Guyyoo Waariyoo Abbaa Jirmaa
𝗢𝗿𝗼𝗺𝗼𝗼 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗱𝗵𝗮𝗹𝗮𝗻𝗻𝗲𝗲 𝗼𝗿𝗼𝗺?
Soraan boqoteera. Dhugaan isaa harka rabbii jira. Tarii yoo hundi keenya haqa isaa barbaaduuf waan gochuu qabnu mara goone boru dhugaan isaa ifa ba'uu hin oolu ta'a.
Garuu ammatti tilmaamuma nutti fakkaate gadi baasnee akka waan dhugaa qabatamaa ta'e beeknuutti, Jedhan jedhanii namni asii fi achii waan itti fakkaate dubbate dhugaa jiru fakkeessanii dubbachuun haqni isaa akka hin baane awwaaluu ta'a jedheen yaada. Soraan harka meeshaadhaan a**eefamuu isaa Summii nyaachifamuu isaa, ... wanti beekame tokko hin jiru. nama qulqulleeffates tokko hin agarre. Oduu hin fakkaannee fi barreeffama madda dhugaa hin taane asiif achi naannessitanii dhugaan isaa akka karaarraa dabu hin tumsinaa. Yaaduma isinitti fakkaate gamaa gamanaa fiddanii maatii, firaa fi jaalattoota isaa hin burjaajessinaa. Lubbuun isaa nagaan haa boqotu. Firoota, maatii, obboleeyyan, Hiriyootaa fi Oromoo maraaf jajjabina haa laatu🙏
Lammiile oromoo kan biyya ormaa😭😭
Like
Kootta ijoolleen Biyya koo 💔
Qubee electronics
Meeshaalee Qulqullina qaban Biyya Alaa irraa galchuun kan beekamu yoo ta'u meeshaalen isaan biyya Alaa irraa galchanis Laptop computer Tablet Fi bilbiloota smart Oorjinaalota ta'an Akkasumas meeshaalee Elektirooniksii Ta'an hudumaa isaan biraa argachuu ni dandeessu Akkasumas waan barbaaddan ajajaan bakka isin jirtanitti isiniif ni dhiyyeessu !! Kanaaf isinirraa wanti eegamu maatii Qubee electronics Ta'uun waan barbaaddan meeshaalee qulqullina qabu fayyadamaa🙏🙏 Teesson Boolee Madaaniyaalem Gamoo Oromiyaa ( Oromia Tower ) keessatti Argamu Odeeffannoo Dabalataaf Lakkoofsa bilbilaa kanaan qunnamuu dandeessu 0911539551📞
Beelli Bellama hin qabuu lubbuu ummata boorana gargaara 200k kenneera🙏
Wayyoo haadha koo
Ana haa nyaatu😥😥😥😥
Let's avoid a Deja Vu
The visit to Mekelle by a delegation of federal government officials, the quick resumption of flights, banking and telecom services showed peace could be achieved quickly when politicians turn away from the destructive path of war. The excitement on both sides was palpable. The emotional family reunion after the first commercial flight to Mekelle underscores the trauma and toll of the conflict on civilians. While we should all rejoice in this speedy process, caution is required to avoid repeating mistakes from our recent past. The Mekelle-Finfinne rapprochement of the past weeks resembles the peace deal with Asmara four years ago. The speed toward normalisation of relations, the excitement of politicians on both sides, the weaponization of public emotion, and the quick tendency to say 'let bygones be bygones' without properly reflecting on and addressing the root causes of the conflict are chilling reminders of what happened in the summer of 2018 with the Ethio-Eritrea detente. Therefore, while the speedy implementation of the Pretoria and Nairobi Agreements must be supported and encouraged, we should not get carried away or fail to lay down mechanisms for lasting peace and justice properly. A few points to consider:
First, it seems the appearance of normalisation is moving way faster than detailed agreement on substantive issues that led to the conflict. Let alone the issue of political settlement that is needed for long term assurance for peace, the Cessation of Hostilities lacks important details. It is important to remember that mutual mistrust between politicians in Mekele and Finfinne led to the outbreak of the war. The Nairobi agreement on DDR mentions in passing the (re)integration of armed combatants, which suggests no agreement was reached in this regard. Thus, since the Pretoria and Nairobi Agreements stipulate that there can only be one military force, a detailed agreement on the reintegration of armed forces who fought on both
Profile Andu keenyaa kana add godhaa
Please🙏🙏❤️
BAGA AYYAANA QILLEE GEESSAN !!
መልካም ገና!
