Banti fufa

Banti fufa

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Banti fufa, .

Photos from Abiy Ahmed Ali's post 19/12/2023

📸 Look at this post on Facebook
https://www.facebook.com/share/rVV8NVbm39eRzEMj/?mibextid=xfxF2i

Photos from Banti fufa's post 13/12/2023

Ministir Deetaa Ministeera Nageenyaa kan turan Obbo Taayyee Dandaa’aan to’annoo jala oolfaman.

Obbo Taayyee Danda’aan jijjiiramaan dura Miseensa ABO fi mana hidhaa keessa kan turan yoo ta’u, jijjiiramaan booda dhiifama taasifameefiin mana sirreessaa keessaa gadi lakkifamuun carraa kennameefiin hooggansa sadarkaa mootummaa federaalaafi naannootti bakkoota gara garaatti itti gaafatamummaa adda addaarratti hojjechaa turaniiru.

Haa ta’u malee, Obbo Taayyeen itti gaafatamummaa mootummaafi ummataan itti kenname keessumaa Ministir Deetaa Ministeera Nageenyaa ta’uun nageenya mirkaneessuuf hojjechuu utuu qabanii, faallaa kanaatiin Itoophiyaa diiguuf humnoota farra nageenyaa waliin walta’uun ergama badiisaaf hojjechaa turuu bira ga’amuun ibsameera.

Kana malees, biyyattii naannawaa garaagaraatti gochaalee shororkeessummaa lammiileerratti raawwatamaa turan addatti ammoo ugguraan walqabatee akka qooda keessaa qaban bira ga’amuu beeksiseera.

Kaayyoo kana tarkaanfachiisaa turuun kan Shakkaman Obbo Taayyee Danda’aan, mootummaan to’annoo jala oolfamuu akka danda’u tilmaamuun qabsaa’aa fakkaachuuf miidiyaa hawaasummaa ofii isaaniifi kanneen biroorratti barreeffamootaa farra nageenyaafi diigoo, haasawaafi ibsa garaagaraa maal na dhibdeedhaan tamsaasaafi kennaa turanillee, itti gaafatama jalaa miliquun waan hin danda’amneef Humna Waloon to’annoo jala oolfamuun ibsameera.

Dabalataanis Humnichi ibsa miidiyaaf ergeen namni kun aangoo itti gaafatamummaa mootummaa fudhachuun hojjechaa utuu jiruu caasaa mootummaafi siyaasaa shiraan diiguuf gareen socho’aa turuusaa hubachuun qorannoon irratti gaggeeffamaa tureera.

Hordoffii nama kanarratti taasifamaa tureen hooggantoota ABO Shaneefi finxaaleyyii yakkaan shakkaman waliin hidhata uummachuun mootummaa hookkaraafi humnaan buusuuf shiraa turuun irra gahamuu ibsa kanaan eerameera. Gibee Media Network Gibee Media Network ቶኪቲ አሳንዳቦ Zuzu Jimma ታክቲ ሳንዳቦ አሳንዴቦ Zuzu Fijir Bilillee Intala Abbaa Jifaar ቶኪቲ ቶኬ አሳንዳቦ ቶኪቲ አሳንዳቦ

08/09/2022
Profile pictures 15/08/2022
ቶኪቲ አሣንዳቦ🇪🇹💔 (@user1945638271964) is LIVE | TikTok 22/05/2022

ቶኪቲ አሣንዳቦ🇪🇹💔 (@user1945638271964) is LIVE | TikTok Check out ቶኪቲ አሣንዳቦ🇪🇹💔 () LIVE videos on TikTok! Watch, follow, and discover the latest content from ቶኪቲ አሣንዳቦ🇪🇹💔 ().

07/09/2021
Photos from Gibee Media Network's post 07/09/2021
06/09/2021
25/08/2021

Goota keeyna leenca fakinama 💯💯💯💯💺💺💺💺💘💘💘💘💘💞💞💞💞💞🇪🇹🇪🇹🐅🐅🐅🐅💔💪💪✅

Website