Hacalu Award

Hacalu Award

HHA | Hachalu Hundessa Award is Established with the purpose of promoting artistic works of prominen

18/09/2023

Beeksisa Hojii
๐ŸŽดAbay Insurance SC๐ŸŽด๐ŸšฉFor Fresh & Exp

โ–ช๏ธ1 - Junior Underwriting Officer
โ–ช๏ธ2 - Cash Collector I
โ–ช๏ธ3 - Cashier/Secretary I
โ–ช๏ธ4 - Accountant I
โ–ช๏ธ5 - HRM Officer II
โ–ช๏ธ6 - Mechanical Engineer I
โ–ช๏ธ7 - Senior Mechanical Engineer
โ–ช๏ธ8 - Senior Auditor
โ–ช๏ธ9 - Manager, Underwriting & Branch Operation Division
โ–ช๏ธ10 - Manager, Claim Recovery Division
โ–ช๏ธFind More Details here
๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง

https://merkatojob.com/job/abay-insurance-job-vacancy-2023/
https://merkatojob.com/job/abay-insurance-job-vacancy-2023/
โ–ช๏ธDeadline: September 26/23

28/06/2023

Oduu Gammachiisaa
Dargaggoota 170 Olii Gara Biyya Canada Deemtanii Hojjechu Feetan Gosa Hojii Barbaaddaniin Dafaa Galma'a CV Keessan Ergadha.

Hojiiwwan Haaraa 10 Biyya Canada Muuxannoo fi Barnoota Hin Barbaanne Kana Kutaa 1ffaarratti Isiniif Filannee Jirra

1. Gargaaraa Construction
Baay'ina 10
Bakka Hojii Surrey
Muuxannoo Duwwaa
Barnoota 10+
Umurii 18-35
Liinkii Galmee
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bbckee.com/job/construction-electrician-helper-jobs-in-surrey-with-zero-experience-and-education/

2. Bayyachiisaa(Sibiila Walqabsiisaa)
Baay'ina 15
Bakka Hojii Surrey
Muuxannoo Duwwaa
Barnoota 10+
Umurii 18-35
Liinkii Galmee
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bbckee.com/job/tire-technician-jobs-in-winnipeg-with-zero-experience-and-education/

3. Qulqulleessituu(Dhalaa)
Baay'ina 20
Bakka Hojii Wainwright
Muuxannoo Duwwaa
Barnoota 8+
Umurii 18-35
Liinkii Galmee
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bbckee.com/job/cleaner-jobs-in-wainwright-with-zero-experience-and-education/
4. Suuqii Daldalaa
Baay'ina 12
Bakka Hojii Surrey
Muuxannoo Duwwaa
Barnoota 10+
Umurii 18-35
Liinkii Galmee
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bbckee.com/job/carpenter-jobs-in-surrey-with-zero-experience-and-education/

5. Hojii Qonnaa
Baay'ina 10
Bakka Hojii Armstrong
Muuxannoo Duwwaa
Barnoota 10+
Umurii 18-35
Liinkii Galmee
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bbckee.com/job/farm-worker-harvesting-jobs-in-armstrong-with-zero-experience-and-education/

6. Gargaaraa Konkolaachisaa
Baay'ina 20
Bakka Hojii Edmonton
Muuxannoo Duwwaa
Barnoota 8+
Umurii 18-35
Liinkii Galmee
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bbckee.com/job/helper-motor-vehicle-body-repairer-jobs-in-edmonton-with-no-experience-and-certificate/

7. Daldalaa Gosa Garaa Garaa
Baay'ina 17
Bakka Hojii Winnipeg
Muuxannoo Duwwaa
Barnoota 10+
Umurii 18-35
Liinkii Galmee
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bbckee.com/job/sales-associate-jobs-in-burnaby-with-zero-experience-and-education/

8. Qulqulleessitu Meeshaa Fayyaa
Baay'ina 15
Bakka Hojii Burnaby
Muuxannoo Duwwaa
Barnoota 10+
Umurii 18-35
Liinkii Galmee
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bbckee.com/job/stock-clerk-retail-jobs-in-burnaby-with-zero-experience-and-education/

9. Dafqaan Bulaa(Meeshaalee Gara Garaa Konklaatarraa Buusuu fi Baasuu)
Baay'ina 35
Bakka Hojii Aldergrove
Muuxannoo Duwwaa
Barnoota 8+
Umurii 18-35
Liinkii Galmee
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bbckee.com/job/motor-transport-labourer-jobs-in-aldergrove-with-no-experience-and-education/

10. Hojii Waliigalaa
Baay'ina 50+
Bakka Hojii Winniples
Muuxannoo Duwwaa
Umurii 18-35
Liinkii Galmee
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://bbckee.com/job/labourer-general-manufacturing-jobs-in-winniples-with-zero-experience-and-education/

Carraa Gaarii!

