Abban biyaa oromodha

Abban biyaa oromodha

21/09/2021

QBO KEESSATTI GANTUMMAAF SABABAAN HIN JIRU

Adeemsa qabsoo kan bu’aa-bahiin guutame keessatti namni hifatuun,mufatuun fi sobamuun dirree qabsoo lakkisee diinatti galuun irra deddeebiin mudateera.Kun kan dhaabbatu gaafa qabsichi xumuramu duwwaa taha. Goollichi Dheengee kan Ajajaa WBO Zoonii Kibbaa Oromiyaa ture ganee diinatti galeera.Gochaa isaa kanaanis kabajaa fi jaalala qabsaawotaa fi ummatni Oromoo qabaniin of irraa mulqee seenaa isaa xureesseera. Gantummaaf tasumaa sababaan jiraachuu hin danda’u.Adeemsa qabsoo keessatti rakkoon bifa adda addaa mudachuu akka dandahu beekamaa dha.Namni dhugaan qabsoof gadi bahe rakkoolee mudatan dhaaba keessatti ilaa-fi-ilaameen fixachuuf obsaa fi bilchina qabaachuu qaba.

Qabsaawaan kaayyotti amanu seeraa fi heera dhaabaatti amanuu fi buluu qaba. Seeraa fi heera Dhaabaa hordofnaan rakkoon furmaata hin qabne hin jiraatu. Maqaa “Nutu siif yaadaa fi sitti aanaa”tiin fira fakkaatanii qilee kanatti kanneen oofan bitamtootaa fi ergamtootni nyaaphaa harka keessaa qabaachuun beekkamaadha. Jarreen kanatti isa dhiiban gaafatama seeraa fi seenaa jalaa hin bahan. Yoomiyyuu aangoo xixinnoo fi dantaa mataa bubuutuun bitamanii gochaa sabaaf hin tolle irratti kanneen bobbahan qaana’uu fi salphachuuf jiraatu.

Adda bilisummaa Oromoo keessatti hoggana irraa haamma miseensootaatti, deegagrtoota irraa hammaa sabboontootaatti qabsoo bilisummaa fi kaayoo ABOtti cichuun wareegama sadarkaa olaanaa kafalaa kaayyoo kana asiin gahan. Goochaa gantootaan utuu qalbiin keenya hin butamin, miseensoonni ABO caasaa mara keessa jirtan, Waraanni Bilisummaa Oromoo dirree keessatti aarsaa kafalaa jirtanii fi Qeerroo Bilisummaa Oromoo akeekaa fi kaayyoo kana milkeessuuf tiokkummaa jaarmaya ABO jabeessuu fi mooraa QBO tiiksuuf cichoominaan akka hojjanuuf yaamicha gochaa ummanni Oromoos gantootaa
fi ayyan-laallatoota irraa of eeggannoo akka gootan dhaammanna.

Injifatnoo Ummata Oromoof!

Fuulbaana 20,2021

Hoggana ABO Biyya Alaa

19/05/2021

Waraanni Humna addaa Oromiyaa hedduun Ummata Oromootti dhukaasuu irraa ofitti dhukaasuu wayyaa jechuun Mootummaa gabroomfataa biyya bulchaa jiru mormuun gara mooraa Qabsoo oromootti makaman!

kun waan jajjabeeffamuu qabuu dha.warri hafees kana irraa akka baratu abdii guutuun qaba.

Injifanoon kan ummataa oromooti.!

Photos from Oromia Media Network's post 29/03/2021
01/03/2021

Xalayaa koree Qindeessituu kora sabaa ABO irraa kenname

22/02/2021

Daawwatoota keenya kabajamoo,
Turtii Artisti Umar Suleeymaan wajjin taasfine 10:00 Am (Minnesota), 11:00 Am (EST), akka biyyatti galgala sa'aatii 1:00 tti isinii dhiheessina. Akka hordoftan isin affeerra.

07/02/2021

Oromiyaarati abban barbadee dhufee anatuu isiniif bekka jechuu hin danda'u.kan hiree oromoof oromiyaa muree murteysuu oromoof oromoo qofaa ❤💚❤

28/12/2020

ergamtuun nafxenyaa ppn hasoytuu ajandaa nuf godhuu osoo guura itti godhuu banee gadheen kun osoo jaal maarroon du'ee ja'uu ifi isatif du'aa

28/11/2020
Photos from Abban biyaa oromodha's post 06/11/2020

FreeJuharMahamed

26/10/2020
06/10/2020

# # Free All Political Prisonrs

# # Stop killing Oromo

# # Stop Arbitrary Arrests

Want your university to be the top-listed University in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address

Adama
Other Colleges & Universities in Adama (show all)
Kaamil Abdulmanen kedir Kaamil Abdulmanen kedir
Ethiopia In Adama
Adama

Shanyii jarraa Abba gadaa Shanyii jarraa Abba gadaa
Adama

Irbuu jaallan wareegamani galman ni geenya warri kaayyoo bilisummaa Oromiyaa ti amanan qofaa ilaalat

Nimona nasiro page Nimona nasiro page
11
Adama, ADAMA

kan ijaree hin diiguu alaa dhufattuu diigaa ijaruun nuttii ulfattee diiguun nuttii salphatte kanaf k

AdiAfro AdiAfro
Adama

Alfa man Alfa man
Adama

Kemal Beker Kemal Beker
Chancho
Adama, KM

መንእሞ ይኽእሎ መንእሞ ይኽእሎ
Adama

to Get Information

Hararge media Hararge media
East
Adama, MA3401

oromo

Genius-land college Genius-land college
Adama

organization of the study Genius-Land College is established in 2008 E.C by enrolling 128 students as a private institution that shall effectively contribute to the modern educatio...

Bedaso  Sani G Bedaso Sani G
Adama
Adama