Meeti shaggar

Meeti shaggar

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Meeti shaggar, Grocers, .

Photos from Oromia Communication Bureau's post 18/07/2024
17/07/2024

ጠቅላይ ሚኒስትሩ አማራ ክልል ከመጣ እጅ ለመስጠት መሆን አለበት እያሉ ሲያደነቁሩን የነበሩ የት ገብቶ ነው ?
#ጃዉሳ

17/07/2024

በዚህ ዝርዝር ውስጥ ያለመኖራችን
ምስጢሩ የመንግስት
ጠንካራ ስራ እንጂ አስማት አይደለም!

https://twitter.com/stats_feed/status/1813079603243557199?t=NLnOEtHT1jczFiprRoV_CQ&s=19

17/07/2024

ኢትዮጵያ በዚህ የአለም የምግብ ዋጋ ግሽበት መጨመር ውስጥ አለመካተቷ አስማት ልመስልህ ይችላል ነገር ግን መንግስት በምግብ እራስን ለመቻል እየወሰደ ያለው ቁርጠኛ አቋም ፍሬ እያፈራ ስለመሆኑ ትልቅ ማሳያ ነው።

17/07/2024

ፋኖ አብይ ሆይ ማረኝ ጥግጋብ ይዞኝ ነው አይለመደኝም ይበል

Photos from Abiy Ahmed Ali's post 10/07/2024
Photos from Oromia Prosperity Party / OPP /'s post 10/06/2024
11/05/2024
06/05/2024

The wisdom thought us by our Ethiopianess is not to be overcome by temporary obstacles but rather to change the trials we face into opportunities and desirable accidents and achieve victory.

Yesterday, our forefathers, broke their bones in Metema, Adwa, Maichew, and Karraa Marra and shed their precious blood to preserve and bequeath to us a country that has been able to keep its independence and pride.

We are lucky; we have a beautiful country and a proud history. We know our beginnings. We are a great people that has a history that has traversed many centuries. Our unity can be an example to the world. It has vanquished our enemies; protected our sovereignty and brought us to this day becoming an example for other people struggling for their independence.

&Nationalities

20/04/2024

Nageenni Badhaadha!

Oromiyaan qabeenya umamaafi namtolchee hunda keenya gahuun kan badhaadhe. Laftiifi qilleensi keenya hawwataafi mijataadha; Waa lama qofa barbaada: walhubannoofi yaada galteewwan qabnu madaqsee qabeenya (wealth) umu maddisiisuufi hojiitti hiikuu.

Qabeenya kennaa Uumaa qabeenya dabalataa umuuf nugargaaru keessaa inni guddaan dargaggeessa keenya. Gaachana birmadummaa biyyaa guyyaa aggaammiin biyyarratti taasifamu dursa hiriiru, gaafa guulaas nagaafi misooma ummataaf humnasaa hinqusanneefi hin dhiboofnedha. Dargaggoonni annisaa murteessaa duudhaa gootummaa dhalootaa dhaalanii gootummaa biyyaalessummaa misoomaafi birmadummaa biyyaatiin dabaaluuf imaanaa fudhataniidha.

Sonni guddummaafi seenaan birmadummaa dargaggoonni kaleessarraa dhaalan akka biyya ijaaru, dabaafi aadaan siyaasaa badaafi boodatti hafaan kaleessarraa as dhufe ammoo hirmaannaa siyaas-dinagdeefi hawaasummaa dargaggootaarratti ashaaraa hi’intaa kahaniiru. Kuufamni daba ilaalcha aadaa siyaasaa badaafi boodatti hafaa kuufamee har’a gahe saaxilamummaa dargaggoota har’aatiif gumaacheera. Rakkoon nageenyaa naannoo keenya keessatti umame kun gama tokkoon bu’aa dhiibbaa aadaa siyaasaa badaafi boodatti hafaa tahuun kan haalamu miti.

Har’a boqonnaa kuufama dhibee siyaasaa kaleessaarraa as dhufeen qoramnee baranne kanatti, ofis, walis gaafannee, mari’annee, qalbeeffannee gaaffiin deebisuu qabnu tokko nudura jira. Innis, “maraammartoo aadaa siyaasaa badaafi boodatti hafaa kana keessaa bahuuf yeroo dabalataa nu barbaachisaa?” kan jedhudha. Maraammartoo gaabbii seenaa, gaaga’ama har’aafi ba’aa egeree malee sona kamiyyuu hin idaane cabsuuf yeroo dabalataa nutti fudhachuu hinqabu.

Akkuma beekamu, Mootummaan jijjiiramaa keenya aadaa siyaasaa badaa lafa qabatee ture kana buqqisuun sirna siyaasaa ammayya’aafi naga-qabeessaan bakka buusuuf of-eeggannoofi obsa ol’aanaadhaan hojjachaa tureera; hojjechaa jiras; aarsaa guddaas itti kaffalaa jira. Qaamolee hidhatanii waraana, jeequmsa, baqattummaa, saamichaafi mancaatii qabeenyaa, akkasumas ajjeechaa lammiilee keessatti osoo hinhafin qooda qabaniif waamicha nagaa walirraa hincinne taasisaa tureera; taasisaas jira. Gama kanaan dargaggoonni yeroo adda addaatti waamicha nagaa mootummaa fudhachuun galan lakkoofsaan baay’eedha.

