A B Oro Peg .com

A B Oro Peg .com

umataa ormoo qofaaf akaa fayyaduu abdiin qaba haqaa kofii kan umata kolee yoomuu lalabuu hin dhisuu

06/07/2023

Halkaan Jumattaa
๐Ÿ‘‡
๐’๐š๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐€๐ฅ๐š๐š ๐๐š๐›๐ข๐ขโ™ฅ๏ธ๐Ÿ–ค๐Ÿค๐ŸŽคโœ๏ธโฃ๏ธ๏ทบโฃ๏ธ
๐Ÿ™

Photos from A B Oro Peg .com's post 05/07/2023

Weellisaa (Teenaammuu) jabaa ilma Warqituu, ammaan dura sirboota aadaa Walloo sirbuun kan beekamu, boodarra gara Waraana Bilisummaa Oromootti makamee leenjii loltummaa fudhachuun isaa ni beekama. Akka carraa harka diinaa bu'uun dararamaa ture. Achittis gidiraa fi roorroon addaa addaa erga isa miitee, dhukkubarraa dandamachuu dadhabuun lubbuun isaa darbitee jirti.

Rabbi lubbuu isaatiif boqonnaa gaarii haa kennu. Maatii fi firoottan, akkasumaa Oromoonni qabsaa'aa kana dhabdan hundi jajjabinan isiniif hawwa!

)

01/07/2023

Kan Maallaqa Du'a isaatiin Saammachuuf fiigu Malee Nama Haqaa fi Gumaa Haacaluu Barbbaadu Argginee Beeknu Waan Taheef Nu Ilmaan Oromoo Hunda Garaan keeenya Nu Madaa dha Mucaa Foon qirccaa Godhatan ๐Ÿ‘Œ

01/07/2023

Saphaloo Kadiir hayyichi baha Oromiyaatii biqile kun kitaaba mata-dureen "KAASA AREERAA je'u qabatee as baheeti jira.

Akkuma mata-duree irraa gartan kitaabni kun kuusaa Walalooti. Ammoo walaloo tahee fi dhiisee bulleet laalla.

Duuba, jaarsa ganna 200 khana wanti adda isa godhu dhaloota dhufu kamittuu update and upgrade if godhee tarkaanfatuu dandahuu isaati. Saphaloo'n warra Dargii waliinis dalage; joollee Yaadig waliinis akka jabbitti burraaqetuma dalagutti jira.

Sapaloo sittin haajamaa eessattin sitti dhufa hin jettuun isaan. Saphaloo sittin haajamee 'koottu' jettaan malee.

Saphee, baga milkooyte.

01/07/2023

๐™Š๐™ง๐™ค๐™ข๐™ค๐™ค ๐™ƒ๐™ช๐™ฃ๐™™๐™ž๐™ž ๐™†๐™–๐™ฃ๐™– ๐™Œ๐™ช๐™—๐™– ๐™Œ๐™–๐™—๐™–๐™– ๐™‡๐™–๐™–๐™ฉ๐™–?
Erga shirri araara Odola Tanzaniyaa sun kufee asi impaayerri kun WBO gole Oromiyaa keessaa balleessuf waraana Kibbaaf Izzi Ja'aa jalatti
เผ„Kutaa Waraanaa 6
เผ„Kutaa Waraanaa Ripabilikaan Gaardi 2
เผ„Kutaa Waraanaa Koomandoo 6
Oromiyaa keessatti bobbaasun lola waliirraa hin cinne gochaa jira.Haa ta'uuti garuu "Tiitissi baayyatteef qadaaddii hin buqqistu" akkuma jedhamu WBOn toftaa lolaa ishee dursee wan itti dammaqeef iddoo hundaatti irra aanun milkaaha jira. Impayeerri kana hubatee gidduu kana iddoo tokko tokkotti humna qileensa fayyadama jiraachun isa barameera.
Ololli hedduuniis kallattii hedduun WBO irratti banamee Akka deemaa jiruus barameera
OROMOON MARTINUU bakka jirtanii Waraana keessan jabeeffachuu irratti xiyyeeffachuu Halkanii Fi Guyyaa Hojechuu Qofaatu furmaata
Ajandaa tokkollee hin dhageeffatinaa