16/06/2023

Yooyyaa! ๐ŸŽง ๐ŸŽผ ๐ŸŽธ ๐ŸŽน ๐Ÿฅ ๐ŸŽค

Galmeen Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa guyyoota torbaaf ture, har'a xumurame. Galatoomaa.

Hangasitti, ulaagaaleefi hiika gosoota badhaasa bara kana dhihaatanii bifa salphaan hubachuuf, geessituu (link) kanaan seentanii daawwachuu dandeessu.



https://hachaluhundessaaward.org/award-criteria/

21/06/2022

Hachalu Week

Obbo Baqqalaa Garbaa

20/06/2022
Hachalu Hundessa Award 20/06/2022

Hachalu Hundessa Award The main aim of this foundation is of two folds: first, by continuing his good deeds to make his legacy alive, second to work on making Hachaluโ€™s wish generation, a generation that stands up for those more vulnerable than themselves, a generation that is open-minded toward others, and a generation...

Photos from Hachalu Hundessa's post 20/06/2022
19/06/2022

๐Ÿ†
Badhaasa Hacaaluu Hundeessaa isa jalqabaa fi seena-qabeessa taheef sagalee kennitanii?

โ€˜Voteโ€™ gochuun hojii jaalattaniif sagalee kennaa.

Ammuma gara marsariitii kanaaf qophaaโ€™e https://hachaluhundessaaward.org deemaa sagalee kennaa - kaaniis affeeraa.

Gama ergaa gabaabaan akkatti filachuu dandeessan ammoo dhiyeenyatti isin beeksisna.

Horaa bulaa!

16/06/2022

Yooyyaa!
๐Ÿ†
Hojii jaalattaniif sagalee kennuun โ€˜voteโ€™ gootanii?
Badhaasa Hacaaluu Hundeessaa isa jalqabaa fi seena-qabeessa tahe kanaaf kanneen sagalee keessan hin kennine, guyyoota muraasatu hafe.

Ammuma gara marsariitii kanaaf qophaaโ€™e https://hachaluhundessaaward.org deemaa sagalee kennaa - kaaniis affeeraa.

Horaa bulaa!

Photos from Hacalu Award's post 15/06/2022

Hachalu Hundessa Foundation (HHF) is a charity organization established with the purpose of promoting artistic works of prominent and young artists through financial and technical supports and annual awards, Hachalu Hundessa Award (HHA) and conducting Hachalu Hundessa Idol (HHI) programs.
Kaayyoon Faawundeeshinichaa โ€˜Hambaa Haceen nuuf kaa'ee deeme jiraachisuudhaโ€™- Aadde Faantuu Damisoo

Sirni Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa Waxabajjii 29 bara 2022 akka adeemsifamu haati warraa Artiist Haacaaluu Hundeessaafi walitti qabduun Boordii Faawundeeshinii Haacaaluu Hundeessaa Aadde Faantuu Damisoo himte.

Koree badhaasa โ€˜Haacaaluu Hundeessaa Awardโ€™ Waxabajji 29, 2022 gaggeeffamu ilaalchisuun qophii jiru miidiyaaf ibsa kennaniiru.

Hojiilee ijoo Faawundeeshinii Haacaaluu Hundeessaa keessaa inni tokko aartii jajabeessuu akka taโ€™e kan himte Aadee Faantuun, โ€œAartii jajjabeessuu yemmuu jennu waldorgommii iftoomina qabufi sadarkaasaa eeggate; miira waldorgommii cimaa uumun sadarkaa aartii guddisuudha,โ€ jette.

Sirni badhaasaa yeroo jalqabaaf bara kana adeemsifamu kanarrattis sirbootni Afaan Oromoo dameelee garagaraa kudhaniin dorgommiif dhiyaataniiru.

Sirbootni kunis guyyaa artiistichi itti ajjeefamee Waxabajjii 22 hanga Bitootessa 22 uummataaf kan dhiyaataniddha.

Adeemsi sagalee kennuu gama toora marsariitii maqaa artiistichaatin banameetin adeemsifamaa kan jiru yemmuu taโ€™u guyyoota Waxabajjii 18 bara 2022 akka xummuramus Aadde Faantuun himteetti.

Filannoon gama ergaa gabaabaatin adeemsifamu immoo Waxabajjii 19 bara 2022 akka eegalu dubbatte.

Filannoon badhaafamtootaa %70 murteessitootaan %30 immoo sagalee ummataan kennamuun akka taโ€™es dubbataniiru.

Like Share Page