Gola Aadaa

Gola Aadaa

Odeeffannoo waqtaawaa Hawaasa Biraan Gahuun Hubannoo Aadaa hawaasaa funaannee Hawaasaaf dhiheessuun

24/05/2024
12/04/2024

Hanna tiraafikaa

04/09/2023

የአማራ ህዝብ ጥያቄ የመልማት እንጂ የጦርነት ጥያቄ አይደለም!

የተወሰኑ በትዕቢት የተወጠሩ #ፅንፈኞች እና ከጦርነት የሚያተርፉ በአማራ ክልል ባስነሱት ጦርነት ንፁሀን እየተሰቃዩ ይገኛሉ። እነዚህ የደም_ነጋዴዎች በጦርነቱ በግላቸው ስለሚያካብቱት ሀብት እንጂ የክልሉ መውደም እና የህዝቡ ስቃይ ደንታ አይሰጣቸውም።

ለዚህም ነው #ከሰላም ይልቅ #ጦርነትን ጠዋት እና ማታ የሚሰብኩት። ደግነቱ አሁን ህዝቡ ነቅቷል መከላከያ ሰራዊትንም በደንብ እየደገፈ ነው።

2016 ዓ.ም ለአማራ ከጦርነት ሰቀቀን ወጥቶ ወደ የሰላም አየር እና ከብሔር ብሔረሰብ ጋር የመልማት ህልውናው የሚረጋገጥበት አመት!



#ጃውሳ

17/03/2023

የመደመር ትውልድ መጽሀፍ‼️
፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨
የመደመር ትውልድ መፅሀፍ በቆርቡ ይመረቃል! መፅሀፋ ምክንያታዊ ትውልድ ለመፍጠር መደመር ዕውቀትን የሚያከብር ባህል ለመገንባት፤ በሐሳብ የበላይነት ማመንን አጉልቶ የሚያሳይ ነው።

የመደመር ትውልድ መጽሀፍ በሀሳብም ይሁን በተግባር አካታችና ኢትዮጵያዊነትና የብሔር ማንነትን ሚዛናቸውን ጠብቀው እንዲራመዱ የሚያደርግ እሳቤ ያለው ነው። መፅሀፍ በቅርብ ቀን‼️

15/03/2023

ሴራው ሲጋለጥ
*****************

የተጀመረው ሰሞኑን አይደለም #ፅንፈኞች ረጅም ጊዜ ወስደው አስቦበት #እቅድ አውጥቶ ሲሰሩበት የነበረ ጉዳይ ነው። ዛሬ ላይ መንግስት የፈጠረው አጀንዳ አስመስሎ የሚያራግቡት አንዳንዱ ካለማወቅ ሲሆን አብዛኛው ግን #ከተጠያቂነት ለማምለጥ ነው!

ለማንኛውም ሴራውን እያጋለጥን!

15/03/2023

በሃይማኖት ጥላ ስር የሚሰራ ፖለቲካ

ባለፈዉ ወር ዉስጥ #በሀገራችን በተፈጠረዉ የሃይማኖት ችግር ማን ምን እና እንዴት የፖለቲካ ስራ(ሴራ) እንደሚሰራ ጥርት ባለ ሁኔታ ማየተ ተችሏል። በሀገሪቱ ዉስጥ #የሃይማኖትን ሽፋን ተገን በማድረገ የፖለቲካ አላማ ከማስፈፀም እስከ መንግስት ግልበጣ ማሴር እየተኬደ እንደሆነ መረዳት ተችሏል።

እንደነ ያሉ በኢትዮጵያ ለምድ ስር ፖለቲካ አስፈጻሚ የሆኑና ኑሯቸዉን የተድላ የበርገርና የተዝናኖት ላይ ያደላደሉ እኛን ለማጫረስ በጀት የሚመደብላቸዉ እንዲ በአደባባይ በሃይማኖት ስም እየሰሩ ያሉትን ሴራ ያለ ማፈር እየተናገሩ ነዉ።

በኢትዮጵያ ዉስጥ እየተካሄደ ያለዉ #ሴራ ይሄዉ ነዉ። እነ ሌት ከቀን እንደ ቁራ የሚጮሁት የሃይማኖት ጉዳይ አሳስቧቸዉ ሳይሆን በሃይማኖት ማር የተለወሰች የፖለቲካ መርዝቸዉ እንደሆነ ለመረዳት የሱን ቪዲዮ 5 ደቂቃ ማየት በቂ ነዉ።

27/02/2023

Sirba Suudaan Mi'aawaa Damma daammuu fakkaatu kana Affeeramaa

Photos from Gola Aadaa's post 20/01/2023

Zoonii Diimaa Araddaa Gola Nagayaa Hojii Misoomaa Sululaa hojjatamaa jiru.

