝒓 𝒐𝒇 𝒘𝒂𝒓 𝒇𝒓𝒐𝒎 𝒉𝒊𝒔 𝒄𝒐𝒖𝒏𝒕𝒓𝒚 𝒊𝒏 1936 𝒕𝒐 𝒕𝒉𝒆 𝒊𝒔𝒍𝒂𝒏𝒅 𝒐𝒇 𝑺𝒊𝒄𝒊𝒍𝒚, 𝑰𝒕𝒂𝒍𝒚 𝒂𝒏𝒅 𝒂𝒍𝒍𝒆𝒈𝒆𝒅𝒍𝒚 𝒑𝒆𝒏𝒆𝒕𝒓𝒂𝒕𝒆𝒅 𝒕𝒉𝒆 𝒑𝒓𝒊𝒔𝒐𝒏 𝒄𝒂𝒎𝒑 𝒂𝒏𝒅 𝒇𝒍𝒆𝒅 𝒕𝒐 𝒕𝒉𝒆 𝒘𝒐𝒐𝒅𝒔 𝒘𝒊𝒕𝒉 𝒂𝒎𝒎𝒖𝒏𝒊𝒕𝒊𝒐𝒏 𝒂𝒏𝒅 𝒕𝒓𝒖𝒄𝒌𝒔 𝒇𝒖𝒍𝒍 𝒐𝒇 𝒔𝒖𝒑𝒑𝒍𝒊𝒆𝒔 𝒊𝒏 𝒕𝒉𝒆 𝒉𝒆𝒂𝒓𝒕 𝒐𝒇 𝑰𝒕𝒂𝒍𝒚. 𝑻𝒉𝒆 𝑰𝒕𝒂𝒍𝒊𝒂𝒏 𝒈𝒐𝒗𝒕 𝒅𝒊𝒅 𝒂𝒍𝒍 𝒊𝒕 𝒄𝒐𝒖𝒍𝒅 𝒕𝒐 𝒄𝒂𝒕𝒄𝒉 𝒉𝒊𝒎. 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒔𝒂 𝒉𝒆𝒍𝒑𝒆𝒅 𝒇𝒓𝒆𝒆 𝒑𝒓𝒊𝒔𝒐𝒏𝒆𝒓 𝒂𝒏𝒅 𝒕𝒉𝒆𝒚 𝒃𝒂𝒕𝒕𝒍𝒆𝒅 𝒕𝒉𝒆 𝑰𝒕𝒂𝒍𝒊𝒂𝒏𝒔 𝒇𝒊𝒆𝒓𝒄𝒆𝒍𝒚. 𝑫𝒖𝒓𝒊𝒏𝒈 𝒕𝒉𝒆 2𝒏𝒅 𝒘𝒐𝒓𝒍𝒅 𝒘𝒂𝒓 𝒕𝒉𝒆 𝑨𝒍𝒍𝒊𝒆𝒅 𝒇𝒐𝒓𝒄𝒆, 𝑩𝒓𝒊𝒕𝒂𝒊𝒏, 𝑼𝑺𝑨, 𝑭𝒓𝒂𝒏𝒄𝒆 𝒂𝒏𝒅 𝑹𝒖𝒔𝒔𝒊𝒂 𝒓𝒆𝒄𝒐𝒈𝒏𝒊𝒛𝒆𝒅 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒔𝒂 𝑨𝒈𝒂 𝒂𝒏𝒅 𝒕𝒉𝒆 𝒓𝒆𝒔𝒕 𝒐𝒇 𝒕𝒉𝒆 𝒑𝒂𝒓𝒕𝒊𝒔𝒂𝒏 𝒂𝒏𝒅 𝒔𝒖𝒑𝒑𝒍𝒊𝒆𝒅 𝒕𝒉𝒆𝒎 𝒘𝒊𝒕𝒉 𝒂𝒓𝒎𝒔 𝒂𝒏𝒅 𝒑𝒓𝒐𝒗𝒊𝒔𝒊𝒐𝒏𝒔.

