Afendi Adem
�Waan Hunda Dubachu Dura Hubadhuu Dubadhuu�
Ati waan Barbaaddu kadhatta ilaahin ammoo waan si barbaachisu siif kanna!.🖤🥀
Guyyaa 14/07/2016
==================
👉🌀Godinaa Harargee Bahaa Aanna Miidhagaa Tolaatti Hojii Social Mobilization Waa'ee Weeraara Kooleeraa(gara Kaasaa) irratti hubbannoo guyyaa hara Waajjira Eegumsa Fayyaa Aanaa Miidhagaa Tolaa fi Waajjira komunikeeshinii Aanaa Miidhagaa Tolaa walin ta,uu kenamaa jira.akkasumasaa buufata fayyaa daddoo irraattis hubbannoo kan kenname ta,uu isaati
👉Maalummaa Cholera irraatti
👉Mallattoolee Choleraa irraatti
👉karaalee Choleraan ittin daddarbuu fi
🌀Akkaataa ofirraa ittisuun danda'amurratti sagaalee guddiftuu fayyaadamun hubbannoo keenama jira.
Godinaa Harargee Bahaattii Hojii IFH Hojjatama Tureen Aanaa Miidhagaa Tolaa Kilaastaara Isaani Keeysaa 1ffaa Bahudhaan Baadhasa Qarshii 50,000 bdhafame Jira.
✍️ Ilmi namaa gosa lama...:
tokko gaarummaa Kee argee si jaalata... inni biroos gaarummaa kee baree si miidha...!
Namni maalif sitti hinaafa?
➤Yoo ati isa caaltee argamte
➤yoo ati namaaf gaarii yaadde
➤yoo ati amala gaarii qabaattee
➤yoo waan ati beektu beekuf yaalee dadhabe
➤yoo ati namoota hedduun jaalatamte
➤yoo ati dhimma waan hundumatti milkii horatte
➤yoo ati nama dhugaaf qabsaawu taate
➤yoo waan hundaan siin of madaalee ati isa ol taate
Kanaafuu inaaffaan dhukkuba sammuuti ati nama sitti hinaafuuf iddoo hin kenniin inni booda salphinaaf oolaa, ati immoo milkiin ceeta.
Namni Sammuun Isaa inaaffaa qabu fi namni inaaffaan rakkataa jiru gadii qabee haa dubbisuu.
Giddu-galli Badhaadhinaa Obbolummaa fi Obboleettummaa Hundaa Kan Hammatee, Eenyummaa fi Gosa Hundaa Kan Keessummeessudha!
የማይታይነት እና ራስ ወዳድነት።
=======================
ራስን ማየት አለመቻል እና ራስ ወዳድነት በጣም የከፋ በሽታ ነው!
የሌሎችን ስህተት የሚፈልግ ሰው ራሱን አይቶ ራሱን ለማረም ጊዜ የለውም።
ይህ የብዙዎቻችን እውነት ነው!
ጥቂቶች እራሳቸውን ጣት አልባ አድርገው ግን ጣቱን የሚቀስር አድርገዋል።እራሱን ያየ ሰው የሌሎችን ጉድ መቁጠር አቁሞ ወደ ላይ ወጥቶ ቀዳዳውን ይዘጋል።
ሰው እንዴት ነው እንጂ እኔ እንዴት ነኝ? ምን እየሰራሁ ነው? መጀመሪያ እራስህን ብታይ ይሻላል።✍️
#በኢትዮጵያ ታሪክ ትልልቅ አሻራ ጥሎ ያለፈው ድንቅ ከንቲባ የኡማ በንቲ ልጅ ታከለ።
Click here to claim your Sponsored Listing.