Kumbi Woreda Investment and Industry office

Kumbi Woreda Investment and Industry office

You may also like

Chaya blaah ke game
Chaya blaah ke game

About Kumbi Woreda Investment and Industry office

Photos from Kumbi Woreda Investment and Industry office's post 13/02/2023
Photos from Kumbi Woreda Investment and Industry office's post 09/02/2023

Hojjettoonni Waajjira Ministira Muummee haala yeroorratti mari’atan.

OBN Guraandhala 02, 2015- Hojjettoonni Waajjira Ministira Muummee haala yeroorratti mari’ataniiru.

Hojjettoonni Waajjirichaa guyyaa har’aa haala yeroorratti mari’achuusaanii ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.

Photos from Kumbi Woreda Investment and Industry office's post 07/02/2023

Biiroon Invastimantii fi Industirii Oromiyaa Gamaggama Raawwii Hojii Ji'a Torbaa Bara 2015 gaaggeessaa jira.

BIIO Amajjii 30,2015- Biiroon Invastimantii fi Industirii Oromiyaa Gamaggama Raawwii Hojii Ji'a Torbaa Bara 2015 Manejimantii Biirichaa tiin bakka Hoogganaan Biiroo Invastimantii fi Industirii Oromiyaa Obbo Ahimad Idiriis jiranitti gaggeessaa jira.

Gamaggama kanaanis gabaasni Raawwii Hojii Ji'a Torbaa Bara 2015 Damee Dameedhan erga dhiyaate booda Ciminoota Hanqinoota rakkoolee adda bahanii fi dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan irratti mari'atamaa jira.

14/01/2023
10/01/2023

Bulchinsa magaalota Oromiyaa 5 irratti master pilaanii jala galchuuf karoorfame.

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Harer?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address

Harer
MINO
Other Government Officials in Harer (show all)
Zuber Abdi Abibeker Zuber Abdi Abibeker
Harar
Harer, ZIZU

Wanti rabbin siif qode hin haftu