Kebede bejiga

Kebede bejiga

You may also like

Jansuraajharsidhi
Jansuraajharsidhi

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kebede bejiga, Public swimming pool, Amboo rod Around jeldu, Addis Ababa.

27/04/2024

Araaraafi dhiifamaan boqonnaa walwaraansaa goolabnee daandii guddinaafi jijjiiramaa Itoophiyaan eegalte haa dhugoomsinu!

07/04/2024

Macaafa isaayas rajiicha==40-¹...
Sagaleen Jajjabinaa Himamuu Isaa
1 Waaqayyo keessan, "Jajjabeessaa! Saba koo jajjabeessaa! 2 Garaa saba Yerusaalem kan rukutu dubbadhaatii, cubbuu isaa hundumaaf harka Waaqayyo keessaa adaba dachaa lama akka fudhate, barri inni garbummaatti rakkachaa ture akka raawwate, yakki isaas akka dhiifameef, itti himaa!" jedha.

3 Sagaleen nama lafa onaa keessaa lallabu tokkoo, "Waaqayyoof karaa tolchaatii haraa, lafa duwwaa keessattis karaa gooftaan keenya irra adeemu qajeelchaa! 4 Dachaan hundinuu ol haa kaafamu, tulluun, gaarris hundinuu haa kuffifamu! Inni bu'aa-ba'iin diriiraa haa ta'u, inni wal caccaalaanis wal haa qiqixxaatu!

5 Yommus ulfinni Waaqayyoo in mul'ata, Waaqayyo ofii isaatii kana waan dubbateef, namni hundinuu kana arguuf jira" in jedha. 6 Sagaleen tokko, "Labsi!" utuu jedhuu nan dhaga'e, ani immoo kana irratti, "Maal jedhee labsu?" nan jedhe; inni immoo deebisee, " 'Namni hundinuu akka margaa ti, miidhagummaan isaanii hundinuus akka daraaraa bakkee keessaa ti;

7 yommuu Waaqayyo hafuura isaanitti baafatu, margichi in coollaga, daraarichis in harca'a; dhugumaan sabichi akka margaa ti; 8 margichi in coollaga, daraarichis in harca'a, dubbiin Waaqayyo keenyaa garuu bara baraan dhaabatee in hafa' jedhi!" jedhe.

9 Yaa isa Xiyoonitti misraachoo himtuu tulluu dheeraatti ol ba'i! Yaa isa Yerusaalemitti misraachoo himtuu, sagalee kee humnaan ol fuudhi! Ol fuudhi, hin sodaatinis! Mandaroota Yihudaatiin, "Ilaa, Waaqayyo keessan!" jedhi. 10 Kunoo, Waaqayyo gooftaan humnaan in dhufa, irree isaatiinis in mo'a! Kunoo, gatiin inni namaaf kennu isa harka jira, miindaa isaas of duraa qaba;

11 inni akka tikseetti hoolota isaa in tiksa, ilmoolees harka isaatiin walitti in sassaaba, kaasuutti isaan in baata, haadhotii hoolotaa warra hoosisanis suuta jedhee in oofa.

Waaqayyo Uumama Hundumaaf Gooftaa Ta'uu Isaa
12 Eenyutu bishaanota harkaan hammaaree safare? Eenyutu waaqota taakkuudhaan safare? Eenyutu biyyoo lafaa guubootti naqee fixuu danda'a? Eenyutu tullootaa fi gaarota madaalii irra kaa'a? 13 Eenyutu humna hafuura Waaqayyoo shallaguu danda'a? Eenyutus Waaqayyoon gorsee barsiisuu danda'a?

07/04/2024

Macaafa isaayas raajiicha 40【1...

Sagaleen Jajjabinaa Himamuu Isaa
1 Waaqayyo keessan, "Jajjabeessaa! Saba koo jajjabeessaa! 2 Garaa saba Yerusaalem kan rukutu dubbadhaatii, cubbuu isaa hundumaaf harka Waaqayyo keessaa adaba dachaa lama akka fudhate, barri inni garbummaatti rakkachaa ture akka raawwate, yakki isaas akka dhiifameef, itti himaa!" jedha.

3 Sagaleen nama lafa onaa keessaa lallabu tokkoo, "Waaqayyoof karaa tolchaatii haraa, lafa duwwaa keessattis karaa gooftaan keenya irra adeemu qajeelchaa! 4 Dachaan hundinuu ol haa kaafamu, tulluun, gaarris hundinuu haa kuffifamu! Inni bu'aa-ba'iin diriiraa haa ta'u, inni wal caccaalaanis wal haa qiqixxaatu!