Abbaa Keenna Dr Kabaja Yuuba Aagaa Xeenxannoo Nagaati Abbaa Gadaa🙏
Barattoonni gaafiifi komii ummata bal’aa karaa nagayaan dhageessisuuf hiriira bayan. Hamman argutti hokkaras ta’ee jeequmsa homaatuu hin kaasne. Mootummaan dhaamsa barattoota kanaa qalbiin dhaggeeffatee furmaata fiduu male. Kana dhiisanii reebuufi hidhuun caldhisiisuuf yaaluun balaa biraa affeeruudha. Mormiin barataa akka qaanqee ibiddaati. Qaanqeen dhaamsuuf yennaa rukutamtu adda facaatee waan fiddu yaadannoo yeroo dhihooti.
"Harreen ofifuu hin galtuu looniin hin galtuu "jedha Oromoon mammakee .
Harreen Horii cufaa keessa Gowwaa. Waan itti keennan nyaachuu, waan itti fe,an baachun beekamti. Galata hin beektu. Abbaa Warra isi dhitichaan ilkaan keessaa oofte warrabeessa daafanaa dheeti . Waan nyaattun gabbatti, gaafa quufte diida Gangalatti, Waan darbe hin beektu, waan dhufu hin eegdu, Nyaachuf Baachuu malee Kaayyoo biraa hin qabdu. Nama Kaayyof deemu gaafa argitu gurra dhaabdee Alaakti.
Wagga afran kana Harree akkasitti nutti taphate!
Oromia in total turmoil. Hundreds are killed on weekly bases and millions have been displaced with their homes and farms destroyed. Armed militia pillage villages at will while drones, jets and helicopters indiscriminately rain bombs on civilians.
Long before this mayhem, during the honeymoon period of this regime, many of us advised, pleaded and begged them to address political differences peacefully through dialogue and negotiation. They were unwilling to listen and instead chose the military means. Four years on, their chosen way has not only failed but exacerbated the situation. Agitating and arming civilians as part of its counterinsurgency tactic has fomented deadly horizontal/ communal conflict that we are witnessing. The government is evidently unable and unwilling to contain the situation.
To say Oromia is in state of anarchy is understatement. Incredibly, those in power still insist, as recently as last week, on sticking to the tried and failed military adventurism and unwilling to seek political solution to restore peace and security to the region. Therefore, the blame for death, destruction and potential disintegration squarely falls on the government. Hence, both domestic and international pressure should focus on pushing the government to change course before its too late.
Gaafa jarri Finfinnee Oromoo irraa fudhatanii kan ofii godhachuuf qabsaa’an lafa isii maqaa isaaniitti jijjiiran, jaarmayoota dhalootatti daddarbu maqaa gootota isaanii itti moggasan. Lafa dhiisii maqaa nama Oromootuu dirqamaan maqaa isaaniitti geeddaran. Kan isaan waggaa 100 dura maqaa isaaniitiin ijaaran har’as osoo garaan nu gubatuu itti fayyadamaa jirra. Kanaaf Finfinnee keessatti maqaa Oromootiin waa ijaaruun, maqaa gootota Oromootiin jaarmayoota dhalootatni daddarbu ijaaruun qaama qabsoo akka tahe yoo hin hubanne wal hubachiisuun barbaachisaadha.
Dhaloonni Lakkaa'ee
Naaf baasa gumaa koo!
Biyyoon na leellisa
Awwaallii na jaja
Oromoo lammii koof
Du'uun naaf kabaja
Gariin jiratti du’a,
Ati duutee jiraatta:!💔🙏
"Jaalladheeti miti barnoota dhiisuun koo..."
jedhe Kadiir Martuu
Ayii hiree carraa keenyaa😭
Gargaarsi namoomaa Tigraay gahuu eegaluu dhagahuun boqonnaa guddaa dha. Qaamoleen waldhabdee kanaa waliigaltee nagaa hordofanii saffisaan hojiirra akka oolchan akka qaqqabummaan hin malle baasii fi itti fufiinsa qabu haa abdannu, haa kadhannu.
