Gammachuu
Mohammed❤️ S A W
Sagalee miidhagduu ustaaz raayyaa❣️
Hayyuu ❣️
Dhiira duuti gadi qabde yaa du'aa! Kan akka kee diinomuufii garaa jabaatu hin jiru gara jabeenyummaa kee hacee galchuu diduu keef si komadheera
Maalumaafuu Amboo koo galatoomaa
Like naaf godha maalo anisoo woromoodha
Yaa Saba Jirtuu
Jireenya keessatti waan ta'u hin beekanu namuma harra kolfee taphatu kanatu bor ykn saatiif daqiiqaa jidduutti du'ee argamuu Mala kunimmoo waanuma argaa jirruudha
Hardha lubbuun nu keessa jiraaf wol jibbuuf mataa wol dhukkubsuuf carroomne buru guyyaa nuti afuura wolii dhabnee gaabbiin keessi keenya waadamu dhufuun isaa waan Oolu miti Uumaan keenyas akka wol jibbinuuf miti Kan nu Uume ta'us garuu karaa sirrii hin taane irratti wol jaalladha jechuu isaa miti yoo namni tokko karaa haqaarra hin jirre suuta Jennee akka gorsinuu fii karaan dhugaa karaa Kam akka ta'e akka hubachiifnu nu ajaja!
Kunoo yaroo ammaa kana nummoo faallaa taane. Jirra jibbaa sobaan guutame fii qeeqa sobaan guutame wolirratti "Oofaa "oolla
Kunimmoo jireenya keenya Gara fuula duraa gaabbii keessa akka galchu shakkii tokko hin qabu.
Namootuma ati hardha akka bineensaatti ati jibbitu kun tarii boru qajeelanii waan gaarii hajjachuu danda'u kanaaf jibba namaa keessa keetii balleessi Amma siif danda'ametti gorsuuf yaali gorsuun siif hin danda'amu taanaan callisii Uumaa kee kadhuuf akka qajeelu.
An Gama kootiin Amman jiraadhu waanan hin beekneef namoonni an yaada "keessan jaallisuun ykn ilaalacha keessan Gara naaf ta'etti hikkadhee waa siniin jedhe. Hundumti keessanuu dhiifama 🙏
An jireenya gaabbiin guutame jiraachuu hin barbaadu yaroo Mara gammadaa ta'ee jiraachuun barbaada
Yaroo gammachuu Bara gammachuun siniif hawwa. Nagaan naaf tura
Jirtuu