ABO G - OLF United, Addis Ababa Videos

Videos by ABO G - OLF United in Addis Ababa. The United Oromo Liberation Front is a political org established in 1973 by Oromo nationalist. The fundamental objectives is to struggle, defend & protect the rights of Oromo nation to self-rule. The UOLF is a register opposition party in Ethiopia.

OBS-HD ABO Gamtoome,Abbaa Nagaa Jaarraa haala yeroo siyaasa Oromoo irratti maal jedhan?

OBS-Hayyu-Dureen ABO Gamtoome,Abbaa Nagaa Jaarraa haala yeroo siyaasa Oromoo irratti maal jedhan?

Other ABO G - OLF United videos

OBS-HD ABO Gamtoome,Abbaa Nagaa Jaarraa haala yeroo siyaasa Oromoo irratti maal jedhan?
OBS-Hayyu-Dureen ABO Gamtoome,Abbaa Nagaa Jaarraa haala yeroo siyaasa Oromoo irratti maal jedhan?

Marii hoogganootni ABO OMN woliin godhan irraa kan fudhatame

Jilli ABO kan Jaal Abbaa Biyyaa Roobaa fi Dr.Nuroo Daddafoo of keessa qabu bobbaaf gara Arsii Lixaa jiru. Marii oowwaa magaalaa Shashamanneettii ummataa fi miseensota dhaabaa woliin godhan kana fakkaata. Ammaaf video gabaabdu tanaan bohaara. Booda irratti baldhinnaan oolmaa jila kanaa isinii maxxansina nu hordofaa.

Gaafii fi deebii hayyu duree Abbaa Nagaa Jaarraa waliin taasifne: ******************************************** JARMAAYA ABO keessaan maaltu Yaddeesa?

Wallee moo’innaa keenyuma, woli irratti abdadhaa; jiraadha lalisaa, adawiin haa dhumtu jedhu kan kora sabaa 4ffaa irratti woraabbame kanaan bohaara.

Ibsa ABO Tokkoomeefi ABO Qaama Ce'umsaa walitti ida'amuu isaaniirratti hundaa'uun kennan. (Eebla 16 2019)
Ibsa ABO Tokkoomeefi ABO Qaama Ce'umsaa walitti ida'amuu isaaniirratti hundaa'uun kennan. (Eebla 16 2019).

Miseensota WBO Ajajoota fi Qondaalota ABOT yeroo stadium Madda Walaabuu Baalee Roobaa keessatti ummata duratti Muldhatan irraa kan fudhatameedha

Waamicha Waraana Bilisummaa Oromoo duriif ABOT Zoonii Kibbaa Bahaa Oromiyaa Magaalaa Guddoo Godina Baalee Roobee keessatti godhame milkiin xumuramee jira.Guyyaa Ardhaa Bitootessaa 16-03-2019 Waamicha godhame irratti WBO,Bakka bu’oonni Jaarmaya ABOT Godinaalee adda addaa,Hawwisoo WBO fi ummatni Godina Baalee ganamaan stadium Magaalaa Roobee guutan Waamicha godhameef Naamusaa fi tasgabbiin dhaggeeffataa oolan Booda irratti WBO fi Miseensota Jaarmaya Galma Magaalaa Roobee keessatti argamuun Hoogganoota Dhaabaa waliin marii baldhaa godhuun Ibsaa Ejjannoo Baafatani Gammachuun addaan galan.

ABO-T Ibsa Miidiyaaf Kennamee: Muddee 9/2011
OBN Muddee 09, 2011 - Injifannoo Uummanni Oromoo itti wareegamee fide, Paartileen Siyaasaa Oromoo wal-hubannaadhaan fiixaan baasuu qabnaa jedhe Addi Bilisummaa Oromoo Tokkoomee. Diina waloo qabnu mo’achuudhaaf walirratti qabsaa’uu osoo hin taanee, waliin qabsaa’uutu fala ta’as jedheera. Addichi haala yeroo Oromiyaan keessa jirtu irratti miidiyaaleef ibsa kenneera.

