Zeynuddin abdusamed

Business

25/02/2023
10/11/2022

Kun Oduu Aagaati.
Dr Nafyad Office Clinic and Medical Consultation
💙🤍💙🤍💙🤍💙🤍💙🤍💙🤍
Fayyaan Faaya keessan ta'uu isinitti himuurraa, gara qaamaan rakkoo Fayyaa waliin mari’achuu fi yaalaatti dhufneerra!
Dhaabbatni kiyya haaraan Tajaajila Gorsa fayyaafi Kiliinikaa Dr. Naafyaad /Dr Nafyad Office Clinic and Medical Consultation/ handhuura Oromiyaa Finfinnee walakkattii hojii eegaluuf haal-duree barbaachisu hunda xumuraa jirra!

Tajaajilootni nuti kenninu:
- Dhukkuba kamiifuu gorsaafi hubannoo kennuu
-Qorannoo fi hordoffii fayyaa
- Namoota gara biyya alaatti dhibee fayyaan Refer ta'aniif akkasumas namoota gara alaa fedhiin deemanii yaalamuu barbaadaniif haalaa mijeessuufi bakka waldhaansaarratti gorsa kennuu

Kana booda dhibee isin mudateef, biyya keessattis ta'u biyya alaatti bifa salphaatiin waldhaansa ga'aa argachuuf hin rakkattan. Yoo nu gaafattan fi nu waliin mari’attan Qorannoofi yaala dhaabbanni keenya danda’u isiniif goonee bakka dabalataan yaalamuu barbaaddanitti ' eessi isiniif gaarii akka ta'ee fi bakka itti yaala gahaa argachuu dandeessan gorsa ogummaa isiniif himna, akkasumas haala isiniif mijeessina!
Kottaa tajaajila keenyaan wal baraa.

Teesson keenya Finfinnee, Meskel Flower ,Hoteela Internaashinaalaa Nazra fuuldura Gamoo J- plant Construction darbii 3ffaa

Lakk. Bilbilaa, WhatsApp fi Telegram
09 09 10 20 09

Kunuunsa ajaa'ibaatu siif mala.
You deserve best care.

Photos from Abdoosh Aliyyi's post 10/11/2022
Photos from Raayyaa Abbaamacca's post 10/11/2022
02/07/2022

As wr wb akkami ngy fayyadha انا الله وانا اليه راجعون arra gadda gudda keessatti argaamna hundii kenyaahu nama jabaa oromoo dhabnee dhugaa moo soba jedheen ammanuu dadhabee rabbiin janatul firdosii haa kennuf matti saa akkasumas ummata muslimaa fi oromoota hundaaf jajaabinaa hawwinaa

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address

Oromiyaa
Adama
215

Opening Hours

09:00 - 17:00
Other Colleges & Universities in Adama (show all)
SeenaaPage SeenaaPage
Adama

Shanyii jarraa Abba gadaa Shanyii jarraa Abba gadaa
Adama

Irbuu jaallan wareegamani galman ni geenya warri kaayyoo bilisummaa Oromiyaa ti amanan qofaa ilaalat

Nimona nasiro page Nimona nasiro page
11
Adama, ADAMA

kan ijaree hin diiguu alaa dhufattuu diigaa ijaruun nuttii ulfattee diiguun nuttii salphatte kanaf k

AdiAfro AdiAfro
Adama

Alfa man Alfa man
Adama

Kemal Beker Kemal Beker
Chancho
Adama, KM

መንእሞ ይኽእሎ መንእሞ ይኽእሎ
Adama

to Get Information

Abban biyaa oromodha Abban biyaa oromodha
Adama

Abban biyaa oromodha

Hararge media Hararge media
East
Adama, MA3401

oromo

Genius-land college Genius-land college
Adama

organization of the study Genius-Land College is established in 2008 E.C by enrolling 128 students a