Gutu Abera
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gutu Abera, Musician/Band, .
Amma Mee...
Muiziqaan haaraa ajaa'ibaa tokko qabadhee dhufaa jira. Dhihoo kana Weelluun"Hawwanaawwaa" jedhu gurraafi ijatti miyaawu isin biraan gaheen ture.ammas Weelluu ajaa'ibaafi sadarkaasaa
eeggateen qabadheen dhufaa jira.hammasitti linkii kana tuquudhaan https://youtube.com/channel/UCE0zhoPaoWTPC5mSvaCgr8 channalii koo subscribe gochuun na eegaa.Share gochuun waliif qoodaa,
I am very excited to announce that I'm
releasing my new Single Amma Me 12
o'clock this friday (Ethiopian time)
Weelluun koo lamataa, mata dureensaa ‘
Amma Mee jedhu jimaata dhufaa jiruu
kana sa’ a 12: 00 irratti gadi dhiifamuuf
qopheen xumuramee jira. Akka sin na
simataan Abdii fi hawwii kootii.
sharegochuudhan hiriyoota fi michoota
oromo mara biraan naaf gaha.
Afur yonna kuttee kirrii kiraarakoo
yeedaloo mirgisa inni hafe tokkoo
isa hafeef obsan na ega!
Horaa bulaa deebana.
My second release, Amma Me , bears a
stronger imprint of afrobeat, but still
retains the important details of the Oromo
musical tradition. The song is dynamic,
vibrant and expresses several emotions
thanks to the wonderful arrangement by
composer Mira Thiruchelvam
In addition to that, a total of ten musicians
have visited the studio and left their mark
on the song.