Firomaa

Tokkumaan Humna kenyaa

15/05/2022

Dhoysan hin dhoyfamtu jaalaalti if himtii namu narra bekka fuulaa irra naa iftii

15/04/2022

"Ilaalcha namoota biraa irratti hundooftee jireenya Kan keef ka'umsa hin godhatin."

07/04/2022

Dhugaa Tokko!
Nuti Jawar Mohammed "Hireen Osoo hin taane Herregaan" Deeggarra!
Dhugaa jiru irratti hundoofnee
Gootummaa,hayyummaa,beekkumsaa fi dandeettii isaa hubannee jala hiriirree, ittiinis eemaramne!

Photos from Firomaa's post 14/03/2022

ijaa caalaa qalbii tiyya bohaa jira

18/02/2022

Si duubaa bakka ati hin jirretti waan isaan odeessan/haasawan oso beytee,
Namoota hedduu wajjiin seequu ni dhaabda.

18/02/2022
18/02/2022

10 bir

14/02/2022

One day!!!!! Insha Allah

25/01/2022

Namni tokkolleen kan sirrii qulqulluu (PERFECT) ta'ee jiraatu hin jiru, anaa fi sihis miti ykn isaanillee miti. Hundi keenya perfect miti.

Kanaafuu Ati Relax ja'iituma of ta'ii jiraadhu.

09/01/2022

Guyyaa Jimaata kaleessaa Ayyaanni Qillee Itoophiyaatti kabajamaa jiruu mootummaan Itoophiyaa hogganoota siyaasaa KFO, Baaldaraasiifi hoggantoota TPLF dhiifamaan hiikuu beeksiseera.

Hiikamuu isaanii dura waggaa tokko oliif finciltoota Tigraay waliin Kaaba biyyattiitti lolarra kan turan MM Abiy Ahimad dhimma araaraafi dhiifamaa ibsa baasaniin akeekaniiru.

Adeemsi seeraa Obbo Jawaar Mohaammadiifi kaan garuu maal keessa darbe?

Ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa hordofee Adoolessa 1, 2020 to'annoo jala kan oolan Obbo Jawaar Mohaammad, hidhaa guyyoota 530 ol booda gadhiifamaniiru.

Adeemsi himataa isaanii waggaa tokkoo ol lakkoofsisees dhimmoota hedduun kan dabaalame ture.

Jawaar Mahaammad fi eegdota isaanii dabalatee namootni 35 sirna gaggeessaa reeffa Artiist Haacaaluu Hundeessaa irratti reeffa humnaan gara magaalaa Finfinneetti fedha maatii malee deebisan jedhamuun ture to'annoo jala kan oolan.

Yeroo sanatti Komishinarri Poolisii Oromiyaa Araarsaa Mardaasaa ''Reeffi haaluma gaaffii maatiitiin hospitaala Phaawuloosii baafamuun gara Ambootti osoo gaggeeffamaa jiruu fedhii maatiin ala erga Buraayyuu gaheen booda gara Finfinneetti akka deebii'u taasisan" jechuun miidiyaaleef ibsa laatan.

''Kana Jawaarfaatu raawwate. Kanaan shakkamani to'ataman... namni kamuu seeraa ol miti'' jechuunis himan.

Dhaddachawwan jalqabaa…

Obbo Jawaar Mahaammadfi Obbo Baqqalaa Garbaa dabalatee namootni isaan walin qabaman kunneen biroon jalqaba dhimmi isaanii Mana Murtii Federaalaa Sadarkaa Jalqabaa dhaddacha ramaddii Araadaatti (argamaan garuu Lidataatti) ilaalamaa ture.

Wayita mana murtiitti dhiyaatanittis qorataan Poolisii Federaalaa Obbo Jawaarfaa yakkoota afuriin shakkamanii to'annoo jala ooluu hime.

Mootummaan ‘dhiifamaan' qondaalota siyaasaa hiikuu beeksiseJawaar Mohaammad fa'i manni murtii 'beellama waggaa lama booda akka qabuuf gaafatan'Jawar Mohaammed dhimmi hidhameef 'kan mana murtiitti ilaalamu miti' jedhe

Isaanis ajjeechaa poolisii humna addaa Oromiyaa tokkoo, sabaa fi

Photos from Firomaa's post 08/01/2022

Baga gammane oromon hundi

Photos from Firomaa's post 08/01/2022

Dhugaa qabna

07/11/2021

Barattoota Qormaata Kutaa 12ffaa Fudhattan Hundumaaf!

Rabbiin Isin Wajjiin Haa Ta'u. Waan Isin Dagattan Isin Haa Yaadachiisu. Qalama Keessan Keessa Barakaa Haa Kaa'u. Harki Keessan Deebii Malee Hin Barreessin. Dogongora Irraa Isin Haa Tiksu. Qalbii Teessanis Gad Haa Dhaabu. Firii Gaarii Kan Argattan Isin Haa Taasisu.

Dhaamsa: Qalbii Keessan Rifaatuu Garagaraa(Tension) Irraa Qulqulleessaa. Gara Qormaataa Deemuun Dura Zikrii Akkasumas Qur'aana Qara'aatiin, Maatii Keessan Irraas Eebba Fudhadhaatiin Bahaa. Cinatti Rabbiin Qofarratti Irkadhaa. Du'aa'iin Isin Wajjiin Jirra.

07/11/2021

Rabbiin siif kanna waan ati irraa hafun dandenye irra hafte waan sila yero sanitti irraa hafun dandenye abshira 😍😍😊😊

05/11/2021

🌺 Bar'ii kheyrii tan milkii nuf ha godhu🌺

Guyya Garii qabadha💕

02/11/2021

Olmaan kee namoota amantaa ofirraa qaban 5nin wajji yoo ta'e 6ffaan sihi.
Miiliyeenaroota 5nin wajji yoo oltes 6ffaan sihi.
Akkasumas dhama'oota 5nin wajji kan ooltu taanan 6ffaa isaani taata.
Khanaaf hiriyaa ( saahiba ) sirri firraa laalii saahibi adeeroo .

06/10/2021

Haasawa bu`aa hin qabne nama dubbisuurra, kitaaba gaarii dubbisuu baayyisi.

05/10/2021

Bakka barbaadde dhaqqabuu feenaan , Waan jaalatu dalagi,yookaan waan dalagutti jirtu san jaaladhu.

12/09/2021

Namonni Bayyen Jireenya Khe Kheeysatti Bakka Ifii Irra Jiran Oso Ifin Garre Si jibban

Sababa Walallumma Isaanitin Jiraachun Khe Akka Isaan Fayyadu Hin Beekhan

03/09/2021

Qabeenya dhabuun waa hundaa dhabu miti.fayyaa dhabuun waa hedduu dhabuudha garuu hundaa dhabuu mitii.
Amalaa dhabuun immoo waan hundaa dhabuudha.

02/09/2021

Rakkoon wahii kan jiru taanan, yoo dandeesse furi. garuu akkuma fadhe sanittuu mataan kee akka hin cinqamne of eeggadhu. Of dhippisuun wahuma takkaafuu furmaata hin fiddu.

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Harer?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address

Fedis
Harer
1000
Other Swimming pools in Harer (show all)
Maali mallisaa Maali mallisaa
Harar
Harer, 1000

Furtuuwood subscribe Godhaa

Team qamaate Team qamaate
Fadis
Harer, 04

wadaaja lulluqate lullu baasu

N j yyyy N j yyyy
Oromiyaa
Harer