Photos from Abiy Ahmed Ali's post 13/11/2022
11/11/2022

መደመር የሚገለጥባቸው 3 ባህሪዎች፦

1ኛ. ማሰባሰብ
ዛሬ ላይ የሚገኙትን ሀሳቦች፣ ሀብቶችና አቅሞች ማገናኘት ነው።

2ኛ. ማከማቸት
በትናንት ሀሳብ፣ አቅምና ሀብት ላይ የዛሬን መጨመር ማለት ነው።

3ኛ. ማካበት
ለለውጥና ብልፅግና የሚያበቃ ወረት ማጠራቀም መቻል ነው።

01/06/2021

Sagaleen walgahii hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa miliqee ba'e jechuun gadi dhiifame soba ta'uu beeksiise.
**************///////*************
Miidiyaaleen oduuwwan sobaa tatamsaasuun beekaman tibbana walga'ii koreen hojii raawwachiiftuu paartii Badhaadhinaa gaggeesserraa sagaalee Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dubbatan jechuun gadi lakkifame ragaa soba ta'uu paartiin Badhaadhinaa hubachiise.

Sagalichi sagalee sobaan qindaa'ee fi ragaa dhugaarraa fagaate ta'uu eereera.

Hawaasni ragaalee sobaan tatamsa'urraa of eeguu akka qabu paartiin Keenya dhaameera.

28/05/2021

Warra Lixaa duursineeti Dimokraasii Addunyaaf gumaachine /Gada system/. Biyyi kamuu xiqqoo fi guddoo hin qabdu Birmadummaa mataa ishee hanga qabdutti. Ameerkaas taatu kan Biyyoota Arabaa keessa batachitee Tulluu tooraa booraa wagaa 15 oliif itti dhumaa turte Birmadummaa kootu tuqame jetteetu. Gudeeddee fi ajjeechaan isheen Afgaanistaanii fi Iiraaqitti raawwataa turte himameetuu hin dhumu. Dimokraasii Lallabaa warra dimokraasii diigaa ture tahuu Addunyaatu beeka. Bobaba'aa waraabbachuuf biyya namaa diigaa qabeenya keenyatti hin fayyadaminaa nuun jechuu yoomiyyuu hin hayyamnu.kana haa beekan.

Photos from Gola Aadaa's post 14/08/2020

Hagayya 08,2012-
Sirna Gadaa barnoota idilee keessatti kennuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa beeksise.

Akkaataa Sirna Gadaa barnoota idilee keessatti kennuun danda’amurratti koreen hayyoota yuunvaarsiitii adda addaarraa, Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaafi Biiroo Barnoota Oromiyaarra walitti babahan hundaa’ee hojjechaa jiraachuu Hoogganaan Biiroo Aadaaf Tuurizimii Oromiyaa oobbo Kabbadaa Deessisaa OBNtti himaniiru.

Koreen hundaa’e kunis hundagaleessa jedhaniiru.

Sirni Gadaa duraan barnoota garaagaraa keessatti bifa facaatiin kennamaa turuu yaadachisanii obbo Kabbadaan, amma garuu bifa addaan sana caalaa fooyya’ee qindaa’ee dhiyaachuu qaban irratti waliigalamee hojiin isaa eegaleera jedhan.

Sadarkaan ittiin kennamuufi haala barnoota idilee keessatti ittiin kennamu irratti qorannoon bal’aan hayyootaa adda addaan godhamee mariinis irratti taasifamee hojiin isaa kallattii qabateeras jedhan.

