sadam adnaan
wwwwww Adnaan sadam. com
kutaa12ffaa
sirna barnootaa keenya kufaatii walooti, kufaatii kana keessaa kan ba'uu dandeenyuus waloomaan ta'a!!
Kutannoo fi iftoominni qormaata kutaa 12ffaa qoruuf bu'aa isaa ifoomsuu ilaalchiseei gama mootummaadhaan bara kana mullate seenaa keessati tarii kan jalqabaaf waan daran jajjabeefamuu qabuuf dhugumatti kufaatii sirna barnootaaf qulqulina barnoota keenya mudate bu'uurra irraa foyyeesuuf kutaannoo siyaasa gama mootummaan jiru kan agarsiiseedha. Amma Yeroon yeroo Manneen barnoota, barsiisonii fi barattooni, maatiin baratootaa, hoggansi barnootaa waliin gad ta'aanii maal taanee akkanati daaraa botoroo taanee, akkamiin akkas taanee, egereeti hoo maal yoo godhamee kuufaatii kana jalaa baanee ijoollee keenyaaf dhaloota baraara, tokkoo tokkoo keenya irraa hoo maaltu eegama, akkamiin guumaacha nu'ii irraa eegamu goonu jedhanii mari'aachuudhaan qulqulina barnoota bu'uura irraa foyyeesuu ilaalchisee waraqsa addaa hunda hirmaachise finiinsuuti barbaachisa.
unacceptable result showing low levels of students learning can be used for changing the incentives of policy makers and teachers through public awareness.
Information is often viewed as a way in which policy makers can better monitor education service providers. However, information as a purely technical tool may not be enough. Rather, information is useful when it can be easily understood and targets those with incentives to act.
Improving public awareness of the unacceptably
low levels of learning in many areas of a country
has proven to be a successful policy for changing the incentives of teachers and policy makers
and improving the quality of education. This idea
underlies National Assessment and Examination of student learning, such as the 6th, 8th, 12th grades leaving national or regional states examination results, and also University Exit exams result in Ethiopia which help to improve data on and public awareness of the levels of learning. This shall be be augmented with gathering data on both inputs and outcomes in representative samples of schools in the country, and its data are useful for diagnosing problems and targeting support. But ultimately, such effort is not just about fine-tuning an education system by turning technocratic dials, but also about shifting the equilibrium by marshaling public awareness to support reform.
Ashamaa harka fuune
Barumsa kana nurraa qoodamaa
Irraa fayyadamaa
DALLANSUU IRGAANII(GINGIVITIS)
Irgaan/urgoon tishuu qaamaa lallaafaa(soft tissue) ilkee teenya haguugee qabuudha. Yeroo sababa adda addaan irgaan tun dallante(inflammation) dallansuu irgaanii(gingivitis) jenna.
WANTOOTNI FIDUUF SABABA TAHAN
1. Hoorii( plaque or calculus)
2. Jijjiirama hoormoonii Fakkeenyaaf: dardarummaa/dubrummaa,dhala dhaabuu(menopause),marsaa lagguu fi ulfa faadha
3. Dhukkuboota akka kaanseerii, sukkaraa fi HIV
4. Qorichoota dhukkuba biraaf fudhatamu
5. Tamboo xuuxuu
6. Umrii:lakkuma Umriin dabalaa deemtuun carraan saaxilamuu dabala
7. Nyaata madaalaawaa fudhachuu dhabu,fkn hanqina Vitaamin C
8. Shanyummaan jechuun yoo maatiirraa gara ilmaanitti darbuuf carraa bal'aa qaba.
MALLATTOOLEE ISII
• Irgoon akkaan nama diimaachuu
• Yeroo irgoo of tuqan nama dhukkubuu
• Irgoon nama dhiiguu fkn yeroo ilkee rigannu, yeroo fuula dhiqannu, yeroo waan jajjabaa nyaannu
• Irgoon nama iitaawuu
• Yeroo waa nyaannu, yeroo waa hoo'aafi qorraa fayyadamnu nutti dhagahamuu
• Fooliin afaani nama jijjiiramu (Halitosis)
WAL'AANSI ISAA
👉Gara mana yaala ilkaanii deemanii wal'aansaa fi gorsa haakimni ilkaanii siif kennu hordofuudha.
YOO YEROON WAL'AANAMUU BAATE
1. Malaa(abscess) Irgaanii fi lafee fiduu dandaya
2. Irgaan/urgoon gadi(gengival recession) nyaatamtu godha
3. Ilkeen guututti akka buqqaatu godhuu dandaya.
FAYYAA DAHAA!
Yaada keessanis nuuf qoodaa
Everybody
Jirra jirtuu
الحمد لله على كل حال Turtii yeroo dheeraa booda gara fb deebine
Stumpule
Abbaa radio daandii haqaa fi soora qalbii seenaati dawwadhaa
RNH 778, January 9, 2023 Soora Qalbii RAADIYOO NUURALHUDAASoora Qalbii Muslimaa✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪SOORA QALBIISagantaa 778ffaaJanuary 9, 2023✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪☑ Dhaddacha JaalalaaDoosee 166ffaa☑ Tana Quba Q...
Contact the business
Telephone
Website
Opening Hours
Monday | 09:00 - 17:00 |
Tuesday | 09:00 - 17:00 |
Wednesday | 09:00 - 17:00 |
Thursday | 09:00 - 17:00 |
Friday | 09:00 - 17:00 |
Saturday | 09:00 - 17:00 |