5 Yommus ulfinni Waaqayyoo in mul'ata, Waaqayyo ofii isaatii kana waan dubbateef, namni hundinuu kana arguuf jira" in jedha. 6 Sagaleen tokko, "Labsi!" utuu jedhuu nan dhaga'e, ani immoo kana irratti, "Maal jedhee labsu?" nan jedhe; inni immoo deebisee, " 'Namni hundinuu akka margaa ti, miidhagummaan isaanii hundinuus akka daraaraa bakkee keessaa ti;

7 yommuu Waaqayyo hafuura isaanitti baafatu, margichi in coollaga, daraarichis in harca'a; dhugumaan sabichi akka margaa ti; 8 margichi in coollaga, daraarichis in harca'a, dubbiin Waaqayyo keenyaa garuu bara baraan dhaabatee in hafa' jedhi!" jedhe.

9 Yaa isa Xiyoonitti misraachoo himtuu tulluu dheeraatti ol ba'i! Yaa isa Yerusaalemitti misraachoo himtuu, sagalee kee humnaan ol fuudhi! Ol fuudhi, hin sodaatinis! Mandaroota Yihudaatiin, "Ilaa, Waaqayyo keessan!" jedhi. 10 Kunoo, Waaqayyo gooftaan humnaan in dhufa, irree isaatiinis in mo'a! Kunoo, gatiin inni namaaf kennu isa harka jira, miindaa isaas of duraa qaba;

11 inni akka tikseetti hoolota isaa in tiksa, ilmoolees harka isaatiin walitti in sassaaba, kaasuutti isaan in baata, haadhotii hoolotaa warra hoosisanis suuta jedhee in oofa.

Waaqayyo Uumama Hundumaaf Gooftaa Ta'uu Isaa
12 Eenyutu bishaanota harkaan hammaaree safare? Eenyutu waaqota taakkuudhaan safare? Eenyutu biyyoo lafaa guubootti naqee fixuu danda'a? Eenyutu tullootaa fi gaarota madaalii irra kaa'a? 13 Eenyutu humna hafuura Waaqayyoo shallaguu danda'a? Eenyutus Waaqayyoon gorsee barsiisuu danda'a?

31/03/2024

!
✓Abbaan qe'ee qe'eesaa ni bareechata.Ormi garuu otoo irra jiraatuu kosii irratti gata,qe'ee garuu bareechuu hin barbaadu.Sababnisaa qe'een kansaa mitikaa,boru dhiisee deemuu mala waan ta'eef amma irra jiraatuutti waan saammachuu qabu qofa saammatee irraa deema.

✓Nama hojii hojjechaa jiruun jabaadhu jedhanii jajjabeessuun gaariidha! Ilaalcha siyaasaa adda adda qabaachuu malla,hojii hojjetamaa jiruuf ,otoo si hin galateeffatiin darbuun shaggaa moti. Akkuma jalqabdee jirtutti finfinnee qulqulleessi!
Jarritti gaafa iyyisiiftu garaan koo akka nama Aannaan dhuge na ta'a!

✓Yoo dandeessan immoo, dargaggeessa , barataafi oromoo finfinneef jecha qabsoo irratti aarsaa kaffalee aangoo sinitti kenne kana;

1ffaa Abbaa biyyummaa Oromoo inni finfinnee irraa qabu jala sararaati murteessa! ✍️
Oromoon sin wajjiin Jira maal sodaattu? Maaltu dhufa? Maal fidu? Yoo baayyate ni boo'u... Sooftii kenniinaaf! 😁

2ffaa hojii dhabaa,dargaggeessa hojii hin qabneef hojii uumaa ,namni siyaasa waliin burjaajja'u dhiisee hojii diinagdee jabeessu irratti akka xiyyeeffatu godhaa! Namni gaafa hojii argate dhimma ajandaafi siyaasa tortoraa waliin mataa dhukkubsachaa hin oolu,wal qocholaa, dhimma amantii fi waan fokkisaa irratti hin bobbaa'u.

3ffaa Oromoo Abbaa qe'ee godha! Akkamitti?
Lafa finfinnee kana dargaggeessa otoo hin taane,dureessa qarshii qabutu bakka 100 ol lafa kaartaan chabachabee kansaa godhate.
Hattuu alagaafi Kan firaatiin lafti finfinnee akka qirca loonii cirame.
Dargaggeessa oromoo harki duwwaa waan ta'eef sadarkaa sana ga'u dadhabee cinaatti dhiibbame.
Kanaafuu amma seeraan dargaggeessi mana jireenyaa akka argatuufi hojii uummatee akka jiraatu godhaa!