𝑴𝒂𝒋𝒐𝒓 𝑮𝒆𝒏𝒆𝒓𝒂𝒍 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒔𝒂 𝒘𝒂𝒔 𝒄𝒉𝒐𝒔𝒆𝒏 𝒕𝒐 𝒍𝒆𝒂𝒅 𝒊𝒏𝒕𝒆𝒓𝒏𝒂𝒕𝒊𝒐𝒏𝒂𝒍 𝒑𝒂𝒓𝒕𝒊𝒔𝒂𝒏 𝒂𝒓𝒎𝒚 𝒘𝒉𝒊𝒄𝒉 𝒄𝒐𝒏𝒔𝒊𝒔𝒕𝒆𝒅 𝒐𝒇 𝑨𝒎𝒆𝒓𝒊𝒄𝒂𝒏𝒔, 𝑭𝒓𝒆𝒏𝒄𝒉, 𝑬𝒏𝒈𝒍𝒊𝒔𝒉, 𝑬𝒕𝒉𝒊𝒐𝒑𝒊𝒂𝒏𝒔 𝒂𝒏𝒅 𝒐𝒕𝒉𝒆𝒓 𝒏𝒂𝒕𝒊𝒐𝒏𝒂𝒍𝒔. 𝑻𝒉𝒊𝒔 𝒘𝒂𝒚 𝒕𝒉𝒆 𝒑𝒂𝒓𝒕𝒊𝒔𝒂𝒏 𝒘𝒆𝒆𝒌𝒆𝒏𝒅 𝒕𝒉𝒆 𝑰𝒕𝒂𝒍𝒊𝒂𝒏 𝒂𝒓𝒎𝒚 𝒂𝒏𝒅 𝒄𝒐𝒏𝒕𝒓𝒊𝒃𝒖𝒕𝒆𝒅 𝒕𝒉𝒆𝒊𝒓 𝒅𝒆𝒇𝒆𝒂𝒕.
𝑴𝒂𝒋𝒐𝒓 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒔𝒂 𝑨𝒈𝒂 𝒘𝒂𝒔 𝒕𝒉𝒆 𝒇𝒊𝒓𝒔𝒕 𝒉𝒆𝒓𝒐 𝒘𝒉𝒐 𝒆𝒏𝒕𝒆𝒓𝒆𝒅 𝒂𝒏𝒅 𝒄𝒂𝒑𝒕𝒖𝒓𝒆𝒅 𝑹𝒐𝒎𝒆, 𝒔𝒊𝒕𝒕𝒊𝒏𝒈 𝒊𝒏 𝒂 𝒋𝒆𝒆𝒑, 𝒘𝒂𝒗𝒊𝒏𝒈 𝒇𝒊𝒓𝒔𝒕 𝒂𝒏𝒅 𝒇𝒐𝒓𝒆𝒎𝒐𝒔𝒕 𝒕𝒉𝒆 𝒇𝒍𝒂𝒈 𝒐𝒇 𝒉𝒊𝒔 𝒄𝒐𝒖𝒏𝒕𝒓𝒚.
𝑻𝒉𝒆 𝑩𝒓𝒊𝒕𝒊𝒔𝒉 𝒎𝒂𝒅𝒆 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒔𝒂 𝒕𝒉𝒆 𝒄𝒐𝒎𝒎𝒂𝒏𝒅𝒆𝒓 𝒐𝒇 𝒕𝒉𝒆 𝑩𝒓𝒊𝒕𝒊𝒔𝒉 𝒑𝒐𝒍𝒊𝒄𝒆 𝒇𝒐𝒓𝒄𝒆 𝒂𝒏𝒅 𝒔𝒆𝒏𝒕 𝒉𝒊𝒎 𝒕𝒐 𝑮𝒆𝒓𝒎𝒂𝒏𝒚 𝒕𝒐 𝒇𝒊𝒈𝒉𝒕 𝒕𝒉𝒆 𝑵𝒂𝒛𝒊. 𝑨𝒇𝒕𝒆𝒓 𝒎𝒂𝒏𝒚 𝒃𝒂𝒕𝒕𝒍𝒆𝒔 𝒂𝒏𝒅 𝒄𝒂𝒑𝒕𝒖𝒓𝒊𝒏𝒈 𝒄𝒊𝒕𝒊𝒆𝒔 𝒇𝒓𝒐𝒎 𝒕𝒉𝒆 𝑵𝒂𝒛𝒊'𝒔, 𝒉𝒆 𝒆𝒏𝒕𝒆𝒓𝒆𝒅 𝑩𝒆𝒓𝒍𝒊𝒏, 𝒂𝒈𝒂𝒊𝒏 𝑾𝒂𝒗𝒊𝒏𝒈 𝒉𝒊𝒔 𝒄𝒐𝒖𝒏𝒕𝒓𝒚 𝒇𝒍𝒂𝒈. 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒔𝒂 𝑨𝒈𝒂 𝒑𝒂𝒔𝒔𝒆𝒅 𝒂𝒘𝒂𝒚 𝒂𝒇𝒕𝒆𝒓 1974 𝑬𝒕𝒉𝒊𝒐𝒑𝒊𝒂𝒏 𝑹𝒆𝒗𝒐𝒍𝒖𝒕𝒊𝒐𝒏 𝒊𝒏 𝒉𝒊𝒔 𝒄𝒐𝒖𝒏𝒕𝒓𝒚."
𝑻𝒉𝒆 𝒕𝒆𝒙𝒕 𝒊𝒔 𝒕𝒂𝒌𝒆𝒏 𝒇𝒓𝒐𝒎 𝑩𝒂𝒅𝒉𝒂𝒔𝒂 𝑹𝒂𝒇𝒆𝒓𝒂'𝒔 𝒇𝒂𝒄𝒆𝒃𝒐𝒐𝒌 𝒑𝒂𝒈𝒆.
𝑻𝒉𝒆 𝒘𝒐𝒓𝒍𝒅 𝒇𝒂𝒎𝒐𝒖𝒔 𝒉𝒆𝒓𝒐, 𝑨𝒃𝒅𝒊𝒔𝒂 𝑨𝒈𝒂 & 𝒕𝒉𝒆 𝒑𝒊𝒄𝒕𝒖𝒓𝒆 𝒊𝒔 𝒇𝒓𝒐𝒎 𝒕𝒉𝒆 𝒑𝒐𝒔𝒕 𝒐𝒇 𝑵𝒆𝒒𝒂𝒎𝒆𝒕𝒆 𝑷𝒉𝒐𝒕𝒐 𝒂𝒏𝒅 𝑽𝒊𝒅𝒆𝒐 𝑮𝒂𝒍𝒍𝒆𝒓𝒚.

