Videos by WBO Qeerroo Media in Edmonton. #WboQeerrooMedia
#Share Dhaloota akkanaa of-duubatti yommuun ilaalu abdii guddaan argadha. Sanyiin nuti facaasne biqilee ija godhachaa jiraachuutu natti mul’ata.
Singitan Taammiraat jedhama. Umriinsaa reefuu waggaa 8. Walaloo ani Yaadannoo Hachalu Hundessa nun jedha Da'im kun barreesse akkaataa inni itti dubbisu daawwadhaa!
Guddadhu jedhaa👏👏
Walaloo ani Yaadannoo Hachalu Hundessa nun jedha Da'im kun
#Share Dhaloota akkanaa of-duubatti yommuun ilaalu abdii guddaan argadha. Sanyiin nuti facaasne biqilee ija godhachaa jiraachuutu natti mul’ata.
Singitan Taammiraat jedhama. Umriinsaa reefuu waggaa 8. Walaloo ani Yaadannoo Hachalu Hundessa nun jedha Da'im kun barreesse akkaataa inni itti dubbisu daawwadhaa!
Guddadhu jedhaa👏👏
#share Jaal Marroo BBC Afaan Oromoo irratti waantota ifa godhe keessaa : Waliigaltee jajjabeen fi Tplf irratti : "Qabsoon Oromoo Tplf irratti hirkatee hin beeku, fuula durattis hin hirkatu. Isaan marii eegalan jennee waanti duuba deebinuf tokko hin jiru ; har'as kallattii heddun (Amboo,.......) waraana irra oolle. Tplf fi jajjabeen gidduu waliigaltee waraanaatu ture, inni ammas addan hin cinne. BBC - jajjabeen namoota nagaa ajjee-sa jedhama.. "Namoota nagaa ajjeesina taanan maaliif qabsoofnaree ? Kun kaayyoo waraana keenya miti, raawwachaas hin jirru" Dhimma Marii biyyooleessaa irratti hirmaachuu : "Ammatti waanti qabatamaa hin jiru add follow goodha tolle
#share Sirna eebba waraana haaraa jajjabee Oromiyaa keessatti bakka tokko tokkotti. Baga ittiin si gahe congratulations WBO Qeerroo Media add follow goodha tolle
Hawwii Qaananii Intalaa Goota Teenyaa ilfinesh
Hawwii Qaananii Intalaa Goota Teenyaa ilfinesh Qaanno By adammisoma add follow Goodha Tolle
Dr Awwall Mal Jedha Itti Dhihadha Could there have been a deal of some sort behind the smooth and orderly withdrawal of TDF forces?
Could there have been a deal of some sort behind the smooth and orderly withdrawal of TDF forces ?
What does the deepening crackdown against civilians, including journalists, tell us about the nature of the Ethiopian state and those on power? I discuss these issues with Peter on the SABC's The Globe OQM: OromiaQeerroomedia Adammisoma.24
Haasaa Ajajaa Ol'aanaa ABO-WBO Jaal Marroo
#Share Haasaa Ajajaa Ol'aanaa ABO-WBO Jaal Marroo Dirribaa
Share Godhaa Follow
OQM: OromiaQeerroomedia @ademmisoma.24