Daandii Haqaa

Daandii Haqaa

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Daandii Haqaa, College & University, Adama.

17/04/2023

you are tested by the lessons
you learn and you are
tested by the life
you live!

14/03/2023
01/03/2023

Mana Ijaaree Kabaa irra jira seetee?
Lakki! Mana dur ijaarrate waan loon nyaachisu dhabee citaa gubbarraa loon jalatti darbaa jira!

Kuni Boorana!
Hangaftichi Oromoo Akkana Tahe!

Bakka jirtanii RABBIIN kadhaaf.
Xiqqoo jettee hin tuffatin,Kennee dhabuun sanuu hin gahu waan ta'eef!

Gargaarsaaf:
Account:
1000441973717
Maqaa Nam-Sadiin
( Sa'ad Aliyyii,Ibsaa Hasan,M/Amiin Hasan)

19/02/2023

Ergamaan Allah S.A.W ilmi namaa hunduu walqixa hanga qarriffaa ilkaanis wal hin darban jedhan. Ergaaan rabbii S.A.W ilmi namaa sadarkaa imaanaatin yoo wal caale malee hundumtuu walqixa hiyyessas ta’e duressis allah biratti sadarkaa imaana qofaan wal caalu jedhu.

" Osoo kirkirri hin mudatin dura guyyoota muraasa dura mana kiraa keessaa Abbaan Manaa mallaqa ani hin dandeenye narratti dabaluun mana keessaa na baase,garuu Kirkirri ( Zilzaalli) Turkiyaa rukute manni inni caccabsee burkuteesse tokko kan isaati,innis har'a ana wajjiin wal qixxaa'ee bakka tokko teenyee carqii hidhannee waliin ibidda oowwifataa jirra " jedhe dargaggeessi biyya Turkiyaa yoo mudannoo isaa himu !!!

Asirraa maal baratta ?

19/02/2023

Fidaaka abii wa ummii
yaa rasuulallaah

Photos from Sheikh Amin Ibro's post 16/11/2022
10/10/2022

AS WR WB Jama'atul keyr

06/10/2022

As,,wr,,wb jama'atul keyr

29/09/2022

Ayiii jedhe haceen
innuu waa malee
akkas hin jenne!
Ayii itoophiyaa jedhan

Photos from Daandii Haqaa's post 21/09/2022

Muummee keenya kinoo anis qamadii kana gara biyya alatti exporte gochuun fedhaa isponsara naaf ta’a.

20/09/2022

Bakka gahuuf deemu beekuu baadhus bakkan ka'e nan beeka! Waan dabasuuf jiru beekuu baadhus waan dabarse nan beeka!

Yaarabbii umrii dheertuuf fayyaa obsa dabalatee naaf kenni amiiiiiin. Namni waa 3 qabu milkaye isaanis

1.Fayyaa
2.Obsa fi
3.Umrii dheertu dha.

15/08/2022

Guyyaan hunduu hara'adha!
Akkasuma carraa haara'a qabas.

14/08/2022

Akkuma guyyaan kalee darbe har'is ni darba!

24/07/2022

Hunduu obsaan dabarti.

Want your university to be the top-listed University in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address

Adama
Other Colleges & Universities in Adama (show all)
Kaamil Abdulmanen kedir Kaamil Abdulmanen kedir
Ethiopia In Adama
Adama

Shanyii jarraa Abba gadaa Shanyii jarraa Abba gadaa
Adama

Irbuu jaallan wareegamani galman ni geenya warri kaayyoo bilisummaa Oromiyaa ti amanan qofaa ilaalat

Nimona nasiro page Nimona nasiro page
11
Adama, ADAMA

kan ijaree hin diiguu alaa dhufattuu diigaa ijaruun nuttii ulfattee diiguun nuttii salphatte kanaf k

AdiAfro AdiAfro
Adama

Alfa man Alfa man
Adama

Kemal Beker Kemal Beker
Chancho
Adama, KM

መንእሞ ይኽእሎ መንእሞ ይኽእሎ
Adama

to Get Information

Abban biyaa oromodha Abban biyaa oromodha
Adama

Abban biyaa oromodha

Hararge media Hararge media
East
Adama, MA3401

oromo

Genius-land college Genius-land college
Adama

organization of the study Genius-Land College is established in 2008 E.C by enrolling 128 students as a private institution that shall effectively contribute to the modern educatio...