Dargaggeessi yoo kunuunfame biyya ijaara! Yoo daddarbitan garuu isumatu biyya diiga deebisee! Abdiin biyya kanaa dargaggeessa kaleessa harka duwwaa qabsoof afaan qawwee fuuldura dhaabbateefi warra barateetu jijjiira!
Jabaadhu KMF Aadde Adanech Abiebie- አዳነች አቤቤ
✍️
Galatoomaa 🥰👌 J.D

Qeeqni keenya jabina keetiif

Photos from Kebede bejiga's post 12/03/2024

¶√°Obsaan naafdubbiisa
leencaa ulfaa guutu tokkotu turee.
Yeroon da.umsaa ishees gahee ciininsuun itti jabbaattee.
Kanaas ta.e sanaa da.un waan hin olleedha. Mitiire.
Leencii kun akkumaa deessen ilmooshirra duutee.
¶√°ilmoon leencaa kuniis osoo ciisaa jiirtu. Hoolaan ilmoolee bayyee ofjaala qabdu.tokko ilmoo leencaa haatii irraa duutee sanaa fuutee ilmooshe waliin guddiifte.
¶√°ilmooleen hoolaas ilmoon leencaas walumaan guddatani.
¶√°guyyaa tokko bosoona keessa seenanii osoo nyaata barbaddacha jiraani. Leencii biiraa hoolota kanaa
Nyachuf yoo hari.u hoolota keessatti
Leenca argee dhabbaate ilaale.
¶√° achi bodaa atihoo maltateet baqattaa. Siilaa leencaa kottumee jedhe ofitti wamee.
¶√° leencii hoolota gidduutti guddaate kuniis lakkii anii hooladha leenca mitii.nanyaatta hindhuufu jedhe Didee.
¶√°siin nyaadhu dhugaa kottu waan sii agarsiisa jeedhee leencichi fuudhe
Hoolota biraa gaara gaarba guddaa tokkotti geesse of ilaaliime jeedhen
¶√°sanbooda leencaa ta.usa of argee.
Leencii fudhe hoola giiddudha basee sun bokkisimee ammaa jeedhen yeroo inni
¶√°bokkiisu bosoona keessa kuruphefi gadaamsi bosoona qaala keessa baqqachutti ka.an innis adaamsee nyaachu egaale.
¶√°leencichii inni isaa wamee sun ergaa durii margaa nyaatta akka hoolaa ammaa nyadhuka foon jeedhen jeedhama.
Egaa meeqan keenyaatu ammaa keenyaaf bakkaa keenyaa beekna laata.
$. bakkake malee hindhaabatiin.
Waandubbiistaanif gaalatoma
# #-kebede [email protected]

02/03/2024

Namni jiraachuu kee jibbu,
milkaa ina kee akka waraana
Addunyaa-3ffaatti of irraatti sodaata.

17/01/2023
24/12/2022

DANDEETTI NAMA AMANSIISUU QABACHUU

Iccitiin milkaa'ina inni guddaan dandeetti nama amansiisuu keessa jira. Furtuuwwan waan feete argachuu si dandeessisan keessa oogumi (ogummaan) nama amansiisuu isa hangaafati. Dandeetti nama amansiisu malee homaa hojjechuu hin dandeessu. Dandeettin nama amansiisuu yeroo mara dammaqaa akka taatu si godha. Qalbii qabachuun immoo addunyaa kana akka feetetti akka ooftu si dandeessisa. Addunya kanarraatti namootni milkaa'aniif addunyaa kana akka fedhaniiti naannessan namoota oogummaa nama amansiisuu qabanidha. Kanaaf atis bakka yaadde sana ga'uuudhaaf dandeetti nama amansiisuu gabbifachuu qabda. Dandeetti nama amansiisu gabbifaachuun namoota amansiisuu qofaf si faayyada osoo hin taane, goyyoomsaa namootaatti haaxxee akka taatu si godha.

Ogummaan nama amansiisuu waantoota gurguddoo shan irratti xiyyeeffaata. Isaanis; Sona, Ilaalcha, Maddaa kakkaa'umsa, Amantaa fi Amala.
Amantaa jechuun waan namootni dhugaa yookaan soba ta'u amanan jechuudha. Namni tokko Waaqayyooti ni amanan jechuun, namni sun waaqayyoo akka jiru amantaa qaba jechuudha.
Sona jechuun immoo waanta namootni jireenya isaanii keessatti argachuun baayye isaan gammaachiisu jechuudha. Namni sonnisaa barnoota ta'e waan kamiyyuu caalaa barnootatu isa gammaachiisa.
Maadda kakkaa'umsa jechuunis, waanta namoonni waan tokko akka godhaanif isaan kakkaasu jechuudha. Nama maallaqa hedduu horachuu fedhu odeeffannoon maallaqaan boocame madda kakkaa'umsaa isaati.
Ilaalchaa jechuun immoo waan namni tokko jaallatu ykn jibbuu, deggeru ykn mormu, walumaagala waan tokko badaa ykn gaariidha jedhe ibsuun ilaalcha namni sun waan sanaaf qabu agarsiisa.
Amala jechuun immoo gocha namoota ijaan argamu jechuudha. Galmi guddichi ogummaa namoota amansiisu amala namoota jijjiruudha.

