Hakil Abr

lovely

29/06/2024

jechaan harmee kanan ibsuun dhabee gochaa dinumaa hanganaa gahuu kana arkuun namaa jibisisaa

29/06/2024

Haccee koo yomiyyuu onnee kenyaa keysaa barbaraan jirataa biyyeen sitti haa salphatuu 😭😭

29/06/2023
24/01/2023

An

12/04/2021

Ramadan mubarik

10/04/2021

As wr wb akkami nagaya lammii koo

08/12/2020

godhaa tana wal biraan gayaa!
✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️

(Namni Rabbiifii guyyaa boodaatti amane gaarii haa dubbatuu yokaa haa callisuu).
Hadiisa Rasuulaati(S.A.W)πŸ•‹

Hayyuu yokaa Aaqila Nama jachuun Nama
yeroo dubbatuufii yeroo callisu beekuudha.
πŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”ŠπŸ”Š

"Dubbatuu waggaa lamatti baratan, callisuu waggaa shantamatti baratan";

"Namni callisuu kee irraa humaa hin hubanee, dubbii keetirraahiis humaa hin baratu".

waan ilmi namaa hedduu itti hin sheenawne keessaa irra guddaan callisuudha.

Callisuun mallattoo wallaaluudhaa osoo hin taane mallattoo hayyummaati.
Callisuun hayyummadha,

Dubbi guddatuun Mallattoo Doofummaati.
yokiin mallattoo gowwummaati.

Ni'imaadha, Ulfina/Kabajaadha, Dawaadha, Haara galfiidha, Nagaya bahuudha,
Dubartii fii wallaalaa dhaaf faaya, satriidha

yeroo milkoofte callisuun ufitti amanuudha,
yeroo Aarte callisuun gootummaadha,
yeroo hujii irra jirtu callisuun qaroomina,
Yeroo Namni hamtuu sitti hojjate callisuun hayyummaadha,
yeroo si'arrabsan callisuun Injifannoodha, yeroo Namni sigorsu yokaa Nasiihaa siif yaade callisuun naamus qabaatuudha,
yeroo yaaddofte u callisuun obsa qabaachuudha yokaa Rabbitti himatuudha.

tokkoof gaafiin akkana jattu dhiyaatte:
Irra jabaan waan Rabbiin Uumee maali?

Hayyuun akkan jadhe: Gaara.πŸ”οΈβ›°οΈπŸ”οΈβ›°οΈπŸ”οΈ
Gaafataan akkana jadheen: kan gaara irra jabaadhaa hoo?
Hayyuunis akkana jadhe: Sibiila.🚜

Gaafataan akkana jadhe: kan sibiila irra jabaa hoo?
Hayyuun akkana jadheen: Qilleensa.✈️πŸͺ‚

Gaafataan akkana jadheen: Kan qilleensa irra jabaa hoo?
Hayyuun akkana jadheenii deebiseef:
Callisuudha.

Callisuu dandayuun yokaa afaan kee qabatuu dandayuun waa cufa irra caala.πŸ’―

narraa fudhadhu.
πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡

Hin dubbatin yoo dubbiin tee callisuu caalte malee.
Yoo dubbachuun akka meetaa taate callisuun akka warqiidhaati.

Dubbii takka yeroo dubbatuu feete, itti yaadi
yoo keeyriin isii siif mullatte dubbadhu,
yoo siif hin mullatin ofirraa callisi.
Dubbatuun dura wantoota armaan gadii kan hubadhu!🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲
Maal akka dubbattu? Eenyutti akka dubbattu? akkamitti akka dubbattu? Maaliif akka dubbattu? Yoom akka dubbattu? Eessatti akka dubbattu;

Barreessaan Jamaal aliyyii abdullah

07/12/2020

πŸ‘‰Baay’een jibba

Gaaf walbaran wal tuffachuu
Har'a arganii wal dhungachuu !

Aduu dhiite wal beellamuu
Osoo hin hubatiin dheekkamuu !

Shakkii jaalalaa keessaa
Hacuuccaa ilma hiyyeessaa !

Huccuun nama madaaluu
Hatanii nama ilaaluu !

Daree keessatti muguu
Humna ofii ol dhuguu !

Jette jettee haasawuu
Dargaggummaan raata'uu !

Dargaggeessa gagamaa
Nyaata marqaa fi dhamaa !

