G๐•’๐•ฃ๐•ž๐š๐š๐’Ž๐’– ๐˜›๐˜ฐ๐—น๐—ฎ

๐˜๐˜ฐ๐˜ณ๐˜จ๐™š๐™ฉ ๐˜๐—ต๐—ฒ แตโฑหขแต—แตƒแตแต‰
๐‘…๐‘’๐‘š๐‘’๐‘š๐‘๐‘’๐‘Ÿ ๐ญ๐ก๐ž lesson
๐Ÿ–๏ธ๐Ÿ‘

10/04/2024

Eid Mubarak

25/02/2024

๐Ÿ‘‰Jireenya kee Jaaladhu!
๐Ÿ‘‰Jireenya keetti Jiraadhu!
๐Ÿ‘‰Love your Life!
๐Ÿ‘‰Live Your Life

โค๏ธ

25/02/2024

Irra Caalaa Nama Dhalaan/Dubartiin Deeysee, Irra Caalaa Ilmaan Aadam. Irra Caalaa Nama Lafarra Deemee, Irra Caalaa Ambiyootaa, Warri Isa Jala Deeme Waa Milkaawe, Kan Isa Jala Deemu Hundi Booddeen Jannata.
Rabbiin Warra Ergamaa Rabbii ๏ทบ Jala Deemu Nu Haa Godhu
Mee Yeroo Takka Hogganaa Keenyaa Ergamaa Rabbii Nabi Muhammad ๏ทบ Irrattii Salawaata Busaa!!
Sallalahu A'aleyhii Wasallam

20/01/2024

19/01/2024
18/01/2024

S โค๏ธAโค๏ธW

11/01/2024

Yaa ijoollee โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ๐Ÿ’šโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
Online irra jiraachuu kee Nabii Muhammad ๏ทบ Irratti Salawaata buusun mirkaneeysi (S.A.W)

10/01/2024

Yaa Rabbii Nama Nabii Muhammad irratti Salwaata buuse Qaamaa isaa Ibidda Jahanam Irra Haramaa Godhii ๐Ÿคฒ (SAW)

08/01/2024

โœŒ๏ธ๐ŸคŸ๐Ÿ™

Photos from G๐•’๐•ฃ๐•ž๐š๐š๐’Ž๐’– ๐˜›๐˜ฐ๐—น๐—ฎ's post 08/01/2024

Haroo Haramaayaa!๐Ÿฅฐ๐Ÿ’Ž

06/01/2024

Fooyya'iinsi xiqqoon guyyaa guyyaan walitti dabalamanii
gara guddaatti jijjiiramaโœŒ๏ธ๐ŸคŸโœŒ๏ธ๐Ÿ™

04/01/2024

Eenyummaan kee inni qajeelaan bakka oolteen utuu hin taane, hojii bakkichatti hojjetteen madaalama.

03/01/2024

dhiisi broโœŒ๏ธ๐Ÿค˜๐ŸคŸ

Photos from G๐•’๐•ฃ๐•ž๐š๐š๐’Ž๐’– ๐˜›๐˜ฐ๐—น๐—ฎ's post 31/12/2023

Ajaa'ibabboo! Beteliheem jedhamti. Bakka isheen hojjettutti kubbaatu agarsiifama. Ji'a torba dura Dargaggeessi deeggaraa arsenaal ta'e tokko gareen kubbaa miilaa Arsenal fi Biraayiton osoo taphatanuu gareen inni deeggaru injifatame jennaan qaruuraa itti darbatee ijji ishee tokko jaamse. Yaa biyyaa isa achii adiin doolaaraan wal dhiittuuf inni asii miskiina dalagattee bultu ija balleessu maal jedhama amma๐Ÿ˜ก

Nan yaadadha dur kan of ajje-ese faatu ture. Inni kaan TV qarshii qaaliin bite cabsa๐Ÿ˜‚

Warri kubbaa laaltan bashannana qofaaf ilaalaa maaloo. Deeggartootni arsenaal maxxansa kana agartan maaltu isinitti dhagahame๐Ÿ˜Œ

Madda EBS irraan argadhe.

31/12/2023

Dhagaa ganama si gufachiisetti,
Galgalas deebitee yoo isumatti gufatte..SIITU DHAGAADHA.

