Shabudin Bula
hojate bula Jimma
نعم
"Shaneen Bokkoo-Haraam Afaan Oromoo dubbattudha!" Hailu Adugna
===========================
Jaarmiyaaleen kaayyoo hin qabne shororkeessummaafi ajjeechaa suukkanneessaa ummata nagaa irratti raawwachuu tooftaa mootummaa ittiin dirqisiisan godhanii ilaalu. Xiyyeeffannoo argachuuf jecha ajjeechaa suukkanneessaa ummata nagaa irratti raawwatu. Kaayyoo qaama sadaffaa galmaan gachuuf carraaqu. Qaxaramtoota. Jaarmiyaaleen tooftaa akkasii fayyadamuun beekaman kanneen akka Bokkoo- Haraam, Al-Shabaab, ISIS, fi kkf dha. Shaneen daandii jaarmiyaalee kanneenii hordofaa jirti.
Garuu otoo ummata nagaa jimlaafi karaa suukkanneessaa ta'een ajjeesuun mootummaa nama taasisa ta'ee, silaa Bokkoo- Haraam, Al-Shabaab, ISIS faatu mootummaa ta'a ture. Shaneen tooftaa Bokkoo Haraam fi Al-Shabaab fayyadamaa jirti. Kun garuu hirigiinuu ishee hin gahu. Shaneen Bokkoo Haraam Afaan Oromoo dubbattudha.
Lagannaa Nyaataa Jawaar, Baqqee fi Haamzaa
1. Jawaar, Baqqalaafi Haamzaan erga nyaata lagatanii har’a guyyaa 13ffaadha. Namni nyaata malee guyyaa 13 turuu ni danda'aa? Akka saayinsiin jedhutti gonkumaa hindada’amu. Kanaafuu lagannaan nyaataa jedhamaa jiru kun dhugaarraa kan fagaatedha.
2. Maqaa lagannaa nyaataatiin “du’a jala geenyeerra!” jechuun daa’imman xixiqqaa fincilsiisuun harka daa’immaniitiin ibidda qabachuun sirna haqaa irratti dhiibbaa uumuuf yaaluun sirrii miti. Fudhatamas hinqabu.
3. Tooftaan qabsoo Jawwee yeroo hunda “lagannaa” irratti kan hundaa’eedha. Dur “Lagannaa gabaa” waama ture. Ofii ammoo gabaa hinlagatu. Ammammoo “ Lagannaa nyaataa” jechaa jira. Cuukkoo fi galaa maatiin erguuf inuma nyaata. Nyaata mana sirreessaa garuu lagatee jira! Kayyoon burjaajessaa yoomiyyuu hin milkaa’u!!
Ethiopia
Oromiyaa
Jawar hidhaa ba'uun isaa ni jabaati
Sababaa ani marfame ja'een lubbuu
Nama 86 oliituu ajjeefame, ammallee Haccee ajeesisiisee angoo gubbatti ba'uuf jecha.
Garuu ani wanni nadhibe tokko weyyaaneen.bakka siidaa bu'aa nuuf hin qabne kana nuuf dhaabanii deeman
Maaliif mana yaalaa ykn mana baruumsaa tokko itti nuuf hin ijaarin?🤔⁉️
Laalaa mee yaa dhiiroo warri koropheessa nyaatu kuni illeen hagam takka Oromo akka tuffatan.
Isaan siidaa kana wanni nuuf dhaabaniif akkuma Yeroo hunda dalagata ykn hoojii dhiifnee booyaa oolluufii akka off boodatti hafnuufii ammallee saba Amharaatii wajjiin akka wal nyaannuufi...Amharri
Amma jiru waan Menilk dur balleesseef itti gaafatama hin qaban
Past is the past, let us move forward. Now generations have nothing to do with what the Menilk had done in the past, back then there were no technologies like vedio or eye witnesses to prove what have had happened.
TPLF built this status intentionally
To divide Amhara and Oromo so that they could continue to rule Ethiopia. Again there were no technologies back then that proves the crime against Oromo people, like vedios, except a word of mouth from the people.
By the way there's no such tribe called Amhara tribe but the language.
Dubbii cimtuu dubatee miratuu shanqoo
#በእሳት #ውስጥ #ተፈትኖ #ያለፈ #ጀግና!!
፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨
ጦርነት ብርቁ ያልሆነ ፣ ፍቅርና፣ሰላም፣ግርማ ሞገስ የሆነው በቴክኖሎጂ ጭንቅላቱን አበልፅጎ፣ በፖለቲካ የአመራር ብቃቱ የተካነ ፣ትንሹዋ በሻሻ ላይ የወጣት ሽማግሌ ሆኖ የተጣሉ ከሱ እድሜ ከፍ ያሉትን ቁጭ አድርጎ ያስታረቀ ፣የወንድሙን ገዳይ ከመበቀል ይልቅ በፍቅርና በይቅርታ ይቅር ያለ ጀግና ፣የኢትዮ ኤርትራ ወንድምና እህት ህዝቦች ልብ ላይ የነገሰ እሱ ማነው ካላቹ የአለም የሰላም ሎሬት ኮ/ል ጠ/ሚ ፣ ዶ/ር አብይ አህመድ አሊ ነው።
ይህ የገፅታ ግንባታ አደለም ይህ ነው!!