Photos from Kebede bejiga's post 07/12/2022

NAGAAN BOQODHAA
Luba Balinaa Sarkaa Hojiin Isin Jireeenya keessan keessatti gootan yoomiyyuu nu keessaa hin badu. Wangeela lallabuu fi eergaawwan adda addaa karaa keessan dubbatamaa ture qabatamaan argineerras argaas jirraa fuldurattis nii argina. Seenaa hin dagatamne Hojjetanii gara Abbaa keessanii deemtan, Nu biraa dhabamuu keessaniif Gaddi nutti dhaga'ameera.
Maatii keessanii fi Guutummaa Oromiyaafi Ethiopiaf Jajjabina Hawwina!
Yoomiyyuu Isin Yaadanna!
Hojiin keessan Nu boonsaa!
Nagaan Boqodhaa
RIP!

30/11/2022

Tokkummaan Humna!

☞ Tokkummaa jechuun tokko ta'uu jechuu osoo hin taane waliin ta'uu jechuudha. Mul'ataa fi galma waliiniitiif waliin hojjachuu jechuu dha.

☞ Namni tokko akka coba tokkooti, tokkummaan garuu akka galaanaa fi garbaa akka taanu nu godha. Qubni tokko fuula hin dhiqu kan jedhamus kanumaafi. Tokkummaan garuu humna guddaa dha.

☞ Jirbiin wal gargaartee arba hiiti akkuma jedhamu, waliin taanee, wal gargaarree haala ulfaataa nuti hin injifanne, gaara nuti hin yaabne, dachaa nuti hin fullaane, guddinni nuti bira gahuu hin dandeenye hin jiraatu!

☞ Hundumti keenya bakka jirrutti, wal gargaaruuf, waliin hojjechuuf, waliin guddachuuf, tokkummaa keenya cimsachuun nurraa eegama!

Dargaggoota Badhaadhinaafi deggartoota hundaaf
Halkan Gaarii!!

30/11/2022

Of dubaa waggaa shan 5n deebi.ii yaadii.
Iddoo haarra irraa jirtuus yaadi.
Karoora fulduurakees waan gochuu qabduu
Kan waggaa shani 5ni baasi.
Jiirachuuf qoramuun akkuma jiruu
Mohaachuf /darbuuf immoo obsuun diirqama.

Photos from Kebede bejiga's post 29/11/2022

amma hordoftoota 400 gaheera! deeggarsa itti fufiinsa qabuuf galatoomaa. tokkoon tokkoon keessan malee gonkumaa gochuu hin danda'u ture. 🙏🤗🎉

I've just reached 400 followers! Thank you for continuing support. I could never have made it without each and every one of you. 🙏🤗🎉

አሁን 400 ተከታዮች ደርሻለሁ! ለቀጣይ ድጋፍ አመሰግናለሁ። ያለ እያንዳንዳችሁ በፍፁም ማድረግ አልችልም ነበር። 🙏🤗🎉

Photos from Kebede bejiga's post 17/11/2022
Photos from Kebede bejiga's post 14/11/2022

Akkasumaan yaaddofna, garuu wanti ta'uu qabu yeroo isatti ni ta'a. Waan nurraa eegamu sirritti raawwachuu fi baay'ee yaadda'uu dhiisuutu nurraa eegama. Jireenyi ilmaa namaa tokkuma.Iddoo sagal yaadun iddoo tokko nama dadhabsiisa.
》》》》》》》》》》》》》》》》》》》》
በከንቱ እንጨነቃለን, ነገር ግን መሆን ያለበት በጊዜው ይሆናል. የሚጠበቅብንን እንድናደርግ ይጠበቅብናል እና ብዙም እንዳንጨነቅ። የሰው ህይወት አንድ ነው ዘጠኝ ቦታ ማሰብ አንድ ቦታ ያደክማል.

14/11/2022

Wajjiira mummee haara ijarrama jiruu kanaa fakkata boruun biyyaa kanaa fagoodha dhaloonnii kaalaqa haraan as bahuu qabduu!!!
=============/=/////=================
$አዲሱ ዋና መሥሪያ ቤት በመገንባት ላይ ነው የዚች ሀገር የወደፊት እጣ ፈንታ እሩቅ ነውና አዲስ የፈጠራ ትውልድ ሊወጣ ይገባል!!!

