Black

Black

Você pode gostar

Arnisa Xhafa87064
Arnisa Xhafa87064

tiktok.com/@dinaaoll2 Soba dubatuf jedhe Haqa hin Dhoksuu

03/12/2023

Sakawaattaa busii

27/11/2023

Yaa Tan Nuuddeessee Umarii keee Gamadii

27/11/2023

Ya Rabbii umrii naf dheresii

20/11/2023

SEEKKOO OROMOO - Accountant - Oromia Media Network | LinkedIn

et.linkedin.com

16/10/2023

مرحبا

SEEKKOO OROMO 🇦🇪 - YouTube 22/08/2023

https://www.youtube.com/.comeyoutube

SEEKKOO OROMO 🇦🇪 - YouTube Bagaya nagayan dhuftan kara YouTube Seko oro channelWell come You Tube Seko Oro

Maaliif Karoorri Nu Harkaa Fashala? Farhiyaa Aadam 2023 20/08/2023

Maaliif Karoorii Nu Harka Faashala

Maaliif Karoorri Nu Harkaa Fashala? Farhiyaa Aadam 2023 Nuti hundi yaadaa muraada hawwiin eeggannu qabna. Haajaa teenya akka nuuf guutuuf Rabbii guddaa kadhachutti jirra. Wanti niyyanne akka nuuf guutamtu abdii gu...

19/08/2023

Ajajaan olaanaa Waraana Bilisummaa Oromoo Marroo Dirribaa Waraanni Bilisummaa Oromoo hidhannoo meeshaa qofa osoo hin taane hidhannoo sammuus hidhatee beekkuumsa siyaasaatiin qaramaa jira jedhan.

Ajajaan olaanaan waraanichaa Marroo Dirribaa kana kan jedhan sirna cufiinsa barnoota gahumsa hooggansa siyaasaa fi waraanaa zoonii lixaa irratti.

Waraanni Bilisummaa Oromoo kan mirga hiree murteefannaa ummata Oromoo mirkaneessuuf mootummaa Itoophiyaa wajjiin walwaraanaa jiru loltoota kaayyoo qabsoo sabichaa tarkaanfachiisan hidhannoo waraanaa fi sammuutiin leenjisaa jira.

Tibbana mooraalee leenjii dirree lixaa, bahaa fi giddugaleessatti humnoonni waraanaa haaraan hidhannoo waraanaa fi beekkumsa siyaasaatiin leenji’aa turan eebbifamanii jiru.

Eebbifamtoonni mooraa leenjii Waraana Bilisummaa Oromoo keessa bahanis dirqama qabsootiif bobbaafamuu qondaalonni waraanichaa ibsaa turani jiru.

Qondaalonni Waraana Bilisummaa Oromoo dirree lixaa sirna cufiinsa barnoota gahumsa siyaasaa fi waraanaa irratti haasaa taasisaniin, mooraa qabsoo Oromoo keessatti qondaalota afaan qawweetiin qabsaa’an qofa osoo hin taane, qabsaa’ota hidhannoo sammuutiin qabsaa’an oomishaa jirra jedhan.

Qondaalota Waraana Bilisummaa Oromoo dirree lixaa keessa Eebbisaa namni jedhamu haasaa taasiseen “kaayyoo qabsoo Oromoo galmaan gahuuf barnoonni hidhannoo sammuu fi barnoonni qondaalummaa mooraa qabsoo Oromoo sirritti barbaachisaa jedhe.

Ajajaan olaanaa Waraana Bilisummaa Oromoo Marroo Dirribaa Lammeessaa gama isaaniitiin yaada sirna cufiinsa barnoota gahumsa siyaasaa fi waraanaa kana irratti kennaniin, “qawwee dhukaasuun cinatti hidhannoo sammuu qabaachuun barbaachisaa waan ta’eef, Waraana Bilisummaa Oromoo kanaaf gahoomsaa jirra” jedhan.

Waraanni Bilisummaa Oromoo beekumsa siyaasaa fi waraanaa Oromoo, Oromummaa fi Oromiyaaf ta’u barataa jira kan jedhan ajajaan olaanaan Waraana Bilisummaa Oromoo Marroo Dirribaa hireewwan injifannoo sababa adda addaatiin kana dura nu harkaa bahan akka hin uumamneef hidhannoo sammuu barbaachisaadha jedhan.

