Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee

Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee

You may also like

Bada Business
Bada Business
Guddu
Guddu

Barnoonni qulqullina qabu lammii hundaaf

26/10/2023

Sifan Hassan is an extraordinary athlete. Her range from 1500m to Marathon is Incredible!
Much respect.

Photos from Ethiopian Press Agency /Bariisaa's post 28/11/2020
25/11/2020

Guutuu Oromiyaatti barnoonni Wiixata dhufurraa kaasee ni eegala jedhe Biiroon Barnoota Oromiyaa.

Hogganaa itti aanaa biiroo barnoota Oromiyaa Dr. Galaanaa W/Mikaa'el BBC'tti akka himanitti, sababoota ijoo yeroon barnootaa akka fulduratti butamu taasisan keessaa, haguuggiin afaanii fi funyaanii (maaskiin) akkaataa yaadameen dhihaachuu dhabuudha.

Haa ta'uutii maaskiin kuni ammas taanaan akkaataa yaadameen waan hin argamneef, yeroon barnootaa gubachuurra barnoota jalqabuuf murtaa'uu himan.

"Maaskii yoo arganne arganne, yoo argachuu baannes barnoonni ni eegala. Maatiin barattootaa kanarratti ijoollee isaanii nigargaaru jennee yaanna.

Kanaafuu guutuu Oromiyaatti barnoonni Wiixata dhufurraa kaasee ni eegala" jedhan.

Barattoota Naannoo Oromiyaatiif maaskiin barbaachisu miliyoona 60 caalu biyya keessatti omishuufis ta'e alaa galchuun yeroo waan fudhatuuf, barnoonni itti fufaatii maaskiinis yeroo argametti barattootaaf kan kennamu ta'uus eeran.

16/11/2020

Oromiyaatti baniinsi manneen barnootaa yeroo hin murtoofnef dheereffame.
Biiroon Barnootaa Oromiyaa "COVID-19" booda manneen barnootaa Sadaasa 7, 2013 kan banaman ta'uu ibsuun isaa ni yaadatama.
Yaa ta'u malee duub-deebii ummata biraa argachaa jiruun qophiin "COVID -19" irratti jiru ga'aa akka hin taane ibsaa jiru jedheera.
Kanuma irratti hundaa'uun baniinsi manneen barnootaa yeroo hin murtaa'iniif akka dheereffamu murtaa'uu beeksiseera.
Yoom akka banamanis fulduratti kan beeksisu ta'uu yaadachiisera.
Barnoonni kutaa 8ffaa fi kutaa 12ffaa garuu haaluma jalqabeen itti fufa

13/11/2020

"Naannoo Oromiyaatti Barnoonni Kutaa 8fi12 ala Sadaasa 7 Eegalama". Dr.Tolaa Bariisoo
-
Hoogganaan Biiroo Barnoota Oromiyaa Dr.Tolaa Bariisoo Miidiyaaleef ibsa keennaniin, Sababa COVID -19tiin bitootessa bara 2012 hanga ammaa manni barumsaa cufaa turee jira jedhan.

Barattoonni mil10.6 ol manatti deebi'anii turan kun ijoolleerratti rakkoo xiinsammuu guddaa uumee jira. keessumaa ijoolleen shamarranii heerumaa yeroo maleef isaan saaxilee jiraas jedhan.

Haala biyyattii giddu galeessa godhachuun barnoota eegaluuf sochiin taasifamaa tureera. koreen dhimma kanaaf sadarkaa olii hanga gadiitti hundaa'ee hojiitti galameera. Qophii taasifamee leenjiin barsiisotaaf kennamee akka jiru himaniiru..