01/07/2023

Waliin Jiraachuun Qoftti Gayaa Miti Maaliif Akka Waliin Itti jiraannu Beekuu Qabna Haadha Mana fi Abba Mana Yaada Walii Kabaju Kan Yaada Walii Hubatu Kan Jireenya Ofii Nagayaan Jiraatu Kan Wal Hin jeeqnne Jireenya Keessatti Wal jeequun Akka Ofiin Of Ajjeesutti Laalama Balaa Guddaa Dha Gaga,ama Guddaa Dha Namni Waliin Galmma Hin Gayu Karaa Dheera Waliin Deemuu Hin Danddayu Namni Wal jaallattan Jiruu Waliin jiraattan Hundi Waanttiniin isiniif Dhaamu Yoo jiraate Wal jeequ Sababa Hin jirre Uummachaa Mataa Wal Garagalchuu Jireenya keessanitti Taphachuu Ofumaa Jireenya Keessanitti Diina Tahuu Dhiisaa Jireenya Keessan Wal Kabajaa Jaalalaa fi Nagayaan jiraadha Lolli Akkuma Biyya tokkof Gaga'ama Guddaa Tahe Jiruu Bulttii Namatiifiis Lolli Gaga,ama Guddaa Dha Beekaa ๐ŸฆMudaan muddii family Rabbiin Isin Haa jiraachisu

01/07/2023

Waan keessa jirru nu Warra Keessa jirruutu beeka
GARUU Namoonni waan dhaga'anii Fi Waan itti fakkaate dubbatan YAA OROMOO โ€ผ๏ธ

27/06/2023

Aangoon Mooraa Qabsoo keessa hin jiru dirqama malee๐Ÿ˜Š Jaartiin anii Aangoon fedha jetti Ayyii

OMN แ‹•แˆˆแ‰ณแ‹Š แ‹œแŠ“ (April 14, 2023) 15/04/2023

OMN แ‹•แˆˆแ‰ณแ‹Š แ‹œแŠ“ (April 14, 2023) โ— แ‹จแˆตแ‰…แˆˆแ‰ต แ‰ แ‹“แˆ แ‰ แŠญแˆญแˆตแ‰ตแŠ“ แŠฅแˆแŠแ‰ต แ‰ฐแŠจแ‰ณแ‹ฎแ‰ฝ แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‰ฐแŠจแ‰ฅแˆฎ แ‹แˆแˆโ— แ‹จแŠฆแˆฎแˆž แŒ€แŒแŠ–แ‰ฝ แˆ˜แ‰ณแˆฐแ‰ขแ‹ซ แ‰€แŠ• แ‰ แŠแŒˆแ‹ แŠฅแˆˆแ‰ต แ‰ฐแŠจแ‰ฅแˆฎ แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแ‹แˆ แ‰ฐแŒˆแˆˆแŒธ

15/04/2023
15/04/2023

Haqotaa โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ me to โค๏ธ

15/04/2023

LIVE
OMN : แˆแ‹ฉ แ‹แŒแŒ…แ‰ต - แ‹จแ‹ตแˆฎ แˆตแˆญแ‹“แ‰ต แŠ“แ‹แ‰‚แ‹Žแ‰ฝ แ‹จแŠจแˆธแˆ แ–แˆˆแ‰ฒแŠซ (April 14,2023)
~ แ‹จแŠ แˆƒแ‹ซแ‹ณแ‹แ‹ซแŠ• แ‹จแŠจแˆธแˆ แ–แˆˆแ‰ฒแŠซแฃ แ‹จแ‰ฅแˆ„แˆญ แ‰ฅแˆ„แˆจแˆฐแ‰ฆแ‰ฝ แˆšแŠ“แŠ“ แ‹˜แˆ‹แ‰‚ แˆฐแˆ‹แˆ แˆˆแˆ›แˆแŒฃแ‰ต แˆแŠ• แˆ˜แ‹ฐแˆจแŒ แŠฅแŠ•แ‹ณแˆˆแ‰ แ‰ต ?
แ‰†แ‹ญแ‰ณ แŠจแŠ แ‰ถ แ‰ แ‰€แˆˆ แŒˆแˆญแ‰ฃ แ‹จแŠฆแŒแŠฎ แ‰ฐแ‰€แ‹ฐแˆš แˆŠแ‰€แˆ˜แŠ•แ‰ แˆญ แŒ‹แˆญ