Sirni Gadaa barnoota idilee keessatti yoomi kennamuu eegala?, haala kamiin kennamaafi Sadarkaa kamitti kennama? jedhee gaaffii OBNrraa dhiyaateef obbo Kabbadaan akka deebisanitti; yoomi kennama, akkamitti kennamaafi sadarkaa kamitti kennama kan jedhu fuulduraatti yemmuu yeroon isaa gahu kan ifoomsinu ta’as jedhaniiru.

Kaarkulamiin tokko gaafa qophaa’u sadarkaa adda addaatti murtee adda addaa barbaada waan ta’eef hojii kana galmaan gahuufis qaamota dhimmichi ilaallatu Biiroo Barnoota Oromiyaa waliin hojii keessaa galamee hojjetamaa jiraachuus himaniiru.

Kaarkulamii haaraa qopheessuun, seelabsii qophessuun, kitaabilee qopheessuufi barsiisota leenjisuunis hojii yeroo fudhatu waan ta’eef, hamma danda’ameetti hojiinisaa kun yeroo gabaabaa keessaatti akka xumuramu ni hojjetamas jedhaniiru Hooggantichi.

Sini Gadaa bu’ura diimokiraasii ammayyaa ta’uu bira darbee duudhaleen isaa diimokiraasii ammayyaati oli ta’uus himaniiru oobbo Kabbadaan.

Akka fakkeenyattis kan kaasan diimokiraasii keessatti murtee tokko dabarsuuf sagalee %100 keessaa sagaleen %51 yoo deeggare ni murtaa’a. Sirna Gadaa keessaatti garuu murteen tokko murtaa’uuf qaamni hunduu mormii tokko malee irratti waliigaluu qabas jedhaniiru.

Sirnichi addunyaarraa dorgomaa kan hin qabne ta’uus himaniiru.

Sini Gadaa jiruufi jireenya Oromoo akka waliigalaatti kan of keessaatti haammatee qabuudha jedhan.

Kanaafuu ijoolleen sadarkaa daa’imumaarraa kaassanii duudhaa Sirna Gadaa beekanii akka guddatan gochuun Oromummaa isaanii beekanii akka guddatan gochuudha jedhan.

Barbaachisummaan Sirna Gadaa yeroo ammaa barnoota idilee keessa galchanii barsiisuus qaawwaa dhaloota haaraa biratti eenyummaan walqabatee mudate duuchuun dhaloota bararuuf yaadameeti jedhan.

Dhimmoonni Oromoon Aadaa, Afaan, kabaja ayyaana Irreechaa, Oromummaatti dabalatee garaagarummaa tokko malee waliin qabu keessaa inni tokko Sirna Gadaatis jedhaniiru. Kanaaf Sirna Gadaa cimsuun tokkummaa Oromoo cimsuudhas jedhan.

Dhumarrattis oobbo Kabbadaan dhaamsa dhaloota haaraaf dabarsaniin akka jedhanitti, dhaloonni haaraan waa’ee Sirna Gadaa sirriitti gaafachuun achi keessaa maali maaltu jira jedhanii hubatanii duudhalee Sirna Gadaa osoo hin cabsin beekuu qabuus dhaamaniiru.

OBN tu gabaase

Photos from Abbaa Gadaa Boruu Blogger's post 21/04/2020
Photos from Ittisa Koronaa Oromiyaa's post 16/04/2020
Photos from Gola Aadaa's post 11/04/2020

Ebla 3/2012
Oolmaa Addunyaa Covid19,n
❖❖A❖❖b❖❖b❖❖❖❖
Amma yeroon akka lakkooftuu biyya keenyaatti dhiha keessaa sa'aa 3:15.
hamma yeroo kanaatti Covid-19 miidhaan geessise guutuu addunyaatti hanga namni 1,760,971 vaayirasichaan yoo qabaman,namni 107,645 du'aniiru. Kanneen keessaa namni 395,652 dhibicharraa bayyanatariiru.
Guyyaa hardhaa qofa namoonni 62,196 guutuu Addunyaatti dhibee kanaan yoo qabaman hanga yeroo kanaatti 4,961 du'aniiru.
Yeroo hafe keessatti waan dabalamu ykn hir'atu yoo jiraate isiniin geenyaa turtii gaarii jechaa of efggannoo cimsaa waaqa keenyaas haa kadhannuun dhaamsa keenya.