31/12/2023

Addunyaa kanarratti namootni milkaa'oon namoota fedhii milkaa'inaa qabaniidha malee, namoota hawwii milkaa'inaa qaban miti.
โœ…

04/08/2023

๐Ÿ˜›๐Ÿฅฑ๐Ÿฅฑ๐Ÿฅฑ

19/06/2023

The Legend Artist Ittiiqaa Tafarii

10/06/2023

๐—•๐—ข๐—ฅ๐—”๐—ก๐—” ๐—ฃ๐—˜๐—ข๐—ฃ๐—Ÿ๐—˜: ๐—ง๐—›๐—˜ ๐—Ÿ๐—”๐—ฅ๐—š๐—˜๐—ฆ๐—ง ๐—ข๐—ฅ๐—ข๐— ๐—ข ๐—ฃ๐—”๐—ฆ๐—ง๐—ข๐—ฅ๐—”๐—Ÿ๐—œ๐—ฆ๐—ง ๐—”๐—ก๐—— ๐—ž๐—œ๐—ก๐—— ๐—ฃ๐—˜๐—ข๐—ฃ๐—Ÿ๐—˜ OF ๐—˜๐—”๐—ฆ๐—ง ๐—”๐—™๐—ฅ๐—œ๐—–๐—”
Godina Booranaa, Aanaa Dilloo, ganda Qaadhimitti dubartiin Aadde Jiloo Jaatanii jedhaman yeroo rakkoo ongeetti ilmoo qeerransaa haati jalaa duute guddisaa jiru.

Taateen kun mararfannaa bineensa bosonaatiif qabu kan muldhisu ta'uu gocha Aadde Jiloorraa barachuun ni danda'ama jechuun Kominikeeshiniin Godina Booranaatu odeeffannoo Bariisaaf ergeen eereera.

10/06/2023

๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ

Photos from G๐•’๐•ฃ๐•ž๐š๐š๐’Ž๐’– ๐˜›๐˜ฐ๐—น๐—ฎ's post 30/04/2023

Alangeen nagaya
Gadaan nagaya
Nageenyi kan Rabbiiti.
Jaarsa dubbii beeku ganama irraa dheessanii galgala itti dheessan.!!
By Jibril Aman

Photos from G๐•’๐•ฃ๐•ž๐š๐š๐’Ž๐’– ๐˜›๐˜ฐ๐—น๐—ฎ's post 16/03/2023

Jimaata darbe Galgala gurbaan qaxaleen xiyyaara Oromiyaa kalaqe Lalisaa Daani'eel kashalabboota eenyummaan isaanii hin beekamneen mata falaxanii bokkaa keessatti gatanii deeman. Obboleessi isaa Biqilaa Daani'eel barbaade bakka inni itti kufee bokkaa keessa ciisaa jiruu fuudhee yeroo mana yaalaa geessu hin dandeenyu jedhamee gara hospitaala abeetitti geeffamee jira.

Ijoolleen kun lamaan Gidduu kana Daandii Qilleensa Itoophiyaatti barnoota pilot Akka barataniif Carraa argatanii deddeebi'aa Akka Turan obboleessi dubbataa ture.

Yeroo ammaa kana haalli Lalisaan keessa jiru baay'ee ulfaataadha maaloo akka Rabbi lubbuu isaa oolchuuf afaaniif amantaa beektanii Rabbiin kadhaafi.

Photos from G๐•’๐•ฃ๐•ž๐š๐š๐’Ž๐’– ๐˜›๐˜ฐ๐—น๐—ฎ's post 24/02/2023

06/01/2023

Mootii Ardiif . samii
Galanni kan Rabbiitii
Nama guddaa waliin ooluun
Nama guddaa nama gootii
Jumaโ€™a gaarii โ˜ช๏ธโค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ๐Ÿ•‹
SHEK Abdusalam ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ Abbaa duai
Aaamin jedha

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address

Shanan Kolu
Adama
AAAA
Other Colleges & Universities in Adama (show all)
Kaamil Abdulmanen kedir Kaamil Abdulmanen kedir
Ethiopia In Adama
Adama

SeenaaPage SeenaaPage
Adama

Shanyii jarraa Abba gadaa Shanyii jarraa Abba gadaa
Adama

Irbuu jaallan wareegamani galman ni geenya warri kaayyoo bilisummaa Oromiyaa ti amanan qofaa ilaalat

Nimona nasiro page Nimona nasiro page
11
Adama, ADAMA

kan ijaree hin diiguu alaa dhufattuu diigaa ijaruun nuttii ulfattee diiguun nuttii salphatte kanaf k

AdiAfro AdiAfro
Adama

Alfa man Alfa man
Adama

Kemal Beker Kemal Beker
Chancho
Adama, KM

Abban biyaa oromodha Abban biyaa oromodha
Adama

Abban biyaa oromodha

Hararge media Hararge media
East
Adama, MA3401

oromo