MUBE MB PAGE
Welcome to my page follow me
Nabiiyyii arrabsuun jara kanaaf akkamiin laafe
Kitaaba senna hate
Ustaz Sa'ad Aliyyi Ustaz Ibsa Hassan Sheka Abdusalam Kadir Madarasa Badari 18 March 2024
Dr jeylaanifi haaji umer jidduttii waan kalesa tahee
Injifannoo jajjabee fi baga ittin isn gayee
Alhamdulillah chanallii ustaaza kenyaa debiee jira
Ramadaanni: Baabura warra towbatu jannatatti fe'u. Bidiruu warra galaanni badii nyaate fuudhee ittiin ce'u. Kortoo qilee salphinaa keessaa ulfinattiin nama ba'u.
Saamuna qalbii xuroofte dhiqu. Kiniinii 30 dhukkuba qaamaa fi qalbii haqu. Garaajii meeshaan iimaanaa itti siif sirreeffamu. Baatii haajaan har'aaf boruu itti siif baafamu.
Buufata keyrii hundaa
RABBIIN ittiin nu haa gahu
"...Motummaan Waamichii lola dhaabuu ilmaan tigraayiif godhe ilmaan oromootiifis haa godhu Ilmaan Oromoo guutuu bosona Oromiyaa keessaa jiraan qawween injifachuun hin danda'amu "
Pr. Mararaa Guddinnaa.
Ejjannoo kfo
Click here to claim your Sponsored Listing.