28/03/2020

Bitootessa 19, 2012
Ityoophiyaatti namoota vaayrasii koroonaan qabaman keessaa tokko guutumaan guutuutti fayyuu isaa himame.

Ityoophiyaatti namoota vaayrasii koroonaan qabaman 16n keessaa tokko guutumaan guutuutti fayyuu isaa Ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan beeksisan.

Dooktar Liyaan Fuula Feesbuukii isaaniin akka ibsanitti yeroo ammaa waliigala namoonni dhibichaan qabaman 13 iddoo yaala addaatti hordoffiirra jiraachuu himaniiru.

Namoonni dhibichaan qabamanii iddoo tursiisa addaa keessa jiran hundi isaanii haala gaarirra akka jiranis Dooktar Liyaan ibsaniiru .

Ityoophiyaatti namoota dhibichaan qabaman 16n keessa lammiileen Jaappaan lama gara biyya isaanii deebi’uun isaanii kan yaadatamuudha.
Fbc

Photos from Gola Aadaa's post 08/02/2020

♥Askoomee yaawaan ofii koo simalee jettee qalbiin koo
♥askoomee washaawashee koo simalee jettee qalbiin koo
akoomoo sabboontittii too simalee jettee qalbiin koo
♥Askoomee yaa waan ofii koo simalee jettee qalbiin koo

♦♥Washaawashee Koo gadi roobee Asin roobuu maaluma biqilchuufi laata
♥Dammaan makaa koo Garaa sossobeen dadhabee maaldhagahuufi laata
♦Mana keessan godaan darbee gabaaniis gabaa sambataa kaan loomii walii darbataa qarree dhaabbatee miidhagduu koo sanyii namaa warri kee gad sin baasanii qofummaa nagalaafatee sijaalatee........
♥♥♥♥♥♥♥
Geelloo Lixa Oromiyaati.walbarsiisuuf aadaa keenya waan harkaa qabdan karaa keessaan nuuf gumaachaa maqaa keessan waliin kan maxxansinu taha.
Aadaa keenya haa guddisni wakirraahiis haa barannu.
Horaa Bulaa!

Photos from Gola Aadaa's post 03/02/2020

ODUU GADDAA Isaan kan hojii eegalan Barsiisummaadhaan hata,u male kan uummani hedduun beekuun sirba " Ilubaboor yaa biyyakoo mattu gannat Magaalaankoo"jedhuun beekamu .Obbo Dagafaa Yaadessaa ykn Abbaa Qalbii Godina Bunnoo Baddallee Aanaa Dhidheessaa waajjira Adaa fi turiizmii keessatti ogeessa ta,uun tajaajilaa yaroo turan turiizmii Aanichaa beeksisuun shoora guddaa taphtaniiru. Aadaa aanaa Dhidheessaa akkasumas kan godina ILubaboor beeksisuuf karaa adda addaatiin hojii baayyee hojjataniiru .Obbo Dagafa yaadadaan
hanga Bara 2010 hojii mootumaa irratti tajaajila irraa eegamu hunda keennaa turuun Bara 2011 eegalee sooruma ba,anii hojii dhuunfaa isaanii irra turani .Dhukkubsatanii yaalii adda addaa bakka adda addaatti taasifamaafii ture .hata,u male Sababuma dhukubni itti jabaateef Amajjii 24/2012 uumurii isaanii waggaa 68 tti adunya kana irraa du'an boqotaniiru .Obbo Dggafaa yaadasaa Abbaa Maatii fi ijoollee saddeetii turan