Gidduu kana waldhabdee fi balaan namoomaa Oromiyaa keessatti mudate guyyaa guyyaan hammaataa dhufeera. Gabaasni dhiheenya kana OCHA irraa bahe akka mul’isutti jeequmsa Lixa Oromiyaa fi naannolee itti aananii jiran keessatti uumameen namoonni 740,000 qe’ee isaanii irraa buqqa’aniiru. Lakkoofsi dhugaa dachaa hedduudha. Lolli lubbuu namaa galaafate kun Lixa Oromiyaa qofa osoo hin taane zoonii Giddugaleessa Oromiyaa ( Lixa, Kibba Lixa, Shawaa Kaabaa fi Bahaa), Ilu Ababor fi Gujii keessattis buqqa'iinsa guddaa geessisaa tureera. Akkuma gabaasa OCHA mul’isutti buqqaatota kana keessaa harka muraasa qofatu sababa daangeffama fi hanqina qabeenyaatiin dhaabbilee gargaarsaatiin kan dhaqqabe ta’uu ibsameera. Kanaaf, gidiraa dabalataa hambisuuf tarkaanfii hatattamaa fudhachuun barbaachisaadha.
Dhumaatiin ummataa Oromiyaa keessatti geggeeffamaa jiru irratti maaf hin dubbanne komiin jedhu hedduutu dhufa. Gama tokkoon komii sirriiti. Gama biraan garuu maal haa baasuuf dhama raasuunis jira. Osoo dubbachuun bu'aa buusee, osoo haalli hangana hin babbadin hamma laagaan keenya goggoguu waywaanne. Lubbuu teenya qabsiifnee ummata keessa deemnee gorfanne. Ol deebine hogganoota gama hundaafuu waan argine gabaafnee akka osoo dubbiin daran wal hinxaxne furan kadhanne. Gaafa dhumaatiin kun akka dhufu timaamuun waywaannu aanaalee takkaafi lama qofatu jeequmsaan hubmaa ture. Har'a godinni Oromiyaa lolli keessatti hin godhamne, kan namni keessatti hin dhumne hin jiru. Dhugaa haa dubbannu yoo jenne lakkofsi ilmaan Oromoo waggoota afran kana ajjeefamanii kan bara Wayyaaneefi Darguu walitti dabalatee ni caala. Har'a ummanni keenya miliyoonotaan qe'e isaarraa buqqa'ee rakkoo hamaa keessa jira. Dargaggeessi Oromiyaa misoomsuuf barate gamaa gamanaan hidhatee walfixaa jira. Kuni qaanii dubbachuuf nama sururuudha.
Har'as waanuma kaleessaa waywaachaa baane jenna. Maddi lola kanaa wal dhibdee siyaasaati. Mariin malee madfiin hin furamtu. Akkuma Kaabatti agarre, hammamuu dheeratu lolli kun marimaan dhumuuf taa'a. Waan hin oolleef miskiina lafarraa fixuun, biyya hiyyeettii daran unkuteessuun haa dhaabbatu.
Rakkoo Itoophiyaa Kaabatti nagaan furree, Oromiyaatti lolaan fixna jechuun of sobuudha. Mana cinaa tokkoon gubaa cinaa biraan kabuun walfakkaata. Oromiyaan dhiigaa Itoophiyaan jaaramtu hin jirtu. Its matter of geography and demography. Balaan Oromiyaa ummatootaafi naannota mara akka tuqu kaleessa hubachuun dadhabamus har'a ragaan guyya guyyaan mul'ata.
Rakko gama Kaaba biyyattii araaraan fixuuf yaaluun abdii horee jira. Garuu hamma kan Oromiyaas karaa nagaa hin qabannetti, yaaliin araaraa Kaabaas carraan milkaayuu isaa xiqqaadha. Itoophiyaa gaaga'ama ishii mudaterraa baraarree biyya hundaaf taatu jaaruu yoo barbaannee walwaraansi roga hundaan godhamaa jiru dhaabbachuu qaba
Kasaaraafi Salphina Sabaa !!
Godina Shawaa Lixaa aanaa Amboo ganda Galaan Waddeessaatti kan argamu buufatni fayyaa bara 1990moota gara dhumaarra hirmaannaa hawaasaan ijaaramee tajaajilaa ture humna waraana bilxiginnaatiin manca'uun himame.
Buufatni fayyaa sadarkaa isaa eeggate kun hawaasa gandoota Kaarraa, Ganjii Gooroo Horee, Haaruu Xiroo fi kan biroof tajaajila kennaa ture.
Waraana Shawaa Lixaa keessatti deemaa jiru hordofee Caamsaa dabrerraa kaasee qubsuma waraanaa kan godhate waraanni mootummaa qabeenya buufata fayyaa kana keessa ture mara mancaasuun faayidaan ala godheera jedhan jiraattonni achirraa OMN'f odeessa kana kennan.
Buufata fayyaa kana keessatti qorichi akkasumas meeshaaleen waldhaansaa kan akka maaykirooskoppii, meeshaalee dahumsaa, qabbaneessituun osoo hin hafin manca'aniiru.
