Ramadaan kareem

Ramadaan kareem

Ramdaana Awwaluhuu magfira fixnee jirra guyyaa kurnana dura galta rabbi wajjin rabbiin narra haa qe

22/03/2024

Zakaan bara kanaa kan wolloo akka ta'u osoo karaa masjiidaatiin Umataaf himamee maal fakkaata? Dubbiin kun eenyuu ilaallatti?
< Jedhe >ustaaza Raayyaa Abba macca!

22/03/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Kadir Roba, Toosh Mahammad, Yayaa Yayaa, Lalisnaan Hassan, Firomsaa Umar, Hülûm Yãlfãl Ïshãã Ållãh, Osaamaa Ahimad, Abdi Jamal, Murtee Mucati Baddessa, Megersa Usman, Iske MahMad, Halake Boru Halake, Zerihun Belete G-Dinagdee, Ekiram Abdi, Shakira Jihad, Abu Ammar, Abdulaziz Aba Fira, Jarso Molu Wario, Araarsaa Abdaala, Lalisa Adisu, Misbahu Abdo, Xaahir Jaarsoo, Muhidin Abdulwahab, Ibraahimshuun Abdullaahi, Oromiiyaa Leellistuu, Solomon Bekele, Jaabir Huseen, Nasru Nura II, Dargaggo Bartii Badhaadhina Xullo, Rafiiq Muzee Ahmed, Sabit Abdo, Anwaar Amiin, Lammii Ziiyad, Abdii Kadir Jimmaa, Isak Abas, Jamal Ahimad Jamal Ahima, Fataa Mahamad, Bisha Posta Gutu, Aanii Aanumaa, Tulluu Mahamad, Dajanee Tufaa, Hundaafu Yeroon Qaba, Yusuf Hasan, Nadhii Bakrii Nadhii Bakrii, Bãhãrū Ōrõõ Ilma Arsii, Dasta Dhaba, Harun Mahamed, Wewe Salman Salamn, Sulxaan Abduraman, Rooba Nur

14/03/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! SHallama Dirriba, Mohammed Awal Hakim, Afendi Siraaj, Weynua Feker, Kominikeeshinii Aanaa Qimbibiit, Maammaa Raayituu Galbii, Obsa Ahamed Kasim, Hassan Oro Man, Siraaj Abdii, Tade Ka Ketema, Daandii Haqaa, Gashu Cakko, Xaahir Awwal Xaahir Awwol, Abu Niimaar Jimmaa, Eftu Siraji Eftu Siraji, Lata Mardasa, Dhaqqaboo Sanyii Mudde, Naziifaa Tijjaani, Tokkummaa Gamteessaa Hordofaa, Jaalataa Mucaa Gindhiir, Amu Haji, Urgesaa Nagasaa, Saalim Maal Adan, Obsa Mohammed, Murad Shek Gutte, Mãhãmmêd Mússã Ãfrãn Qãllóó, Shariifee Oro, Mohammed Abdella, Keeruu Amiin Best Chelsea, Kemal Abdula, Mahammad Sharaf, Amee Abrahim, Samira Kadamtu Dinii, Awwal Kadiir, Ĝãłîb Mõĥâmměđ, Hayatddiin Abdoo, Toofiqe Jamaal, Muzee Kaamal, Mahammad Aliyyi, Yuusuf Kadir, Robaa Abdii, Amaan Hawaas, Best Haafiz Saadoo, Masud Maamaadamin Sabaafi Biyyaf, Kaayyotu Furmataa, Lencho Adaam, Sa'id Man, Haftamu Husen, Best Man, Abdul Laxiif Mahammad

10/03/2024

📌 ረመዳን ሙባረክ!

የረመዳን ወር መግቢያ ጨረቃ በመታየቷ የረመዳን ወር ነገ ሰኞ march 11 እንደሚጀምር ታውቋል።
Raamaadaan mubaarak! Somaanni Ramadaanaa ji'ni waan mulatteef bor eegala.