.Maatii isaaniitiif jajjabina Hawwina

Photos from Gola Aadaa's post 02/02/2020

Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa muummeewwan barnoota haaraa banee sagantaalee adda addaatiin barsiisuuf maateriyaalii barnootaa qophaa’e irratti hayyootaan akka qeeqamu taasisuuf waltajjii kaarikulamii (Curriculum Review Work shop) magaalaa Finfinneetti gaggeesseera.
YNOn humna dandeettii raawwachisuumaa hojjattoota naannichaa cimsuuf ergama baldhaa fudhatee hojjachaa jiru keessaa dameen barnootaa isa tokko yoo ta’u, barnoota dabalataa fedhii hawaasaa irratti hundaa’ee kennuuf maateriyaalii barnootaa mumeewwan afur qophaa’een hayyootaan akka qeeqamu taasisee jira.
Yuunivarsiitiwwan biyyatti keessa jiran keessaa kan bahan hayyoonni kuniin YNOn Afaan Ormoo irratti xiyeeffatee hojjachuuf kaayyeefate afaan, aadaa fi seenaa ummata keenyaa guddisuu fi daran cimsuuf akka gargaaru himaniiru.
Muummeewwan
1. MSc- in Development Economics
2. MBA- in Business Administration
3. MSc- in Project Management
4. BA – IN Oromo Folklore and Afan Oromo

18/01/2020

waggaa 10 dura University
Finfinneetti yeroo inni guyyaa Kamisaa, Kamisaa Gumii
Aadaafi Afaan Oromoo, GAAO, dhufee falaasama Socrates,
Aristotle, Plato Afaan Oromootiin miidhagsee akka oduu
duriitti nutti himu gurra buusnee dhaggeeffanna ture.
Guyyoon dandeettiifi qabxii muummee Philosophy keessatti
qabuun barsiisonni isaa fayyaaleyyiin akka inni achitti
hafee barsiisu murteessanis, warri Guyyoo Oromummaa
isaatiif jibban isa hambisuu hanqatan. Inni achii deemee
yuniversiitota gara garaa barsiisiu eegale. ... Har'a OBN
irratti haasaan isaa akkuma gaafa 6kilo mi'aawun arge.
Guyyoon nama jabaa Oromoof gumaache
keessaa tokko.
Via .

Photos from Gola Aadaa's post 01/12/2019

Sadaasa 21, 2012
Godina Iluu Abbaa Booritti Irreechi Malkaa Soor kabajame.

Ayyaanni Irreecha Malkaa Soor ganamaan abbaa Malkaan erga eebbifamee booda sirni Irreeffannaa jalqabame.
Irreeffattonnis eebba Abbootii Gadaa erga fudhatanii booda Irreeffannaan sirna ho'aan kabajameera.

Irreeffattonni Irreecha Malkaa Soor nageenya keenya cimsuuf tokkummaa keenyas jabeessuuf Oromoon akkuma waaqa isaa waliin kadhate, waaqa dukkana gara ifaatti nu baase waliin galateeffanne tokkummaa keenya irratti xiyyeeffannoon hojjechuu qaba jedhan. Irreechi kan nagaa, jaalalaa fi tokkummaati.

Duudhaa kana gocha qabatamaatti sirnaan jijjiiruu qabnas jedhan.

Akka ragaan biiroon dhimmoota kominikeeshinii Oromiyaa mul'isutti, Godinichatti Irreechi Malkaa Soor erga jalqabamee tokkummaan keenya cimee jira. Kanaaf Irreechi Irree keenya mallattoo nagaatis jedhan.

10/11/2019

Inbox ergaa nu qaqqabe
======={=========
keessa baanee galuuf faannoo kan jedhaman dargaggoonni Amaaraa hidhannoo guutuu hidhatanii akka nuti alatti baanu nu eegaa jiru .achi keessa teenye akka hin baranne barattoota Oromoo tahan xalaayaa eenyummaa ilaalanii tumanii miidhaa irraan gahaa jiruu waan ta'eef qaamni dhimmi ilaallatu furmaata akka nuuf kannu jedhaniiru. Kanaaf mootummaan Federaalaa dhaqqabu qabaan dhaamsa keenya!
✓✓sheer godhaa waliin gahaa✓✓

Photos from Waaj/Barnootaa Aanaa Gola Odaa's post 09/11/2019
Photos from Gola Aadaa's post 14/06/2019

Waxabajjii 7,2011
Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti gargaaraa ministiraa dhimmoota Afrikaa Tiiboor Naash waliin mari'atan.

Turmaata isaanitiin dhimma haala yeroo Sudaanirratti mari'ataniiru.

Tiiboor Naash turmaata isaanii Kaartuumin waan taajjaban obbo Gadduu waliin irratti mari'ataniiru.