OMN : แˆแ‹ฉ แ‹แŒแŒ…แ‰ต - แ‹จแ‹ตแˆฎ แˆตแˆญแ‹“แ‰ต แŠ“แ‹แ‰‚แ‹Žแ‰ฝ แ‹จแŠจแˆธแˆ แ–แˆˆแ‰ฒแŠซ (April 14,2023) 15/04/2023

OMN : แˆแ‹ฉ แ‹แŒแŒ…แ‰ต - แ‹จแ‹ตแˆฎ แˆตแˆญแ‹“แ‰ต แŠ“แ‹แ‰‚แ‹Žแ‰ฝ แ‹จแŠจแˆธแˆ แ–แˆˆแ‰ฒแŠซ (April 14,2023) ~ แ‹จแŠ แˆƒแ‹ซแ‹ณแ‹แ‹ซแŠ• แ‹จแŠจแˆธแˆ แ–แˆˆแ‰ฒแŠซแฃ แ‹จแ‰ฅแˆ„แˆญ แ‰ฅแˆ„แˆจแˆฐแ‰ฆแ‰ฝ แˆšแŠ“แŠ“ แ‹˜แˆ‹แ‰‚ แˆฐแˆ‹แˆ แˆˆแˆ›แˆแŒฃแ‰ต แˆแŠ• แˆ˜แ‹ฐแˆจแŒ แŠฅแŠ•แ‹ณแˆˆแ‰ แ‰ต ? แ‰†แ‹ญแ‰ณ แŠจแŠ แ‰ถ แ‰ แ‰€แˆˆ แŒˆแˆญแ‰ฃ แ‹จแŠฆแŒแŠฎ แ‰ฐแ‰€แ‹ฐแˆš แˆŠแ‰€แˆ˜แŠ•แ‰ แˆญ แŒ‹แˆญ

15/04/2023

Mootummaan rakkoo Waraana Bilisummaa Oromoo waliin qabu furuun Oromiyaatti nagaa buusuuf fedhii qabaachuu irra deddeebiin dubbataa turus, marii qaama 3ffaa simachuuf qophii hin taane jedhe Waraanni Bilisummaa Oromoo.

Sirna Eebba Humna Jajjabee haaraa irratti argamuun haasaa kan taasisan Ajajaa Olaanaan WBO Marroo Dirribaa, Mootummaan yaada araaraa dhiyeessuufii akeekaniiru.

Haataโ€™u malee, Marii adeemsa isaa eeggateefi fedhii Oromoo guutuu dandaโ€™uuf qophii tahuu keenya beeksifnus, mootummaan marii bakka qaamni 3ffaan jirutti taasifamu simachuuf qophii hin taane jedhan.

Waraanni Bilisummaa Oromoo fuulduraafis ejjennoon marii adeemsa isaa eeggateen nagaa buusuu irratti qabu kan hin jijjiiramne tahuu ibsuun, uummanni Oromoo burjaajii qaamni aangoorra jiru maqaa araara buusuutiin uumuuf yaalaa jiruun akka hin sossobamne dhaamaniiru.

Waraanni Bilisummaa Oromoo Ayyaanlaallattootaa fi Saamtota irraa keessoo isaa qulleessuun, Lolaanis tahe nagaan kaayyoo isaa milkeessuuf itti fufiinsaan kan qabsaaโ€™u tahuu hubachiisan.

Yaadni Ajajaan Olaanaa Waraana Bilisummaa Oromoo dhimma kana irratti kennan itti aanee dhiyaata.