Waraana qawween hin jilbiifachiifnee fi beekumsa siyaasaan gahoomee horataa jiraachuu himan.

Waraanni Bilisummaa Oromoo beekkumsa siyaasaan gahoomuu qaba kan jedhan ajajaan olaanaa waraanichaa, humna waraanaa sababa qabsaa'aa jiruuf beekuu fi kaayyoo qabsoo sabaa eeguu uumaa jirra jedhan.

"Rakkoon Oromoo rakkoo dhoksanii bira darbani miti, nuti dhaloota rakkoo sanaaf furmaata barbaaduudha, dhaloota har'aa kana dhaloota kaleessa birmadummaa fi walabummaa qabu sanatti deebisuu barbaanna" jechuun Marroo Dirribaa Kaayyoo qabsoo waraanichaa ibsaniiti jiru.

Waraanni Bilisummaa Oromoo imala qabsoo jalqabe fiixaan baasuuf qabsicha jabeesse akka fufu waltajjii kana irratti kan dhaamame yoo ta’u, qabsaa’ota qabsoo irratti wareegamaniifis yaadannoon sammuu taasifamee jira.

21/07/2023

Yohana

Photos from Black's post 14/07/2023

Ajaiba ee

14/07/2023
14/07/2023

Follow back

www.facebook.com

23/06/2023

Hello

22/01/2023

Da'oo dhala namaa biyya haroowwanii

Iddoon walfalmisiisaa ta'e kun Kibba Botiswaanaa laga Zaambeesiitti argama.

Qorattoonni akka jedhanitti maatiin dhala namaa amma addunyaarra jiruu naannwa haroo guddicha Afriikaa 'Makgadikgadi' jiraachaa turan.

''Bakkichi baay'ee bal'aa ture. Bakka qabbanaa'aa fi jiidhaa ture. Bakka lalisaa kan tureedha. Dhala namaa fi bineensotaaf akkasumallee lubbu qabeeyyii maraaf iddoo mijataa ture.'' jedhan Pirofeesar Hayes.

Erga waggaa 70,000 addana jiraatanii asii socho'uu eegalan.

Haalli qilleensaa wayita jijjiiramuu eegalu uummanni godaanuu eegale, godaansi kun waggoota 110,000 fi 130,000 dura akka turetu himama.

21/01/2023

Saayintistoonni qorannoo gaggeessaa turan maddi hortee dhala namaa addunyaa kanaa Kibba baha Botiswaanaa naannawa laga Zaambeezii ta'uu akka hin hafne faana dhahaniiru.

Bakki amma qullaatti hafee jiru kun duraan haroodhaan kan uwwifame ture, waggoota 200,000 dura dhalli namaa as jiraachaa ture.

Horteen dhla namaa yeroo ammaa addunyaa jiruu waggoota 70,000f bakka kana jiraachaa turan, boodarra garuu wayita haalli qilleensaa jijjiiramu asii dhabamuu eegalan jedhu qorattoonni.

Sanyiin dhala namaa haaraan Filippiinsitti argame

Hambaan dhala namaa umrii miiliyoona 3.8 Affaaritti argame

Hambaan dhala namaa umrii miiliyoona 3.8 Affaaritti argame

Suuta suuta dhalli namaa qaawwa argateen gara biraa godaanuu eegale, kunimmoo godaansa Afriikaan alaaf karaa saaqeera.

''Horteen dhala namaa qaama har'a dhalli namaa qabu uffate waggaa 200,000 dura Afriikaa keessa jiraachaa akka ture ifadha'' jedhan Awustiraaliyaa Dhaabbata Barnootaa Fayyaa Garvan jedhamu keessatti qorataa sanyii dhala namaa kan ta'an Pirofeesar Vanessa Hayes.

''Wanti falmisiisaa ture horteen dhala namaa jalqabaa kun bakka kam jiraataa ture, eessarraa ka'ee damee babal'ifachuu eegale kan jedhuudha''

Bu'aan qorannoo Pirofeesar Hayes qorattoota biroo keessatti shakkii uumeera.