Akkuma yaadatamu, kanaan dura shira qaamolee alaafi keessaa nageenyiifi tasgabbiin ummata keenyaa isaan yaaddessuun xaxamaa turerraa kan ka’e, fudhatamni waamicha naagaas ta’e, nageenyaafi tasgabbii naannoo keenyaa mirkaneessuun yeroo dheeraa akka fudhatu taasiseera.

Haatahu malee, yeroo ammaa kana hidhattoonni kumaatamaan lakkaa’aman waamicha nagaa mootummaa fudhachuun galaa jiraachuun isaanii, shira diinota keenyaatti dammaqaa dhufuu dargaggoota keenyaa kan agarsiisudha.

Mootummaanis akka duudhaa keenyaatti dhiifamaafi gammachuu guddaan isaan simachaa jira. Warri hafanis, shirri diinota keenyaa kan itti fufu ta’uu hubatanii, waamicha nagaa kana fudhatanii, wareegama hinmalle kaffaluu jalaa akka of baasaniif waamicha irra deebii dhiyeessuun fedha.
Garaagarummaan siyaasaa kaleessas tureera; har’as nijira; borus nijiraata. Garuu, boqonnaa qabsoo garaagarummaan siyaasaa akka afaan qawweetiin furamuutti itti yaadamu cufuun dirqama hunda keenyaa ta’uu qaba. Wal-waraanuu, wal-gufachiisuufi wal-dadhabsiisuun diinota keenya onnachiisa malee ummata keenya maalumaanuu hinhumneessu. Boqonnaan garaagarummaa ilaalcha siyaasaa sibiilaan furuuf jecha dhaloota egeree sabichaa ta’e qisaasuun dhaabbachuu qaba. Maatiif gaaddidduu walii ta’uufi mararfannaa walii qabaachuutu aadaadha.

Mootummaan komii, gaaffileefi dhimma jiruufi jireenya hidhattoota hiriira shiraa diiguun karaa nagaa galaa jiranii irratti xiyyeeffannoon hojjechaa jira. Sagantaalee garaagaraa jiruufi jireenya isaanii deebisanii akka gadi dhaabbatan qofa osoo hintaane, qaama misoomaa taasisuun, tarkaanfii ummanni, naannoofi biyyi keenya gara fuulduraatti taasisaa jiran keessatti shoora murteessaa akka qabaatan isaan dandeessisan qopheessuun hojiirra oolchuu eegalameera.

Dhumarratti, milkaa’ina hanga ammaatti argameef, tumsi qaamolee hawaasaa garaagaraa hedduu murteessaa ta’uu yaadachiisaa, carraaqqii taasistaniifi taasisaa jirtaniif kabaja olaanaan qabu ibsuun barbaada. Gara fuula duraattis, hirmaannaafi deeggarsi keessan akka nurraa adda hinbaane imaanaa sinitti kennuun barbaada. Akkasumas, hidhattoota garaagarummaa jiru sibiilaan furuuf ifaajaniif, karri mootummaa marii nagaatiif banaa ta'uu irra deebiin mirkaneessaa, gadi teenyee mari’achuun imala dargaggeeyyiifi ummata keenya gara nagaa, tokkummaafi badhaadhinaatti akka taasisnu imaanaa jechuun barbaada.
Mariin Deebana!
Nageenyi Badhaadha!

11/11/2023

የመደመር ትውልድ ልዩነትን የሚያከብርና አንድነትን የሚያጠናክር ነው!!

የመደመር ትውልድ ጥላቻን በፍቅር፣ ቂምን በይቅርታ፣ ግጭትን በውይይት የሚተካ ትውልድ ነው። የመደመር ትውልድ ልዩነትን የሚያከብርና አንድነትን የሚያጠናክር ፤ ጽንፈኝነትን የሚጸየፍ ትውልድ ነው።

የመተማመን ክበቡ በብሄርና በመንደር ሳይታጠር ኢትዮጵያዊነትን ኢትዮጵያዊነትን በአርበኝነት መንፈስ የሚያፀና ነው።

በመሆኑም ከራስ ወዳድነት የፀዳ፣ ለሌሎች የሚራራ፣ ሀላፊነት የሚሸከም ፣ እውነተኛና የሌላው ህመም የሚያመው ትውልድ መቅረጽ የጋራ ሀላፊነት ሊሆን ይገባል።

በመደመር ትውልድ ተሠናስለን ተከባብረንና ተባብረን ለጋራ ግብ ቋሚ ተሰላፊ በመሆን ኢትዮጵያን እናበለጽጋለን።

Videos (show all)

ጠቅላይ ሚኒስትሩ አማራ ክልል ከመጣ እጅ ለመስጠት መሆን አለበት እያሉ ሲያደነቁሩን የነበሩ የት ገብቶ ነው ?#ጃዉሳ
ፋኖ አብይ ሆይ ማረኝ ጥግጋብ ይዞኝ ነው አይለመደኝም ይበል
ፋኖ አብይ ሆይ ማረኝ ጥግጋብ ይዞኝ ነው አይለመደኝም ይበል

Website