Ejansii BWHG A/Ciroo/Chiroo
Overheidsdiensten in de buurt
Lier
Langemark
Riemst
Morialmé
Mons
Andenne
Huy
Givry
Ath
Jemeppe 5190
Libramont
Rtvfced, Liège
Jemeppe 5190
Visé
Stoumont
Contactgegevens, kaart en routebeschrijving, contactformulier, openingstijden, diensten, beoordelingen, foto's, video's en aankondigingen van Ejansii BWHG A/Ciroo/Chiroo, Overheidsinstantie, Brugge.
Guyyaa 16/7/2014
Aanaa Ciroo
Aanaa Cirootti Koreen hoggansa Waldaya H G Qusannoofi Liqii Araddoota Aanicharraa Walitti dhufan ;akkaataa humni isaanii itti cimuufi haala Yuneenii Sadeen Waltaanee Irratti Mari'atan
Guyyaa 15/7/2014
Go/H/Lixaa Aanaa Cirootti Koreen Hogg.Waldaalee fayyadamtootaa magaalaa Ciroo keessatti argaman haala tasgabbii gabaa fi dhiheessii irratti mari'atan
Aanaa Ciroo Araddaa L/Guddotti Waldaa Qusannaa fi Liqii;
Aadaa qusannaa Cimaa isaan uummachaa jiranitti dabaluun liqii xiqqaa kennameefin miseensi jijjiiramaa fidaa jiru
Gurmaayun humna!
Waldaan Qusannoofi Liqii Ar/Sheek Aadam warship xiqqoo qusateefi Liqii Yuneenii irraa kennameefin miseensi waldichaa fayyadamaa tahaa jira
Oomisha gara Waldaalee Hojii Gamtaatiin gabaatti dhiheeffachuu faaydaan isaa hedduudha;
Dallaalaafi faddaali hin jiru
Waliin dhahuufi mizaanaa balleessuun hin jiru;
Salafaan gurguruun hin jiru:
Bu'aan britta oomisha irraa arkamu kan qonnaan bulaati,deebi'ee waldichaaf/miseensa waldichaaf qoodama;
Yeroo Oomishni hin jirrees waldaan deebisee gatii sirriin q/bulaaf dhiheessa
8/04/2014
"WHG Guddina Hawaas-Dinagdee Waaraaf"
Guyyaan Waldaa Hojii Gamtaa har'a Sadarkaa Oromiyaatti kabajamaa jira.Guyyaa kun yeroo sadaffaatiif Dhaaddannoo 'Waldaaleen Hojii Gamtaa Guddina Hawaas disagree Waara'af" jedhuun qopheessummaa Baankii H/Gamtaa Oromiyaatiin Galma Abbaa Gadaatti Kabajamaa jira
Ejansiin BWHG Aanaa Ciroo ogeeyyii mana m/hojichaa bobbaa irra turan gamaggamaa jira.Gamaggama kanarrattiis hojiilee Araddoota 15 keessatti hojjatamaa turan hanqinaafi Cimina isaa kan adda baasufi kallattii fuulduraa kan kaa'udha
Keessoo waldaalee humnaan Cimsuu,humna gurmeessuun ,kallattii hedduun fayyadamummaa mirkaneessuun nidanda'ama
"Waldaalee Hojii Gamtaa Keenya Cimsuun fayyadamummaa hawaasa Keenyaa cimsuufi guddina itti fufiinsa qabu mirkaneessuuf,oomishini gabaa gaarii arkatee tasgabbii gabaa uuma
"If you want to go fast go alone;If you want to far go together"
K.louis
Klik hier om uitgelicht te worden.
Type
Website
Adres
Brugge
Koning Leopold III-laan 41
Brugge, 8200
Ontdek hier de leukste activiteiten 👀 en weetjes over … de tofste provincie van het land! ❤️
Burg 3
Brugge, 8000
Het Algemeen Secretariaat van de gouverneur van West-Vlaanderen ondersteunt de gouverneur in zijn rol als vertegenwoordiger van de federale, de Vlaamse en de provinciale overheid i...
Ruddershove 4
Brugge, 8000
De Welzijnsvereniging SVK Brugge huurt woningen van particulieren en verhuurt ze vervolgens door aan
Pathoekeweg 9 B11
Brugge, 8000
Ons doel is mensen op een duurzame manier kansen bieden op zinvol werk.
Brugge, 8000
Flavourite Bruges - onderwijs, ondernemers, foodies en restaurateurs voor een lokale gastronomie.
Markt 3
Brugge, 8000
Erfgoedpand, huis van de West-Vlaming en een unieke vergader- en eventlocatie. Kom het ontdekken!
Ruddershove 4
Brugge, 8000
Zorginnovatie is een kans om waarde te creëren. De "zorg+" van Mintus creëert werk-, leef- en wo
Baron Ruzettelaan 435
Brugge, 8310
De regionale werking ondersteunend personeel werkt met én voor de vele collega's in het Katholiek o
Frank Van Ackerpromenade 2
Brugge, 8000
Knooppunt voor circulaire economie in de Brugse regio