Sudaanitti nageenya waaraa buusuuf tarkaanfii araaraa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi Gamtaan Afrikaa fudhachaa jiran Ameerikaan kan dinqisiifattu ta'uu eeraniiru.

Ergamaan addaa Gamtaa Afrikaa fi ergamaan addaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Sudaanitti nageenya waaraa buusuuf hojii hojjechaa jiran Ameerikaan guutummaan kan deeggartu ta'uu ibsaniiru.

Ameerikaan gama isheetin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa duraanii Doonaald Buuz Sudaanitti jila addaa gootee moggaasuu ishee Tiiboor Naash ibsaniiru.

Obbo Gadduun gama isaanitiin Sudaan akka tasgabbooftu gargaaru fi deeggaruun, naannichatti nagaa fi tasgabbii buusuu waan ta'eef dhiyeenyan hordofaa fi tumsaa jirra jedhaniiru.
Fbc

Photos from Gola Aadaa's post 10/05/2019

Aadaan faaya,mallattoo eenyummaati.Aadaa sirboota Oromoo Godinoota Oromiyaa garaag!raatti sirbaman akaakuu isaa fi akkaataa sirbichaa isin barsiisuuf Golli Aadaa Sagantaa Daawwitii Aadaa jedhamu torbeetti jimaata galgala isinii dhiheessuuf jenna.yaada keessanii+ qeeqaa fi deeggarsa ykn yaada dabalataa kennuun saganticha akka cimsitan jechaa Aadaa keenya waliin haa goddisnuun dhaamsa keenya.Arra suuraalee asii gadiitti argitan kun Aadaa Sirba Oromoo Godina kamiiti?sirbichi maal jedhama?yeroo kam sirbama? gaaffiiwwan kanneen irratti hirmaadhaa jenna.Deebii isaa bor qabannee dhihaanna.warra deebisan keessaa kan sirritti ibse filamee Galanni isaanii tooricharratti maxanfamaa deema.warreen caalmaa agarsiisan kurmaanaan haalli itti badhaafaman ni uumama.Galatoomaa!

Photos from Gola Aadaa's post 06/05/2019

Finfinnee Oromo Oromoo akka urgooftuuf
©©©©©©©©©©©©©
Biiroon Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa Magaalaa Finfinnee keessatti Pirojektoota Giddugala Aadaa adda addaa Kutaawwan Magaalaa Finfinnee 5 keessatti ijaaruuf qabate keessaa Kutaawwan Magaalaa 3n keessatti sochiin eegalamera.

Haaluma kanaan :-

1) Boolee Bulbulaatti Giddugala Qoophiifi Leenjii Nyaata Aadaa Oromoo(B+G+6)
2) Kutaa Magaalaa ) Lidataa(Caffee Aannaniitti) Giddugala Gabaafi Egzibishiinii 2B+G+9fi
3) Kutaa Magaalaa Qiirqoos(Tulluu Ejersaatti) Art School/Mana Barumsaa Artii(B+G+5)ijaaruuf Kontaraktara faana Sirni walitti kenniinsaafi Calqabsiisaa Ebla 28/2011 Giddugala Aadaa Oromoo Magaalaa Finfinneetti bakka keessummoonni sadarkaa gara garaa argamanitti kan taasifame ta'uun barameera.

06/05/2019

As.wr.wb
mee ulamaa'ii biyya keenya keessa jiran keessaa is beekumsaan sadarkaa 1ffaa irratti argamu kanaan wal baradhaa!
Maqaan isaanii shek Ahmad watar ykn
yeroo ammaa jedhamu godina Hararge bahaa iddo watar jedhamtu jiraatu
nama beekumsaan biyya keenya dabree iddoo beekaan itti heddummaatu Saudi Arabiyattillee beekamuudha. Jireenyi isaanii kan As-haabotaa waliin walfakkata.
Halkanii fi guyyaa rabbiif kennanii dunyaa dantaa dhaban!
Akiraa malee dunyaa haajaa itti hin qaban!
Mana akiraa malee kan dunyaa hin ijaaran!
Beekaa isaan oomishan lakkaawani hin fixan!
Ya Allah umrii nuf dheeressi nama irraa fayyadamu nu godhi

Videos (show all)

Hanna tiraafikaa