Qeerroo Ona Waayyuu

Oromiyaaf Oromoo amma jirtutti WBOn ni jirataa My country is Oromia ‼️❤️🟩❤️

29/09/2023

"Ijoollee Jajjabee Mataa tuutaa.....🔥
"Hin-yaadamuu Harka Micciiruunii..! 🙌

Caalaa Daggafaa Warra Galaan 🥰

25/09/2023

!

Uummanni darraa Loon kaleesaa faannoon uummata jalaa fudhatte dachaa godhee innis daangaa cehee Ooffatee galee

30/08/2023

{ }✊
Itti himan didduun du'a hin Diddu jedhama mitiree...
Kaabinooti adaamaa aanaa torban Oboo Ganda adulaalaati warra kaleessa butamteedha jarri tun...
Jarri tun warra afaan ishee alba'eedha...yeroo hunda waltajjii yoo teessu jechi shanee jedhu afaani isaanitii hin bu'u...kunoo halkan itti seenee dhaddacha murtiitti dhiheessee Jira leencichi.
Warri hafte yoo irraa barattee of hin baraarin gatii keessan argachuuf deemtu

Jarri lameen Kun Nagguu dameefi Daammanaa daadhiti.
Kan hafteen irra baradha tahu battuu takkaa takka funaanamuuf jirtu...🤺

10/07/2023

Gadda Rifaasisaa ‼️



Wallagga Bahaa Aanaa Sibuu Siree Idddoo Addaa Carii Jedhamuttii Waraanni Murna Piltsiginnaa Shamarree Ayyaantuu Jedhamtu Naasuu Tokko Malee Ajjeesanii Gatan

Ayyaantuun Yakka qabaattee Osoo hin taane Barnoota barachaa turteetti yeroo eebbifamuuf practice irra jirtutti waraana mootummaa Piltsiginnaan yakki seenaa Kun irratti raawaatamee Jira!

Waraanni Naasuu tokko malee Yakka rifaasisaa raawwatan kun warra kudhaama fi Xonqolaa bobaa Jalatti baatanii deemaniidha.

Oladeemtuu koo lubbuun kee Jannata barabaraa haseentu
Gumaankee kumaatamaan ni ba'a.
Kanas fuula namaaf waaqa duratti irbuu ni seenna .

05/07/2023

WBO gahumsa olaanaa irra akka jiru ajajoonni waraanichaa olaanoon himan.

WBOn kutaalee Oromiyaa maratti walhubannaan socho'aa akka jirus himaniiru.

Waraanicha qoqqooduuf shirri xaxamaa tures tokkummaa waraanichaan fashalaa'uu himaniiru.

Kana kan jedhan Ajajaa Olaanaa Waraana Bilisummaa Oromoo Marroo Dirribaa, Itti Aanaa Ajajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo Gammachuu Abbooyyeefi Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddugaleessaa Sanyii Nagaasaati.

Ajajoonni kunneen dogoggorri wal hubannaa kallattii addaa addaan uumamee turuu himan.

Marii guyyaa shaniif walitti fufinsaan geggeessaniin rakkoolee wal hubannaa ture furuus himanii jiru.

Marii wal hubannaa taasifame irratti wareegama barbaachisaa kaffaluun waraanichi iddoo har'a jiru kana ga'e jedhan.

Ajajaan Olaanaa ABO-WBO Marroo Dirribaa waa'ee Waraana Bilisummaa Oromoo qaama biraa gaafachuun hafee, qaamonni nu gaafachuu fedhan kallattumaan nu gaafatu kun immoo bu'aa hojii dippilomaasii hojjetameeti jedhan.

Sababa uummanni nuun hubanneef dhuma bara 2018, keessattuu waggoota lamaan bara 2019 fi 2020 WBOn qofaasaa dhaabbachuu hanga jedhamutti aarsaa ulfaataa kaffaluun kaayyoo isaa tikse kan jedhan ammoo, Itti Aanaa Ajajaa Olaanaa ABO-WBO Gammachuu Abbooyyeeti.

Ajajaan Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddu galeessaa Sanyii Nagaasaa gama isaaniitiin "WBOn Finfinnee karra shanan marsee lolaa jira; kun immoo laafee osoo hintaanee kaayyoosaatti cichuun jabinaan waan loleefi jedhan.

