Bontu Tola

Bontu  Tola

You may also like

damsa_rabari.007
damsa_rabari.007

waqayyoo Biyyaa keenyaafi naga keenii
harkaa arara kee iraati.debisii ����

21/05/2023
19/10/2021

👏👏👏👏

16/10/2021

👏👏👏👏👏

15/10/2021

Isayasi 43:1

13/10/2021

Ameen ameen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏

20/08/2021

😀😀😀😀😃😃😃👇👇👇👇

Photos from Arara Tv World Wide's post 28/06/2021
18/06/2021

Ulfadhuu yesusi koo

06/06/2021

Har’a ganama utuun kadhachaa jiruu; oduu gaddaa, karaa sab-quunnamtii hawaasaarra dhaga’aanii naaf bibiluun; Raajii ani baay’ee jaalladhuu, kabaju, kanan ani akka abbaatti ilaalu, kan guddina tajaajila kootiifis karaafi fakkenyyaa naaf ta’an Raajii Jooshuaan gara mana isaanii isa gara bara baraatti adeemuusaanii yommuu natti himan baay’een gadde. Kun isaaniif boqonnaadha; nama as jiruuf garuu caba lapheeti.
Wanti hundinuu yeroo qaba, wanti bantii waaqaa jala jiru hundinuu yeroo qaba; dhalachuun yeroo qaba, du'uunis yeroo qaba. Gooftaan wanta hundumaa yeroo isaatti raawwata.
Far. 116:15 “Warri isaaf qulqullaa'an du'uun, ija Waaqayyoo duratti ulfaataa dha.”
Baay’ee kan isin jaalladhu፡ wal’aansoo amantii isa gaarii sana cimistanii qabattaniittu, waamicha waamamtaniinis jireenya bara baraa harkatti galfattaniittu, dhuga baatota baay’ee birattis maqaa gaarii qabdu. Jireenya keessaniin, karoora keessaniin, jaalalaafi obsa keessaniin, lubbuu haraa baay’ee mootummaa dukkanaa kessaa gara ifa Kiristoos isa dinqisiisaatti fiduun, saba baay’ee dhukkubaafi balaa addaddaatiin dhibaman furuun, deeggarsaa saba harka qalleeyyii ta’aniif gochuun… hojii baduufi haqamuu hindadeenye addunyaa kanarratti hojjechuun hojii Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos dhalootaaf dabarsitaniittu.
Dirree lola hafuuraa itti baatan hundumaatti mootanii Motummaa Waaqayyo babal’iftaniittu. Har’ayyuu mul’anni keessan, lolli hafuuraa isin eegaltan inni gaariin sun, babal’isuu mootummaa Waaqayyo isin hojjechaa turtan dhaloonni kun fakkenya keessan fudhachuun ittii fufsiisa. Isin dhabuun keenya laphee keenyatti dhaga’amuyyuu, yeroo booda fuula Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos duratti deebinee wal agarree barabaraan waliin akka jiraannu inamanna.
Waaqayyo Gooftaan Maatii keessan hundaaf, miseensa Waldaa SCOAN hundaaf, Jaallattotaafi hordoftoota “Emmanuel TV” hundaaf jajjabina akka kennu inkadhanna.
Raajii Masarat Taayee, Waldaa Kiristyaana Araara Waaqayyoo Addunyaarraa, Itiyoophiyaa.

ዛሬ ጠዋት እየጸለይኩ እያለ አንድ ሰው ከማህበራዊ ድረ ገለጾች አይቶ በጣም የምወዳቸዉ፣ የማከብራቸዉ፣ እንደ አባት የማያቸዉ እና ለአገልግሎቴ እድገት አርአያ የሁኑልኝ ነቢይ ጆሹዋ (TB Joshua) ወደ ዘላለማዊ ቤታቸዉ መሄዳቸዉን ሲነግረኝ፣ በጣም ደነገጥኩ፤ በጣም አዘንኩም።
ምንም እንኳን ይህ ለእሳቸዉ እረፍት ቢሆንም እዚህ ለምንኖር ግን ልብን የምሰብር። ይሁን ኢንጂ፣ ለሁሉም ነገር ጊዜ አለው፤ ከሰማይ በታች ለሚከናወነው ለማንኛውም ነገር ወቅት አለው፤ ለመወለድ ጊዜ አለው፤ ለመሞትም ጊዜ አለው፤
እግዚአብሔር ሁሉንም ነገር በጊዜው ያደርጋል።
“የቅዱሳኑ ሞት፣ በእግዚአብሔር ፊት የተከበረ ነው።” (መዝሙር 116:15)
በጣም ለምወዶት፦ መልካሙን የእምነት ገድል ተጋደልዋል፣ የተጠሩበትን የዘላለም ሕይወት አጥብቀዉ ይዘዋል፣ በብዙ ምስክሮች ፊትም መልካም ስም አሎት። በአኗኗርዎ፣ በአላማዎ፣ በእምነትዎ፣ በፍቅርና በትዕግስትዎ ብዙ ነፍሳትን ከጨለማ መንግስት ወደ ክርስቶስ ብርሃን በማምጣት እና በበሽታና በልዩ ልዩ አደጋ ችግር ዉስጥ ያሉትን በመፈወስ፣ ብዙ ነዳያንን (ምስኪኖችን) በመርዳት እና በሁሉም አገልግሎት ውስጥ በታማኝነት በማገልገል ሊሰረዙና ሊጠፉ የማይችሉ ስራዎችን በዚህ አለም ላእ ሰርተዉ የጌታችን የኢየሱስ ክርስቶስን ስራ ለትዉልድ አስተላልፈዋል።
በተሳተፉበት የመንፈሳዊ ዉጊያ ሁሉ አሸንፈዉ የእግዚአብሔርን መንግስት አስፋፍተዉ የእግዚአብሔር ወታደራዊ ጄኔራል ሆነዋል። ዛሬም ራዕይዎ፣ የጀመሩት መልካሙ የመንፈሳዊ ዉጊያ፣ ሲሰሩ የነበሩት የእግዚአብሔር መንግስትን ማስፋፋት ይህ ትዉልድ ምሳሌነትዎን ወስዶ ያስቀጥላል። እርስዎን በማጣታችን ዛሬ በልባችን ቢያሰምመንም፤ ከጊዜ በኋላ በጌታችን ፊት ተገናንተን የዘላለም አብረን እንደምንኖር እናምናለን።
ቤተሰቦችዎን በሙሉ፣ SCOAN አባላትን በሙሉ፣ “Emmanuel TV” ተከታታዮችን በሙሉ እና በዓለም ዙሪያ ያሉ አማኞችን በሙሉ ሁሉን ቻይ አምላክ እንዲያጽናና እንጸልያለን።
ከነቢይ መሠረት ታዬ፣ አራራ ዋቃዮ አዱኛ ቤተክርስቲያን፣ ኢትዮጵያ።