𝑺𝒐𝒖𝒓𝒄𝒆: African Voice

African Youth Reflect 🧠🧠🧠🙇🏿‍♂️🙇🏿‍♂️🙇🏿‍♂️

29/05/2022

Halagaa ilkaan adii
Halaggaan isaa sadii
Arrabni isaa si muraa
Yoo ati hin hojjennes badii
Halagaa gaafa kolfaa
yaa Firaa gaafa golfaa
Inni afaaniin firaa
Osoon gabaa dhaqeeyyuu jiraa
Baga boonte adurree
Bosonaa eessuma qabdaa
Dubbii haqaaf dhugaa
Qulqullinni keetu addaa
Bishaan oromiyaa yaa'u
Burqituu waraabbadhee
Ani eenyuyyuu komadhu
Yaadumakoon ibsadhe.

28/05/2022

pls follow my page

Photos from Garuma Diribi Abebe's post 18/05/2022

Eebbifamtoota Yuunversitii Haramaayaa bara 2022
baga geessan;baga geenye!

13/05/2022

Kun kana;kaaniis ganaa!!!!

11/05/2022

wanta kana arguu caalaa wanti nama gammachiisuu hin jiru. kun kana yoo ta'e kaaniis guyyaa tokko akka galma gahuu abdii qabna!
kanumaa fi waan kana fakkaatan jijjiruuf jecha warri waan meeqa taatan barabaraan dhaloota qubee irraa galata qabdu.
GALATOOMAA!!

01/05/2022

Obboloonni keenya Hordoftoonni amantaa Musliimaa baga geessan
EID MUBARAK

28/04/2022

ni bareeddu aboo!

27/04/2022

Akkasitti Dabarsine!

26/04/2022

haadhakoo!

25/04/2022

!

Namichatu abjuudhaan bosona guddaa keessa deemaa ture. Osooma deemaa jiruu, hoomaan waraabessaa gaana kaasee duubaan itti dhufe. Rifatee fuulduratti osoo fiiguu, of fuulduratti haroo bal'aa naachi keessaa mul'atutti dhufe. Waan godhu dhabnaan, muka tokko koruuf yaade. Gara mukichattis fiigee koruu eegale. Osoo muka kana yaabbachaa jiruu, gubbaarraan jawwee isa liqimsuuf itti deemu arge. Jalaan waraabessa, fuulduraan haroofi naacha, mukarraanimmoo jawween marfamee jira, namni kun. Yoo fiiges, utaales, muka yaabes nyaatamuu ooluu hindanda'u. Kanaafuu, kanneen furmaata miti.