ከዚህ መሪ ልንወስደው የሚገባን ብዙ እልፍ አእላፍ በጎ ምግባሮች መልካም አርሀያነት አለ።
Dr Abiyi Ahmed
fi
Jaawar gaafa skolarshippii foormii guutuu biyyi guddoon Addunyaa kanaa Siingaapoor itti fakkaata ture.
============================
Jawar Mohammed abbaa isaa Siraaj Mohammed gosa Worjii fi haadha isaa Shamsii gosaan Manzee taate irraa bara 1986 Arsi Magaala Dhummugaa jedhamutti dhalate. Gosti Worjii jedhamu hiddi dhaloota isaanii Yamani yoo ta'u sababa daldalaatin jaarraa 16ffaan dura gara Itiyoophiyaa dhufan. Jaarraa 16ffaa keessaa Oromoon lafa har'a irraa jiraatan kana waan babal'isateef goosota Worjii kana gosa Oromoo Sikkoo Mandoo jalatti lakkaa'e. Yeroo kanatti gosti kun baay'inaan Naannoo Sabbaataa keessaa qubatanii jiru. Gosti Oromoon guddifate Oromuma waan ta'eef Abbaan isaa Oromoodha jechuudha. Garuu akka seera sirna Gadaatti namni/gosti guddifame mirga Oromoon qabu qabaatus aangoo olaanaa Abbaa Gadaa ta'ee biyya hin gaggeessu.
Jawar akkuma umriin barumsaaf gaheen barumsa Asallaatti eegale. Yeroodhuma sanuu ijoollee gurmeessee hiriira waan baasuuf manni barumsichaa ofirraa ari'e. Achumaan Adaamatti gale. Bara 2003 Gaafa Adaamaa baratu ijoolleen Oromoo fi Saba biraa akka biliteenii eebbaa isaanii bakka tokkotti hin qopheeffanne gurmeessuun ijoolleen Oromoo kophaatti qopheeffan.
Baruma 2003 carraa barnoota biyya alaa argate. Carraa sana keessa biyyootni, Awurophaa fi USA'n jiranis, inni garuu Siingaapor filate. Sababiin isaa biyyi guddoo addunyaa tanaa Singaapor itti fakkate. Bara 2005 tti achii eebbifame. Biyya Ameerikaa dhaquun digrii jalqabaa saayinsii Siyaasatiin Stanfordi irraa 2009 eebbifame. Bara 2013tti immoo Colombia Yunivarsitii irraa mastarii Mirga dhala namaattin eebbifame.
Ka'umsi Jawar bara 2006 yoo ta'u, akkuma Eeshiyaa irraa USA dhaqeen Waldaa Idil Addunyaa Dargaggoo Oromoo jedhamu kan hundeesse yoo ta'u, hiriira diyaasfooraan Mallasaa mormuuf bahanirratti dubbii godheef gatii argachuu eegale. Innis waa babarreessu fi miidiyaaf ibsa kennuu eegale. Beekamaa dhufe. Bara 2008 tti Mallasaan ergama dhoksaa tokko ke
Mee waan nama hin galchine keessa maaltu nama galchaa jedhee jedhee Tigiraayif dubachuu eegalee Mootii girisaa kun
baguma akka Tigiraayii hojin jiran beeksise
Kunuu ga'aadha
Jeequmsa yoo barbaanne muuxannoo gahaa itti qabnaa jedhee dhaadata
Amma maalitti jira ?
Garuu kan amma bulchaa jiru kun akka ayilamaaramiin hin taane bareechee beekuu qaba
Akka beekumsa isaatti dubateera
harka keenyatu caccabee dararaa taha malee
Wal gadi hin dhiifnuu jedha isatu alkaniifi guyyaa laagaa banaa jira malee namni hanga tisiisaati lakka'a hin jiru caccabee caccabuu baatees
Kan biraa badhaadhina jedhee barresse jira adhaan kana bilxiginaa isaa jedhuu malee waanan argee hin beekneef harayaa nati tahee afaan Oromootiin badhaadhina jedhee barreesuu waan beeku natti hin fakaanne 😀
Jawar jechuun nama utuu waan tokko addaan hin baafatin fb raa argee sheerii godhee biyyaaf biyya walitti buusuudha
Garuu fatteen akka wocituun bishaan guddaa gossitii jedha Oromoon gosuu hin dandeessu garuu !!!
Jawaar activistummaa keessaa ba'uu akka hin dandeenye durumaan hubadhullee ariitii kanaan toora Tolasaa, Ayyaaloo, Caammisoo faatti gadi bu'a jedhee yaadee hin beeku. Odoo kana ta'uu baatee odoo Dr Abiyyi dubbatee afaanii hin fixiin deebii kennuutti hin fiigu ture. Dr Abiyyiin masaanuu isaa godhatee jira. Bara ABIN siyaasa isaa gara quuqama biyyoolessaatti olguddisetti Jawaar qumaara biraa keessa galuun kaleessa ittiin mormaa turee fi Misir waliin dhaabbate. Kun Oromoof qaanii guddaadha. Amala baandummaa Oromoon ittiin hin beekamne Oromootti fide.
As wr wb
Ramadaani maal fakkaata ?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Videos (show all)
Category
Contact the public figure
Website
Address
1122
Riyadh
""হেসে না হয় মুক্তি দিলাম......!! "" কেঁদে আর পেলাম কই.....!! ""যতই বলি তুমি আমার তুমি আর আমার
Takhasusi Street
Riyadh, 11300
This page is to direct people to authentic sources of Islam