Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo United Arab Emirates
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo United Arab Emirates, Evangelical church, Al Itihad, Sharjah.
Waldaan Keenyaa Yeroo Hundumaa Dilbata Galgala sa'aatii 6:00 irraa Hamma 9:00 tti, Sharjah Al Nahada Ansar Mall Cinaa, Gamoo Al mullaa Darbii 9ffaa 910 irraatti argamaa.
Nagaan waqayyoo hundaa kessaniif habayatuu jechaa sagantaan keenya torban torbaniin Sanbataa gudda galgalaa sa'aa 6:30 -9:00 PM ti Sharjaa nannoo Ansar Mall gamoo Al Mulla darbii 2ffaa irrati gagefamuu haraas halaa bareeda ta'een ni gagefamaa kanaf hundii kessan namoota afeeruun hirmatoota akka taataan jalalaa waqayyoottin isiin affeerra ...
²⁸ Waaqayyo warra isa jaallatan karaa hundumaa gargaaree gara gaariitti isaan in geessa; isaanoo warra akka akeeka isaatiitti waamamanii dha.
²⁷ Yesus immoo gara isaanii ilaalee, "Namootaaf hin danda'amu, Waaqayyoof garuu akkas miti; Waaqayyoof wanti hundinuu in danda'ama" jedhe.
¹⁴ Tikseen gaariin ana, ani hoolota koo beeka, hoolonni koos ana beeku.
⁵ Ani nan ciisa, nan rafa, Waaqayyo waan ol na qabuuf deebi'ee nan dammaqa. ⁶ Ani warra kumaatama ana irratti ka'anii na marsan hin sodaadhu.
²⁸ Waaqayyo warra isa jaallatan karaa hundumaa gargaaree gara gaariitti isaan in geessa; isaanoo warra akka akeeka isaatiitti waamamanii dha.
Sunday service
¹⁰ Gaarummaa kee warra si beekaniif, qajeelummaa kees warra gara-qajeelotaaf ittuma fufi!
Sunday service
⁷ Yaa Waaqayyo, gaarummaan kee attam guddaa dha, dinqisiisaa dhas, ijoolleen namootaa gaaddisa bobaa kee jalatti kooluu in galu;
⁹ Warri nagaa buusan haa gammadan, isaan ijoollee Waaqayyoo in jedhamu
Sunday service
Sunday service
“Egaa nuyi, mootummaa raafamuu hin dandeenye waan fudhannuuf, kottaa warra galata galchan in taanaa! Kanaanis kottaa akka isa duratti fudhatamutti ulfinaa fi sodaadhaan Waaqayyoof in sagannaa!”
— Ibr. 12:28
😎😎
Waldaa kana’aan afaan oromoo United Arab Emirates
Location Sharjah ansar mall sanbaata sati 7:00
1Xim. 4
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁴ Wanti Waaqayyo uume hundinuu gaarii dha, wanta galataan fudhatamu keessas hirmiin hin jiru.
⁵ Dubbiin Waaqayyoo kadhannis isa in qulleessa.
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁴ Wanti Waaqayyo uume hundinuu gaarii dha, wanta galataan fudhatamu keessas hirmiin hin jiru.
⁵ Dubbiin Waaqayyoo kadhannis isa in qulleessa.
NAGAAN KEESSAN HAA BAAYYATU!
Dilbata dhufu yeroo Waaqeffannaa addaa ni qabaanna. Obboleessi keenya faarfataa Ifaa nu gidduutti argamuun nu tajaajila!
Kottaa eebba Waaqayyoo hirmadhaa!!
✓Share Waliif Godhaa waliif dabarsaa!
Eebbifamaa!!
Sunday service
Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo United Arab Emirates
Sagantaa ayyana dhalachuu goftaa keenya yesus kiristoos
Subday service
Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo United Arab Emirates
Gospel singer Efa Desisa
1 Qofatu Hafe
Ayyana dhalachuu gooftaakeenya,Yesus kiristoosiin ilaalchisee, Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo United Arab Emirates Amantoota hundumaaf,Sagantaa addaa qopheessiteetti. Hirmaatuu,eebbichaata'aa. ⭐⭐⭐
January 7
Ayyana dhalachuu gooftaakeenya,Yesus kiristoosiin ilaalchisee, Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo United Arab Emirates Amantoota hundumaaf,Sagantaa addaa qopheessiteetti. Hirmaatuu,eebbichaata'aa. ⭐⭐⭐
January 7
Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo United Arab Emirates
Baga Dhalachuu Gooftaa Keenya Fayisaa Keenya Yesuus Kiristoosiin Isin gahe!
Ayyaana waggaa Sababeeffachuudhaan sagantaa adda Qophaa'e
Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo United Arab Emirates
Sunday service
“Waaqayyotti gammachuu qabaadhu! Inni immoo kadhata garaa kee siif in kenna.”
— Far. 37:4
Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo United Arab Emirates
Sunday service
Nagaan Waaqayyoo Isiniif haa baayyatu!
Sagantaa Ayyaana dhaloota Gooftaa keenyaa Yesuus KIRISTOOS Sababeeffachuun qophaa'e kana irratti Walii wajjiin waaqeffanna.
Isinis haala keessan mijeeffachuudhaan Guyyaa fi iddoo jedhame kanatti Wal agarra!
Eebbifamaa
Share Waliif Godhaa
“Inni ana in waammata, anis deebii nan kennaaf, yeroo rakkinaatti isaa wajjin nan jiraadha, achi keessaa isa nan baasa, ulfina akka inni argatus nan godha.”
— Far. 91:15
Sunday service
Gartuu farffana Waldaa Kana'aan Afaan Oromoo United Arab Emirates
Sunday service
Click here to claim your Sponsored Listing.
Videos (show all)
Category
Website
Address
Al Itihad
Sharjah
0000
Al Nhada Sharjah UAE
Sharjah, 110034
Crown Community Fellowship UAE is a spirit-filled, born again. We are made up of people from different cultures and backgrounds but united by our desire to know Jesus and make Him ...