14/04/2023

NU DHIISAA::
===========
Jaalala Wayya Jennee Sabaaf Sab-sablammii
Idaanee
Biyya Laga Ceesisuuf Ofii Riqicha Taanee
Arrabsoo Warra Alagaa Yaalii Ajjeechaas
Obsinee
Halkan Qorraan Waadamaa Guyyaas Dafqa
Cobsinee
Dhiifamaaf Bakka Laannee Jaalala Wayya
Jennee
Maaloo Maaliif Jibburee Nama Biyyaaf Of
Kennee?
Kan Balleesseef Dhiifama Kan Idaa'ames
Gorsaa
Du'aa Jiraa Fakkeessee Qaawwaa Mana Isaa
Dhoksaa
Jaalala Biyyaaf Jedhee Osoo Boqonnaa
Dhabuu
Sababa Hattuu Jibbeef Namni Ajjeefamuu Hin
Qabuu
Dhugaadhaaf Amanamee Teessoo Dharaa
Kuffisee
Sanyummaa Biyyaa Baasee Tokkummaa
Nutti Uffisee
Daangaa Jibbaa Hurreesee Osoo Riqicha
Ijaaruu
Warri Jaalalli Hin Galleef Barbaacha Hannaa
Itti Aaruu
Yoo Walii Galuun Dhibe Mareen Waan Hunda
Hiikaa
Dabaaf Shira Xaxxanii Maaf Dhangalaastu
Dhiiga
Dhibee Taatanii Sabaaf Saba Walitti Naqxuu
Jibbaan Kaabaa Kaatanii Hammeenyaaf
Kibba Dhaqxuu
Osoo Jaalalli Jiruu Sanyii Jibbaa Facaastu
Osoo Nagaa Barbaaduu Dargaggoo Lolaaf
Kaastu
Saba Irraa Dhalattanii Saba Keessaa Baatanii
Jibbiinsa Idaa'amuu Shororkeessaa Taatanii
Biyyatti Dukkaneessaa Ofii Dungoo Baattanii
Haatii Hiyyeessaa Osoo Boosuu Luubbuu
Meeqa Nyaattanii?
Gaafa Goota Nageenyaaf Adduunyaan
Dhugaa Baatu
Waraabessoonni Guyyaa Mucaa Haadhoo
Isaanii Nyaatu
Wal'aalaa Guddistuuree Beekaa Galaafattanii
Bakka Dhaabbii Keessaanii Maaf Of Hin
Gaafattanii?
Uummata Irra Ejjettanii Muka Dharaa
Yaabdanii
Dhiiga Lammii Meeqaatiin Gamoo Dheeraa
Dhaabdanii?
Kunis Sinitti Hanqatee Goota Misoomaaf
Kaatu
Gootanii Irbaata Dachee Lammii Gootan
Maraatuu
Isinis Hin Rafinaa Nus Takkaa Rafnee Hin
Bulluu
Tokkuumaadhaan Dhaabbannee Sinitti Taana
Tulluu
Funyoon Jaalalaa Hin Cituu Kan Jibbaa Laga
Hin Ceetuu
Osoo Daaddee Hin Xumuurin Waan Adeemtan
Of Seetuu
Oolee Bubbula Malee Dhi'ee Bari'a Malee
Dhi'oodha Awwaalchi Keessan Yoo Lammiin
Walii Gale
Garaa Bal'attan Malee Yoomuu Saba Hin
Caaltanii
Nii Ajjeestanis Ta'aa Garuu Yoomuu Hin
Dhaaltanii
Sodaa Ejjennoo Keessanii Tarkaanfii Keenya
Hin Dhaabnu.
Nutis Taaneerra Abidda

14/04/2023

Via Boruu Sabboo-Goonaa

Free Nuru Kadir Guyo

Nuru Kadir kamisa galgala, Ebla, 8/15 A.L.I mana isaatti Poolisii itti erganii akka doorsisaa turan himataa ture. hardha Jimaata Ebla/5/2015 isaa Saabbaa irraa gara maatii isaa Yaaballoo deemaa jiru karaatti eeganii makiinaa keessaa buufamee Waajjira Poolisii A/Eel-wayyeetti hidhamee jira.

