FOCUS Madda Walabu University

FOCUS Madda Walabu University

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from FOCUS Madda Walabu University, College & University, Madda Walabu University, .

19/12/2023

🙏

19/12/2023

God's timing and your timing are different...

During Mary's engagement to Joseph, the angel Gabriel appeared to Mary and said, “Do not be afraid, Mary; you have found favor with God. You will conceive and give birth to a son, and you are to call him Jesus. He will be great and will be called the Son of the Most High. The Lord God will give him the throne of his father David, and . . . his kingdom will never end”

The angel also revealed that Mary’s conception would be miraculous, brought about by the Holy Spirit (Luke 1:34-35).

An engagement in this culture was considered as binding as a marriage, and Mary knew that becoming pregnant out of wedlock would be considered adultery.

But her response to Gabriel reveals the depth of her faith, even at her young age, “‘I am the Lord’s servant,’ Mary answered. ‘May your word to me be fulfilled’” (Luke 1:38).

Mary’s believing response was to surrender herself to God as his willing servant.

She experienced the grace of God and believed the Word of God, and therefore she could be used by the Spirit to accomplish the will of God.

Mary trusted God and His timing.

Mary’s example of faith and obedience is one we should emulate.

As we reflect on the Birth of Jesus during this time of Advent, we are reminded that his timing is always perfect ❤️

Be reminded of why we can trust God and His timing through rediscovering the true meaning of the birth of Jesus, tap here to learn more-- https://bit.ly/3t9lUZa

27/03/2023

25/03/2023
Photos from FOCUS Madda Walabu University's post 09/03/2023

AFFEERAMTANIITTU:
Hundeeffama FOCUS MWU Waggaa 15ffaa🎆 sababeeffachuun Sagantaan jala bultii Finfinneetti qophaa'e!

Dilbata dhufu jechuun 03/07/2015 Sagantaan👌 addaa Hundeeffama FOCUS MWU Waggaa 15ffaa Baalee Roobeetti Kabajamuuf jiru sababeeffachuu qophaa'ee jira.
Saganticha irrattis qophiileen garaa garaa nii dhiyaatu.

Bakki sagantichaas:
✅Finfinnee, Kiilo 6, bakka addaa Manan jedhamu baankii Daashan cinaan, Waldaa G/G/M/Waaqayyoo keessatti, Saa'aati 7:00 irraa eegaleeti.

Jallattoonnii fi Miseensotni FOCUS marti irratti affeeramtaniittu.
Koree Sagantichaa irraa!

08/03/2023

27/02/2023

Geggeessitoota FOCUS MWU darban keessaa maqaa masoo "Abbaa Foddee" jedhamu qabu eenyu? Gaaffii badhaasa qabudha.
21/07/2015 walargaan FOCUS MWU'tti.

20/02/2023

FOR ALL WHO WILL START FINAL EXAM NEXT WEEKS

Exams are conducted to self assess your talent and determination, be confident and you will do well. Pray to God before your exam for others because you are going to top. Do not be get nervous.

If you approach the exam with calmness, you will undoubtedly succeed. Remove all negative thoughts from your mind and replace them with hope and optimism. Stay calm and be positive. Have faith in God. Do well, our prayers are with you.

19/02/2023

FOCUS Madda Walaabuu Yuunivarsiitii

S c r i p t 1

Yeroo maqaan FOCUS dha'amu,yaadni wayii akka rooba Hagayyaa dhufee namatti rooba. Yaada namaa harkisee fageenya dheeraa irratti FOCUS Madda Walaabuu Yuuniversiitii nama ilaalchisa. Silaa yaadni ka'e akka Voolkaanoo dho'ee Laavaansaa faca'uuti. Dhaabuu hin dandeessu,taa'uus hin dandeessu. Yaadni kaanaan miilli qaama namaa baachuu hin dadhabu,harki lamaan walii galanii,iji lamaanis wal hubachaa,miilli lamaan dabaree deemanii gurri namaa dhaggeeffachaa to'annoo sammuu jala galanii imala isaanii itti fufu.

Egaa yeroo jireenya Yuuniversiitii kaasnu,FOCUS ammoo bakka fiixaan ba'umsa kaayyoo ta'uusheetu sammuu namaa keessaa ka'ee hidda dhiigaatti raabsamuun onneen namaa akka humnaa ol dha'attu taasisa. Yeroo sana kan miilli deemsa dhaabdu,iji imimmaan arjoomtee akka nama bishaan biqiloota obaasuutti fuularra dhangalaatu. Gurra namaarraa isa bara,qofaa ta'uu,humna dhabuu,kaayyoof jecha miidhamuu,doorsifamuu,dhukkubuu fi kanneen kana fakkaatantu huursa. Sammuu namaatti ammoo yaadannoo isaanii akka nama suuraa ilaaluutti duraa duubaan dhi'aatu. Yeroo tokko suuraa yaadaa beela'uutu dhufa,inni darbeemmoo qofummaan itti aana... akkasumatti gaaleriin jireenya Yuuniversiitii sammuu namaa keessaa dha'ata. Edaa sababa kanaaf iji imimmaan qabachuu kan isheen dadhabdu. Bakki qofaa akka nama maraatee dubbatan mooraa Yuuniversiitii keessatti. Egaa kana hundumaa keessatti haadha kan namaa taatu kan akka FOCUS hin jiru. Eeyyee dhuguma haadha,bakka fiiganii iccitii ofii waaqayyo bira kaa'atan,bakka rakkina obsan... bakka waan nama marse itti gatanii ba'an. Bakka kanatti deebi'ee maaltu waaqayyoon galateeffachuu jibba?

Barri jijjiiramee baratti waldabarsa,guyyaanis dabaree isaa eegatee ji'atti wal laata. Kanumaafi egaa FOCUS MWU malee jettee qalbiin nama didduuf. Yeroo muraasa booda ijoolleen FOCUS MWU guddiste deebi'anii seenaa hojjechuuf qophiirra jiru. Kaan jijjiiramee abbaa maatii ta'eera kaan ammoo du'ee addunyaa kanarraa godaaneera. Kaan haadha maatii ta'ee dhaloota haaraa argeera. Kaan ammoo bultii horachuuf guyyaa qabteera. Isaan kun hunduu bara kana bakka jiranii walitti qabamuun isaanii guddaa nama gammachiisa. Guyyaa 21/07/2015 wal argaan FOCUS Madda Walaabuu Yuuniversiitiittidha.

19/02/2023

B a g a N a g a a n Dh u f t a n !
FOCUS MWU

Videos (show all)

B a g a  N a g a a n  Dh u f t a n !           FOCUS MWU

Website