Today morning as I was praying, when somebody saw from social media and told me the news that prophet; I love so much, respect, and consider as my father and a role model for the growth of my ministry; prophet TB Joshua went to his eternal home, I was shocked and felt sad.
Though this is rest for him, it is heartbreaking for the one living here. But “to everything, there is a season, and a time to every purpose under the heaven” A time to be born, and a time to die;
God does everything at his time.
Precious in the sight of the LORD is the death of his saints.” Ps 116:15 (AKJV)
My dearest, You Fought that good fight of faith, laid hold on eternal life, unto which you ware also called, and had professed a good profession before many witnesses. You have shown to us the real doctrine of Jesus Christ in your manner of life, purpose, faith, love, and patience, delivering many souls from the kingdom of darkness to the light of Christ, and recovering the health of many who were affected by different diseases and accidents, helping many neediest and serving faithfully in all your ministries and set unignored or un erased deeds. Still, you are worthy to be a role model, for you were God’s mighty General, you have concurred many battles for Christ; yet the battle, your vision, legacy, and the work of the Kingdome of God last forever! Though we feel the pain to miss you, we believe that we Will together forever after a while.
May almighty God comfort all your family, members of SCOAN, followers of Emmanuel TV, and believers all over the world.
Prophet Meseret Taye, From Global Mercy of God International Church, Ethiopia.

25/05/2021

Kkkkkk 😁😁😁😁😁😁😁😁

21/05/2021

Melake 😍😍😍

14/05/2021

Haleluyaa anoo hin banee jiraa

08/05/2021

🤲🤲🤲🤲🤲🤲

03/05/2021

🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

27/04/2021

Namini waqayoo gargaree hagalatefatuu

22/04/2021

Uuffii farfana kanati akka ebifamtani abdi qaba

19/04/2021

Kkkkk dhugaa jirtuu kanuma ijoollee nufii jiradha hamma isin iraa haqabuu

03/04/2021

🇧🇭🇧🇭😁😁😁😁

Want your school to be the top-listed School/college in Manama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

👏👏👏👏
👏👏👏👏👏
😀😀😀😀😃😃😃👇👇👇👇
Ulfadhuu yesusi koo
Kkkkkk 😁😁😁😁😁😁😁😁
Melake 😍😍😍
Haleluyaa anoo hin banee jiraa
🤲🤲🤲🤲🤲🤲
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

Telephone

Website

Address

Manama
Other Colleges & Universities in Manama (show all)
The Kingdom University The Kingdom University
1st Floor, Bldg. 106, Road 20, Block 331
Manama, POBOX:40434,KINGDOMOF

M.Rahmat Ullah-“Rasel” M.Rahmat Ullah-“Rasel”
Manama

Officials Blog

Singhania University, Bahrain Singhania University, Bahrain
American Global Consulting , Almoyyad Tower, Office 2832, Block 428, Al Seef District
Manama

Singhania University is an accredited University, established by the Government of Rajasthan, under ordinance 6 of 2007. It is a UGC recognised university as per Sec.2f of the UGC ...

Nimona Adugna Tola Nimona Adugna Tola
North Shawa
Manama

North shawa

Euro University of Bahrain Euro University of Bahrain
Al Hedaya Plaza, Second Floor, 57 Government Avenue
Manama

Welcome to Euro University of Bahrain. If the learning process is a journey, EUB offers you the best start. An EUB education will help sharpen your skills to meet the demands of tr...

Happily Levi's Happily Levi's
Gudaibiya
Manama

Gonder  page Gonder page
Yes
Manama

Adise abeba

MD Rubel jhu MD Rubel jhu
Manama

الجامعة العربية للتعليم العالي الجامعة العربية للتعليم العالي
UCLA Center For Prehospital Care
Manama, 90024

الجامعة العربية للتعليم العالي تهدف لنشر العلم و الثقا

ACEC - Bahrain ACEC - Bahrain
Bulding 280, Road 5616, Area 356, Flat 21. Salmaniya Pearl
Manama

The American Cultural & Educational Center has been teaching American English to students in Bahrain