"Barsiisonni ijaarsa biyyaa keessatti gahee bakka hin buune qabu" jedhan. Dr.Tolaa Bariisoon, Haala baruu barsiisuu milkaa'uuf nageenyi murteessaa waan ta'eef akkasumas jijjirama biyyaaf gumaachuu irratti leenjiin kennamaa turuu isaafi barsiisaa kuma 200 ol leenji'uu ibsuun leenjiin boodas barsiisonni ejjennoo isaanii ibsaniiru jedhan Dr Tolaan

Barattoota haaraa kutaa 8fi12n ala barnoonni sadaasa 7 kan jalqabamu ta'uu isaa ibsameera

Maaskii waadaa galameen alatti maatiin waan argamurraa ijoollee isaaniif dhiyeessuun galma gahinsa barnotaaf akka gumaachan waamicha isaanii dabarsaniiru.

ijoollee mil1.6 ala jiru barnootaaf hin galmoofne kanaaf maatiin barattoota gara barnootaatti erguun akka galmeessan dhaamsa isaanii dabarsaniiru.

Tajaajila lamummaan hojiin barana hojetame baay'ee milkaawaa ta'uu Dr.Tolaan ibsan.hojii kanaan qarshiin bil 4.9 uummataan kan walitti qabame ta'uu ibsaniiru. hojiin tajaajila lamummaan kanaan

Daree dabalataa kuma 34 olfi mana fincaanii kan ijaaraman ta'uufi iddoo dubbisaa kuma 5 ol ijaaramuu isaanii akkasumas ,paarkii dubbisaa kuma 30 ol ijaaramauu akkasumaas bishaan dhugaatii , kitaaba mil1.ol walitti qabamuun raabsamanii jiru.

Dhumarratti Dhaabbilee fi namoota tajaajila lamummaatiif gumaachuu irratti hirmaatan carraa kanaan Dr.Tolaan galateeffataniiru.

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 13/11/2020

Hiriira deeggarsa Raayyaa ittisa biyyaatif Barsiisota m/b Ga/odaatin godhame

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 13/11/2020

Hiriraa Deeggarsa Raayyaa ittisaa biyyaatif Barsiisota Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'eetin godhame

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 13/11/2020

Dhaadannoo barsiisota manneen barnoota crc Go/Re'ee

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 12/11/2020

Affeerraa laaqanaa leenjii barsiisotaa guyyaa 3ffaa m/b Go/re'ee

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 12/11/2020

Leenjii barsiisotaa marsaa 2ffaa guyyaa 3ffaa m/b Go/re'ee

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 11/11/2020

Leenjii barsiisotaa marsaa 2ffaa guyyaa 2ffaa waaree dura m/b Dirree faaydaa kana fakkaata

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 11/11/2020

Waan qabnuun magaalaa bahannee nurraa dhageeffadhaa DSTV manneen barnoota crc Go/Re'eetirraa

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 11/11/2020

Leenjii barsiisotaa marsaa 2ffaa Guyyaa 2ffaa m/b Go/re'ee haala kanaan kennamaa jira

10/11/2020

Leenjii barsiisotaa marsaa 2ffaa m/b Dirree faayidaa haala kanaan geggefamaa jira

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 10/11/2020

Leenjii Barsiisotaa marsaa 2ffa guyyaa jalqabaa akka crc Go/re'eetti geggeeffamuu kana fakkaata

10/11/2020

Affeerraa laaqanaa m/b Ga/Odaa leenjii barsiisotaa marsa 2ffaaf taasise

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 10/11/2020

Leenjii barsiisotaa marsaa 2ffaa guyyaa jalqabaa akka crc keenyaati haala hoo'an eegallee itti jirra

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 27/10/2020

BARNOTA AMMAS BARNOOTA KANA TA'UU QABA KAAYYON OROMOOTAA!!!!

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 27/10/2020

BEEKSISA BARNOOTAA
Manneen Crc Go/Re'ee kanneen kutaa 8ffaa qaban hundi isaani guyyaa 18/02/2013 barnootaa waan eegaluuf barattoonni m/b Go/Re'ee,Gaaddisa Odaa fi Dirree faayidaa taatan hundi kessan barnootarratti akka argamtan isin beeksisu Dureeleen Manneen barnootaa

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 25/10/2020

Guyyaa kabaja Ayyaana Torbee Barsiisota M/b Ga/Odaa

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 12/10/2020
Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 12/10/2020

Qophii Teessoo haara'a tolchuuf CRC Go/re'eetti godhamaa jiru

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 11/10/2020

M/b Go/re'eetti yeroo caasan Araddaa Abaadir deeggarsa kitaaba waabitiif mallaqa sassabanii fi boolla Mana fincaani qotuun xumuran kana fakkaata