14/11/2022

Manneen hojii mootummaa keessatti teknoloojii gargaaramnee abbaa dhimmaa sirnaan keessummeessuun itti quufinsa haa mirkaneessinu!

Photos from Kebede bejiga's post 14/11/2022

, shaggar, shaggar, ‼️
**********
Magaalan haarawaan moggaasa maqaa Oromoon ganamaa ittiin waamu jedhamtu seeran bu'uureffamtee jirti. Magaalan tun:
1. magaalota Godina Addaa Naannawa Finfinnee kan akka Sabbataa, Burraayyuu Duukam, Galaan, Bishuuftuu, Lagaxaafoo, Sulultaa fi magaalota naannawa Finfinnee hunda of jalatti hammatti.

3. Magaalonni Godina Addaa kantiibaadhaan bulaa turan hunduu magaalaa Shaggar jalatti ijaarramuun bulchiinsa kantiibaa tokkoon bakka tokkitti bulu.

5. Aanonni baadiyyaa fi magaalonni baadiyyaa Godina Addaa Naannawa Finfinnee jalatti bulaa turan bulchiinsa magaalaa Shaggar jalatti bifa haarawaan caaseffamuun bulu.

6. Bulchiinsa magaalaa Shaggar kantiibaa tokkoo fi itti Aanaa kantiibaa sadiin bulti.

8. Maqaan Godina Addaa naannawa Finfinnee jedhu kanaan booda hafuun maqaa haarawa Shaggar jedhamuun waammamu.

10. Magaalli Shaggar Aanaa 12 fi bulchiinsa magaalaa tokkoon bulti.

12. Maqaalen aanotaa fi Gandootaa moggaasa ganamaan moggaafamuun waammamu.

12/11/2022

"Nageenyi, kunuunsa lammii hundaa gaafata!
********
Nageenyi qabeenya waloo keenyaati. Nageenya itti fufiinsa qabu mirkaneessuuf hirmaannaa hawaasaa cimaa ta'een yaadamoota walitti bu'iinsa babal'isan dhabamsiisaa aadaa waliin jireenya hawaasaa bu'uura cimaa irratti ijaaruun murteessaadha.

Misoomaa fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuuf galmoota nageenya itti fufiinsaa dhugoomsuuf qabaman qindoomina qaama hundaatiin hojiirra oolaa deemuu qabu.

Nageenyi fageenyaa kan dhufu miti. Qabeenya hawaasummaa tokkoon tokkoon lammiilee harkatti argamu fi itti gaafatamummaa hundaatis barbaadudha.

Biyya diinagdeedhaan jabaattee fi fayyadamummaa hunda galeessa mirkaneessite horachuuf nageenya naannoo keenyaa cimsinee eeggachuun murteessaadha. Nageenyi keenya akka nu harkaa hin baaneef sirnaan kunuunsuu fi eeguutu nurra jiraata.

Galmootni nageenya dhugaa fi itti fufiinsa qabu mirkaneessuu akka dhugoomaniif dhimmoota walitti bu'iinsa babal'isan fi nageenya dhabamsiisan waloodhaan maqsuun murteessaadha. Lammiin hunduu bakka jirutti nageenya labsuu fi tiksuun daran murteessaadha.

"ሰላም የዜጎችን ሁሉ እንክብካቤ ይፈልጋል! ******* ሰላም የጋራ ሀብታችን ነው። ዘላቂ ሰላምን ለማረጋገጥ በጠንካራ ማህበረሰብ ተሳትፎ ግጭትን የሚያበረታቱ አስተሳሰቦችን ማስወገድ እና የባህል አብሮ መኖርን በጠንካራ መሰረት ላይ መገንባት አስፈላጊ ነው። ልማትና መልካም አስተዳደርን ለማስፈን የዘላቂ ደኅንነት ግቦች ከሁሉም አካላት ጋር በቅንጅት መተግበር አለባቸው። ደህንነት በርቀት አይመጣም። በእያንዳንዱ ዜጋ እጅ ውስጥ ያለ ማኅበራዊ ሀብት ነው እና የሁሉንም ኃላፊነት ይጠይቃል. ሁለንተናዊ ጥቅሞችን የምታረጋግጥ በኢኮኖሚ ጠንካራ ሀገር ለመገንባት የአካባቢያችንን ደህንነት መጠበቅ አስፈላጊ ነው። ተገቢውን ጥንቃቄ ማድረግ እና ደህንነታችንን መጠበቅ አለብን። ግጭትን የሚያራግቡ እና ጸጥታን የሚያበላሹ ጉዳዮችን በጋራ ማስወገድ እውነተኛ እና ዘላቂ ደህንነትን የማረጋገጥ ግቦችን ለማሳካት አስፈላጊ ነው። ሁሉም ዜጋ ባለበት ቦታ ሰላምን ማወጅ እና መጠበቅ የበለጠ ወሳኝ ነው።

11/11/2022

Hubaadhu!!!》》》

Namnii obsaa qabu ganaama cirraacha nyaate
Galgaala annaan dhugaa jeedha oromoon.

