Maanyaa jaalalaa

Tokko jennaan lama jedhan Akkasiin bira gahan isa garaadhan fedhan

26/05/2024
01/05/2024

👌🎥🫶

24/04/2024

What funny 😀😀

15/04/2024

Irbuu shinniggaa yoomuu ni yaadanna !
Baga geessan !‼️
GGO

02/01/2023

Qalbiin koo xaxamee
Simaan booji'amee
Onneen koo si biraa
Furtuun ishee hatamee

Laphee kootu warwaatee
Sagal dibbee rukutaa
Hidhaan jaalala keetii
Oliif gadi na bubbutaa

Waa'een kee na too'atee
Hojii naaf didee harki
Fuunyoo jaalala keetiin
Mee koottuu na masaki

Maaloo naaf hubadhuu
Natti horii hamilee
Ijjii koo si ilaalee
Onnee kootu si filee

Want your university to be the top-listed University in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Hobobee🙊🙆🥲
What funny 😀😀

Website

Address

Maanya
Adama
Other Colleges & Universities in Adama (show all)
Kaamil Abdulmanen kedir Kaamil Abdulmanen kedir
Ethiopia In Adama
Adama

Shanyii jarraa Abba gadaa Shanyii jarraa Abba gadaa
Adama

Irbuu jaallan wareegamani galman ni geenya warri kaayyoo bilisummaa Oromiyaa ti amanan qofaa ilaalat

Nimona nasiro page Nimona nasiro page
11
Adama, ADAMA

kan ijaree hin diiguu alaa dhufattuu diigaa ijaruun nuttii ulfattee diiguun nuttii salphatte kanaf k

AdiAfro AdiAfro
Adama

Alfa man Alfa man
Adama

Kemal Beker Kemal Beker
Chancho
Adama, KM

መንእሞ ይኽእሎ መንእሞ ይኽእሎ
Adama

to Get Information

Abban biyaa oromodha Abban biyaa oromodha
Adama

Abban biyaa oromodha

Hararge media Hararge media
East
Adama, MA3401

oromo

Genius-land college Genius-land college
Adama

organization of the study Genius-Land College is established in 2008 E.C by enrolling 128 students as a private institution that shall effectively contribute to the modern educatio...