10/10/2020

Waamicha Lammummaa
~~~\\~~~~~~\\~~~
Ogummaa barsiisummaa qabattanii seektarootaa fi hooggansa adda addaa qabattanii aanaa keenyatti hojjechaa jirtanii fi kutaa 12ffaa xumurtanii bakka adda addaatti argamtan hunduu sababa dhibee koronaatiin barataan daree tokko keessatti baratu xiqqaachuu waan qabuuf hanqina barsiisaa muudachuu danda'u furuuf jecha mana barumsaa dhihoo keessanitti argamutti guyyaa 2/2/2013 irraa eegaltanii galmaa'uun tajaajila tola ooltummaa fi dirqama lammummaa karaa ba'achuu dandeessaniin akka nu cinaa dhaabbattaniif waamicha lammummaa kabajaa fi ulfina guddaa waliin siniif taasisna.

09/10/2020

Yeroo Dureeleen manneen barnoota CRC Go/Re'ee Qophii barnoota bara 2013 irratti marii godhanii fi gamaggama hojiilee Gannaa gaggeessan

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 08/10/2020

Deeggarsa Araddaan Shaam M/b Shaamif godhan keessaa 1 kitaaba waabii bituuf 2 Teessoo haara'a tolchuuf. 3 Gabatee gurracha bituuf taasifamaa jiru kana fakkaata

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 30/09/2020

Hojile M/b Gaaddisa Odaa kana fakkaata

23/09/2020

Yeroo m/b Ga/Odaa daree qalama dibu

19/09/2020

Suphaa daree m/b Ga/odaa

19/09/2020

Galmee barattoota M/b Dirree faaydaa haala ofeeggannootin yeroo geggefamu

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 18/09/2020

Teessoo M/b Dirree faayidaafi M/b Gooroo re'eetin suphame

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 18/09/2020

Yeroo boolli Mana fincaani M/b Go/Re'ee qotamaa jiru

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 18/09/2020

Paarki dubbisaa manneen barnoota CRC Go/re'ee

Photos from Manneen barnootaa CRC Gooroo Re'ee's post 11/09/2020

Hojiilee ji'a Gannaa m/b
Walarkii

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address

Shenan Dugo
Adama
BARNOONNILAMMIIHUNDAAF
Other Education Websites in Adama (show all)
Mohii Qoute Mohii Qoute
Ginnir
Adama, 33

#Harmee

BichenaTvt BichenaTvt
Adama, 01

BICHENA

Uff ta'uu Uff ta'uu
Adama

Uff ta'uu page is descibes about what I post on this blogs

Akkaadaamii Afaan Oromoo Akkaadaamii Afaan Oromoo
Jeneral Tadese Biru
Adama

Afaan Oromoo

መንእሞ ይኽእሎ መንእሞ ይኽእሎ
Adama

to Get Information

Mudasir ahmed chala Mudasir ahmed chala
Adama City
Adama, BOLE

الإسلام ه‍و السلام

Ustaaz Abdallaah Idris Ustaaz Abdallaah Idris
Adama

Page kanarratti fedha Rabbiitiin da'awaalee gara garaatii fi barnoota adda addaa ni arkattu.

Tutor ET Tutor ET
Adama, 1000

ከአስጠኚ/ተማሪ ጋር ከ ምን ጊዜውም በላይ በቀላሉ ይገናኙ

Malkaa media Malkaa media
Dadar
Adama, 19

kaayyoon keenya barannee barsiisuudha

ASTU STEM Center ASTU STEM Center
Kebele 14 Adama
Adama, P.O.BOX1888

The primary purpose of the Center is to inspire middle, high school, and university students as well as others to pursue science, technology, and engineering hobbies, academics, an...

General knowledge General knowledge
Adam
Adama, ADAMA

Educational and science, technology

Islaamummaan Faaya jireenyaati Islaamummaan Faaya jireenyaati
Adama

Amantiin tiya Islaamaa sabni ko Oromo Biyyii to Oromiyaa