Qabsoon kana booda hin barbaachisu yaada jedhu uummanni qabachuun, waggoonni lamaan darban sun WBO'f qormaata ulfaataa ta'uu himu.

Gaaffiin Oromoo teessoo aangoo Oromoof kennuun waan deebi'e fakkaatee, burjaajiifi harcaatii hedduu uummataafi WBO gidduutti uumus, murannoo WBO hojjateen uummata dammaqsuun, of faana hiriirsuun injifannoodha jechuun, bu'aa ba'ii waggoota shanan darbanii yaadachiisu.

Dhukaasni hojii waraanaa isa salphaadha kan jedhan ajajoonni kunneen garuu, ololli waan ulfaataa, hubannoofi ga'umsa yoo itti hin qa

03/07/2023
20/12/2022

Mandiitti war**nni pp namni 48 hidhannoo guutuun W3Otti makamaniiru.🙏

17/12/2022

Najjoo fi Jaarsoo gidduu r*ffishe ciisa Jira💪

06/12/2022

Oromoo Haa Baraarru!

Mootummaan bilxiginnaa barattoota sagalee dhageessifachuu baha irratti tarkaanfii bara wayyaanee sana fudhachuu yoo eegaltan, hiriirichi bifa jijjiirratee akka isinitti dhufu hin shakkinaa!
Namni ciisee du'uu hin qabu.Haqa ofii falmachaa du'uun bilisummaadha.
!!

!!

06/12/2022

Barattoonni Mooraa Yunivarsitii wal tiksaa,❤️

06/12/2022

Yuuniversitiin Amboo yeroo ammaa mormii eegaleera Jira🙏

06/12/2022

Kan Dhachee Oromoof Oromiyaa seente hunduu lubbun ba'u hin qabduu ka'i ⛏️

06/12/2022

Laga Xaafoo❗️❗️
(CCD Mana Waliin jireenyaa)

Mana Waliin jireenyaa Siisiidii(CCD) jedhamuu Laga xaafoo Laga Daadhiitti argamu keessatti Gareen F**nnoodhaaf Qa*wwee bitee ummata keenya Fic**siisaa jiran mariitti akka jirtu maddi odeeffannoo keenya Handhuura Oromiyaa Finfinnee irraa Nuun gahee!!

Siisiidiin kun bakka Walgahii finx/aaleeyii *A*maaraa fi bakka Ispoonseroonni garee f**nnoo itti Walitti qabamanii dha.
kanaaf Umanni keenya magaalaa Laga Xaafoo akka Guchiin ittiin mucaa isee ilaaltutti Sirriitti Waan kana ilaalaa.

Yoo yeroon Gurra Wal buusuu baanne Rakkoonsaa bor numaaf!!

JL Goolee

Odeeffannoo kana Saffisaan Waliif daddabarsaan dhaamsa kootii!
❗️

06/12/2022

A*aarri Oromiyaa keessa jirtu lubbuun baanaan Oromoon du'a 2ffaa du'e!

05/12/2022

Baalee

05/12/2022

⭕soo Oromoo Sabaa guddaa jennuu WBOn rasaasa fixe wareegama ‼️

05/12/2022

Inbox

Tole barattoonni keenya kan Yuunivarsiitii Dirree Dawaan of haa eeganii gareen faannoo yoo xiqaate polisii feedraalaa keessaa guutuudha.

05/12/2022

Yuuniversitiin Dirree Dawaa yeroo ammaa kana mormii eegaleera;itti fufa!

05/12/2022

Kan siif kennes kan si kennes hin dagatin‼️

🙏

04/12/2022

Dhaamsaa Of-eeggannoo(Waliif Qooda)

WBO'n Toora Sabbataa Hawaasa Leemman Jirtan Ofeegannoo cimaa taasisaa Shamarran Basaasummaaf Erganii Jiru. Keessattuu Nyaata Dhugaatii Akka WBOf Galaa Fe'an Fakkeessuun Summii Nyaachisuuf Hojiitti Jiru.!

02/12/2022

ODUU AMMEE

Sochiin Humnoonni Amaaraa "Faannoo" jechuun of yaaman magaalaa Agamsaa fi Aanaa Amuruu guutuutti to’achuuf taasisaa jiran jabaatee itti fufe jedhan jiraattonni.

