Wabii kadir Aha
Nearby public figures
Weil am Rhein 79576
Manawan Lahore, Lahore
Pirapur Jandaha Vaishali Road, Patna New City
Gali No 10 New Ashok Nagar Delhi _96, San Diego
Dumaguete City
Mustfa Said Chawl Room19 Sasti Nahar Kalina Santacruz East Mumbai, Mumbai
Khalilabad 272175
Tunis
Atia, Kumasi
You may also like
falmata ror falmadhu
بمناسبة العام الميلادي الجديد 2023
تم رفع مكافأة دعوة الاصدقاء الى 55 ريال لمدة 48 ساعه
الرابط الخاص بك :-
https://t.me/MAX2023_BOT?start=r03591629984
Baga Gammaddan Carraa Kana Ammuma Itti Fayyadamaa👇
Yoo Xiqqaate Ji'aan Qarshii 20,000 Ol Hojjachuu Ni Dandeessa.
Karaalee Maallaqa Hojjachuuf Hanga Amma Jiran Irraa Baay'ee Salphaa Kan Ta'eedha Kun
Erga Maallaqicha Hojjattee Boodas Karaalee Armaan Gadii Kanaan Maallaqa Hojjatte Baafachuu Ni Dandeessa.
(Karaa Baankitiin) biya kesa jirtan baafachuu ni dandeessa
Kanneen Keessa Kan Sitti Mijateen Maallaqa Kee Baafachu Ni Dandeessa bost kun Kaara telegram yo qabatan Itti Fayyadamaa iti seennaa Liinkii armaan Gadii Tuqudhaan Carraa Gaarii
👇👇
🔗
اكسب دولارات💰 You can contact right away.
🔰 BAGA NAGAAN DHUFTAN 🔰
Itiyoo-Teleekom tamsaasa telegramaa sa'aati guutuu afaan oromoodhan jalqabuu ilaalchisee hordoftoota horachuuf badhaasa qopheessera.
Linkii armaan gadii fayyadamuudhan galmaa'uu keessaniif qarshii 1000 ni badhaafamtu. Namoota 30 yemmuu affeertan immoo dabalataan qarshii 3000, tokkoon tokkoon namoota affeertanif qarshii 100 badhaafamtu.
Liinkii affeerraa Khader. 🔽
Ethiotelecom - Afaan Oromoo Baga nagaan gara Itiyoo telekoom dhuftan! Start jechuudhan galmaa'aa !
Hey folks! Watch me play YT Studio!
Join my Club on Turnip Kadire: https://club.turnip.gg/oZkq3Dwjf8GPkkcn6
Thank you for watching my YT Studio stream. And for all the support you are showing! 🔥,
If you liked my stream, please like and subscribe. It motivates me a lot. :)
And share my channel with your game friends. 🙂 See you on my next stream!!!,
Become a star streamer - https://get.turnip.gg/become-star-streamer
🎮 Streaming via Turnip
Today I am streaming ytstudio. Other popular games:
PUBG Mobile
Garena Free Fire
Among Us
Call of Duty Mobile
Fall Guys
Call of Duty: Warzone
Grand Theft Auto V
Fortnite
Roblox
Minecraft
Watch “Dirama jarsafi jartin hoga fayadhabe jartin jibitu” on YouTube
Watch “Dirama jarsafi jartin hoga fayadhabe jartin jibitu” on YouTube Visit the post for more.
Hubannoo Keessaniif:
Waraanni sirnichaa odeeffannoo waa’ee sochii WBO miidiyaa hawaasaa irraa hin sassaabu. Lafa irratti isaan lolaa jirra. Sirnichi eessatti akka mo’amee fi kutaalee Oromiyaa kam akka WBOn bilisoomse ni beeka. Kanaafuu warri sirnichi maxxansa miidiyaa hawaasaa irratti hundaa’uun bakka itti xiyyeeffatu filachaa jira jechaa jirtan dogoggortanitu. Kana malees dhimma diroonii irratti, opereterooni dirooniin naannoon itti dhukaasaa jiran namoota nagaa akka qabu sirriiti arguu danda’au. Namoota nagaa dogoggoraan ajjeesaa hin jiran, lammii nagaa ajjeesuu fi shororkeessuun kaayyoo isaaniiti! Tooftaa kanaan ummata Oromoo cabsuu dandeenya jedhanii yaadu. Kun si ajaa’ibsiise yoo ta'e, sirni kun waggoota 4n darbaniif ummata Oromoo irratti maal akka raawwachaa ture siif hin galle!
"Yakkoonni Oromiyaa keessatti raawwataman qaama walabaan haa qorataman?" ABO-WBO
Odeeffannoo dabalataa hidha kanaa gadiin argattu
https://tinyurl.com/3uwub2by
Guyyaa 21ffaa
Hidhamtoota Siyaasa Keenya cinaa hiikanii kaan hidhatti dhiisuun silaa Akka isaanitti Tokkummaa Hayyootaafi hawaasa ilaalcha diiguuf yaadaniiti. Garuu hanga ammatti Akka barbaadan San dhabanii jiran.