Marii
Marii update

Simannaa Adda Bilisummaa Oromoo Adaamatti Kana fakkaata ture, Haasawa Jaal Amiin Junditti dhihaadhaa!

ABO
Kun simannaa Hooggansa Adda Bilisummaa Raayituutti ta'e dha!

OLF Tour Adaamaa Galma Abbaa Gadaa
Hooggansi Adda Bilisummaa Oromoo Galama Abbaa Gadaa , Adaamatti “Tokkummaa,Yaa Ilmaan Oromoo Tokkummaa jedha jira” The Oromo Liberation leadership in Adaamaa Abbaa Gadaa

ABO at Ambo July 15, 2018
Part 3 and Historical video. Back in 1996 the Mayer of Ambo at the time declered that the Oromo Liberation Front( OLF) was dead in Ambo. To symbolically demonistrate the death, he burned part of the Resistance Flag and burried the rest in public. On july 15, 2018, those who knew the story mentioned to the visisting OLF leadership, and the informants also located where that Flag was buried. 22 years later,as you can see from the video the OLF leadership errected a flag pole with the Resistance (OLF) flag on at the same place that the other flag was burried. ***As Long as the Oromo people are alive, OLF will never die! Galatoomaa, Ulfaadhaa Woliin milkoofna

ABO Ambo July 15, 2018
Amboo Part 2: Inni Kun Ammoo yeroo Hooggansi Adda Bilisummaa Oromoo Qeerroo dhaan marfamee gara Staadiyeemii Amboo seenu Mul'isa. Inni sadaffaa ammoo Seenaa Ambo keessatti dalagamte isinitti mul'isa. Obsaan kana dura daawwadhaa. Kutaa 3faa itti aansinee maxansina!

Adda Bilisummaa Oromoo Ambo July 15, 2018
Amboo Part 1: Kun Gooticha Ummata Ambooti. Viidiyoon kun yeroo isaan Hooggansa Adda Bilisummaa Oromoo Simachuu dhaaf gara Staadiyeemii Amboo deeman Mul'isa. Vidiyooo biraa kan yeroo Staadiyeemii seenanii fii seenaa jabaa qabu itti aansinee isiniif maxansina. Waan nu hordoftanii fii nu deegartaniif baay'ee galatoomaa isiniin jenna. Akka suuraa fii vidiyoo Daawwannaa Hooggansa dhaaba keenya nu gaheen isiniin geenya (na). Galatoomaa, Ulfaadhaa. From July 15, 2018 Amboo

OLF Chairman, Jaal Abbaa Nagayaa addressing the mass in Dodolaa West Arsii, Oromia during he Oromia Tour.
Update from Dodolaa: Jaal Abbaa Nagayaa Jaarraa, dura taa’aa ABO -OLF haasawa gabaabaa ummata Dodolaa fii naannawa isiitiif taasisan irraa kan fudhatame. Itti dhihaadhaa! OLF Chairman, Jaal Abbaa Nagayaa Jaarraa addressing the mass in Dodolaa West Arsii, Oromia during the Oromia Tour. Next up: Entire Oromia one City at a time...

Video from Baalee Roobee... Welcoming and Celebrating OLF leaderhship.
Adoolessa 11/2018: Ummatni magaalaa Roobee fi Goobbaa bifa hoo'aa kanaan jila ABO simannaa bahani. Akkuma namuu beeku, ummatni Baalee dugugguruu qabsoo Oromoo ta'uudhaan ummata woreega guddaa qabsoo tanaaf kaffale. Qabsaawotni kun bara rakkinaa san bobaa ummata kanaa jalatti dahatanii saba isaaniitiif qabsaawaa turan. Diina woliinis falmaa godhaa turan. Video from Baalee Roobee... Welcoming and Celebrating OLF leaderhship.

Update from #Shashamane, West Arsii Oromia. Mass public turned out to welcome and support their beloved Organization: The Oromo liberation Front (OLF). More Updated will be shared as we receive more reports.

Tour
Kofale ,Biyya Gootaa