Dirree dorgommii tokkotti gaafa seentu
Injiiffaachuf dorgoomakee balleessu yaadda tanan siituu dursee injiiffaatame kanaaf injiffannooke kan ibsuu dorgomaakee tahu
Hindagaatiin yeroo garii qabaadha.

09/11/2022

Kaayyoo Paartii Badhaadhinaa!
=======//=======
Kaayyoo Paartii Badhaadhinaa inni ijoon Itiyoophiyaa badhaate dhugoomsuudha. Kana keessatti badhaadhinni:
: Mootummaa Biyyaalessaa jabaa fi fudhatama
qabu ijaaruu
: Misooma Ariifachiisaa fi fayyadaminsa haqa
qabeessa kan mirkaneessu dinagdee hunda galeessa ijaaruu
: Badhaadhina hundumaaf kan mirkaneessu misooma hawaasummaa hammataa mirkaneessuudha
: Paartii Badhaadhinaa Tokkummaa Biyyaalessaa Hawaasa siyaasaafi Dinagdee tokkoo ljaaruu. Tokkummaa biyyaalessaa hoo jennu eenyummaa sabummaa, yookiin kan amantii kan hammateefi eenyummaan
hawaasaa kamuu kan keessaa hin hafne jechuudha.
: Itiyoophiyaanota lja walqixaan kan llaaluufi kan
keessumeessu, fayyadamummaa haqa qabeessa kan mirkaneessu,
mirga sabaafi sablammii kan mirkaneessu, sabdaneessummaa haqaa kan mirkaneessu, dhimmoota biyyaa ijoo ta'anirratti lammii hundi
murteerratti hirmaataa kan ta'u, hirmaannaa aangoofi qabeenyaa haqa qabeessa kan itti ta'u, sirna siyaas-dinagdee ijaaruu, hawaasa siyaasaafi dinagdee tokkoo ijaaruudha.
: Lammileen hiree isaanii akka filatan, karaa filataniin
akka jiraatan kan mirkaneessu, hirmaannaa lammilee hunda galeessa mirkaneessuudhan rakkoolee siyaasaafi dinagdee biyya keenyaa itti fufinsaan hiikuu, mirgoota lammilee gurmaa'uu, walgahuu, barreessuufi yaada bilisummaan ibsachuu, filachuufi filatamuu mirkaneessuudha.
የብልጽግና ፓርቲ ዓላማ! ======/====== የባድሃዲና ፓርቲ ዋና አላማ የበለፀገች ኢትዮጵያን እውን ማድረግ ነው። በዚህ ውስጥ ብልጽግና: #በፖለቲካ፡ ጠንካራ እና ተቀባይነት ያለው ብሄራዊ መንግስት ጠንካራ መገንባት #ኢኮኖሚ፡ የተፋጠነ ልማት እና ፍትሃዊ አጠቃቀም ውጤታማነትን የሚያረጋግጥ አጠቃላይ ኢኮኖሚ መገንባት #ማህበራዊ : ለሁሉም ብልፅግና የሚረጋገጠው ሁሉን አቀፍ ማህበራዊ ልማትን በማረጋገጥ ነው። #እሴቶች፡ የብልጽግና ፓርቲ ብሄራዊ አንድነት የፖለቲካና የኢኮኖሚ ማህበረሰብ ግንባታ። የብሔረሰብ ማንነትን ወይም የሃይማኖትን ማንነትን የሚያካትት ብሔራዊ አንድነትስ? ማንኛውም ማህበረሰብ አልተገለለም ማለት ነው። ፡ ኢትዮጵያውያንን lja በእኩልነት ያስተናግዳል። ማስተናገድ፣ ፍትሃዊ ተጠቃሚነትን ማረጋገጥ፣ የብሔረሰቦችን መብት ማረጋገጥ፣ ፍትሃዊ ብሄረሰብን ማረጋገጥ፣ ሁሉም ዜጎች በሀገሪቱ ቁልፍ ጉዳዮች ላይ በውሳኔ ሰጪነት ተሳትፎ፣ ፍትሃዊ የስልጣን እና የሀብት ክፍፍል፣ የፖለቲካ-ኢኮኖሚ ስርዓት ግንባታ፣ የፖለቲካ እና የኢኮኖሚ ማህበረሰብ ግንባታ። #ነጻነት፡- ዜጎች እጣ ፈንታቸውን በመረጡት መንገድ እንዲመርጡ መኖራቸውን ለማረጋገጥ፣ የሀገራችንን ፖለቲካዊና ኢኮኖሚያዊ ችግሮች ያለማቋረጥ የዜጎችን ሁለንተናዊ ተሳትፎ በማረጋገጥ መፍታት፣ የዜጎች የመደራጀት፣ የመሰብሰብ፣ የመጻፍና በነጻነት የመግለጽ፣ የመምረጥና የመመረጥ መብቶችን ማረጋገጥ።