26/02/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Gana Aliyi, Mude Debele, Awel Jem, Badrii Mahammad, Abdusamad Kamal, Kedir Ketebo, Garamawu Gatiso, Ayano Go, Nimoona Xilahuun, Abdurahim Mahammad, Irkoon Koo Raabii

21/01/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Siitaanan Amaalakotti, Mali Malisa, Bifole Eba

20/01/2024

Nabiyyi keenyaratti irratti salawaata buusa ﷺ ❤️❤️❤️🙏🙏🙏🇪🇹

Telegram: Contact @IbsaaDhugaa 20/01/2024

BAATII RAMADAANAATIIF GUYYAA 51 QOFAATU HAFE !!!
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
By.Abduljewad sh salih

Warri Qadaan Soomana Bara Dabree irra jirtu osoo soomanni baranaa isinitti hin seenne soomanaa liqii Rabbii ifirraa kafalaa.

Keessaafuu haadhoowwanii fii shamarran keenya warri Sababa addaa addaatiin soomanni dabre qadaa isinitti tahe akkasumaas dargaggootaa fii abboottiin teenya warri dhukkubsattanii ykn sababa imaltuutiin soomana dabre qadaa qabdan hundinuu dafaa soomanaa liqii Rabbii ifirraa kafalaa.

Yaa Rabbi warra achi gahee soomanu nu taasisi.

Telegram: Contact @IbsaaDhugaa

20/01/2024

Balaan Baallama hin qabu
Balaan xiyyaaraa dafew hin argamu gaafa argamemmoo hedduu hammaata
Warri kaleessa Mqalee deemtan hojjattoonnis baga Rabbi balaa hamaarraa isin hanbise

20/01/2024

Aalima guddaa biyya teenyaa sheek Muhammad Zabuur darasaa Sheek Ahmad Watar keeysaa hangafa. Sheek Muhammad Zabuur darasoota kuma
4 ol waggoota dheeraaf barsiisaa jiran. Qubsumti isaanii Harargee lixaa magaalaa Waaccuuti.

Darasaan isaanii sheeka tahanii majlisa ofii Oromiyaa keeysa bakka adda addaatti gad dhaabanii barsiisaa jiran.

Rabbiin umrii barakaa qabdu haa kennuuf. Sadarkaa isaanii duniyaa fii aakhiraattis ol haa fuudhuuf.

20/01/2024

Yeroo ati rakkattee Du'aa'ii godhattu cufa Rabbiin osoo beekuu "gabricha kiyya maaltu rakkise?!" ja'ee Malaa'ikoota gaafata. Malaa'ikoonni hundi "Yaa Rabbi rakkoo isaa sumaatu beekaa, isa furi, isa gammachiisi" ja'anii deebisan. Akkasitti Rabbiin, isa furee, isa gammachiisa.

Warra Rabbiin halkan arraa furmaataan isaan gammachiisu keessaa tokko sihaa godhu!
Sihaa furu!
Sihaa gammachiisu!
Dhukkubbii garaa keessaa hunda Rabbi sihaa fayyisu!

16/09/2023

SALLU AL-NABI

16/09/2023
27/08/2022

As wr wb jirtuu oro

27/07/2022

As wr wb warreen muslimaa hundi keessan

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address

Adama
Other Colleges & Universities in Adama (show all)
SeenaaPage SeenaaPage
Adama

Shanyii jarraa Abba gadaa Shanyii jarraa Abba gadaa
Adama

Irbuu jaallan wareegamani galman ni geenya warri kaayyoo bilisummaa Oromiyaa ti amanan qofaa ilaalat

Nimona nasiro page Nimona nasiro page
11
Adama, ADAMA

kan ijaree hin diiguu alaa dhufattuu diigaa ijaruun nuttii ulfattee diiguun nuttii salphatte kanaf k

AdiAfro AdiAfro
Adama

Alfa man Alfa man
Adama

Kemal Beker Kemal Beker
Chancho
Adama, KM

መንእሞ ይኽእሎ መንእሞ ይኽእሎ
Adama

to Get Information

Abban biyaa oromodha Abban biyaa oromodha
Adama

Abban biyaa oromodha

Hararge media Hararge media
East
Adama, MA3401

oromo

Genius-land college Genius-land college
Adama

organization of the study Genius-Land College is established in 2008 E.C by enrolling 128 students a