18/01/2023

Faaris Kadiir jedhama. lallabaa Amantaa Peenxeeti. Yeroo dheeraaf Nabi Muhammadiin arrabsuu fi Amantii islaamaan qoosuun beekkama.
Guyyaa har'aa RABBIIN girdoo haqarraa ija isaa haguuge irraa saaquun gara Amantii Anbiyootaa tan isii malee amantiin haqaa hin jirre fidee jira.

Rabbiin hirpha isaa islaamummaarra gadi haa dhaabu. Gidirsaa fi rakkoo hunda jalaa isa haa baafatu.

Obboleessa Keenya Faaris Baga Onneen kee dhugaa dhuge,baga sammuun kee haqa arge,Baga ulfina Nabi Muhammad RABBIIN si garsiise.
صلوات ربي وسلامه عليه

Obboleewwan keenya kanneen gama haqaatti isa yaamuuf isaan wal falmaa turtan,keessattuu Jabaa keenya Obboleessa Qaalii Daa'ii qacalee Ustaaz Hamza Taklu Dadhabbii keessan RABBIIN isinirraa haa jaalatu.

Sheikh Anwaarii fi Obboloota Sirna Shahaadaa irratti argamuun hojii RABBIIN biratti sadarkaa ol aanaa qabu dalageefis mindaa hojii kanaan malu RABBIIN isiniif haa kennu jenna.

14/01/2023

Qohii Qohii Xoqo Salawata Busii Ergama Rabii nabii mohamad iratii

12/01/2023

Yero joluma

12/01/2023

Lahilah Ha ilah

Seko3 on TikTok 08/01/2023

Seko3 on TikTok with Show ❤️💚❤️🇪🇹 ❤🤴💍 🇪🇹❤🔥yene

16/12/2022

Ya Rabii Aka kiya hin Laliin Ya Gara Lafesa kiya Atuman Na dirmadhu

Quer que seu negócio seja a primeira Restaurante em Blumenau?
Clique aqui para requerer seu anúncio patrocinado.

Vídeos (mostrar tudo)

#duet #Oromo #somethingnew

Telefone

Endereço


Blumenau, SC
Outra restaurantes em Blumenau (mostrar tudo)
The Basement English Pub The Basement English Pub
Rua Paul Hering, 35/Ao Lado Do Hotel Ibis, Subsolo
Blumenau, 89010-050

Autêntico gastropub Inglês! Instalado no Centro de Blumenau, em um porão com mais de 100 anos de idade. Com paredes rústicas em pedra, é decorado com madeira e sofás em couro. Gra...

Marzuk Shawarma Marzuk Shawarma
General Osorio
Blumenau

MARZUK SHAWARMA UMA COMBINAÇÃO DE SENSAÇÕES E SABOR.

Grappa Wine Bar Grappa Wine Bar
R. Fernando De Souza E Silva, 1330/Itoupava Norte
Blumenau, 89052-475

briocafebnu briocafebnu
Blumenau, 89070010

Rua Capitão Euclides de Castro 43 (Calçadão) Horário de atendimento Segunda a sexta das 8hs às 20hs Sábado das 8hs as 13hs

Rope's Café - Cafeteria e Padaria Rope's Café - Cafeteria e Padaria
Rua Guilherme Poerner, 1175
Blumenau, 89032300

Empório Coruja's Empório Coruja's
Rua Amazonas, 1141
Blumenau, 89020001

Procurando um lugar animado para curtir com os amigos? Conheça o Empório Coruja's! Você vai adorar!

Hot-Dog do Chef Hot-Dog do Chef
Blumenau, 89020-000

Aberto de segunda a sábado...Apartir das 19hrs.

Minimix Express Neumarkt Minimix Express Neumarkt
Rua 7 De Setembro, 1213
Blumenau, 89010911

Supremo Sabor Gaúcho Supremo Sabor Gaúcho
Rua Paula Voigt
Blumenau, 89066-311

Smash Mania Smash Mania
Rua Paris 259, Itoupava Norte
Blumenau

Garagem burguer ♥️

Rech Delivery Rech Delivery
Rua Gustavo Zimmermann, 4585
Blumenau, 89063001

Caixa Preta Burger Caixa Preta Burger
Blumenau, 89057224

https://caixapreta.goomer.app/