The Purpose of the Prosperity Party! =======//======= The main goal of the Badhaadhina Party is to realize a prosperous Ethiopia. In this, prosperity: : Strong and acceptable National Government build a strong : Accelerated Development and Fair Use building a comprehensive economy that ensures effectiveness : Prosperity for all is ensured by ensuring inclusive social development : Prosperity Party National Unity Building a Political and Economic Society. What about national unity, which includes ethnic identity, or religious identity it means that any community is not excluded. : Treats Ethiopians lja equally and accommodating, ensuring equitable access, ensuring the rights of ethnic groups, ensuring just ethnicity, all citizens on key issues of the country participation in decision-making, equitable distribution of power and wealth, building a political-economic system, building a political and economic society. : Citizens to choose their destiny, in the way they choose to ensure that they exist, to continuously solve the political and economic problems of our country by ensuring the inclusive participation of citizens, and to ensure the rights of citizens to organize, assemble, write and freely express, vote and be elected.
Ujeedada Xisbiga Barwaaqada! ======//====== Hadafka ugu weyn ee Xisbiga Badhaadhina waa in la xaqiijiyo Itoobiya oo barwaaqo ah. Tan, barwaaqada: ahaan: Dawlad Qaran oo adag oo la aqbali karo dhis xoog leh : Horumarka La Dardargaliyay iyo Isticmaalka Cadaalada dhisidda dhaqaale dhamaystiran oo hubiya waxtarka : Barwaaqada dadka oo dhan waxaa lagu hubiyaa iyadoo la xaqiijinayo horumar bulsho oo loo dhan yahay : Xisbiga Barwaaqo Midnimada Qaran Dhisidda Bulsho Siyaasadeed iyo Dhaqaale. Ka warran midnimada qaranka, oo ay ku jirto aqoonsiga qowmiyadeed, ama aqoonsiga diimeed macneheedu waxa weeye in aan beel kasta laga saarin. : Si isku mid ah ayuu ula dhaqmaa Itoobiyaanka lja iyo dejin, hubinta helitaan siman, hubinta xuquuqda qowmiyadaha, xaqiijinta qowmiyadaha caddaaladda, dhammaan muwaadiniinta arrimaha muhiimka ah ee dalka ka qayb qaadashada go'aan qaadashada, awood qaybsiga hantida iyo sinaanta, dhisidda nidaam dhaqaale oo siyaasadeed, dhisidda bulsho siyaasadeed iyo dhaqaale. : Muwaadiniintu inay aayahooda ku doortaan qaabka ay u dooranayaan si loo xaqiijiyo inay jiraan, in si joogto ah loo xalliyo dhibaatooyinka siyaasadeed iyo dhaqaale ee dalkeena, iyadoo la hubinayo ka qaybgalka loo dhan yahay ee muwaadiniinta, iyo in la sugo xuquuqda muwaadinka ee abaabulka, isu-ururinta, qoraalka iyo si xor ah u cabbiri karo, waxna dooran karo, waxna lagu dooran karo.

