Abdi Hassan

Ani ogumaan qabu walala barsise egas huji umufiiin kayoo tiyaa

07/10/2024

Pirezidantii duraanii Sahaalewarqi Zawdee wanti garaa hammeesse maaliidha?
Sahaalawarqi Zawudee Sambata Onkololeessa 5, 2024 ergaan toora X isaanii irratti maxxansan garaan hammaachuu kanaafis callisa filachuu isaaniis hima.
Ofii maaltu mudate?
Warri keessa beekan BBCtti himaniiru.
https://bbc.in/3Y9XBHj

04/09/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Ibraahim Godane, Ummu Yusraa

04/09/2024

Humni waraanaa Itoophiyaa fi Somaaliyaa walbira qabamee yoo ilaalamu.

==========

Itoophiyaan baayyina uummataa miiliyoona 100 fi miiliyoona 16 ol qabdi, miseensota humna waraanaa hojiirra jiran 162,000 qabdi.

Somaaliyaan baayyinni uummatashee miiliyoona 12 fi kuma 693 ol, garuu baayyinni miseensota waraanaashee hojiirra jiranii kuma 15 qofa.

Itoophiyaan xiyyaara waraanaa 91 qabdi, Somaaliyaan homaa hin qabdu.

Itoophiyaan taankii waraanaa 680 qabdi, Somaaliyaan homaa hin qabdu.

Humni waraanaa waliigalaa biyyootaa madaaluun sadarkaa biyyootaaf kan laatu Global Firepower; bara 2024tti dandeettii waraanaa biyyoota 145, guddina waraana isaanii irraa kaasee hanga meeshaa waraanaa hidhataniitti sakatta’eera.

https://bbc.in/3TgsUNE

Photos from Oromia Media Network's post 23/06/2024
23/06/2024
08/06/2024

Kessa nama hin beekttu kessaqabde namaaflati

23/05/2024

Ministirri Muummee Ispeen beekamtiin Filisxeemiif kennan kun faallaa Israa'el, faallaa warra Yihuudaa yookiin ammoo deeggarsa Hamaasiif akka hin taane ibsan.

''Murteen kun kan fudhatame Hamaas deeggaruuf miti. Akkas jedhamaa jira, garuu dogoggora. Beekamtiin nuti kenninu faallaa qaama kamiiyyuu miti. Nageenyaa fi wal danda'anii waliin jiraachuuf kan haala mijeessuudha,'' jedhan.

https://bbc.in/4dNyRuh

Photos from Shimelis Abdisa's post 29/01/2024
16/01/2024

Moofee koo.

28/12/2023

Hawaasaatti cirrachi hadhooftuu 2,000 ol garaa dubartii keessaa baafame
*****
Hakiimni wal’aansarratti hirmaatan lakkoofsi cirracha baafamee‘’akka Afrikaatti lakkoofsaan baayyee ta’ee galmaa’uu danda’a’’ jedhan.
Cirrachi hadhooftuu maalirraa umama?
⬇️
https://bbc.in/48vaSwv

25/12/2023

Legendary Machinery

07/12/2023
07/12/2023

Kan akka suura kanaa na bohaarse hin jiru.

Want your business to be the top-listed Clothing Store in Deder?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Website

Address


Kufanzik
Deder
Other Children's Clothing Shops in Deder (show all)
Muaze abdi is With Maje Boss and 23 others Muaze abdi is With Maje Boss and 23 others
Muaze Abdi Interstate With Maje Boss And 23 Others
Deder

IOM eth IOM eth
Meta
Deder

Abbaa jafar Abbaa jafar
Dadar
Deder