Tullu marchumaa

Tullu marchumaa

Hanga dandeenyu ni qabsoofna

27/11/2021

Siiraa hin holee sabaakoo naan turee mallee

10/11/2021

Loolchiisaa OROMOO

Photos from Tullu marchumaa's post 09/11/2021

Hadhaa jechuun maal Akaa
Taee Mee itii yadii
Kaan ofii beeloftee
Siif soorataa taauu
Kaan Qullaa of Kaee
Siif uffataa Tauu
Kaan Rakiina ketiif
Sii wajiin Rakaatuu

Gallataan siin jedhaa
harkaakoo baliisee
Anaan Gudiisutuu
Joorsee sii huqiisee
Gatii Olmaa ketii
Humaan siif haa
basuu

Photos from Tullu marchumaa's post 06/11/2021

Hergaan kesaan nuu Qaaqaberaa
isiiniin jeneeraa boor Akaa nuun komanee

02/11/2021

Yookaan cuupadhuu malee
Yookaan naf cupii malee
Anii hin nyadhuu faafatoo

01/11/2021

Eleekofterii maa nuraatii
Hiyaa jaraana Mee nuus
Lafaan dhofnuuree
Akaa Aliiyii ciirrii

25/10/2021

Hiirren Qabaa
Jetee OROMOO
Tii kaan dhadaatuu
Hiriicha kesaa Akkas
Gonaa Argii

19/10/2021

imaltuukoo mogoolenkee
Haa jabaatuu kaan siijibuu
Lafaaratiis waaqaratiis haa
Saalpatuu Gallmii kaankee
Holee hin buliin haa dhiiyatuu

14/10/2021

Waaqinii siif haa Roobuu
Abaa dhiiraa jabaadhuu

Photos from Tullu marchumaa's post 12/10/2021

Motummaan Utuu jiraatee
Namaaf horiin hongeedhan
Hin Daraaramuu motummaan
Rasaasaa Bitee Ummataa Rukuutuu
Malee motii Rakoo Ummataa furuu hin Qabbnuu yaa OROMOO

10/10/2021

Borr naf darrbaa
Jedhee mataakoo
Gacaabsee dhaaga
Ullfatalee ciiniinadhee
badhee Garbummaa
Jiibaafaan ziinaraa
Hidhaadhee fiiraaf
Halii dhiisee boosonaa
Filaadhee OROMOO
Kiyaa iraa Roorroo
iraa Qolaadhee

Bineensii Abaa
Garaa kaan nuu
Nyachuu baree
Yakaa Anii hin
Goneen maqaa
Kiyaa faalee
Quulquluu of
Godhee nuu
Cubuusaan
Nuu faalee

09/10/2021

Dhugaa Baarbanaa Roorroon hin buluu
Gamtaan Qoollanaa
HQaa hin dabbsinuu
Hirbuu tiiksinaa
Hirbuu hin sharaffnuu
Odooti hegnaa
Daaffqaakoo
Coobbsen
Dhiigaa Kee hollchaa
Dhiigaakoo coobbsen
Lafee kee hollchaa
Lafee koo cabbsen
Lubuukee hollchaa
OROMOO BEEKII

08/10/2021

Yoom Gamaadee
Keessi keenyaa
Cabaan fayaa
Maalif Jena
Guubatadhaa
Keessi keenyaa
Hidhaachuudhaa
Malii Kenyaa

OROMUMMAAN
yakkamne
Kaan keenyaraa
Dhibbaamnee
Utuu Qabbnuu
Beelofnee
Biyaa iraa
Goodaanee
Qurxuumiif
Sooraa Tanee
Haraas nuu biraa
Hin hafnee
Gudiifachaan
Dhanaamnee

07/10/2021

Maa Harqitee boossa
Ija Kee dhaamsita
Obsii ciiniinnadhu
bor ifa argitaa
Waanjoo sihiraasu
ofirraa cabsitaa
Keerratti abbaa
Taatee dhuugaa
Ni labsitaa

07/10/2021
06/10/2021

Jirra bullee barii arguuf

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Adama
Other Schools in Adama (show all)
Kedirabuna Kedirabuna
Adama
Adama, 1000

Driver licence school Adama mm promotion kedirabunafacebook yutube instegetam telegerm imo facebook yuotube telegrok yuotube telegram okbarachuu nidanda'an

የሲቀላ ቀበሌ ታክስ ማዕከል የሲቀላ ቀበሌ ታክስ ማዕከል
Df
Adama

http://sikelataxadim.comአር

Ibn Abbas Training & Development Center Ibn Abbas Training & Development Center
Adama
Adama

Found by Abbas Ibrahim | Includes Quran lessons| Hadith of Prophet (saw)|and more courses

Simon Tesfaye Simon Tesfaye
Fichee
Adama, NO

Promo

Sena Yerosan School of Excellence Sena Yerosan School of Excellence
Ganda Hara & Bole
Adama

Sena Yerosan School provides quality education for all citizens.

Youtu.be/neeh5w1rxbw Youtu.be/neeh5w1rxbw
Saqalo
Adama, 7.46

Sami Sami
Gelan
Adama

School  life School life
Adama

Leyila mohammed

Homacho sabaa Homacho sabaa
Hinjiruu
Adama, ZIIPI

Awash  Academy Awash Academy
Adama

Awash Academy is a private organization.the school generates knowledgeble students that have a skill and it contributes to the country a good students .

Ifa boruu Ifa boruu
Alii Birraa
Adama

Ifa boruu like fi sher godhaa

Moke man Moke man
Arsi
Adama, MOK1212