06/11/2022

Wayii lolaa ulee namaa meeqatu beeka namaa meeqatu yaadata.buhaan isahoo malii miidhaan isaa siinifan dhiisa !!!

06/11/2022

Ibsa Gaddaa!

Gaaddisa artii Oromoo, falmaa bilisummaa fi waqixxummaa dhala namaa kan ta'e Dr. Artiist Alii Birraa du'aan boqochuun ummata Itoophiyaa maraaf addatti ammoo ummata Oromoof gadda ulfaataadha.

Alii Birraa guddina artii Oromoo qofa otoo hin taane kallattii guddina siyaas-diinagdeefi hawaasummaa ummata Oromoo akeekuun injifannoo ummanni keenya har'a gonfateef nama gumaachaa qaalii taasisedha. Gumaacha Dr. Artiist Alii Birraa taasise dhaloonni bara baraan yaadata. Dr. Artiist Alii Birraa nama artiif amanamee ummataaf jiraate waan ta'eef sirboonni isaa Itoophiyaa biratti jaalala, sadarkaa idil addunyaatti ammoo dinqisifannaa guddaa argachuu danda'aniiru. Mootummaan Naannoo Oromiyaa Dr. Kabajaa Alii Birraaf Jannata ummata Oromoo, dinqisifattootaafi maatii isaatiif ammoo jajjabina hawwaa Sirna geggeessaa goota tokkoof raawwachuudhaaf Koreen Biiroo Aadaafi Turiizimii Oromiyaan hogganamu hojiitti galee jira.

05/11/2022

Wallaalummaan ofiinu dhufti.
Beekumsa abbaatu barbaaddata.
Hiyyummaan ofiinu dhuftii.
Qabeenya abbaatu barbaaddata.
Hojii bayyee ulfaatan hojii atii ofiikeerratti hojjattudha.kanaaf ittii yaadii karorsii hojjaadhu.!!!

Photos from Kebede bejiga's post 03/11/2022

"Aarsaa Itoophiyaaf jecha kanfaltan hin dagannu!" Dargaggoonni Magaalaa buraayyuu guyyaa Ganamaan RIB waggaa 2ffaa ilaalchisee bifa addaan kabajanii jiru. Dargaggoonni kaka'uumsa isaaniitiin dursanii karoorsuun T-shirt maxxansiisanii uffachuun guyyicha yaadatanii oolan. Gaheen dargaggootaa biyyaa ijaaruu fi tiksuu keesaatti bahaa jiran olaanaa dha.

"We will never forget the sacrifices you made for Ethiopia!" The youth of Burayu town celebrated the 2nd anniversary of the RIB in a special way. The youths planned ahead and wore T-shirts to commemorate the day. The role of the youth in building and protecting the country is paramount.

"ለኢትዮጵያ የከፈልከውን መስዋዕትነት መቼም አንረሳውም!" የቡራዩ ከተማ ወጣቶች 2ኛ ዓመት የምስረታ በዓልን በልዩ ሁኔታ አክብረዋል። ወጣቶቹ ቀኑን ለማክበር አስቀድመው እቅድ አውጥተው ቲሸርት ለብሰው ነበር። ሀገርን በመገንባትና በመጠበቅ ረገድ የወጣቱ ሚና የላቀ ነው።

Want your organization to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Wajjiira mummee haara ijarrama jiruu kanaa fakkata boruun biyyaa kanaa fagoodha dhaloonnii kaalaqa haraan as bahuu qabdu...
Wayii lolaa ulee namaa meeqatu beeka namaa meeqatu yaadata.buhaan isahoo malii miidhaan isaa siinifan dhiisa !!!
✧ "አስታውስ! ቁጣ ሲወሰን ውሳኔዎች ሊመለሱ አይችሉም!" በተመሳሳይም ትንሽ ስህተት የዓመታት መልካም ሥራን ሊያበላሽ ይችላል. ➛ ታጋሽ እና ➛ ረጋ ብሎ ማሰብ ዋናው ነገር ነው።♡♤♡✧ "አ...
Maloo yaa umaa keenyaa lammii keenyaa biyyaa keenyaa yaadadhu namnii dhaloonni waqayyoon kadhaachu dhiiseera hunduu gara...
#-jalaallii-Qabiyyee-ciimaa ofkeessa qabaa!!!
Maloo ol adeema kanaa naf ebbisaa guddaadhuu jedhani
Like share gochuun nabukkee dhabadha maatii naafta.a
Like & subscribe godhun nujajjabeesa
Mee dhaggeeffadha sin haffeerera like & subscribe godha

Category

Telephone

Website

Address

Amboo Rod Around Jeldu
Addis Ababa
Other Swimming pools in Addis Ababa (show all)
Oromian Haa Dursitu Oromian Haa Dursitu
Oromia
Addis Ababa, GULALLE

OROMOON GADAAN BULA

Umar,nasir Umar,nasir
Addis Ababa

Jamàl Jamàl
Addis Ababa

Ḱńǵ íźźúú húśśééń Ḱńǵ íźźúú húśśééń
Galamsoo
Addis Ababa

izadiin husseen

Bonsa Bonsa
Addis Ababa

Mu'aaz Sheikh Saadiq Mu'aaz Sheikh Saadiq
Harar
Addis Ababa

Wdo Wdo
E/Qumbii
Addis Ababa, 0924

An hamdii waarihoo gmail.com

Seefu sunxal Seefu sunxal
Addis Ababa

Muniir shariif jimmaa Muniir shariif jimmaa
Jimma
Addis Ababa

Jallataa din Islaam Jallataa din Islaam
Addis Ababa

Ethio piece Ethio piece
Addis Ababa