Ijjibaanni hafeefii jira. Oromoo ammatti akkuma fedhanitti diiguun yeroon isaa dabarte. Oromoo alagaafi jala deemtota alagaa miti, oromtichi tokkoohuu faana isaa dhooyfatee diiguu hin dandahu. Maal akka Isa miidhuufi maal akka Isa fayyaduus tolchee beeka. Yaada Fi ilaalcha Maqaa isaa dhawatu bira dabree jira.
Bilxiginnaan karaa hundaan gooreefi gooroo Diina oromoo jibbuu tahanii Hookkoo baayyee tolfataniis, Oromoon faca'uufii dide. Garuu dhaabbilee oromoo facaasuunfi karaa isaaniitiin diiguun ni dandahamaan Akeeka Isaanii Waggaa lameen dabree kana. Hayyoonni Keenya hidhaa jiru hanga hiikamanii, Hayyoonni Keenya hidhaa bahan humaa dubbatan. Nagaya biyya kanaa kan murteeysu ammoo isaan kana.
Wbo Wabii Sabaa
“ Abbaan haqaa (dhugaa qabu) yoo callise diinni namarratti koora ”
Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu. ”
Arrabni lafee hin qabduu lafee nama cabsiti.
“ Sunsumni jijjiiramuus, abiddi ummata gubaa jiru sanuma.
“ Jeedala ta'ee wagga dhibba jiraachurra, Leenca ta'ee Aadee du'uu naaf wayya. ”
“ Dhimmi maqaa dhimma eenyummaati. Magaalaan guddittiin Xoobiyaa maqaan ishee Finfinnee qofa ta'ee akka beekkamu ni qabsoofna. Maqaa lamaan (addis ababa fi finfinnee) waamun haa hafu. Sangaan Saree jennee yoo waamne eenyummaa isaa jijjiira waan ta'eef, kanaaf maqaan kamuu jijjiirama hin qabu. ”
“ Lafti kan dhaloota sadiiti. 1ffaa kan dhaloota darbee warra eegee asiin gaheeti. 2ffaa kan keenya warra itti jiraachaa jiruuti. kanaaf nuti qofaa keenya gatii lafaas ta'ee dabarsinee kennuu hin dandeenyu. Sagaleen keenya 1/3 qofa waan ta'eef. ”
Kaayyoo ABO
Kaayyoo ABO
Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) jaarmayaa siyaasaa kiyyoo kolonii Habashoota jalaa bilisa bahuuf qabsoo bilisummaa ummatni Oromoo gaggeessu hogganuuf sabbontootaan bara 1973 keessa ijaaramee dha. ABO ijaaramuun hawwi ummata Oromoo jaarraa tokkoo kan qabsoo cimaa fi waaltaawe qabaachuu dhugoomse.
Akeeki hundee QBO mirga hiree murteeffannaa ummata Oromoo kan uumaman qabu mirkaneessuu dha. Mirgi hiree murteeffanna kun mirkanawuun cunqursaa fi saaminsa jaarraa tokkootti xumura godhee yoo danda’ame waltahiinsa siyaasaa walqixxummaa fi fedhii irratti hundaawe ummatoota kaan wajjin utubuu dha.
Mirga hiree isaa murteeffachuuf qabsoon ummatni Oromoo gaggeessu qabsoo haqaa fi mirgaa ti. Mirga bu’uraa isaanii deebifachuuf qabsoon ummatooti godhan chaartara Mootummoota Waltahanii keessatti kan barraawee dha. ABO kan qabsoo godhaa jiru cunqursaa jaarraa tokko dhabamsiisee ummatni Oromoo akka mirga kana gonfatu godhuu dha. Kaayyoo kana bakkaan gahuuf tattaafachuun ABO akeeka dimokraasii irratti kan bu’ura godhatee dha. Kunis ummatni Oromoo walabummaa gosa fedheen jiraachuu ykn ummatoota kaan wajjin tokkummaa siyaasaa ijaarrachuu keessaa murteeffachuuf mirga uumaman qabuu dha.
Bara 1991 aangoon biyya Itophiyaa bulchuu gita bittuu Amaaraa irraa Tigirooti fudhachuun mirgi ummata Oromoo fi ummatoota kaan akka kabajamu hin goone. Jijjiirran tahe kan kabeebsaa, qabsoo bilisummaa qabbaneessuuf kan godhamee dha. Qabsoo bilisummaaf ummatni Oromoo gaggeessu sirna cunqursaa mootummaa irratti kan xiyyeeffate malee ummata kam iyyuu kan hin ilaalle tahuu ABO irra deebi’ee mirkaneessa. Fedhii irratti hundaawanii, bu’ura ummatooti bilisa tahan tokkummaa siyaasaa ummachuuf godhan ijaaruuf ABO fi ummatni Oromoo murteeffatanii jiru.
Adda Bilisummaa Oromoo
Click here to claim your Sponsored Listing.
Videos (show all)
Category
Contact the public figure
Telephone
Website
Address
Oromo
Bahir Dar
DEDER
Shindi Wenberma Yewotatoch Mezinagna Group
Bahir Dar, JOHNDESSIE
Male and female introduce thier self,sharing of idea...
Bahir Dar, 42854268
What you understand missing information four ours to get tell me the resume of about the information