Rakkoo wal xaxaa, kan mataafi miila hinqabne kana keessaa bahuuf, fala tokko qofa qaba ture. Kunis, dammaquudha.

Namni kun hirriba keessaa yoo dammaqe, wanti inni akka rakkootti ilaalu kun rakkoo hin jirredha. Kana jechuun, rakkoon namicha kanaa hundi akka inni itti ilaalaa jiru irraa madda. Ilaalchi yoo jijjiirame rakkoon ni furama. Dhugaan lafa kanarra jirus akkasuma. Rakkoon addunyaa kanarra jiran hedduun itti dammaquu dhabuu namootaatiini. Namni hedduun ofiif rafeetu, waan hinjirre rakkoo taasise. Rakkootti beekumsaan yoo dammaqan, furmaata barbaaduufis baay'ee salphaa ta'a.
Kanaafuu, furmaanni dammaquudha!

Madda: Kitaaba "Galaa Sammuu" kan barreessaa Galataa Tsaggaa Nagaasaatin barreeffame irraati.

22/04/2022

Du'aan duuni moo'amee!!!!!!!!!
Eebbifami nama waaqa!

22/04/2022

Jaalalli kanarra caaluu hin jiru!
greater than this love is not present!!
kezi yem belet fiqir yelem!

21/04/2022

baga yaadannoo ayyaana Fannoo gooftaa keenya Iyesuus Kristoosin isin gahe!

19/04/2022

Jawween durumaan raagee ture waan har'a Walloon keessa jirtu!

14/04/2022

Baga guyyaa Kabajaa fi yaadannoo Gootota Oromoo Ebla 15 isin gahe!!

04/04/2022

Mormituu fi Hawwituun namaa/sabaa yoo nama namaan caalchisuu barbaaddes kan Uumaan caalchisee ni Injifata!!
Baga Gamadde Nagawoo Jimaa!!!!!!!!!!!

03/04/2022

HARAMAYA UNIVERSITY
College of Computing and Informatics Department of Software Engineering 90 days left for Graduation at Haramaya University congratulation All of you and Us!

31/03/2022

oolmaan sin uummata keessaniif ooltan guddaadha. lubbuun keessan haa boqotu!!
RIP

30/03/2022

KOORAASAA ITTI NAAF DABALTA?
Guyyaa tokko namicha tokkotu nama isa kan biraa tokkon akkas jedhe,yoo ati Yaa abbaa keenya hanga dhumaatti jettee Farda tokko siifan kenna jedhe.namichi inni lamaffaa sunis yaa abbaa keenyaa kana guutuummaasaa sirriitti waan beekuuf farda tokko naaf kennita? jedhee gammachuudhan jechuudhaaf akka armaan gadiitti itti fufe:-
Yaa abbaa keenyaa
waaqarra kan jiraattuu
maqaan kee haa qulqullaa'uu
mootummaan kee haa dhufuu
jaalalli kee akka waaqarra ta'ee
akkasumas lafarrattis haa ta'uu
kan nu gahu buddeen keenyaa
har'aa nuf kenni yakka keenya
nuuf dhiisi........ jedhee booda
jidduutti maal jedhe seetaanii kooraasammoo itti naaf dabaltaa? jedhe jedhan. anis waanan jechuu barbaadee yoo jiraatee waan jalqabne tokko otoo fiixaan hin baasiin isa kaanitti harka hiixachuun isa harka keenya keessa jiru nu gachiisiisaa waan ta'eef waan qabne jirruu galmaan geenyee, kaaniis immoo boodarraa yoo karoorsinee fi hojjenne gaariidha jedha.
GALATOOMAA!!!!!!!

24/03/2022

Yaa Waaq galanni keeti!!
waaqni roobee lafa jiisee,kunoo akkasitti loon Booranaa dheebuu baasee.

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Du'aan duuni  moo'amee!!!!!!!!!Eebbifami nama waaqa!
Jawween durumaan raagee ture waan har'a Walloon keessa jirtu!
otoo akka har'aa hin ta'in.

Telephone

Address

Harar