Sireen waldhaanamtootaa, uuffanni fi golgaan siree bakka ciisichaa fi meeshaaleen biroon ta'e jedhee waraana mootummaan mancaafamuu jiraattonni himan.
Oduudhuma kanaan wal qabatuun Adoolessa 22, 2022 ganda Galaan Waddeessaa kanatti daa'imman maatii sadii Shaamballii Shuumii, Waaqumaa Hirphasaa fi Araarsaa Addunnaa kan jedhaman qabuun lafa qubsuma ilaalloo isaanii kan taate Tulluu Bagaallooti geessuun erga fixanii booda maatii isaanii reeffa dhoowwatanii kadhaa hedduun booda guyyaa tokko turanii reenfa kennanis maatiin boo'ee awwaallachuu akka dhorkame yaadachiisaniiru.
Humnoonni mootummaa ilmaan keenya nagaa manaa qabanii nu jalaa fixaa jiru, isarratti reeffa nu dhoowwatu, gadda akka hin teenyes dhorkamnee gochaa suukkaneessaatu nurratti raawwatamaa jira jedhu jiraattonni.
Hammeenya akka kanaa amma dura arganii akka hin beekne kan dubbatan jiraattonni, ofii qabsoofnee gara aangootti fidnee akka kana ta'uun nuuf hin mallee jedhu.
Odeeffannoo dabalataa hidha kanaa gadiin argattu
https://omnglobal.com/or/14959/
Qoricha Abbaa irree!
Goota jabaa bilisummaa.walqixxummaa fi haqa amantaatiif of kenne;
Abdii miliyoonotaa❤
Goota keenya nuuf jiraadhu💜💜💜
Dubbii OSA: Keessummaa Kabajaa fi Waraqaa Qorannoo dhiyeessuun waladda!
Bara 2015 Pirezidaantii OSA ta’ee tajaajileen ture. Haqa armaan gadii seenaaf galmeessuun barbaachisaadha:
1. Pirezidaantiin OSA miseensa Boordiiti. Murtiin Boordiidhaan darbu kamuu filannoo caalmaadhaaan ragga’a. Pirezidaantiin filannoo irratti harka kaasuu hindanda’u; garuu falmii gageeffamu irratti yaada dhiyeessuu ni danda’a. Falmiidhaan Murtii Boordii influence gochuu ni danda’a jechuudha.
2. Pirezidaantiin namoota keynote speaker ta’an (keessummaa kabajaa) filuuf aangoo qaba. Akkasumas (venue) bakka korri waggaa fi giddugaleessa waggaa itti gaggeefamu murteessuu ni danda’a. Wayita murteessuu Boordii mariisisuu qaba. Kana jechuun, Boordiin murtii Pirezidaantii shaaruuf aangoo qaba jechuudha.
3. Namni tokko keynote speaker (keessummaa kabajaa) ta’ee yoo hinfilatamin garuu ammoo waraqaa qorannoo dhiyeessuuf murtii Boordii hinbarbaachisu.
4. Namni tokko Keessummaa kabajaa ta’ee filatamuuf ulaagaa cimaa darbuu qaba. Baratamni jiru (academic custom) akka garsiisutti, beekumsaa fi hubannoo mata duree kora waggaa san waliin kan walgitu irratti haasawa beekumsaa fi qorannoo irratti hundaa’e nama dhiyeessu ta’uu qaba. Nama kallattii agarsiisu ta’uu qaba.
Mata-dureen OSA bara kanaa waa’ee mirga hiree ofii ofiin murteeffachuu ilaala ture. Keessummaan kabajaa affeeramu nama dhimma kana irratti ummata Oromootiif ergaa dabarsu ta’uu qaba. Kana yoo hinta’in akka keessummaa kabajaatti affeeramuu hinqabu jechuudha.
Garuu ammoo akka nama kamuu dhiyaatee waraqaa qorannoo isaa dhiyeessuuf mirga ni qaba. Waamicha hinbarbaachisu. Eenyuu illee dhorkuu ykn ugguruu hindanda’u. Fakkeenyaaf, Abiy Ahmed iyyuu yoo barbaade waraqaa qorannoo dhiyeessuudhaaf eyyama Boordii isa hinfeesisu. Garuu keessummaa kabajaa ta’uuf ulaagaa cimaa isa feesisa.
Dimshaashumatti: waa lama adda haa baafannu. Keessummaa kabajaa (keynote speaker) fi waraqaa qorannoo dhiyeessuun waladda. Baqqalaa Garbaa waraqaa qorannoo dhiyeess
Maal jechuudha
Ali birra park❤❤❤