Poolisiin humna addaa Oromiyaa magaalaa Agamsaarra ture, humna ittiin hidhattoota Faannoo dura dhaabbannu hin qabnu jechuun jiraattotni magaalicha akka gadhiisan erga taasisee booda ofiis waliin Agamsa gad dhiisee ba'uun dhaga'ameera.

Duulli qinda'aan saamicha lafaafi ajjechaa sabummaarratti xiyyeeffachuun uummata Oromoorratti baname kun waggoota lamaa oliif furmaata osoo hin argatin jira. Namoonni hedduun ajjeefamanii, manneen jirattotaa guutuutti gubamee qabeenyi isaanii saamameera.

02/12/2022

Agamsa‼️

Wallagga Bahaa fi Horro Guduruu keessatti weerararri finxaaleyyii fi Waraanaa mootummaatiin cimee itti fufee jira Humnoonni oromiyaatti bobbee'e kun meeshaa sadarkaa naannootti eeyyamamu osoo hin taane kan sadarkaa federalaatti eeyyamamuun mootummaa federaalaan deggeramee Uumataa kenyaa duguugaa jira👈

30/11/2022

⭕na Guduruu naannoo Dannaba jedhamuun beekamtu,Aanaan Coomman Guduruu magaalaan Gabatee Dirooniin haleelamaniiru‼️😭

27/11/2022

Magaalaa of eegganoo goodha👈

Murnii sakatta'iinsa jadhee beellama qabateera gaafa guyyaa 21/3/2015 mana nama sakattaa'uuf jedhuu!!

27/11/2022

‼️

27/11/2022

Birgeediin bakakkaa Lola marsaa 2ffaa Eegale jira ‼️

26/11/2022

WBOn Z/kibbaa cibraan soddom booroo barii barraaqa irra Jala qabe Lola jabaatu deema jira‼️

26/11/2022

Oromiyaaf Oromoo amma jirtutti WBOn ni jirataa My country is Oromia‼️

26/11/2022

Qeerroo ⭕na Waayyuu gochuun hordofaa ilmaan Haqaa qofa

26/11/2022

Birgeediin Aduu Saafaa fi Cibraan Soddom Booroo ganamaan Addawwii iyyisiisaa jira.‼️

23/11/2022

Humni dabalataa Bilxiginaa hedduu gara dhihaa dermtu am Siree dabarteetti‼️

23/11/2022

Irreef gaachanni Ummata Oromoo W30 War**na PP Asoosaarraa kaatee gara Begii Oraslii 12 fi paatiroolii 3 deemaa turte ona Begii iddoo addaa jedhamutti haxx*ee itti hidhuun tar*kaanfii fudhateen Zu23 dabalatee qabeenya hedduu mooraa qabsootti galii godheera.Oraaliin 4 daaraa ta'eera.

Kan Lu*bbuun hafte baqatee duuba deebite Qashmaandoo bakka jedhamutti Haxx*ee gootichaa Seenuun hedduun lafa dhugaatti ergamteetti.

Amma kan bittinooftee faana bu'ee geggeessaa jira.L*lli akkuma ulitti fufeetti jira.

Want your university to be the top-listed University in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address

Finfinnee
Adama
Other Colleges & Universities in Adama (show all)
Kaamil Abdulmanen kedir Kaamil Abdulmanen kedir
Ethiopia In Adama
Adama

Shanyii jarraa Abba gadaa Shanyii jarraa Abba gadaa
Adama

Irbuu jaallan wareegamani galman ni geenya warri kaayyoo bilisummaa Oromiyaa ti amanan qofaa ilaalat

Nimona nasiro page Nimona nasiro page
11
Adama, ADAMA

kan ijaree hin diiguu alaa dhufattuu diigaa ijaruun nuttii ulfattee diiguun nuttii salphatte kanaf k

AdiAfro AdiAfro
Adama

Alfa man Alfa man
Adama

Kemal Beker Kemal Beker
Chancho
Adama, KM

መንእሞ ይኽእሎ መንእሞ ይኽእሎ
Adama

to Get Information

Abban biyaa oromodha Abban biyaa oromodha
Adama

Abban biyaa oromodha

Hararge media Hararge media
East
Adama, MA3401

oromo

Genius-land college Genius-land college
Adama

organization of the study Genius-Land College is established in 2008 E.C by enrolling 128 students as a private institution that shall effectively contribute to the modern educatio...