Maaniif akka hidhame gaafatus, deebiin Poolisii irraa kennameef "nu hin beennuu Bulchaatti hidhaa nuun jedhee" qofa.
Hubadhaa: eegii gaafa bona dhiyoo Jaartii warra Arbooraa ta Aanaa Eel-wayyee DABBOO TAADHOO jedhamtu isii beelaaf diqquma lubbuun keessaa hin ba'ani iyyineefii, fuunee Hospitaala geessinee akka isiin qarqaaramtu goonee asi Nuuruu Dabalatee ijoolleen gaafas jaartii sun bira dhaabbatte hundinuu doorsifamaa turte; doorsifamaas jirti. hedduutti arraba maqmalee arrabsame. ragaan hedduun harka nu jira. Jaartiin sun amma nama qoraanii bisaan dhaqatu.

Nuuruun ammoo nama yeroo bonaa sun karaa hedduun uummata bira dhaabataa tureedha. nama silaa galataafi beekkamtii kennuuf malan hidhaan doorsisan.

13/12/2022

๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡ท Argentina 3-0 Croatia ๐Ÿ‡ญ๐Ÿ‡ท
Last glimpse of Modric?
The 37-year-old Real Madrid midfielder is beckoned off the field as his replacement Lovro Majer rushes on.
โšฝ๏ธ Follow our LIVE match blog ๐Ÿ‘‡ https://aje.io/uga3vy

Want your business to be the top-listed Clothing Store in Riyadh?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

akumaa itii fufetii jiraa
hacen gafa wayee senaa hadhaa manaa ishee ibsuu akas jedhee
bantoo jafer comd

Telephone

Address

Oro Peg
Riyadh
Other Women's clothes shops in Riyadh (show all)
Jakir Jakir
Riyadh

Cloth

Sanju Sanju
Riyadh

Saudi Arabia Winer's Saudi Arabia Winer's
1920 Merk Street
Riyadh, 463563

Qasr Rolan Qasr Rolan
Riyadh

ู‚ุตุฑ ุฑูˆู„ุงู† ู„ู„ุนุจุงูŠุงุช | ุฃูุฎู… ุงู„ู…ูˆุฏูŠู„ุงุช ูˆุงุฌูˆุฏ ุงู†ูˆุงุน ุงู„ุงู‚ู…ุดู‡ ุชุฌุฏูˆู†ู‡ุง ุนู†ุฏู†ุง ุชูุตูŠู„ ุญุณุจ ุงู„ุทู„ุจ ุชูˆุตูŠู„ ู„ุฌู…ูŠุน ู…ู†ุง

RELAX AVAYA RELAX AVAYA
Riyadh, 14913

ุงุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡ Welcome to Relax Avaya WOMAN'S Clothie,s Shop, Online

Show Sakhawat mafuz Show Sakhawat mafuz
Fine Sadar
Riyadh

๐™ผ๐š ๐™น๐™ฐ๐™ฝ๐™ธ ๐šˆ๐šƒ ๐™ผ๐š ๐™น๐™ฐ๐™ฝ๐™ธ ๐šˆ๐šƒ
ุจุฏุฑ, ุงู„ุฑูŠุงุถ, ุงู„ุณุนูˆุฏูŠุฉ
Riyadh, 14724

https://www.facebook.com/profile.php?id=100080206334950

Sacoor Brothers Sacoor Brothers
Panorama Mall, Ground Floor, Unit UG 56/57/Takhassusi Street/
Riyadh, 12332

Ukayera sa riyadh Ukayera sa riyadh
Riyadh
Riyadh

KAYAN KAYAN
ุดุงุฑุน ุณุนุฏ ุจู† ุงุจูŠ ูˆู‚ุงุต
Riyadh, 14233

ุจูŠุน ู…ู„ุงุจุณ ุงุณุจุงู†ูŠู‡ ูˆุงูˆุฑูˆุจูŠู‡ ููŠ ู‚ู…ุฉ ุงู„ุฑูˆุนู‡ ูˆุงู„ุฑู‚ูŠ

Opera Fashion Opera Fashion
An Nasim Ash Sharqi
Riyadh, 14241

Asif Asif
0593580622
Riyadh