Kebede bejiga, Addis Ababa Videos

Videos by Kebede bejiga in Addis Ababa.

Click to enable sound Next

Other Kebede bejiga videos

Wajjiira mummee haara ijarrama jiruu kanaa fakkata boruun biyyaa kanaa fagoodha dhaloonnii kaalaqa haraan as bahuu qabduu!!! =============/=/////================= $አዲሱ ዋና መሥሪያ ቤት በመገንባት ላይ ነው የዚች ሀገር የወደፊት እጣ ፈንታ እሩቅ ነውና አዲስ የፈጠራ ትውልድ ሊወጣ ይገባል!!!

Wayii lolaa ulee namaa meeqatu beeka namaa meeqatu yaadata.buhaan isahoo malii miidhaan isaa siinifan dhiisa !!!

✧ "አስታውስ! ቁጣ ሲወሰን ውሳኔዎች ሊመለሱ አይችሉም!" በተመሳሳይም ትንሽ ስህተት የዓመታት መልካም ሥራን ሊያበላሽ ይችላል. ➛ ታጋሽ እና ➛ ረጋ ብሎ ማሰብ ዋናው ነገር ነው።♡♤♡✧ "አስታውስ! ቁጣ ሲወሰን ውሳኔዎች ሊመለሱ አይችሉም!" በተመሳሳይም ትንሽ ስህተት የዓመታት መልካም ሥራን ሊያበላሽ ይችላል. ➛ ታጋሽ እና ➛ ረጋ ብሎ ማሰብ ዋናው ነገር ነው።ጥበብ አገር ይገነባል።♡♤♡✧ ==/////////≈=≈≈====≈============ "YAADADHU! MURTOON YEROO AARII MURTEESSAN DUUBATTI HIN DEEBI'AMU!" Akkasuma dogoggorri xiqqoon hojjetamu waan gaarii waggaa hedduu hojjetame balleessuu waan danda'uuf, ➛ Obsa qabaachuu fi ➛ Tasgabbaa'anii itti yaaduun hunduma caalatti barbaachisaa dha.ogummaan biyyaa ijaara.》》》》》

Maloo yaa umaa keenyaa lammii keenyaa biyyaa keenyaa yaadadhu namnii dhaloonni waqayyoon kadhaachu dhiiseera hunduu garaa Jabummaan yaadasatti oflaatera haraarake nubarbaachisa maloo biyyaa keenyaf hararriike Ethiopiaf hararriikee Oromiyaaf hararriikee Maloo walii galtee nufkeennii Maloo waldhageettii nufkeenni Nuttii ulfaate malee siif salphaadha Maloo akkaa amantaa keessanitti Waqayyootti iyyaa haraara kadhadhaa Biyyaa diigamteerra homtuu hin argaamu Mee obsaan farfaanna kana dhaggeffadha!!

#-jalaallii-Qabiyyee-ciimaa ofkeessa qabaa!!!

Maloo ol adeema kanaa naf ebbisaa guddaadhuu jedhani

Like share gochuun nabukkee dhabadha maatii naafta.a

Like & subscribe godhun nujajjabeesa

Mee dhaggeeffadha sin haffeerera like & subscribe godha

Bagumaan waqayyoon qabaadhee isaa dhoksaan waan hundumaa harkaasa jiruu uuuuuuufff umaakoo galaatakee isaa garaansa gaddeef isaatu ho.aa ulfaadhu yesus

Ebbaa leenjii gachaana sirnaa gandaa Gafarsaa nonnoo

Itti ebbifaama lammiwwankoo