Feysal khalifa

Feysal khalifa

You may also like

Harris zqitcpzfmu
Harris zqitcpzfmu

99

23/02/2024
06/09/2023

Dubbii Qolaa dubbii golaatiin bira darbina.

Photos from Bilal School Harar's post 30/08/2023
30/08/2023

AAWW. Gabaasa Hirmaannaa Liqii M/B/Bilaal Magaalaa Harar guyyaa arraa August 30/2023 Ykn 24/12/15 sa'aa 12:22 akka sa'aa biyya keessaatti qarshii 6,313,306.44 gahee jira Masha'allah.

29/08/2023

As wr wr
Gabaasa deggarsa M/B kan magaala Hararif taasifame guyyaa arraa August 29 akka biyyaatti 23/12/15 sa'aa 12:15 qarshii miliyoona shanii Kuma dhibba jahaa Kuma saddeetii fi dhibba sadi afurtamii Shani ( 5608345.44) gahee jiraa jabaadhaa obboleewan muslimaa wa'ada keessan nuu guutu jirtanii gabaasa isaa kunoo Kaaniis wa'ada nuuf guutaa.persentii 19% irra jirra.

24/06/2023

Send a message to learn more

22/06/2023

الحمدلله

26/04/2023

الحمد الله

11/08/2022

📜🖌 ** Yeroo karaan Sirratti Wal-fakkaate, Dubbiin hundi Sitti wal-xaxxee: Dhimma kee san keessatti Dhama'aa taatee Qomti kee si dhiphattee bakka seentu dhabde; Gara Qur'aana isa Dhamaasuun keeysa hin jirree san deebi'i. Ragaalee isaa kan toltuu hojjechuuu irratti Nama kakaaftuu fii Hamtuu hojjechuu irraa nama sodaachistu, Waadaa fii Beellama qixaaxa Rabbii, fii wanta Rabbiin Mu'umintoota itti isaan waame ajaja isaa guutuu fii dhoorkaalee isaa irraa dhoorkamuu irra qalbii kee dhabi. Ati yeroo san Dhamaasuu fii wallaalummaa keessa turte irraa Ni deebita. Erga Mukooftee(dabbaramtee) kaatee Bohaarta, Erga Dadhabdee laaffattee Jabaatta"

📮 نصر بن يحيى بن أبي كثير/ العزلة لابن أبي الدنيا /ص

10/08/2022

● " tokkoon keessan hanga Rizqii isaa[ kan isaaf barreeffamte] Guuttatitti[fixutti] hin Du'u, Yaa Namoota Rabbi Sodaadhaa! Rizqii kana barbaadu keessatti [Adeemsa Barbaacha rizqii] bareechaa:Waan halaal ta'e fudhaa, Waan Haraam godhame Lakkisaa__||

قال رسول الله صلى الله وسلم عليه👇
*《 إن أحدكم لن يموت حتى يستكمل رزقه، فلا تستبطئوا الرزق، واتقوا الله أيها الناس، وأجملوا في الطلب، خذوا ما حلّ، ودعوا ما حَرُمَ 》.*

📓📔 |[ السلسلة صحيحة (۲۰٩/٦) ]|

©. Gariin Namaa Rizqii argachuuf Fiiguu fii ta'aabuu Malee Halaali moo Haraamii Addaan hin baafatu. Kuni Dhimma Akkaan Ajaadha.

©. Yaadni keenya Wanta walitti Qabdu san osoo hin taane akkamittiin isii halaal Walitti Qabaa Haa ta'uu. Foon Haraamiin Marge Gubatu malee hin taane***
كُلّ لَحم نَبَتَ مِنَ الحَرامِ فالنّار أولى بِهِ ”
(رواه الترمذي وحسّنه)

FeyFeysal AbdumaliksHussen KaLifaaLHussen KaLifaa

Want your business to be the top-listed Media Company in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Category

Telephone

Address

Harar
Other Digital creator in Harar (show all)
Murtii A Murtii A
Harar

fuulbarruu kheeysan filadhaa

Carcar oro tube Carcar oro tube
Alex Aana
Harar, SANA.A

Page kana following godhadha page haqaaf dhabbatedha dhugaa malee soba hin maxxansinu waan saba keen

Deeggartoota Paartii Badhaadhina Naannoo Hararii Deeggartoota Paartii Badhaadhina Naannoo Hararii
Harar
Harar

Itoophiyaa Badhaate Ni Ijaarra.

Mu'aaz Mu'aaz
Mu
Harar

Hojjate jiraachun siif dhaama Lubbuu too

Visit Hararge Visit Hararge
Harar

Photographer Editor Director

Kelif Mohammed - ከሊፍ መሀመድ Kelif Mohammed - ከሊፍ መሀመድ
Harar, 1856011

Itoophiyaan Roga Hundaan Haabadhaatuuf Hojjana!����

Inti Harar Inti Harar
Harar

Hararghe Vsion. Hararghe Vsion.
Harar

never give up 👆

Obsa Amin Obsa Amin
Harar

Fira firii qabu taa'ii

Xaliila Muleta Xaliila Muleta
Harar

Humni jaalalarra jabaa lafa tanarra hin jiru love is power � � �

Gamme freeman Gamme freeman
Harar

"son of the people" never rest until my people achieve what they stand for FOLLOW ME

Faannoo Multimedia Faannoo Multimedia
Harar

Irkoo Ummataa!