πŸ‘‰Baay’een Jaalladha

Hirriba barii gubbaa
Gara laafettii durbaa

Kopheef kaalsii qullaa'aa
Dhugaatii diilallaa'aa !

Dadhabanii boqachuu
Waanta haaraa barachuu !

Mushurraa morma lamaa
Jaalala ilma namaa !

Haasawni dubbii qolaa
Hundarra natti tola !

Zamano Mix

19/11/2020

Galamsoo wood diramaa aja.ibaa

19/11/2020

Sirba afaan somale

14/11/2020

Refeen bekkuu namani alagaan dhanee jadhee

14/11/2020

Baliyake manyawee abbaa kolfaa sher godhaa

13/11/2020

Akkasii kunoo lal dawaan isaa zifxii kanaa

04/11/2020

Natti cimachuu hin olee mee dhageyfadhaa hundafuu

30/10/2020

Haccee koo yomoyyuu onnee koo keysaa jiraa,😭

29/10/2020

GORSA JIRUTTII SIRRITTI DUBBISI HUBADHUU!!!
# Namata'uu barbaaddee....
1,jechaa obsaan dabarsii
2,beela koflaan dabarsii
3,rakkoo taphaan dabarsii
4,yeroo hojiin dabarsii
5,akka nama ta'uuf osoo hin taanee of ta'uuf hojjadhu jiraadhu.
6,amma bakka kaayyoo kee gessuuttii jalallee hin barbaadin
7,hiriyaa hin baayyisin sababni isaa hiriyaan yoo baayatee nyaattuu yeroottii
8,yaada hin baayyisin sababni isaa yaadni nyaattuu sammuttii
9,yeroo dadhabduttii xiqqoo boqodhu.
10,kaayyoo keef akka goonda ta'ii.
11,jabaadhu obsi kaayyoo kee galmaan gahi.
12,du'aa booda jireenyi akka jiruu yaadadhuu!!!
13,nama namummaa tahuu isaaf kabajii.

19/07/2020

Salphinii kanaa callee ni jiraa natii fakkatuu

19/07/2020

Ati dunee onnee Oromotaa keysaa jirta😭😭

18/07/2020

Dhamsaa kanaa dhageyfatuu malee biraa darbiin

25/06/2020

Oltanii oro too

13/06/2020

Namani mudanoo qabnee hin jiruu
Mee dhageyfadhaa

Want your establishment to be the top-listed Arts & Entertainment in Rajshahi Division?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Deder ESAT Hererge
Rajshahi Division
Other Arts & Entertainment in Rajshahi Division (show all)
golu Raj golu Raj
Rajshahi Division

9205129554

Rahul Gupta Rahul Gupta
Rajshahi Division

S Bewafa Typist S Bewafa Typist
Bajauar
Rajshahi Division

π•Žπ•™π•’π•₯𝕀𝔸𝕑𝕑...03062562472

Abib decoração Abib decoração
Rajshahi Division

Ahidz Hidayat Ahidz Hidayat
Rajshahi Division

bengkel las

Faijan ansari Faijan ansari
Rajshahi Division

Cdbjksd Cdbjksd
Rajshahi Division

Ψ§Ψ³Ω„Ψ§Ω… ΨΉΩ„ΫŒΪ©Ω… ΩˆΨ±Ψ­Ω…Ψͺہ اللہ Ψ§Ω†ΩΉΨ±ΩΉΫŒΩ†Ω…Ω†ΩΉ Ϊ©Ϋ’ Ω„ΫŒΫ’ یہ Ψ¨Ω†Ψ§ΫŒΨ§ ہے Ψ§ΩΎ Ψ³Ψ¨ کی سپورٹ کی آرورΨͺ ہے Ψ§Ω…ΫŒΨ― ہے Ψ’ΩΎ Ω„ΩˆΪ― آرور

Chatpati khabar-24 Chatpati khabar-24
Rajshahi Division

Chatpatikhabar-24 where you get information related to Bollywood & TV industries, upcoming movies.

Sallu film Sallu film
Rajshahi Division

hello may friend please follow mi 5k

IGOtic-AFRicaN IGOtic-AFRicaN
Rajshahi Division

EnTertAInMenT NewS Is HerE

Seit Berber Seit Berber
Rajshahi Division

Berber

Think Continentally Think Continentally
Rajshahi Division, 452001

Hey I'm Not Sure οΏ½